en
Feedback
Obora inspire

Obora inspire

Open in Telegram
407
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-630 days
Posts Archive
Hiriyyaa gaarii qabaachun; kennaa guddaadha!!! Hiriyyaa kee jabeeffadhu!!!

Kan darbe mataa kee keessa jira. egereen immoo harka keessan jira. ━━━━━━━━━━━ 🖋️@obora_inspire_bot🖌️

Kan mo’amuu sodaatu ​​mo’amuun isaa beekamaadha. —Napoleon ━━━━━━━━━━━ 🖋️@Kan mo’amuu sodaatu ​​mo’amuun isaa beekamaadha. —Napoleon ━━━━━━━━━━━ 🖋️@obora_inspire_bot🖌️

Namni hundi dhuma irratti akka si dhiisu amani. Namni dhaabbataadhaan si bira hin turu, kanaaf akkamitti kophaa kee jiraachuu akka dandeessu baradhu. ━━━━━━━━━━━ 🖋️https://t.me/obora_7

Nama yeroo hunda waa'ee jijjiiramaa dubbatu garuu tarkaanfii jalqabaa gonkumaa hin fudhanne hin ta'in. ━━━━━━━━━━━ 🖋️@obora_inspire_bot

Wanti hundi kan uumamuuf sababa qaba. Jiraadhu, jaalladhu irraa baradhu. ━━━━━━━━━━━ 🖋️https://t.me/obora_7       

👉#Seenaa garaa nama nyaatu dubbisaa... Mucaa tokkotu yommuu harmeensaa gabaa dhaqxu hojii hojjechaa oole hundaaf gatii shallagatee Shallaga gatii kanas xalayaadhaan barreessee minjaala irra kaa'e. Harmeensaa dhuftee yommuu xalayaa sana bantu akkas jedha, "Gatii ati har'a naaf kaffaluu qabdu akka armaan gadiiti. -Amma ati gabaatii galtutti kanan obboleettii koo ishee xinnoo eegeef qarshii 1. -Kanan mana qulqulleesseef qarshii 1. -Kanan laga bu'ee bishaan waraabeef qarshii 2 -Kanan uffata miicame bakkeedhaa funaanee manatti ol galcheef saantima 0.75 naaf kaffaluu qabda." kan jedhu barreefamee jira. - - Harmeensaa xalayaa sana erga dubbistee fixxee booda, galagalchitee duubasaarratti akkas jettee barreessite, "-Kanan ji'a sagal caalaa garaa koo keessatti si baadhee si da'eef meeqa naaf kaffalte? -Xurii fi ajaa kee sirraa miicee isan si guddiseef meeqa naaf kaffalte? -Akka ati guddattee nama taatuuf isan sitti cabe meeqa naaf kaffalte? -Abiddaan guggubadhee isan hojjedhee ganamaafi galgala si nyaachisuuf meeqa naaf kaffalte..? Anoo isa ati jette kana siifan kaffalaa, ati garuu isan siif oole hundaa kaffaluu dandeessaaree?" jettee barreessitee xalayaa sana achuma minjaala irra keesse. - - Mucaanis Xalayicha fuudhee dubbise. Imimmaan ijarra dhangala'e. Obsa dhabee sagalee ol fuudhee boo'e. Quba isaa ishee xalayaa sana barreessite gaabbiidhaan abaare. Harmeesaatti maramee dhiifama gaafate! Nama jireenya isaa Guutuu siif jiraate gatii kamiinuu dorgomsiisuu hin qabdu. Haati ofii goota Jaalalaati!♥️ Galatooma ✍️ Mubii Jaalataa irr

✌️Dhirri Tokko Jaalalan Qabamuf Second 24 itti fudhata Shamari tokko Jaalalan Qabamuf saa'ati 24 itti fudhata Jedha 🫣Sayinsin😂

Wanta boosseefii dhabde Kolfaa geggeessuun Falaa Jerjertee hin gammadin Hin gaddinis namana Hunduu bulee siif galaa

✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.       Roobart Mugaabee.

Jaalalli jiraannan waanti hunduu namatti tola. 💯

Shammaran Yeroo Hi Sin Jennu Gaffii Jaalala Siniti fakkatu Nagaa kessanidhay😏

Jaalala bitachuu hin dandeessu, garuu gatii guddaa kaffaltaafi.

Siif Jedhee addunyaa kana nan gubaa jedhe àduun yeroo ji'aa janajanu😂

Durummayyu Araadaan Jaalalaa malee Jaalallee Hin qabu 🥹🫡

❤️𝘕𝘢𝘮𝘯𝘪 g𝘢𝘢fa k𝘶𝘧𝘵𝘦 o𝘭 s𝘪 q𝘢𝘣𝘶 n𝘢𝘮𝘢 g𝘢𝘢𝘧𝘢 dhaabbattu s𝘪 baatu c𝘢𝘢𝘭𝘢 😍

✌️Dhirri Tokko Jaalalan Qabamuf Second 24 itti fudhata Shamari tokko Jaalalan Qabamuf saa'ati 24 itti fudhata Jedha 🫣Sayinsin😂

Yeroo tokko tokko miira sitti dhagahameefii haala keessa jirtu Dubbachuu irra calisuufii obsuun dawaa mana yaalaa Kam irraayyuu hin argamneedha.

Dhiira kaayyoof siingiloome Gadheen Durba dhabe Seeti 😜 @obora_inspire_bot

Guyyaa Hunda si Arguu Baadhus Guyyaa hundayyuu sin jaalladha Habibti 😍 @obora_inspire_bot