cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

NEW ORO MAN UNITED

๐Ÿ›‘Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan โ˜ž๏ธŽ| Odeeffannoo waa'ee Maanchistar Yunaayitid โ˜ž| Tamsaasa kallattiin โ˜ž| Oduu jijjiirraa โ˜ž| Seenaa durii waa'ee Maanchistar Yunaayitid Garee Marii๐Ÿ‘‡ @neworomanunited

Show more
Finland794The language is not specifiedTechnologies & Applications9 995
Advertising posts
7 251
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namootaa Dursaani Start godhaan 50 f Badhaasniii MB hedduun qophaa'e jira carraa kessaan Yaala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
๐Ÿ‘ 9๐Ÿ‘Ž 3โค 3
START ๐ŸŽ–๏ธ
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ
Seenaa Kirstanoo Roonaaldoo Warrii hangaa yoonaa hin dawwatiin linkii gadi bakka Roonaaldoo jedhuu tuqun daawwadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
๐Ÿ‘ 5
RONALDOโœจ
LINK
Seenaa Kirstanoo Roonaaldoo Warrii hangaa yoonaa hin dawwatiin linkii gadi bakka Roonaaldoo jedhuu tuqun daawwadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
RONALDOโœจ
LINK
DORGOMAA BADHAFAMAA๐ŸŽ‰๐ŸŽ Guyyaa 7f kan turu INTERNET GB 10 badhasaaf qophaa'e jira kanas abba carra ta'uuf linkii gadii tuqun Start bakka jedhuu tuqun koodii badhasaa kessaan qabbattu isaa booda koddii nutii isiin beeksisnuu waliin yoo tokko tahe abba carra tatu dorgommiichii guyyaa 2 qofaaf tura carraa kessaan Yaala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
โค 2
๐ŸŽ START ๐ŸŽ‰
Winning 10 GB ๐ŸŽ‰
๐Ÿ’ฅโœจODUU GAMMACHISAA Telegiraamiin Qarshiin argachuun salphaa taha deema jira namoonni Barbaaddaan  tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ”‹ STEP 1- Link asii gadii kana tuqxu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/TRXULTRAMINERBOT?start=5297113194 ๐Ÿ”‹STEP 2- Start kan jedhu tuqxu. ๐Ÿ”‹ STEP 3- chaanala Lamaan isinii dhufu  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun ๐Ÿ™Œ REFERRAL LINK Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe TRX 45 isiniif kenna. Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan TRX 600๐Ÿค‘yoo geessan๐Ÿ’ต withdraw  Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡linkii kanaan seenaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/TRXULTRAMINERBOT?start=5297113194
Show all...
๐Ÿ‘ 1๐Ÿ‘Ž 1๐Ÿ–• 1
START ๐ŸŽ‰
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ
3C Choice โ€ข Chance โ€ข Change      * Jireenyi guyyaa guyyaan filannoo nuuf dhiheessiti. Filannoon keenya immoo gara murtiitti nu geessa. Addunyaa kana irratti tarkaanfiin kamuu murtoo irraa eegala.     * Osoo hin murteessin dura, waan murteessitu sana haalaan hubachuun isa hangafadha. Yeroo ga'aa fudhattee itti yaaduudhaan dhimmicha gadi fageenyaan xiinxali!   * Jireenya kee keessatti murtoon tuffatamu hin jiru. Murtoon xiqqoo hin qabdu. Murtoon dogogoraa xiqqoon gatii hin barbaachifne si baasisuu waan dandeessuuf, murtoon ati tuffattu tokko illee jirachuu hin qabu.  * Yeroo miirri kee ol ka'ee jiru baay'ee gammaddee yeroo jirtu waadaa kamuu seenuu irraa of qusadhu! Yeroo miirri gadi bu'ee jiru, yeroo gadditee jirtu immoo murtoo kamuu hin murteessin! Murtoo kamuu murteessuuf miira madaalamaa si gaafata. * Namoonni milkaa'oon yeroo hundumaa gochaa isaaniif itti gaafatamummaa fudhachuun beekamu. Namoota akkan ani yaadu qofatti yoo yaadde ati sirriidha jedhu irraa of eeggannoo godha. โœ๏ธ @DAANDII_MILKAAYINA
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Namootaa Dursaani Start godhaan 50 f Badhaasniii MB hedduun qophaa'e jira carraa kessaan Yaala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
START ๐ŸŽ–๏ธ
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ
Namootaa Dursaani Start godhaan 50 f Badhaasniii MB hedduun qophaa'e jira carraa kessaan Yaala๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
START ๐ŸŽ–๏ธ
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ
Uumama lafarraa keessaa bineensa hojjaan isaa dheeraa ta'e Saattawwaa kan jedhamu ni beekna. Saattawwaan dhalaan yemmuu dhaltu akka beeladoota ykn bineensota biroo ciistee osoo hin taane dhaabbattee miixachuun dhalti. Ilmoon saattawwaa kunis gaafa garaa haadhaa keessaa baatu haati baay'ee dheertuu waan taateef gubbaa sanaa dachee gogaa irratti lafa rukutti. Haatishees ofirra garagaltee ilmoo dhalte kana kalchoodhaan tokkofti. Ilmittiinis dhiitichoo haadhaa jalaa olka'uuf yaaltee miillishee waan hin jabaanneef deebitee kufti. Haatishee garuu ammaa amma deddeebistee dhiitichaa cimaa irraan geessifti. Ilmoon kunis hanguma dhiitamtu ka'uuf tattaafattee dadhabdees kukkufti. Dhiitichaan haadhaas hanga ilmoon kun ol jettee deemtutti ittuma fufa. Maaliifi sitti fakkaata? Gochi kun gara jabummaadhaa? Lakkii, gochichi gocha jaalalaati. Sababnisaa ilmoon kun miilasheen deemuu bartee warra ishee nyaatan jalaa bahuu akka dandeessuufi. Uumamni hunduu heeraafi hiree uumaan kenneef kan ittiin waliigalu, kan ittiin of oolchu mata mataan qaba jechuudha! Join โ’โ”ƒโ Share โ’โ”ƒReact โ’โ”ƒ Comment     โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ” @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA    โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”
Show all...
๐Ÿ‘ 4
Callisuun amala nama hubannoo qabuuti! Namoonni hubannoo cimaa qaban dubbachuutti hin ariifatan! Dhaggeeffachuutti baay'ee amanu! Yommuu dubbatanis qabxii ijoo ta'ee fi amansiisaa ta'e namaaf qooduu jaalatu! Beekumsii fi hubannoon isaan qaban akka dursanii yaada irratti xiinxalanii fi hubatan isaan dirqisiisa! ERGAA: โžŠ. Haasa'uuf utuu hin ariifatin dursii haasofni kee garamitti akka deemuu danda'u tilmaami! Maaliif akka haasoftu dursii beeki! โž‹. Hammuma beekumsaan dabaltu callisuu filatta! โžŒ. Humnaan utuu hin taane yaadaa fi beekumsaan hubannoo waliin amansiisuun ogummaadha! Yoo jaalattan Like๐Ÿ‘ Join โ’โ”ƒโ Share โ’โ”ƒReact โ’โ”ƒ Comment     โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ” @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA    โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”
Show all...
๐Ÿ‘ 8