en
Feedback
Maree Corner

Maree Corner

Open in Telegram
1 003
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-1630 days
Attracting Subscribers
February '25
February '25
+2
in 0 channels
January '25
+7
in 0 channels
Get PRO
December '24
+16
in 0 channels
Get PRO
November '24
+71
in 0 channels
Get PRO
October '24
+106
in 0 channels
Get PRO
September '24
+145
in 0 channels
Get PRO
August '24
+837
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
25 February0
24 February0
23 February0
22 February0
21 February0
20 February0
19 February0
18 February0
17 February0
16 February+1
15 February0
14 February0
13 February0
12 February0
11 February0
10 February0
09 February0
08 February0
07 February0
06 February0
05 February0
04 February0
03 February+1
02 February0
01 February0
Channel Posts
YouTube channel 👇👇👇 https://www.youtube.com/@MareeCorner

2
Coming up on maree corner
Coming up on maree corner
411
3
Isa barabaraaf amanatte waggaa 70f hin shakkin!
637
4
Namoota gara waan gaariitti si dhiibanii wajjin ooli!
895
5
Dammi muuzii caalaa akka minyaa’u, jaldeessa amansiisuu hin dandeessu!
939
6
Nun dhiisan jennee warri nuti yaadne hundumtuu nu dhiisaniiru. Waaqayyo garuu nuu wajjin jira.
999
7
Adurreen leenca ta’uu yoo barbaadde, hantuuta kajeeluu dhiisuu qabdi.
1 099
8
Waan barbaadduuf hin loltu taanaan, waan dhabdeef hin boo’in!
1 155
9
Waanti ati barbaaddu, waan sirraa barbaadu qaba.
1 216
10
No text...
1 190
11
You can not be poor and busy!
1 080
12
Namoota negative ta’an ofirraa fageessi! Isa darbe irraanfadhu! Dogoggorakee amani! Akka haaraatti jireenya jalqabi!
1 144
13
Nama eeggadhu! Namarraas of eeggadhu! Namni nama kuffisa, namni lafaas nama kaasa!
Nama eeggadhu! Namarraas of eeggadhu! Namni nama kuffisa, namni lafaas nama kaasa!
1 206
14
Jijjiiramni nama dhukkubsuu danda’a, guddinnaaf jettee dhukkubsachuu dandeessa, akka iddoo namaaf hin malle cal jedhanii taa’uu garuu waanti nama dhukkubsu hin jiru.
1 050
15
Waanti ati har’a hojjettu, waa’ee borii akka ati itti yaadduun bocama. Timothy keller
1 073
16
Waanta namootni baayyee gochuu danda’an utuu hin taane, waanta namootni muraasi gochuu danda’antu nama jabaa si godha. Fakkeenyaaf:- namootni araada(suusii) keessa seenan baayyeen isaanii ittiin rakkatu, kan ittiin du’aniyyuu danuudha. Namootni baayyeen balleessaa ofii isaaniitiif sababa kennu malee dhiifama gaafachuun itti ulfaata. Namni balleesseera dhiifama naaf godhi jedhu garuu nama guddaadha. Bara kana keessa dhimmasheeti, ha baddu namni namaan jedhu lakkoofsa hin qabu. Waliif danda’ee jaalala dhugaa kan jiraatu garuu inni nama guddaadha. Namni hunduu mootummaa waaqayyoo galuu barbaada. Garuu qabeenya isaa gurguree hiyyesotaaf hiruu hin danda’u. Namni kana godhu garuu nama guddaadha. (Nuti garuu Isa qabeenya qabuun guddaa jenna malee isa qabeenya isaan hiyyeessota gargaareen hin jennu) Namni baayyeen nama jibbuu danda’a. Namni nama jaallatu garuu nama guddaa dha. Waanta namootni baayyeen godhan waan salphaa eenyuyyuu gochuu danda’uudha waan namni muraasi godhu gochuun garuu nama jabaa akka jedhamtu si taasisa!!
1 245
17
Namoota hundumaa wajjin guyyaa dhumaa nuti qabaannu tokko jira, guyyicha garuu hin beeknu.
968
18
Namoota rakkina uumanii, garuu akka nama ofii miidhame fakkeessanii jiraatan irraa fagaadhu!
1 052
19
Yeroon jijjiiramaa jalqabatti ulfaataadha, lammatarratti ittumaa hammaataadha, dhuma irratti garuu dhandhama mi’aawaa qaba.
1 135
20
Mudannoo gadhee kaleessaa utuu hin taane, deebii sammuunkee isatti kennetu boriikee murteessa.
1 226