0940204772
Open in Telegram
Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 604
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '24
August '24
+22
in 0 channels
July '24
+44
in 0 channels
Get PRO
June '24
+48
in 0 channels
Get PRO
May '24
+46
in 0 channels
Get PRO
April '24
+59
in 0 channels
Get PRO
March '24
+119
in 0 channels
Get PRO
February '24
+1 604
in 0 channels
Channel Posts
📌 شروط الصلاة تسعة وهي :-
1_الإسلام
2_والعقل
3_والتمييز
4_ورفع الحدث
5_و إزالة النجاسة
6_وستر العورة
7_ودخول الوقت
8_واستقبال القبلة
9_والنية .
📌 Sharxiwwan salaataa sagal (9)
📍Sharxii salaataa jechuun waan utuu salaatatti hin seenin dura argamuun isaa barbaadamu/waan salaanni isaan male nagaa ta'ee hin argamneedha.
1 - Islaama ta'uu
2 - Aqlii guutuu qabaachuu/maraatuu ta'uu dhabuu
3 - Ajaa fii gaarii adda baafachuu/sabiyyii ammallee kana adda hin baafatin ita'uu dhabuu
4 - Hadasa kaasuu = hadasa guddaa(janaabaa), hadasa xiqqaa(wodoo) ta'us
5 - Najasaa qaama, uffataa fii bootaa itti salaatanurraa deemsisuu
6 - Qaama satarachuu/dhokfachuu
7 - Yeroon salaataa seenuu
8 - Qiblaatti garagaluu
9 - Qalbiidhaan niyyachuu
📌 أركان الصلاة أربعة عشر وهي :-
1-القيام مع القدرة
2_وتكبيرة الإحرام
3_وقراءة الفاتحة
4_والركوع
5_والاعتدال بعد الركوع
6_والسجود على الأعضاء السبعة
7 _والرفع منه
8_والجلسة بين السجدتين
9_والطمأنينة في جميع الأفعال
10_ والترتيب بين الأركان
11_والتشهد الأخير
12_ والجلوس له
13_والصلاة على النبي صل الله عليه وسلم
14_ والتسليمتان .
📌 Rukniwwan salaataa kudha afur (14)
📍Arkaana salaataa jechuun salaatatti seenuurraa eegalee hamma xumura salaataatti waan hojjetamu/waan salaanni irraa wolitti qabamuudha.
1 - Namni dhaabbatee salaatuu irratti dandeettii qabu dhaabbatee salaatuu
2 - Takbiiraa/Allaahu Akbarii isa ittiin salaatatti seenanu
3 - Raka'aa hunda keessattuu Faatihaa/Alhamduu qara'uu
4 - Rukuu'ii bu'uu/jilba qabachuu
5 - Booda rukuu'ii/jilba qabannaatii sirraa'anii dhaabbachuu
6 - Billiitii torban irratti sujuudii bu'uu, billiitiin torban kun :-
harka/ganaa harkaa lamaan, jilba lamaan, quba miilaa lamaanii fii adda.
7 - Sujuudiirra ol jechuu
8 - Jidduu sujuuda lamaaniitti ta'uu
9 - Hojii hunda keessatti tasgabbaa'uu
10 - Jidduu rukniwwanii taraatti galchuu(wol- dabarsuu dhiisuu)
11 - Tashahhudii/taa'icha isa dhumaa
12 - Tashahhudii sanaaf taa'uu
13 - Nabiyyii Rabbiirratti sallallaahu alayhi wasallam sallii/rahmata buusuu
14 - Salaamataa lamaan bahuu
📌 واجبات الصلاة ثمانية وهي :-
1_جميع التكبيرات غير تكبيرة الأحرام
2_وقول: سمع الله لمن حمده للامام والمنفرد
3_وقول :ربنا ولك الحمد للكل
4- وقول: سبحان ربي العظيم في الركوع
5- وقول: سبحان ربي الأعلى في السجود
6_وقول : ربي اغفر لي، بين
السجدتين
7_والتشهد الأول
8_والجلوس له
📌 Waajibaatni salaataa saddeet (8)
📍Waajibaata salaataa jechuun :- waan namni salaatu waan sana yoo beekaa dhiise salaanni isaa jalaa badu, yoommoo irraanfiidhaan dhiise kan sujuudiin sahwii/erraanfii isaaf fayyisuudha.
1 - Takbiiraa/Allaahu Akbarii hunda, takbiiraan ittiin salaatatti seenanu utuu hafuu
2 - Imaamnii fii namni kophaa salaatu yeroo rukuu'iirraa ol ka'u sami'allaahu liman hamidah jechuu
3 - Namni hunduu Rabbanaa wa lakal hamdu jechuu
4 - Rukuu'ii keessatti subhaana Rabbiyal Aziim jechuu
5 - Sujuudii keessatti subhaana Rabbiyal A'alaa jechuu
6 - Jidduu sujuuda lamaaniitti Rabbigfirlii jechuu
7 - Tashahhudii/taa'icha isa jalqabaa
8 - Tashahhudii sanaaf taa'uu
📌 مبطلات الصلاة ثمانية وهي :-
1- الكلام العمد مع الذكر والعلم أما الناسي والجاهل فلا تبطل صلاته بذلك.
2- الضحك
3- الاكل
4- الشرب
5- انكشاف العورة
6- الانحراف الكثير عن جهة القبلة .
7- العبث الكثير المتوالي في الصلاة.
8- انتقاض الطهارة.
📌 Mubxilaatni/wonti salaata balleessu saddeet (8), isaanis :-
1 - Beekaa dubbachuu/dubbachuu ofii beekaatuma, yaadataatuma dubbachuu
Namni erranfiidhaan ykn wollaalumaan dubbate salaanni isaa hin badu
2 - Kolfuu
3 - Nyaachuu
4 - Dhuguu
5 - Qaamni namaa qullaa ta'uu
6 - Qiblaarraa guddisanii dabuu
7 - Sochii wolitti aanaa ta'e hedduu faayidaa salaataarraa kan hin taane salaata keessatti sosocho'uu
8 - Woduun namaa diigamuu
📚 من رسالة الدروس المهمة لعامة الامة لسماحة الشيخ عبدالعزيز بن باز رحمه الله
📚 Kitaaba Adduruusul Muhimmah Li Aammatil Ummah jedhamu irraa fuudhame.
kan Shaykh Abdil'aziiz bin Baaz Rabbi isaan haa mararfatu.
https://t.me/islamicknowledgeforallhumanbeing
