Dr Birbo Chala
Open in Telegram
This channel is created mainly for medical related discussion by our great language Afaan Oromoo. Lets make Afaan oromoo a medical language. This language deserves morethan this!
Show more2 068
Subscribers
+324 hours
+97 days
+2630 days
Posts Archive
2 068
New arrival!
We have started doing Serum Testosterone
Qorannoo hormoonii dhiiraa gochuu eegalleerra. Dhuftanii ilaalamuu dandeessu.
Kilinika G/G Wiirtuu
Teessoon kutaa magaalaa Sabbataa Gamoo Bulchiinsa haaraa bira
09-57-78-80-03
2 068
Yeroo daqiiqaa muraasan lakkaawamtu keessatti waan waggaa meeqa itti dhama'anii horatan dhabuu caala waan nama Naasisu jiraa?
Obboleessi keenyi asii gaditti mul'atu kun Obsaa Biraanuu jedhama. Mucaa qotee bulaa Carraaqee jiruu isaa fi maatii isaa jijjiiruf halkanii guyyaa hojjatuudha.Waaqnis isa milkeessee jiruu isaa fooyyeffachuuf dhagaa bu'uuraa xinnoo ishee lafa kaayyatee ture.Magaalaa san keessatti suuqii fooyyee qabu qaba ture.Achuma bukkeedhaammoo mana miizzanaas qaba ture.Midhaan bita. Guyyaa dheengaddaa balaan Ibsaa Aanaa Sabbata Awaas Magaalaa Kallachaatti halkan keessaa sa'aatii 7:00 muudatee ture. Balaa sanaanis qabeenyi Obboleessi keenyaa kun guutummaatti barbadaa'e.Balaan kun halkan ta'uun isaa ammoo namnii fi qaamni dhimmi ilaallatullee birmateefii rakkoo kana hambisuun akka hin danda’amne taasise.Kanumaan Qabeenyi isaa guutummaatti gubatanii dhuman. Qabeenyi gubates meeshaa suuqii isaa keessa jiru guutuu,Midhaan inni bitaa ture guutummaa isaa fi Even Xaa'on qonnaallee kuntaala hedduun keessa akka jiru nutti himan. Walumaagalatti qabeenya naannoo Miiliyoona 2.5 kan ta'u daqiiqaa muraasa keessatti dhabee taa'e mucichi.Namni kun nama haadha manaa fi daa'ima qabuudha. Balaa yeroo xinnoo tana keessatti uumamteen qabeenya kana hundaa dhabe. Kanumarraa kaanee Obboleessa keenya kana waan humnaatin otoo deeggarree yaada jedhuun gama keessan fide.
Loomin shantama nama tokkoof ba'aa nama shantamaaf birqii akkuma jedhamu sana otoo hin tuffatin waan humnaatin namni namummaan isinitti dhagahamu Account armaan gadii kanaan mucaa kana akka deeggartan waamicha obbolummaa isiniif goona.
CBE-1000785499402
Obsa Biranu and Bedada Ararsa & Bilisa Biranu
2 068
Vacancy at Wirtu Medium Clinic (Reposted)
Profesion-Lab Technician
Quantity-1
Requirements
1.Expriance - 2 year and above
2.Active professional licence
3.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory)
3.Gender-both
Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity
Salary-Atractive
Vacancy posted on 12/11
18EC(July 19,2026)
Deadline-19/11/18)
To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram!
Good night!
2 068
Vacancy for Lab Technician and MRT at Wirtu Medium Clinic
Vacancy 1
Profesion -1 -Lab Technician
Quantity-1
Requirements
1.Expriance - 3 year and above
2.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory)
3.Valid professional licence
4.Gender -both
Vacancy 2
1.Profesion-MRT
2.Expriance -6months and above
3.Gender both
Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity
Salary-Atractive
Vacancy posted on 12/11
18EC(July12,2026)
Deadline-20/11/18)(July 20,2026)
To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram!
Good night!
2 068
Dubaroonni Depo fayyadamaa jirtan ykn karoora qabdan ilaalaa👇👇
https://youtu.be/qhIZ3CP4is4?si=xr90PrjYu_juscx5
2 068
Full medical equipments for Medium Clinic for sale!!!!
1. oxygen concentrator
2. Patieant Bed with mattress =2
3. Iv stand =2
4. Duty bed
5. Lab. Shelf (metalic)
6. Folder shelf
7.minor set
8. Delivery set
9. OPD table = 4
10.OPD chairs
11. Patient waiting benches =4
12. Bed screen 1
13. Examination coach =2
14. Trolley -1
15. Drum 2
16. WBC chamber
17. Diff. Counter
18. H/G machine
19. Balance
20. torch light
21. Otoscope
21. Autoclave (dry)
22. BP apparatus (digital and manual)
22. centrifuge
Any one who is interested can contact 📞0940498285
2 068
Vacancy at Wirtu Medium Clinic
Profesion-General Practitioner
Quantity-1
Requirements
1.Expriance - 2 year and above(private institution Exprience is preferable)
2.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory)
3.Basic Obstetrics Ultrasound skill (preferable but optional)
4.Good communication skill
Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity
Salary-Atractive
Vacancy posted on 17/9
18EC(May 25,2026)
Deadline-25/9/18)
To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram!
Good night!
2 068
Update!
Hordoftoonni keenya akkasuma Maamiloonni kilinika G/G Wiirtuu baga jiraattan jechaa kana dura yeroo gabaabaaf tajaajila yaalaa halkanii jidduudhan sababa wayiif addaan citee kan ture ta'uun isaa beekamaadha. Haa ta'u malee guyyaa kaleessaa irraa eegalee Tajaajila sa'aa 24 tti(halkan guutuu) kan deebine ta'uu isin yaadachiisuu barbaanna. Kanaafuu sa'aa kamittuu Kilinikni Wiirtuu tajaajilaaf banaa ta'uu isin yaadachiisuu feena.
Halkan gaarii!!!!
Kilinika G/G Wiirtuu
Teessoon Magaalaa sabbataa dhaaba taaksii duraanii duuban gara lixaatti argamna.
👉09-57-78-80-03
2 068
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hunduu Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyesuus Kirstoosiin isin ga'e!
Ayyaana gaarii siiniif yaa ta'u!
መልካም የትንሳኤ በዓል፣ መልካም ፋሲካ!!!
Happy Easter!!!
Kilinika G/G Wiirtuu
2 068
Vacancy for Laboratory Department!
Profesion -Lab Technician
Quantity-1
Experience-2yr and above with active license
Salary-Atractive
Place of work -South West shoa,Tulluboolloo town!
Anyone who want to apply can contact 👉0941784490
