en
Feedback
Computer Solutions

Computer Solutions

Open in Telegram

Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution

Show more
3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
Tapha Piriiyimeer liigii ingiliizii torbee 30ffaa ⏰Jalqabeera Newcastle 0-0 westham
Tapha Piriiyimeer liigii ingiliizii torbee 30ffaa ⏰Jalqabeera Newcastle 0-0 westham

Ruuben Amoorim gara Liivarpuul! Leenjisaan dargaggeessi fi milkaa'an Ispoortiing Liisboon Ruuben Amoorim bakka Jurgen Kiloop
Ruuben Amoorim gara Liivarpuul! Leenjisaan dargaggeessi fi milkaa'an Ispoortiing Liisboon Ruuben Amoorim bakka Jurgen Kiloop bu'uu akka danda'u himameera. Yeroo ammaa kana Ruben Amorim bakka Jurgen Kiloop bu'uuf kaadhimamaa adda dureedha. Akkaataa taphaa fi mala Liivarpuul ilaalcha keessa galchuun leenjisaan lammii Poorchugaal kun filannoo gatii guddaa qabu ta'eera. Haalli Ispoortiing Liisboon itti fayyadamu kan Liivarpuul waliin baay'ee wal fakkaata - saffisni isaanii fi akkaataan tapha isaanii kan Liivarpuul irraa adda miti. Amorim bara dorgommii guutuu jalqabaa Ispoortiing waliin taphate waan Aloonsoo bara dorgommii guutuu jalqabaa Liverkusen keessatti hojjechaa jiruun hamma tokko wal fakkaata. Gareen Ruuben Amorim Ispoortiing Liisboon yeroo ammaa Liigii isaanii keessatti sadarkaa jalqabaa irra jiru. Hoggantoonni Livarpuul leenjisaa lammii Poorchugaal kana waliin hariiroo cimaa waan qabaniif waa'ee Amorim odeeffannoo faayidaa qabus argachuu danda'u.       Ⓢⓗⓐⓡⓔ @Gadaaisport @Gadaaisport

Eenyutu olaantummaan gala
Anonymous voting

Hiriira Weesthaam 09:30 | Niwkastil Westham waalin
Hiriira Weesthaam 09:30 | Niwkastil Westham waalin

photo content

ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r05753764880 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwa
+4
WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwan babbareedoo taphattoota Kilaba barbaaddanii barbaannaan chaanaalii armaan gadii JOIN gochuun argachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0

Rodri or Rice? ⚽
Rodri or Rice? ⚽

👉kilaboota Instagramii irratti hordoftoota baayyee qaban. @oduu_isportii
👉kilaboota Instagramii irratti hordoftoota baayyee qaban. @oduu_isportii

Taphoota torbee 30ffaa Pirimer Ligii Ingilaand Sambata fi dilbata taasifaman! Ⓢⓗⓐⓡⓔ @Gadaaisport @Gadaaisport
Taphoota torbee 30ffaa Pirimer Ligii Ingilaand Sambata fi dilbata taasifaman!             Ⓢⓗⓐⓡⓔ @Gadaaisport         @Gadaaisport

Gabateen pirimeeyerligii inglandii kana fakkaata kilaabni ati deggertu meeqaffaarra jira
Gabateen pirimeeyerligii inglandii kana fakkaata kilaabni ati deggertu meeqaffaarra jira

This Sunday. 😤 #ManCity | #Arsenal
This Sunday. 😤 #ManCity | #Arsenal

Vinicius Jr. garee biyyaalessaa Biraazilf • Taphoota 28 • Goolii 3 galcheera • kubbaawwan 4 mijeessee kenneera @oduu_isportii
Vinicius Jr. garee biyyaalessaa Biraazilf • Taphoota 28 • Goolii 3 galcheera • kubbaawwan 4 mijeessee kenneera @oduu_isportii

🚨BREAKING : Cheelsiin Romeo Lavia bara kana sababa miidhaan akka hin hirmaanne mirkaneesse. Erga Cheelsii seenee daqiiqaa 32
🚨BREAKING : Cheelsiin Romeo Lavia bara kana sababa miidhaan akka hin hirmaanne mirkaneesse. Erga Cheelsii seenee daqiiqaa 32 qofa taphateera. @bekasport @bekasport

WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwa
+4
WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwan babbareedoo taphattoota LIVERPOOL barbaannaan chaanaalii armaan gadii JOIN gochuun argachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0

WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwa
+3
WOW 🔥🔥🔥🔥 Suuraawwan babbareedoo Akka kanaa bilbila keessaniif tahu nii barbaadduu??? Iddoo biraa hin dhaqinaa!! Suuraawwan babbareedoo taphattoota LIVERPOOL barbaannaan chaanaalii armaan gadii JOIN gochuun argachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0 https://t.me/+_VAtUQuTppVkNzc0

🚨🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿Taphataan sarara ittisa bitaa Livaarpuul Andi Roobertisan miidhamni isa mudateera, sababa kanaan galgala taph
🚨🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿Taphataan sarara ittisa bitaa Livaarpuul Andi Roobertisan miidhamni isa mudateera, sababa kanaan galgala tapha biyya isaa Iskootilaandif taasisa ture addaan kutee baheera.             Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii         @BurqaaIspoortii

✅Tapha kaleessaa Inglaand fi Beeljeem gidduutti taphatameen Koobii Maaynoon taphataa cimaa jedhamuun filatameera. Ⓢⓗⓐⓡⓔ @Burq
✅Tapha kaleessaa Inglaand fi Beeljeem gidduutti taphatameen Koobii Maaynoon taphataa cimaa jedhamuun filatameera.          Ⓢⓗⓐⓡⓔ         @BurqaaIspoortii          @BurqaaIspoortii

✅Taphoota kaleessa taphataman 📬Tapha gulaalli geeba Awurooppaa Joorjiyaa 1-0 Griik Yukireen 2-1 Ayislaand Weels 0-0 Polaand
✅Taphoota kaleessa taphataman 📬Tapha gulaalli geeba Awurooppaa Joorjiyaa 1-0 Griik Yukireen 2-1 Ayislaand Weels 0-0 Polaand  📬Taphoota michooma. Noorwey 1-1 Slovaakiyaa  Deenmaark 2-0 Faaroo Ayislaand Romaaniya 2-3 Kolombiyaa Seenegaal 1-0 Beeniin Yugaandaa 1-2 Ayvoorikoost  Inglizii 2-2 Beeljeem Jarmaan 2-1 Neezarlaand Sloveniyaa 2-0 Porchugaal Ijiipt 2-4 Kirooshiyaa Faransaay 3-2 Chiilii Maalii 2-0 Naayjeeriyaa  Ispeen 3-3 Biraazil  Aljeeriyaa 3-3 Afrikaa Kibbaa