๐ฎENERAL KNOWLEDGE
#Channeelkeenya kanarratti, Beekumsa walii galaafi PDF barnootaa kan itti argattan ta'a.kanaaf CHANNEL keenya JOIN& SHARE Taasisaa!(#แญแแแ แปแแ แแญ แ แ แแ แฅแแแตแ แจแตแแญแต PDF แณแแแแนแข #แตแแ#JOIN#) https://youtube.com/@Ever-by-Education415?si=b4GKENcWWV @beekumsaan415
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
แญแ แปแแ แแขแตแฎแตแซ แฐแแชแแฝ แจแฐแจแแฐ แตแแ แปแแ แแแข โค๏ธแตแญแญแแ แตแแ แญแณแ แแจแแแฝแ แแฐแแชแแฝ แซแฐแญแณแ entrance tricks แแแแแแฅ @entrance_tricks_bot แแญ แญแ แแ แแญแ แ แตแแญ 0920308061 you tube channel =
https://youtube.com/@ethioflametutorialFaasikaa - Bira Darbuu โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ โ Du'a bira darbuu โ Dhiifama argachuu โ Araara Waaqayyoo qabaachuudha. Yesuus Kristos cubbuu dhala namaatiif fannoorratti altokkicha dhiphachuudhaan, du'uu isaatiin akkasumas du'a moo'ee ka'uu isaatiin aangoo du'aa caccabsee isatti kan amanan hundinuu jireenya bara baraa akka qabaataniif balbala araaraa baneera. Yoh. 3:16 Fayyini keenya kun tola yoo ta'eeyyu rakasa miti. Dhiigaan bitamne. โฒ Namni maqaa isaatti amanu hundinuu akka jiraatuuf ofii isaa dabarsee nuuf kennuudhaan jaalala du'aa garas jiru nutti argisiise! "Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame." โ Isaayaas. 53:5 "Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!" โ Yohannis. 3:16 BAGA GEESSAN BAGA GAMMADDAN! @Getu_Official @Getu_Official
Check out barabek dhalotaโs video.