Gefersa Burayu Full Gospel Believers Church
Open in Telegram
Amantoota Gara Guutummaa Kiristoositti Guddisuu!
Show more638
Subscribers
No data24 hours
+17 days
No data30 days
Data loading in progress...
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+9
in 0 channels
June '26
+25
in 0 channels
Get PRO
May '26
+10
in 0 channels
Get PRO
April '26
+14
in 0 channels
Get PRO
March '26
+8
in 0 channels
Get PRO
February '26
+5
in 0 channels
Get PRO
January '26
+13
in 0 channels
Get PRO
December '25
+20
in 0 channels
Get PRO
November '25
+10
in 0 channels
Get PRO
October '25
+20
in 0 channels
Get PRO
September '25
+19
in 0 channels
Get PRO
August '25
+7
in 0 channels
Get PRO
July '25
+15
in 0 channels
Get PRO
June '25
+16
in 0 channels
Get PRO
May '25
+27
in 0 channels
Get PRO
April '25
+58
in 0 channels
Get PRO
March '25
+50
in 0 channels
Get PRO
February '25
+11
in 0 channels
Get PRO
January '25
+26
in 1 channels
Get PRO
December '24
+16
in 0 channels
Get PRO
November '24
+33
in 0 channels
Get PRO
October '24
+6
in 0 channels
Get PRO
September '24
+52
in 0 channels
Get PRO
August '24
+74
in 0 channels
Get PRO
July '24
+8
in 0 channels
Get PRO
June '24
+346
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 29 July | 0 | |||
| 28 July | 0 | |||
| 27 July | 0 | |||
| 26 July | 0 | |||
| 25 July | 0 | |||
| 24 July | 0 | |||
| 23 July | 0 | |||
| 22 July | +1 | |||
| 21 July | +1 | |||
| 20 July | +1 | |||
| 19 July | +1 | |||
| 18 July | 0 | |||
| 17 July | 0 | |||
| 16 July | 0 | |||
| 15 July | +1 | |||
| 14 July | 0 | |||
| 13 July | +1 | |||
| 12 July | +1 | |||
| 11 July | 0 | |||
| 10 July | 0 | |||
| 09 July | 0 | |||
| 08 July | 0 | |||
| 07 July | 0 | |||
| 06 July | +1 | |||
| 05 July | 0 | |||
| 04 July | 0 | |||
| 03 July | 0 | |||
| 02 July | +1 | |||
| 01 July | 0 |
Channel Posts
| 2 | Kanaaf akkuma ijoollee jaallatamootti fakkeenya Waaqaa duukaa buʼaa;
Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Waaqaa biratti hin barbaachisuutii. Galateeffachuu malee haasaan qaanii yookaan dubbiin gowwummaa kan faayidaa hin qabne yookaan qoosaan namatti hin tolle isin gidduu hin jiraatin. Halaleen yookaan xuraaʼaan yookaan sassattuun jechuunis kan Waaqa tolfamaa waaqeffatu mootummaa Kiristoosii fi kan Waaqaa keessaa akka dhaala tokko illee hin qabne beekaa. Namni tokko iyyuu dubbii faayidaa hin qabneen isin hin gowwoomsin; sababii waan akkanaatiif dheekkamsi Waaqaa warra hin ajajamnetti ni dhufaatii. Kanaafuu isin waan isaan hojjetan keessatti hin hirmaatinaa.
Isin dur dukkana turtaniitii; amma garuu Gooftaadhaan ifa taataniirtu. Akka ijoollee ifaatti jiraadhaa; iji ifaa gaarummaa, qajeelummaa fi dhugaa hunda keessatti argamaatii;
Efesoon 5:1, 3-9 | 73 |
| 3 | Kanaafuu ani waan kana isinitti nan hima; maqaa Gooftaatiinis jabeessee isinitti nan dubbadha; isin siʼachi akka Namoonni Ormaa warri yaadni isaanii faayidaa hin qabne sun jiraatanitti hin jiraatinaa. Sababii mata jabina isaaniitiinis waan wallaalummaan isaan keessa jiruuf hubannaan isaanii dukkaneeffameera; jireenya Waaqaa keessaas baʼaniiru. Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman.
isin dhugumaan akkuma dhugaa Yesuus keessa jiru sanaatti waaʼee Kiristoos dhageessanii isumaanis barsiifamtaniirtu. Haala jireenya keessan kan durii, eenyummaa keessan moofaa hawwii gowwoomsaa isaatiin xuraaʼe sana dhabamsiisaa; hafuura yaada keessaniitiinis haaromfamaa; namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Waaqaatiin uumame sana uffadhaa.
Efesoon 4:17-19, 21-24 | 64 |
| 4 | No text... | 65 |
| 5 | https://youtu.be/tzoTBGqRAHg | 114 |
| 6 | Voice message | 148 |
| 7 | Dorgommii fiigichaa keessatti akka warri fiigan hundinuu dorgoman, garuu akka namni tokko qofti badhaasa argatu hin beektanii? Isinis akkasuma akka badhaasa argattaniif fiigaa! Namni dorgommii keessatti dorgomu hundinuu leenjii cimaa keessa darba. Isaan gonfoo badu argachuuf waan kana godhu; nu garuu gonfoo hin badne argachuuf waan kana goona. Kanaafuu ani akka nama kaayyoo malee fiiguutti hin fiigu; akka nama qilleensa rukutuutti hin lolu. Ani garuu warra kaaniif lallabee akka ofii kootii immoo nama gatame hin taaneef dhagna koo adabee akka inni naa ajajamu nan godha.
1 Qorontos 9:24-27 | 147 |
| 8 | Voice message | 161 |
| 9 | Guyyaa 1ffaa
Far. 139
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Yaa Waaqayyo, ati qortee na ilaalteetta, na beektas!
² Taa'uu koo fi ijaajjuu koo in beekta, fagoodhaas yaada koo in hubatta.
³ Ka'ee adeemuu koo fi ciisuu koos gargar in baafatta, karaa jireenya koo hundumaas keessa in beekta.
⁴ Utuma dubbiin afaan kootii hin ba'in, isa ani jechuuf ture hundumaa ati dur illee beekte, yaa Waaqayyo!
⁵ Ati karaa hundumaan naannoo kootti argamtee, harka kee ana irra qabdee jirta.
⁶ Wanta dinqisiisaa akkasii kana beekuun humna koo gararraa dha, anaa ol, isa bira ga'uus hin danda'u.
⁷ Hafuura kee duraa eessa nan dhaqa? Fuula kee duraas eessatti nan baqadha?
⁸ Bantii waaqaatti yoon ol ba'e, ati achi jirta! Iddoo lafa jalaa keessa yoon ciises, ati achittis immoo in argamta!
⁹ Ani baallee baasee akka ifa bariitti balali'ee, galaana dhidhimaa qarqara utuun qubadhee,
¹⁰ silaa achitti immoo harki kee na geggeessa, harki kee mirgaas jabeessee na qaba ture.
¹¹ Ani, "Dukkanni ana irra haa bu'u, ifni guyyaas naannoo kootti halkan haa ta'u!" yoon jedhe,
¹² dukkanni iyyuu si duratti hin dukkanaa'u, halkan akkuma guyyaa in ifa; dukkanni immoo akkuma ifaa in ta'a.
¹³ Keessa namummaa koo situ uume, gadameessa haadha koo keessatti situ na tolche;
¹⁴ isa ati guddaa dinqisiisaa gootee na uumteef, ani galata siif nan galcha; gochaan kee waanuma raajii ti, anis kana ba'eessa godhee nan beeka.
¹⁵ Ani dhoksaatti yommuun hojjetame, gadameessa [isa akka lafa gad fagootti ilaalamu] keessatti yommuun tottolfame lafeen koo iyyuu si duraa hin dhokanne.
¹⁶ Nama ta'uun koo utuu hin beekamin iji kee na arge, dhaladhee barri jireenya koo lakkaa'amuu utuu hin jalqabin, guyyoonni anaaf yaadaman guutummaatti macaafa kee keessatti caafaman.
¹⁷ Yaadni kee maal maal anatti jabaata, yaa Waaqayyo! Guutummaattis maal maal baay'ata!
¹⁸ Ani lakkoobsa isaa himuu utuun yaalee, cirracha irra in baay'ata; kana yaaduu keessaa yeroon dammaqus, amma iyyuu sii wajjinan jira.
¹⁹ Nama jal'aa utuu ajjeeftee, yaa Waaqayyo! Warri dhiiga namaa dhangalaasanis anattii haa fagaatan!
²⁰ Isaan hamaadhaaf waa'ee kee in dubbatu, warri siin mormanis akkasumaan maqaa kee in kaasu.
²¹ Yaa Waaqayyo, ani warra si jibban hin jibbuu ree? Warra si irratti ka'anis ani hin ciigga'uu ree?
²² Jibba guutuu isaan nan jibbe, isaan diina anatti ta'aniiru.
²³ Qorii na ilaali, yaa Waaqayyo, garaa koos beeki! Na fonqolchi, yaada koos beeki!
²⁴ Karaa nama miidhu irra bu'een jira yoo ta'e ilaali, karaa bara baraan jiraatu irra na geessi! | 167 |
| 10 | Guyyaa 1ffaa | 159 |
| 11 | NAGAAN ISINIIF!
Sagantaan Dargaggootaa keenya har'aa SUMMARY Ergaa Gara Ibiroota Boqonnaa 1-3 waan kennamuuf harcaatii malee haa hirmaannu dargaggootni. Sa'a 9:30 jechuun yeroo itti sagantaan jalqabuudha | 188 |
| 12 | Gadhiifameera.
https://youtu.be/OEhwHcGGyRs?si=IUrKVcjhCeUgtEm9 | 363 |
| 13 | https://youtube.com/@bethelejigu?si=v-m4DqmRsykOQDDF | 325 |
| 14 | Bethy Cut-Out.mp4 | 335 |
| 15 | Share this also | 336 |
| 16 | IMG_1031.JPEG | 455 |
| 17 | Nagaan Waaqayyoo isiniif haa ta'u. Faarfattuu waldaa keenyaa kan taate Beetel Ijjiguu faarfannaa haaraa mata dureen isaa, "Humna Jaalala Kee" jedhu qabattee dhufaa jirti. Guyyaa lama booda waan gadhiifamuuf namootni Miidiyaa qabdan irratti beeksisuufii barbaaddan posture kana har'a sa'a 9:00 tti walfaana waan maxxansinuuf hirmaachuu dandeessu! | 439 |
| 18 | BEEKSISA!
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u. Bor Waaree booda sa'a 9:00 tti Sagantaan Dargaggootaa keenya BS itti fufa. Kanaaf namootni hunduu Dubbii Waaqayyoo dheebuu guddaadhaan qayyabachuuf yeroodhaan haa argamnu!! Ijoolleen akkasumaan nutti baree dhangaa Waaqayyo mana isaa keessatti nuuf qopheesse dhiifnee dhimmoota kiiloo hin kaafneef, sababoota Waaqayyo hin mirkaneessineef iddoo biraatti yeroo keenya dabarsaa jirru utuu carraa qabnuu, utuu yeroon jiruu of irratti haa dammaqnu! Obbolootako, carraan amaluma isaan yeroo ta'e tokko qofaaf namaaf kennama. Takkaa nama baanaan boqonnaan itti aanu gaabniidha. Maaltu immoo hamma tokkummaa obboloota gidduutti argamanii DUBBII WAAQAYYOO nyaachuu nama fayyada?? Dhugaadha, HOMTUU!! Kanaaf adaraa waamicha Waaqayyoo jalaa hin didinaa! Yeroodhaan argamaa! | 489 |
| 19 | Iddoo Muraasa Qofa Qabna! Dafaa Galmaa'aa! | 402 |
| 20 | Nagaan Gooftaa isiniif haa baay'atu, jechaan sagantaan dargaggootaa keenya har'as yeroo isaa eeggatee qayyabannaa Macaafa Qulqulluuttin kan itti fufu ta'a! | 529 |
