en
Feedback
Qaroo Waamaraa

Qaroo Waamaraa

Open in Telegram

Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Qaroo Waamaraa

Channel Qaroo Waamaraa (@forallthingseye) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 19 239 subscribers, ranking 4 120 in the Religion & Spirituality category and 264 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 19 239 subscribers.

According to the latest data from 08 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 12 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 13.28%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 5.66% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 2 555 views. Within the first day, a publication typically gains 1 089 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 14.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 09 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

19 239
Subscribers
+124 hours
+357 days
+1230 days
Posts Archive
Waanin jirre, yaaddee Of hin dhiphisiin mee Kan qabdutti gammadi Maaltu sirraa hidhamee
Waanin jirre, yaaddee Of hin dhiphisiin mee Kan qabdutti gammadi Maaltu sirraa hidhamee

Haqa faana dha'ee Sadii yoon of gorse Nama garaas ta'ee Sadii bor of dhokse Ittiin lama buluufis Sadadii yoon obse Maal waa'e
Haqa faana dha'ee Sadii yoon of gorse Nama garaas ta'ee Sadii bor of dhokse Ittiin lama buluufis Sadadii yoon obse Maal waa'ee baasa Biyyaa nana baasa

Dhiira ta'uun nama miiti Gaadii malee nama hiiti
Dhiira ta'uun nama miiti Gaadii malee nama hiiti

Ani imaltuu karaa irratti badee miti; garuu ija kee keessa ergaan seenee booda gara kamitti akkan deemu dagadheera jechuudha.
Ani imaltuu karaa irratti badee miti; garuu ija kee keessa ergaan seenee booda gara kamitti akkan deemu dagadheera jechuudha.

Guula harkisa dubbii Guca fagootii mul'atu Gudunfaa kee hiikuuf Harkonni na hollatu Na hudhee imimmaan Ija kee ilaalee Ati de
Guula harkisa dubbii Guca fagootii mul'atu Gudunfaa kee hiikuuf Harkonni na hollatu Na hudhee imimmaan Ija kee ilaalee Ati deemuuf kaanaan Waan maluun walaalee Yoo adeemuuf kaatu Sagal wal mil'annee Wal quufuu dadhabnee Dirqiin gargar baanee Hidda humna qabu Biqiltuukootu naa late Ija koo utuun taane Onneekootu si jaalate Qilleensi gara birraa Gara gaariitti bubbisa Guyyichi naaf ga'ee Yoom dhufee si dubbisa Yaada biraa hin qabu Yaadakeet na huuqqisa Halkan hirriban qabu Siin argachuufan ixxisa

Hubattuu Yaada koo Soortuu qalbii kichuu Wal'aantuu madaa koo Sin baafadhe michuu
Hubattuu Yaada koo Soortuu qalbii kichuu Wal'aantuu madaa koo Sin baafadhe michuu

Abdiin qajeelotaa biiftuu garasi Kanaaf obsina dhiphinaaf gidiraa asii
Abdiin qajeelotaa biiftuu garasi Kanaaf obsina dhiphinaaf gidiraa asii

Gola dilbii seenaa Onneekoo qabattee Keessakoo dhuunfatta Akka tasaatti seentee Qaama koo to'atta Anis siif bitameen Jaalala keen qabame Lubbuu ko jedheen Jaalalaan si waame Nama jabduu kooti ati Gorsituu waan hundaa Simbookoo bareedduu Takkaan qabdu mudaa Gaafa gadda kootii Na waliin gadditee Nama tokko miti Nama hunda naaf taatee Jaalatamtuu kiyya Ibsituu karaa koo Si waliin jiraadhaa Siif kennee barakoo Ani jedheef miti Garuu Situ Beeka ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye

Biqiltuu jaalalaa Si yaada garaan koo Boqonnaa hin arganne An si qofaaf malee Eenyuuf harkan laanne 🖤ko situ na mo'ate Dhuun
Biqiltuu jaalalaa Si yaada garaan koo Boqonnaa hin arganne An si qofaaf malee Eenyuuf harkan laanne 🖤ko situ na mo'ate Dhuunfatee keassa koo Jaalalaan na qabdee Rarraastem qalbii koo Anis sittin dhiise Yaada koo hundumaa Kophaakoo yoon deemus Waa'ee keen guungumaa Biqiltuu jaalala koo Margituu ganamaa Hargansuuf tiruukoo Durbee sanyii namaa Takkaa cal hin jenne Waa'ee keen hasaasa Gubaa jaalala keetu Guggube na kaasa Ani siif mo'ameen Siif laadhe harkaa koo Koottu wal'aannadhu Siif miidhamte onneenkoo Kunooti caba yaadaa Hawwii keessa onnee Koottu na fayyifadhu An waallee sin sobnee Warqittiif💎🖤🌍 👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE          Telegram https://t.me/ForAllthingsEye ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa 💌 ╚════════════╝

😭😭😭😭😭😭 Qabsooftuu,weellistuu,loltuu fi goota dubartii #Ilfinash_Qannoo, kan Oromummaa fi sabboonummaan irraa ifee har'a
+2
😭😭😭😭😭😭 Qabsooftuu,weellistuu,loltuu fi goota dubartii #Ilfinash_Qannoo, kan Oromummaa fi sabboonummaan irraa ifee har'a geesse boqachuu ishee yoon dhagahu gaddatu natti dhagahame. Sirboota qabsoo fi warraaksaa Weellistuu hangafaa #Ilfinash_Qannoo dhagahaa guddanne.Ka'umsa sabboonummaa fi Oromummaa keenyaaf warra bu'uura ta'an keessaa hangafa turan. Jaarraa walakkaa oliif waa'ee Oromoo fi Oromiyaa lallabaa barsiisaa dhageessisaa turan har'a lubbuun darbiun himame. Maatii fi Oromoo isaan jaalataniif jajjabina hawwaa,Ayyaantummaan isaanii dhaloota faana haa ta'u!

Nagaan Boqodhu Jabduuko Silaas jabaataniif du'i hin ooltu😭
+1
Nagaan Boqodhu Jabduuko Silaas jabaataniif du'i hin ooltu😭

SIIF Barri darbaa jiru kun👉2018      ⬅️dhibeekee fudhatee ⬅️yaaddookee fe'atee                              ⬅️qormaatakee fudhatee                 ⬅️gaddakee sassaabbatee                           ⬅️galma rakkinakee raasee jigsee  ⬅️kan siif hin malle yaasee                          ⬅️hiyyummaa sirraa kaasee ⬅️Ilkee gaddaa sirraa buqqisee SIRRAA HAA DARBU!    Barri dhufaa jiru kun👉2019 ☑️nagaa addaa baatee                                   ↗️jaalala haammatee                           ☑️furmaata qabatee                                      ➡️beekumsa hamma tulluu fidee        ↗️bara diinnikee mugdu ta'ee                        ☑️bara ati koortee bultu ta'ee        ➡️kan dhiphinnikee dhibdu                                ↗️yeroo aduunkee iftu                          ☑️gamnachuun kee akka biiftuu kan baatu              ↗️bara hojjettee milkooftu                       Bara dorgomtee dabartu Bara barbaadamtu ☑️bara ormatti urgooftu                                    ➡️bara akka gammaddetti ooltu ➡️Bara eebbaa ➡️Bara milkaa ➡️Bara jijjiiramaa ➡️Bara guddinaa ta'ee dhufaa jira ➡️Balballi hojii siif haa banamu. BARA KEE    SIIF HAA TA'U barri 2019 Nama jaallattuuf erguu ni dandeessa. 🆕Telegram baay'ee jaalatamaa Qaroo Waamaraa #join godhii dubbisi isas si affeereera.        Qaroo Waamaraa Anaanis hin irraanfatiin 🖤,🌍,💎koo ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa  💌 ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye

Barri Dhufaa jiru Bara keeti
Barri Dhufaa jiru Bara keeti

Bara lolli baay'ate Reeffa sagal argu Isa akaayii akaa'u Sanyiin tasa margu Sa'aa muchi gu'e Maalsaa wal'aanuu Nama dhaabbiin du'e Eessatti awwaaluu? Sababa kolfinee taphannuuf safartuu shunkurtiin safaramne.

Bara lolli baay'ate Reeffa sagal argu Isa akaayii akaa'u Sanyiin tasa margu Sa'aa muchi gu'e Maalsaa wal'aanuu Nama dhaabbiin du'e Eessatti awwaaluu?

Kuula dubbii gaarii Mararoo naaf himii Marartuu hubii laali Waami Waa na simi Hoo kennaa guutuu Dhangaa baqee ililu Kunoo kar
Kuula dubbii gaarii Mararoo naaf himii Marartuu hubii laali Waami Waa na simi Hoo kennaa guutuu Dhangaa baqee ililu Kunoo karaa imaltuu Kan akkakee hin jiru Si birattis si yaadaa Qofaas Siifan joora. Dubbiin kee tokkittii Yaada kootiif soora.

Barana carraankee kumaatama keessaa 1ffaa irratti siif haa fuudhamu. Waggicha keessaa; Ji'a isa dhumaa Torbee isa dhumaa Qidaamee isa dhumaa Guyyaa isa dhumaa ti.