cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DAANDII MILKAA'INA ™

👉Chaanali kana keessaatti:- ♦️Seenootaa Nama Barsiisaan ♦️Iccitii Namootaa Milkaa'inii ♦️Barnoota Gara garaa JOIN ⚡

Show more
Finland572The language is not specifiedEducation14 148
Advertising posts
10 818
Subscribers
+1324 hours
+1707 days
+53430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

CALLUMA JEDHI❗ ☑️Hojii haaraa jalqabuuf yaaddettaa❓               Calluma jedhi❗ ☑️Galii kee guddisuuf cimtee hojjechaa jirtaa ❓                Calluma jedhi❗ ☑️Of jijjiiruuf karoorsiteettaa❓                Calluma Jedhi❗ ☑️Qabxii guddaa galmeesssuuf  Yaaddeettaa❓                Calluma Jedhi❗ ☑️Konkolaataa yookiin Mana bituu Barbaaddaa❓                Calluma Jedhi❗ ✍️Abjuun keenya 90% ol utuu hin raawwatamin kan hafu afaan keenyaan dursinee sa’aatii dogongoraafi nama dogongoraatti dubbanna. Jaallattus ,Jibbitus namoonni naannoo kee jiran siif hinaafuu yookaan sitti hinaafu. Miseensa maatiikee ta’eellee  milkaa’ina keetti kan garaan isa waadamu hin dhibu kanaaf  calluma jedhi. Waan hojjettu hundumaa  gadi qabii  callisaan hojjedhu. Boodarra yeroo milkooftee laphee dhiibde sodaa tokko malee haasofta.                     ━━━━❍✰ ✰❍━━━ @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA    ━━━━❍✰ ✰❍━━━
Show all...
👍 6
Photo unavailableShow in Telegram
Chanaalii kana ergaa join gootee boodaa Naa ammanii Hirbaa gaarii raftaa kolfaan guyyaa kee tolchitaa👇🏻👇🏻
Show all...
2👏 1
JOIN🌸
Chanaalii kolfaa n isiin fiixuu kanatti makama👇🏻👇🏻 https://t.me/ORO_FUNNY1
Show all...
KOTTA KOLFAA 😁😆

😁😆 Itti Bashannana irraa baradhaa Ceo of oromo

👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
✴️ 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐌𝐈𝐋𝐊𝐀'𝐀 𝐓𝐀'𝐔𝐔𝐅✴️ ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚 ✔️𝐐𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚
Show all...
🔘 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 🔘
🔴 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 🔴
🅾️ 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 🅾️
🔻 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 🔻
🔸 𝑱𝒐𝒊𝒏 🔸
Wantii kun akka isiin hin darbinee linkii gadii seena qarshii hojjedhaa👇🏻👇🏻 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5297113194
Show all...

👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Galma ke beektamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ 𝑱𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Mula'ata Kee bekku hin barbada??? →𝑴𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒎𝒖𝒍'𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 →𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒖𝒖 →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒃𝒃𝒂 𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 →𝑰𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒕𝒕𝒊𝒊 (𝒄𝒂𝒑𝒂𝒄𝒊𝒕𝒚 𝒃𝒖𝒊𝒍𝒅𝒊𝒏𝒈) →𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂'𝒖𝒖𝒏 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒂'𝒂𝒎𝒖 Channel keenya Join godhadhaa👇🏻
Show all...
🛡️ Galma Kee Baruuf 🛡️
🖼️ Hikka Jireenya Beekuuf 🖼️
📋 Dandii Sirrii Qabachuuf 📋
🙋‍♂️ Join all 🙋‍♂️