Maree Corner
Open in Telegram
1 003
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-1630 days
Posts Archive
1 003
Nun dhiisan jennee warri nuti yaadne hundumtuu nu dhiisaniiru.
Waaqayyo garuu nuu wajjin jira.
1 003
Nun dhiisan jennee warri nuti yaadne hundumtuu nu dhiisaniiru.
Waaqayyo garuu nuu wajjin jira.
1 003
Namoota negative ta’an ofirraa fageessi!
Isa darbe irraanfadhu!
Dogoggorakee amani!
Akka haaraatti jireenya jalqabi!
1 003
Jijjiiramni nama dhukkubsuu danda’a, guddinnaaf jettee dhukkubsachuu dandeessa, akka iddoo namaaf hin malle cal jedhanii taa’uu garuu waanti nama dhukkubsu hin jiru.
1 003
Waanti ati har’a hojjettu, waa’ee borii akka ati itti yaadduun bocama.
Timothy keller
1 003
Waanta namootni baayyee gochuu danda’an utuu hin taane, waanta namootni muraasi gochuu danda’antu nama jabaa si godha.
Fakkeenyaaf:- namootni araada(suusii) keessa seenan baayyeen isaanii ittiin rakkatu, kan ittiin du’aniyyuu danuudha.
Namootni baayyeen balleessaa ofii isaaniitiif sababa kennu malee dhiifama gaafachuun itti ulfaata. Namni balleesseera dhiifama naaf godhi jedhu garuu nama guddaadha.
Bara kana keessa dhimmasheeti, ha baddu namni namaan jedhu lakkoofsa hin qabu. Waliif danda’ee jaalala dhugaa kan jiraatu garuu inni nama guddaadha.
Namni hunduu mootummaa waaqayyoo galuu barbaada. Garuu qabeenya isaa gurguree hiyyesotaaf hiruu hin danda’u.
Namni kana godhu garuu nama guddaadha. (Nuti garuu Isa qabeenya qabuun guddaa jenna malee isa qabeenya isaan hiyyeessota gargaareen hin jennu)
Namni baayyeen nama jibbuu danda’a.
Namni nama jaallatu garuu nama guddaa dha.
Waanta namootni baayyeen godhan waan salphaa eenyuyyuu gochuu danda’uudha waan namni muraasi godhu gochuun garuu nama jabaa akka jedhamtu si taasisa!!
1 003
Namoota hundumaa wajjin guyyaa dhumaa nuti qabaannu tokko jira, guyyicha garuu hin beeknu.
