2 027
订阅者
-124 小时
+27 天
+130 天
帖子存档
2 027
Full medical equipments for Medium Clinic for sale!!!!
1. oxygen concentrator
2. Patieant Bed with mattress =2
3. Iv stand =2
4. Duty bed
5. Lab. Shelf (metalic)
6. Folder shelf
7.minor set
8. Delivery set
9. OPD table = 4
10.OPD chairs
11. Patient waiting benches =4
12. Bed screen 1
13. Examination coach =2
14. Trolley -1
15. Drum 2
16. WBC chamber
17. Diff. Counter
18. H/G machine
19. Balance
20. torch light
21. Otoscope
21. Autoclave (dry)
22. BP apparatus (digital and manual)
22. centrifuge
Any one who is interested can contact 📞0940498285
2 027
Vacancy at Wirtu Medium Clinic
Profesion-General Practitioner
Quantity-1
Requirements
1.Expriance - 2 year and above(private institution Exprience is preferable)
2.Language skill(both Afan oromo and Amharic is mandatory)
3.Basic Obstetrics Ultrasound skill (preferable but optional)
4.Good communication skill
Place of work-Shaggar city,Sebeta subcity
Salary-Atractive
Vacancy posted on 17/9
18EC(May 25,2026)
Deadline-25/9/18)
To apply you can 📞 0912773748 or can send scanned document on the telegram!
Good night!
2 027
Update!
Hordoftoonni keenya akkasuma Maamiloonni kilinika G/G Wiirtuu baga jiraattan jechaa kana dura yeroo gabaabaaf tajaajila yaalaa halkanii jidduudhan sababa wayiif addaan citee kan ture ta'uun isaa beekamaadha. Haa ta'u malee guyyaa kaleessaa irraa eegalee Tajaajila sa'aa 24 tti(halkan guutuu) kan deebine ta'uu isin yaadachiisuu barbaanna. Kanaafuu sa'aa kamittuu Kilinikni Wiirtuu tajaajilaaf banaa ta'uu isin yaadachiisuu feena.
Halkan gaarii!!!!
Kilinika G/G Wiirtuu
Teessoon Magaalaa sabbataa dhaaba taaksii duraanii duuban gara lixaatti argamna.
👉09-57-78-80-03
2 027
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hunduu Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyesuus Kirstoosiin isin ga'e!
Ayyaana gaarii siiniif yaa ta'u!
መልካም የትንሳኤ በዓል፣ መልካም ፋሲካ!!!
Happy Easter!!!
Kilinika G/G Wiirtuu
2 027
Vacancy for Laboratory Department!
Profesion -Lab Technician
Quantity-1
Experience-2yr and above with active license
Salary-Atractive
Place of work -South West shoa,Tulluboolloo town!
Anyone who want to apply can contact 👉0941784490
2 027
Vacancy at Wirtu Medium Clinic!!
👉Gita hojii-Reception(Kutaa simannaa)
👉Sadarkaa barnootaa-Level 4 fi isaa ol(Accounting yoo ta'e gaaridha)
👉Muuxannoo- Baatii 6 fi sanaa ol
👉Saala -Dubara
👉Afaan Oromoo fi Amaariffa haalan kan dandeessu
👉Computer skill hanga tokko kan qabdu
👉Dandeettii nama waliin waliif galuu gaarii kan qabdu
Ulaagaa kana kan guutu
👉👉09-57-78-80-03 irratti nuuf bilbilaa ykn telegram irratti document barnootaa (cv) nuuf ergaa!!
2 027
Our Dental clinic have the vacancies on the following departments:
1.Dental therapist
Exprience-5yrs+
2.Bachelor of dental science (BDS)
Exprience-4 yrs+
3. Doctor of medicine in dentistry (DMD, DDS)
Exprience-3 yrs+
Having active license is mandatory!!
Location: Oromia; East bale Zone
Salary-Atractive
Anyone who want to apply 👇👇
Phone number:0994829097
2 027
Beeksisa kiliinika G/G gurguramuuf qophaaye!
(Magaalaa Shaggar keessatti nama kilinika Banuuf fedha qabuuf carraa guddaadha)
*******
Bakki -Magaalaa shaggar naannawaa Alamganaa
Kutaalee ga'aa fi mijataa!
Meeshaalee barbaachisoo waliin kan qabu!
Maamila heddu kan tajaajilaa jiruu fi bakki isaa haalaan kan barame!
Sababni gurguramuuf : Abbaan qabeenyichaa baruumsa dabalataaf(Residency) deemuuf waan jiruufi.
Namni bituu barbaaddan
📞📞0957788003
Namni fedha qabu Seenee hojii itti hojjachuu qofa.
Medium Clinic for sale
Adress-Shaggar city around Alemgena town
Equipped with important Medical equipment
The Clinic is giving service actively!
Reason for sale -The owner of the Clinic is going to join Residency(ERMP)
Anyone who want to buy the Clinic 📞📞0957788003
2 027
Vacancy at Wirtu Medium Clinic -Sebeta
Profesion - Laboratory ( Clinical or BsC)
Exprience-6 months and above
Type of Employment-Constant
Salary - Atractive
Gender - both
To apply you can call or Send your document on .0912773748
N.B:-Speaking Afaan Oromoo is mandatory!!
Vacancy posted on 8/4/2018 E.C
Deadline 15/4/2018
Kilinika G/G Wiirtuu
Teessoon Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Sabbataa Dhaaba taaksii duraanii duuba!
2 027
Waa'ee Marsaa laguu dubartootaa irratti wantoota ijoo beekamuu qaban!
Maxxansa 57ffaa(maxxansa waggaa 2n duraa)
******
1.Dubartiin takka dhalattee naannoo waggaa 10-16 jidduutti marsaa laguu arguu jalqabdi. Durboonni hedduun garuu waggaa 13 irratti arguu ennaa eegalan,yeroo tokko tokko keessattuu biyyoota guddatan keessatti waggaa 10 gadittillee arguun ni jira.Inni akkasii Early menarche (marsaa laguu ariifatee jalqabe) jedhama.Akkasumas waggaa 16tti kan itti hin dhufne taananillee dubartiin sun ilaalamuu barbaachisa.
2.Dubartii takka marsaan laguu kan irraa deemuu qabu waggaa 45-55 jidduutti. Jiddugaleessaan waggaa 51 ennaa ta'u waggaa 40 gaditti kan dhaabatu taanan "Early Menopause " garmalee dursee dhaabachuu marsaa laguu akka jechuuti.
3.Marsaan laguu sirriin turtii guyyaa 21-35 jidduudhan deddeebi'uu qaba.dubartoonni hedduun garuu guyyaa 28 tin deddeebi'anii argu.Kanaaf marsaan tokko guyyaa 21 gadittii fi guyyaa 35 caala kan turee dhufu taanan mallattoo dhukkubaa ta'uu waan maluuf mana yaalaa dhaquu barbaachisa.
4.Marsaa laguu sirriin guyyaa 3-8 turee deema. Turtiin guyyaa saddeetii oliis mallattoo dhukkubaa ta'uu danda'a.
5.Dhiigni Marsaan laguu tokko keessatti bahu giddugaleessan 40ml ta'a. Dhiigni marsaa tokkicharratti bahu 80ml ennaa caale ykn isa kana tilmaamuun cimuu waan maluuf haala baramaa hin taanen heddumminni isaa yoo dabale inni kunilleen mallattoo dhukkubaa ta'uu mala.
6.Marsaa laguu sirriin bifti isaa gara diimaa gurraachatti (Dark red)tti deema.
Hubachiisa:-Walumaagalatti Haalli marsaa laguu haala olitti jenne kanarraa geeddarame "Abnormal uterine bleeding "(Marsaa laguu sirrii hin taane) jedhama. Inni kun ammoo agarsiistuu dhukkuba garaagaraa waan ta'eef ilaalamuu barbaachisa.
👉Marsaa laguu maaltu akka jeeqamu
taasisa?
1.Qorichoota da'iinsa ittisan
2.Harma hoosisuu
3.Dhiphina
4.Jalqaba marsaa laguu fi ennaa marsaan laguu deemuf jirullee ni jeeqama.
5.Dhukkuboota garaagaraa kan akka Kaansarii fiixee gadaamessaa,dhiitoo gadaamessaa,Tishuun Gadaamessaa bakka biraatti argamuu(Endometrosis) fi Dhukkuboonni biroo tokko tokko marsaan laguu akka jeeqamu gochuu danda'u.
Gaafii biraa qabaannan kommentii jala kaawuu dandeessu! Ilaallee siniif deebifna.
Barnoota fayyaa biroo bilisaan argachuuf karaa youtube chaanaalii 👉 https://youtube.com/@drbirbochalaofficial akkasuma telegram chaanaalii keenyaa https://t.me/birbirsochala lixxanii argachuu dandeessu.
Muddee 24,2022
Yaala fayyaa garaagaraaf Kilinika G/G Wiirtuu Magaalaa Sabbataa dhaaba taaksii duuban gara lixaa!!
Fayyaa hin dhabinaDr Birbo Chalala
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
