407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Posts Archive
Jaarsa umriin isaa torbaatamoota keessaa tokkootu akkana jachuun gorsa laate.
1. Dubartii jaalattuuf jattee ; dubartii si jaalattu hin dhiisin.
2. Sijaaraa qabsiifachuuf bosona hin gubin.
3.Du’uu kee dura jiraachuu kee mirkaneeffadhu.
https://t.me/obora_7
Osoo fayyaa qabnuu
Osoo gammachuu qabnuu. Rabbiin baati kabajamtuu fi jaalatamtuu baati RAMADAANAA tin nu haa gahu.
Alhamdulillaah
Haadha manaatu abba manaatiin
"Bakkan sitti heerume osoon sheyxaanatti heerumee irra naaf wayya!" jetteen.
Abbaan manaas:
"Akka shari'aatti obboleessi obboleettii ofii fuudhuun dhoorkaadha" jedhee deebiseef 😄
Jaarsi itti hin hambifne 😊
Namni dubbiin galteef qofti seeqi link asi Gaadi kana Subscribers nuu godhi hanga dhumati Dhageefadhu mee
Obora inspire irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
Waa’een keenya:
Akka hin dubbanne hiibboodha
Wal hoofa - wal harkisa
Akka hin dhiisne cittoodha
Si hooqa - si rakkisa!
=> Dhiifama godhi jechuun
hin miidhamne jechuu miti
of keessatti jibba baachuun
si miidha jechuudha malee.
Oduun namaaf bakka hin qabu
sababnisaas oorbiiti mataa kootii
keessan jiraadha waan ta’eef.
••
Namoota 3 jireenya khee kheeysaa firraa baasi
=====
🩸Nama hamilee/mooraalii khee gadi buusu kha gatii tee siif hin beeyne
🩸Nama yaada ati dhiheeysite balleeysuun itti tolu; kha suma gad dhawuun isa gammachiisu.
🩸Nama jireenyi ati yeroo dheeraaf isa waliin jiraatte biratti salphate.
Channel kaka'uumsaa fi haaromsa sammuu keenyaaf barbaachisu kana irraa guyyaa guyyaadhaan soorata sammuu akkasumas yaadota miidhagoo xinsammuu keenyaaf itti gargaaramnu ni arganna! Join and share
𝚈𝚊𝚊𝚍af 𝙶𝚊𝚊𝚏𝚏𝚒𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚍𝚊n
𝙉𝙖𝙢𝙤𝙤𝙣𝙣𝙞 𝙝𝙚𝙙𝙙𝙪𝙪𝙣 𝙗𝙖𝙠𝙠𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣 𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙙𝙤𝙜𝙤𝙜𝙜𝙤𝙧𝙖𝙣, 𝙟𝙖𝙡𝙦𝙖𝙗𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙩𝙖𝙖𝙣𝙚 𝙮𝙠𝙣 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙗𝙖𝙙𝙖𝙖 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖𝙖𝙣 𝙢𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖𝙣𝙞𝙞𝙩𝙞, 𝙖𝙘𝙝𝙞 𝙗𝙤𝙤𝙙𝙖 𝙬𝙚𝙮𝙩𝙖 𝙨𝙞𝙡𝙖𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙨𝙞𝙧𝙧𝙞𝙞𝙩𝙞𝙣 𝙬𝙖𝙡𝙞- 𝙙𝙝𝙪𝙛𝙖𝙣𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣 𝙖𝙢𝙢𝙤𝙤 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪𝙪 𝙙𝙝𝙖𝙖𝙗𝙖𝙣𝙞𝙞 𝙟𝙞𝙧𝙪.
https://t.me/obora_7
Osoo fayyaa qabnuu
Osoo gammachuu qabnuu. Rabbiin baati kabajamtuu fi jaalatamtuu baati RAMADAANAA tin nu haa gahu.
Alhamdulillaah
🧷 Nama Wantoota Sadan Kana Si Keessatti Arguu Dandaa'u Qabaachuun Milkaa'ina!
1 ) Gadda Kolfa Kee Duuba Jiru!
2 ) Jaalala Aari Kee Duuba Jiru!
3 ) Sababa Callisuu Kee Duuba Jiru!
Mee har'a gaaffin isin gaafadha
Dhuguma iddoo si madaalu jirtaa?
Miti yoo jette.
Iddoo si madaaluf hoo of qopheesitee jirtaa?
haala kamiin yoo jette
karoorri kee baay'ee akka ta'e nan beeka. Garuu immoo karoora kee galmaan gahuuf wantoota si barbaachisan maal fa'a gochaa jirta? Iddoon Oolmaa kee maal fakkaata? Namoota akkamii waliin oolta?
(Balali'uu feeta taanan Qurxummii waliin ooluu hin qabdu, olmaan kee allaattiwwan waliin ta'uu qaba). Sababni isaa hattuu shan waliin oolta taanan hattuu jahaffan si'i, biliyeenara shan waliin oolta taanan dhimma yerootifi malee biliyeenarri jahaffaan si'i. Boru ofitti gammaduu yoo feete, har'a wanta of harkaa qabduun wanta inni siif danda'e eegali. Jabaadhu ishii
Oolmaa gaarii isiniif haa ta'u🙏🏽
Namoonni si jaalatan hir'ina kee har'aa hin argan,
Sababni isaas guutuu kee boruu ilaaluu danda'an waan ta'eef.❤👌
Ergaa dabalataaf
Am I out of my head?
Am I out of my mind?
If you only knew the bad things I like
Don't think that I can explain it
What can I say, it's complicated
Don't matter what you say
Don't matter what you do
I only wanna do bad things to you
So good, that you can't explain it
What can I say, it's complicated
Namoonni fayyadamaa hin jirre itti fayyadamaa
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/obora_7
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii baafattu
👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇
https://t.me/obora_7
Hojii biraa argachuuf Hojii_online join godhaa
Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa Gaaffii_hojii_bot tiin nu dubbisuu dandeessu
