253
Subscribers
No data24 hours
+87 days
+1930 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+17
in 1 channels
November '24
+36
in 0 channels
Get PRO
October '24
+22
in 0 channels
Get PRO
September '24
+277
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 09 December | +5 | |||
| 08 December | +1 | |||
| 07 December | +2 | |||
| 06 December | +1 | |||
| 05 December | +3 | |||
| 04 December | +1 | |||
| 03 December | +1 | |||
| 02 December | +1 | |||
| 01 December | +2 |
Channel Posts
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Qajeelfama Murteessa Qallaba Daa’immanii Manneen Murtii Federaalaa lakk. 1/2016
የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት የሕፃናት ቀለብ አወሳሰን መመሪያ ቁጥር 1/2016
https://t.me/eluLaw
| 2 | 231732.pdf | 185 |
| 3 | 554-2016.pdf | 221 |
| 4 | +9 24_የደቡብ_ምእራብ_ክልል_የግዥ_እና_ንብረት_አስተዳደር_አዋጅ.pdf | 252 |
| 5 | በኢንቨስትመንቶች ውስጥ ለሚሰሩ የውጭ አገር ሰራተኞች የስራ ፈቃድ የ ሚሰጥበት እና ከውጭ አገር ሰራተኞች ወደ ኢትዮጵያውያን የሚሸጋገር እውቀት እና ክህሎት አፈፃፀምን ለመምራት የወጣ መመሪያ መመሪያ ቁጥር 772/2021 | 175 |
| 6 | Share Capital Market Share Directive.pdf | 217 |
| 7 | 💬ማብራሪያ
የሰነደ ሙዐለ ንዋዮች፣ የተዛማጅ ውሎችና ያልተማከለ የጠረጴዛ ዙርያ ገበያዎች የፈቃድ አሰጣጥ፣ የአሰራርና የቁጥጥር መመርያ ቁ 1009/2016 ማብራሪያ
#Ethiopia 🇪🇹
Contact : 📱 @samuelgirma
ሳሙኤል ግርማ
የሕግ አማካሪና ጠበቃ
📞 0911-190-299
👉 t.me/+TE8_8RXdfIsqGEKn
👉 t.me/+TE8_8RXdfIsqGEKn
Join us on Telegram
👉 @ethiopian_law
🙏
👉 @tebeka
#አክሲዮን #Share
#Ethiopia 🇪🇹 #ህግ #lawyer #ጠበቃ #ሳሙኤልግርማ #AddisAbaba #samuelgirma #law #capitalmarket
አዲስ አበባ ኢትዮጵያ 🇪🇹 | 202 |
| 8 | Qajeelfama Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa.pdf | 138 |
| 9 | +2 የባንክ ሥራ ረቂቅ አዋጅ ማብራሪያ .pdf | 153 |
| 10 | Share 4_5818731511192491302.pdf | 274 |
| 11 | Dambii Bulchiinsa Invastimantii Naannoo Oromiyaa Lakk.244.pdf | 297 |
| 12 | Dhimma Aangoo Manneen Murtiitiin Wal Qabatee dhaddacha Idilee MMWFtiin oliyyannoodhaan ilaalamee dhaddacha gaafa 23/05/2016 ooleen Lakk.Ga.247107 ta'e irratti murtaa'edha.
Desalegn B. | 404 |
| 13 | 17 እግዚአብሔርም የብላቴናውን ድምፅ ሰማ፤ የእግዚአብሔርም መልአክ ከሰማይ አጋርን እንዲህ ሲል ጠራት፡— አጋር ሆይ፥ ምን ሆንሽ? እግዚአብሔር የብላቴናውን ድምፅ ባለበት ስፍራ ሰምቶአልና አትፍሪ።
'ኦሪት ዘፍጥረት 21:17'
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.nippt.bible.free&hl=en | 318 |
| 14 | The Two Witnesses - https://beta-sabbath-school.web.app/lesson/2024-05-04/ | 341 |
| 15 | https://www.ezega.com/Jobs/viewjobposting/89862/Junior-Lawyer-I | 490 |
| 16 | https://www.ezega.com/Jobs/viewjobposting/89858/Finance-and-Admin-Officer | 443 |
| 17 | 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Qorannoon olitti ibsame kun, Institiyuutii Qorannoo Imaammataatiin (Policy Studies Institute) mata duree ‘FDRE Constitution after three decades: Inquiring into whether and what to amend’ jedhu irratti kan gaggeeffame yemmuu ta'u dhimmoota ijoo sagal kan bu’uureffateefi yaada furmaata mataa isaa kan kaa’edha. Ogeessonni carraa dubbisuu hin arganne dubbisaa, qoradhaa!!
Qorannichi Mala qorannoo akkamtaa (Qualitative Research Method) fi mala namoota waa’ee qorannichaa ilaalchisee beekumsaafi muuxannoo qaban (1123) gaafachuu (Survey Method) gargaaramuun kan gaggeeffame ta’uu ni agarsiisa.
Gaaffilee waliigalaafi Deebii Kenname jedhame:
1.Heerri Mootummaa FDRI jijjiiramuu qabaa? %75 Heerri Mootummaa FDRI akkuma amma jirutti itti fufuu hin qabu, jijjiiramuu qaba kan jedhan ta’uu ibsa. Sababa wayita kaa’u: bakka nu hin bu’u, yeroo dheeraa ture, wal dhabbii sabummaadhaan ka’aa jiruuf haala mijataa uume jedhu. Akka malee baay’inaan jijjiiramuu qaba kan jedhan namoota naannoo Amaaraa yemmuu ta’u, naannoon Affaar sadarkaa lammaffaa irratti argama. 2.Fooyya’uu (Jijjiiramuu) qabamoo Keessa Deebiin Ilaalamuu haaromuu qaba? %77 jijjiiramuu qaba jedhaniiru.
Tumaalee Fooyya’uu qabaniin wal qabatee, qorannichi:
1.Sirni Federaalizimii deeggarsa uummataa qabaa? gaaffii jedhuuf harki caalu (71%) sirni mootummaa filatamaan ‘federaalizimii ta’uu, federaalizimiin kunis hanga ta’e garaagarummaa ilaalcha keessa kan galchuu qabu ta’uu, garuu immoo sabummaan qajeeltoo bu’uuraa ta’uu hin qabu jedhaniiru.
2.Yaada seensa (preamble) keessatti ibsameen wal qabatee namoonni naannoo Amaaraafi naannoo Kibbaa tokko tokko irraa gaafataman; jechoonni ‘nuti saboonni….kan jedhuufi ‘hariiroo seenaa haqa qabeessa hin taane qabna’ kan jedhu haqamuu qaba, uummata qoqqooda, eenyummaa biyyoolessummaa xiqqeessa kan jedhan yemmuu ta’u, Naannoon Oromiyaa, Benishangul, Harari, Somaalee ..immoo akkuma jirutti yoo itti fufe gaariidha jedhan.
3.Asxaa Biyyoolessaa alaabaarra jiru kan morman %40 ol yemmuu ta’u, kan deeggaran gara %40tti siqu. %10.6 ni callisan jedha. Namoonni morman mallattoon alaabaarra jiru uummata biyyattii qoqqooda, hojii sheexanummaa akka ta’etti kan ibsan yemmuu ta’u, warri deeggaran immoo garaagarummaafi tokkummaa kan ibsudha jedhu.
4.Heera Mootummaa FDRI kwt 8tiin wal qabatee bifuma seensa heerichaa irratti kaasaniin yaada mormiifi deeggarsaa kaasaniiru.
5.Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa-Afaan hojii dabalataa jiraachuu qabamoo hin qabu kan jedhu ilaalchisee %24.5 jiraachuu qaba jechuun yaadicha cimsanii kan deeggaran yemmuu ta’u, %20.6 yaadicha cimsanii mormaniiru. Warri deeggaran jijjiiramoota uumaman kan bu’uureffatan yemmuu ta’u, warri morman immoo afaan Amaaraa waantota nu tokkoomsan keessaa tokkodha, afaan biroo dabaluun haala qabatamaa ammaatiin baasii ol’aanaadhaaf saaxila, wal qunnamtii (wal hubannaa) sabaafi sablammii irratti rakkoo uuma jedhu.
6.Federaalizimii Naannooleen ishee Sabummaa irratti hundaa’e haaluma jiruun itti fufuu qabamoo haaromuu qaba kan jedhuun wal qabatee %54.14 haaromuu qaba kan jedhan ta’uufi %38 haaluma amma jiruun itti fufuu qaba jechuun sodaa isaaniis ibsataniiru.
7.Heera Mootummaa kwt 39(3)fi 39(4)n wal qabatee namoonni, duraa duubaan, harki 53%fi 75% fooyya’uu qaba kan jedhan yemmuu ta’u, keewwatni 39(4) akkuma jirutti itti fufuu qaba kan jedhan %20 gadidha.
8.Dhaabbileen siyaasaa sabummaa bu’uureffatanii ijaaramuudhaan wal qabatee namoonni %70tti siqan tumaan dhaabbileen siyaasaa sabummaa bu’uureffachuun hundaa’uu hin qabu jedhu heerichatti dabalamuu qaba kan jedhan yemmuu ta’u, %21 kan ta’an immoo mormaniiru.
9.Haala Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetiin wal qabatee namoota deebii kennan keessaa %60 kan ta’an Finfinneen haaluma ammaa kanaan itti fufuu qabdi kan jedhan yemmuu ta’u, kophaatti of danda’uu qabdi kan jedhaniifi namoota Oromiyaa irraa deebii kennan keessaa %70 kan ta’an Finfinneen guutummaatti bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa jala seenuu qabdi akka jedhanitti ibsa.
Argannoofi yaada furmaataa qorannichaa gadi fageenyaan hubachuuf guutummaa isaa dubbisaa!! | 411 |
| 18 | Labsii Gumii Calaltuu Dhimmoota Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa | 317 |
| 19 | የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት የ2016 መጀመሪያ ዓ.ም. ውሳኔዎች ስብስብ
በዳንኤል ፍቃዱ / ጠበቃና የህግ አማካሪ/ | 331 |
| 20 | Murtii jajjabeeffamuu qabu | 460 |
