TASHEE COMPUTER TRAINING CENTER
Open in Telegram
1 132
Subscribers
-124 hours
-57 days
-1830 days
Posts Archive
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e
Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera.
Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera.
Liinkii kunooti
👇
https://student.ethernet.edu.et/
Vacancy at Dashen Bank(For Fresh Graduate)
🟫Position: Customer Service Officer- Maker
✅ Experience: 0 year
✅ Qualification: Bachelor Degree in a business related field e.g. Marketing Management, Accounting, Management, Economics, Business Administration, Information Technology or any other equivalent fields
other Dashen Bank Job List
2: Digital Product Development Expert – Retail & MSME
3: Experience Design and Improvement Specialist I
4: Branch Business Relationship Manager-IFB for Addis Ababa
5: Customer Service Manager
📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉Read Detail :- https://harmeejobs.com/company/dashen-bank-s-c/
🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.harmeejobs.com/jobs
🔴Share and Support your friend /እባክዎ ለወዳጅዎ ያጋሩት
✅Telegram:- https://t.me/harmeejobs
Vacancy at SIKET Bank(For Fresh Graduate)
❇️Position:- Trainee Banker – IFB
❇️ Experience: 0 year
❇️QTY: 40
❇️Educational Requirements: : BA degree holder from a recognized higher learning institution in Management, Marketing Management, Business Administration, Economics, Accounting and Banking & Finance or related field of study.
📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉Read Detail:- https://harmeejobs.com/company/siket-bank-s-c/
🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.harmeejobs.com/jobs
🌍Telegram:- https://t.me/harmeejobs
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha.
Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @tashe2225 irratti na qunnamaa!
Inbox: @tashe2225
Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu Nu Dhaqqabeera!
Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.
Dabalataanis, barataan qabxii isaa ilaallatee komii ykn gaaffii qabu kamiyyuu qaamaan iddoo tokkoyyuu deemuu osoo hin barbaachisin, marsariitii dhimma kanaaf addatti qophaa'e fayyadamuun iyyata isaa dhiyeessuu akka danda'u ifoomeera.
Komii kana dhiyeessuufis har'a irraa eegalee hanga Hagayya 26 waaree booda sa'aatii 10:00tti qofa yeroon kan kenname yoo ta'u, deebii iyyata keessaniis achuma marsariiticha irratti hordofuu akka dandeessan mirkanaa'eera.
Kanaafuu, barattoonnii fi maatiin barattootaa filannoowwan sirrii nuti asii gaditti isiniif dhiyeessine qofa fayyadamuun qabxii keessan haala salphaan akka ilaallattan isin gorsina.
Miidiyaan Abdii Sabaa barattoota keenya hundaaf carraa gaarii hawwa!
Filannoowwan sirrii qabxii ittiin ilaallattan:
📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram): https://result.eaes.et/telegram
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
visit👇👇👇👇
Sponsored Post
https://omg10.com/4/9489700
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA
#New Ethiopian Airlines - Call For Original Document & Preliminary Physical Screening / የኢትዮጵያ አየር መንገድ ጥሪ ለ አመልካቾች
✅Position 1 : Et-Sponsored Trainee Cabin Crew
✅ Position 2 : Trainee A/C Maintenance Technician, Trainee A/C Structure, Trainee A/C Cabin Maintenance, : Trainee A/C Airframe Technician, Trainee A/C Avionics, Trainee A/C Powerplant Technician & Trainee Aircraft Mechanic
✅ Among Those Applicants Who Applied From August 10 To August 16, 2026, The Following Listed Applicants Are Requested To Report To Ethiopian Airlines Head Office For Original Document & Preliminary Physical Screening Only As Per The Below Date & Time Schedule.
👉የስም ዝርዝር እዚህ ይመልከቱ/👇👇
👉 Please check name lists using the following links:- https://ethioworks.com/ethiopian-airlines-2/
🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.harmeejobs.com
🔰Telegram:- https://t.me/harmeejobs
Req No:600++🎴Addis Ababa Revenues Bureau🎴🚩 For Fresh and Experienced
▪️Fresh Graduate Positions Total: 248 vacancies
▪️Experienced Positions Total: 373 vacancies
Fresh Graduate Positions
Position 1 - Tax Audit Expert I
Position 2 - New Tax Debt Monitoring Expert I
Position 3 - Legacy Tax Debt Monitoring Expert I
Position 4 - Non-Filing Taxpayer Monitoring Expert I
Position 5 - Suspicious Receipt Clearance Expert I
Position 6 - Receipt & Sales Register Device Controller I
Position 7 - Receipt & Sales Register Device Controller I
Position 8 - Tax Intelligence Expert I Position 9 - Surveillance Camera Operator II
Position 10 - Information Technology Expert II
Experienced Positions
Position 1 - Tax Audit Expert II
Position 2 - Information Verification Expert III
Position 3 - Information Verification Expert II
Position 4 - New Tax Debt Monitoring Expert III
Position 6 - New Tax Debt Monitoring Expert II
Position 7 - Legacy Tax Debt Monitoring Expert III
Position 8 - Legacy Tax Debt Monitoring Expert II
Position 9 - Legacy Tax Debt Monitoring Expert II
Position 10 - Non-Filing Taxpayer Monitoring Expert III
Position 11 - Non-Filing Taxpayer Monitoring Expert II
Position 12 - Suspicious Receipt Clearance Expert II
Position 13 - Tax Base Enhancement Expert II
Position 14 - Sales Register Device & Receipt Usage Controller II
Position 15 - Tax Assessment & Quality Assurance Expert III
Position 16 - Tax Assessment & Quality Assurance Expert III
Position 17 - Tax Intelligence Expert II
Position 18: Legal Officer IV
Experienced - Position 19: Legal Officer III
Position 20 - HR Management & Development Officer
Position 21 - Senior Officer
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/addis-ababa-revenues-bureau-for-fresh-and-experienced-august-22-26/
▪️Deadline: August 28/2026
#Beeksisa_Qacarrii
Waajjirri Galii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee namoota hedduu qacaruu barbaada waan ta'eef,Waliif Qooduun nama tokkoof Karaa taanee carraa hojii haa Uumnu🙏
Muuxannoo:0 year
Namoota 800 ol Barbaada
Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
👉Guyyaa beeksifni Kun ba'ee eegalee guyyoota hojii walitti aanaan 6 keessaatti Sanbata xiqqaa dabalatee galmaa'uu dandeessu.
👉 Galmeen online dha: https//aacarb.gov.et/Home/Vacancy/fresh
👉CGPA: Dhiiraaf: 3.2 fii isaa ol, Dhalaaf: 3:00 fii isaa ol
👉Eebbifamtoota 2016 asii ta'uu qaba.
👉Namoonni kolleejjii dhuunfaa irraa baataan ragaa eenyamaa Ministeera Barnootaa irra argate ta'uu qaba.
👉 Qaxarriin dhaabbiidha
👉Gita Hojii tokko qofa irratti galmaa'uu qabdu.
Odeeffannoo dabalataan:0115575618
Qulqullinaan ilaaluuf fuula Telegram keenya follow godhaa ilaalaa
👇👇👇👇
https://t.me/SANYIINAMABIYYAOROMOO/1880
+1
Beeksisa iyyaaffannoo mucaan suraa ishee argitan kun Meetii Tamasgeen Kitili jedhaamti finfinnee kutaa magaalaa laftooti bakka garmeenti jedhamuutti gaafa guyyaa 13/12/2018 galgala 12 tti batee badee jirti namoonni agartan lakk bilbila kana irraatti nuf bilbila maaloo
0994347775.
Beeksisa iyyaaffannoo mucaan suraa ishee argitan kun Meetii Tamasgeen Kitili jedhaamti finfinnee kutaa magaalaa laftooti bakka garmeenti jedhamuutti gaafa guyyaa 13/12/2018 galgala 12 tti batee badee jirti namoonni agartan lakk bilbila kana irraatti nuf bilbila maaloo
0994347775.
Vacancy at Ethiopian Airline(For Fresh Graduate) የኢትዮጵያ አየር መንገድ
🔰Position: School Of Finance Trainees
✅ Experience: 0 year/ For Fresh Graduate/በ0 አመት
✅Qualification;-
- College (10+3 or Level IV) Diploma in Accounting from a recognized university/College
OR
- Completion from a recognized College/ University in the field of Accounting, Accounting & Finance .
📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇
👉Apply Online:- https://harmeejobs.com/company/ethiopian-airlines/
🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች
በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇
=>See Detail:- www.harmeejobs.com
🔍Telegram:- https://t.me/harmeejobs
[ Fresh Graduates ] Jobs by Ethio Telecom | Jobs Opportunity AUG 17 | 2026
Qualification: BSc Degree in Computer Science, Computer and Electrical Engineering, Information Technology, Information System, Information Communication Technology, or a related field
How to Apply
https://elelanjobs.com/job/ethio-telecom-fresh-graduates-jobs-it-technical-support-advisor/
Deadline: August 22, 2026
ሁሉም ክፍት ስራዎችን Telegram ላይ ለመለቀቅ ብዙ ስለሆነ ሁሌም website ላይ በመግባት የምትፈልጉትን የስራ እድል ይመለከቱ
Website Link https://elelanjobs.com
የወር ደመወዝዎ ከግብር፣ ከጡረታ እና ከሌሎች ቅናሾች በኋላ ስንት እንደሚቀር ማወቅ ይፈልጋሉ?
👉 አሁኑኑ ይሞክሩት:
https://elelanjobs.com/ethiopian-salary-calculator/
📌 ፈጣን • ቀላል • ነፃ
ለጓደኞችዎና ለሥራ ባልደረቦችዎም ያጋሩ! 🇪🇹
Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera
Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa!
Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
