fa
Feedback
TASHEE COMPUTER TRAINING CENTER

TASHEE COMPUTER TRAINING CENTER

رفتن به کانال در Telegram

Oddeeffanno Haaraa

نمایش بیشتر
1 146
مشترکین
-124 ساعت
-37 روز
-2630 روز
آرشیو پست ها
Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii? Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. Inbox: @tashe2225 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu! Wantoonni isin barbaachisan:- ❤️ Haaraa baasuuf ✅Waraqaa eenyummaa ✅Waraqa
🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu! Wantoonni isin barbaachisan:- ❤️ Haaraa baasuuf ✅Waraqaa eenyummaa ✅Waraqaa dhalootaa ❤️ Haaromsuuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa passport) ❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite ✅Waraqaa eenyummaa ✅Suuraa gurdii ✅Xalayaa waajjira poolisii ❤️ Umrii 18 gadiif ✅Waraqaa eenyummaa maatii ✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa ❤️ Umrii sirreesuuf ✅ Waraqaa dhalootaa ✅ Suura gurdii ✅ Koppii(Suuraa) passport 6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa) passport ✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf) 💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @tashe2225 naaf ergaa! ✉️ Inbox:  @tashe2225 🔗Join Our Group & Channel     https://t.me/tasheecomputer

Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha! Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera. Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle! Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa! Inbox: @tashe2225 Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa!

🇪🇹 Tajaajila passport hunda na biraa ni argattu! ➡️ Gatii barbaachisu suuraa kanarraa ilaalaa! ➡️ Gatii paaspoortiif barbaachisu kana ofuma keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu! ➡️ Gatii tajaajilaa birr 500 qofa na biratti kaffaltu! Wantoonni isin barbaachisan:- ❤️ Haaraa baasuuf ✅Waraqaa eenyummaa ✅Waraqaa dhalootaa ❤️ Haaromsuuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa passport) ❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite ✅Waraqaa eenyummaa ✅Suuraa gurdii ✅Xalayaa waajjira poolisii ❤️ Umrii 18 gadiif ✅Waraqaa eenyummaa maatii ✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa ❤️ Umrii sirreesuuf ✅ Waraqaa dhalootaa ✅ Suura gurdii ✅ Koppii(Suuraa) passport 6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa) passport ✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf) 💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @tashe2225 naaf ergaa! ✉️ Inbox:  @tashe2225 🔗Join Our Group & Channel     @tashe2225

🟢Paaspoortii Ariifachiisaa fi Idilee namoonni barbaaddan hunduu, Tajaajila qulqullinaa fi amanamummaa qabu nu biraa ni argattu. Bilbila armaan gadii irratti nuuf bilbiluun ykn Telegramiidhaan Faayila keessan nuuf ergitanii beellama qabsiifachuu dandeessu. ✅Paaspoortii Haaraa baafachuu ✅Paaspoortii yeroon itti darbe haaressuu ✅Paaspoortii bade baasuu ✅Kan ciccite ykn moofa'e ✅Paaspoortii Dogongora qabu sirreessuu..fi kkf. Tajaajila kanneenii fi kan biroo qaamaanis ta'u ONLINE dhaan nu biratti argachuu dandeessu. Odeeffannoo dabalataaf 0925730788 0920769352 ✅አስቸኳይ እና መደበኛ ፓስፖርት  ለምትፈልጉ በሙሉ አገልግሎቱን ከእኛጋ ስለምታገኙ ታች ባለዉ ስልክ በመደወል ወይም በ Telegram በመላክ ቀጠሮ ማስያዝ ትችላላችሁ። 🟢ፓስፖርት አስቾካይ በ 2 ቀን ወይም በ 5 ቀን 🟢መደበኛ New, Renewal, lost, Damaged... ✅አዲስ ለማዉጣት ✅ጊዜዉ ያለፈበትን ለማሳደስ  ✅የጠፋውን ለማዉጣት ✅የተበላሸ ለማሳደስ ✅የመረጃ ስተት ለማስተካከል በአካልም ሆነ ONLINE አገልግሎቱን እኛጋ ማግኘት ትችላላችሁ ። ለተጨማሪ መረጃ 0925730788 0920769352

Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa @tashe2225 0925730788 0920769352

Yaadachiisa: Paaspoortii Namoonni guyyaan beellamaa keessan bor(wiixata) ta'e, sababa filannootiin hojiin waan hinjirreef guyyaan ashaaraa keessanii iftaanitti(Kibxatatti) darbee jira. Gaafa Kibxataa deemaa!

  Mindset Milkaa'inaa 1. Ilaalcha Guddinaa (Growth Mindset) Milkaa'inni kan jalqabu dandeettiin kiyya kan dhaabbate (fixed) osoo hin taane, hojiidhaan kan guddachuu danda'u dha jettee yoo amantu dha. Rakkoon yoo si mudatu akka kufaatiitti osoo hin taane, akka carraa barumsaatti akka ilaaltu si taasisa. 2. Of-Amantaa (Self-Belief) Addunyaan tun si amanuun dura, ati of amanuu qabda. Milkaa'inni namoota "nan danda'a" jedhanii of amanan qofa barbaada. Namoonni yoo si tuffatan ykn "hin dandeessu" yoo siin jedhan, kakuun keessa kee jiru sagalee alaa caaluu qaba. 3. Obsa fi cichoomina (Persistence & Grit) Milkaa'inni fiigicha gabaabaa osoo hin taane, fiigicha fageenyaa (marathon) dha. Karaan milkaa'inaa gufuu hedduu qaba. Namoonni hedduun osoo milkaa'ina bira hin gahin tarkaanfii muraasatti hafu. Namni mindset kanaan ijaarame garuu hamma dhumaatti ni dhaabbata. 4. Itti-Gaafatamummaa Guutuu Fudhachuu (Extreme Ownership) Milkaa'uu keetiifis ta'e kufuu keetiif eenyuunillee komachuu dhiisuu dha. Haala qilleensaa, mootummaa, ykn maatii komachuun humna kee nama biroof kennuu dha. Jireenya keetiif abbaa yoo taate qofa jijjiirama fiduu dandeessa. Humna harka kee jiruun tarkaanfii jalqabuuf si gargaara. 5. Mul'ata Guddaa fi Karoora (Visionary Thinking) Namni mindset milkaa'inaa qabu boru isaa har'a argu danda'a. Mul'anni sun immoo hojii guyyaa guyyaan hojjetamuun (discipline) deeggaramuu qaba. Galma ifa ta'e yoo hin qabaanne, humni kee ni  bittinnaa'a. Mul'anni akka dammaqina qabaattee deemtu si taasisa. Mindset-iin kee mana ati keessa jiraattu dha. Mana gaarii yoo ijaarratte, bubbeen alaa dhufu si jalaa hin jigsu.

Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa @tashe2225 0925730788 0920769352

Passport normally ji'a lama keessatti fudhattan akkasumas ariifachiisaa guyyoota 2 fi 5 warreen guuttachuu barbaaddan keessaan nu dubbisaa ykn asumaan nuuf barreessaa

1."Offiti amanamummaan furtuu milkaa'inaati." -Ralph Waldo Emerson 2."Dargaggeessi hojii jalqabe hinsodaatu." -Bill Gates 3. "Yoo yaadde ni dandeessa; yoo dandeesse ni milkoofta." -Henry Ford 4. "Yeroo hunda of fooyyessi; bor si galateeffata."

Tajaajila nuti kenninu: 1. Paaspoortii haaraa. 2. Paaspoortii haaressuu 3. Dogoggora maqaa, bakka dhalootaa, guyyaa dhalootaa fi kkf Apply akka siniif goonu yoo barbaaddaan nu qunnamaa.