7 623
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '240
in 0 channels
November '240
in 0 channels
Get PRO
October '240
in 0 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '23
+5
in 0 channels
Get PRO
October '23
+13
in 0 channels
Get PRO
September '23
+13
in 0 channels
Get PRO
August '23
+4
in 0 channels
Get PRO
July '23
+3
in 0 channels
Get PRO
June '23
+2
in 0 channels
Get PRO
May '23
+4
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '23
+7
in 0 channels
Get PRO
February '23
+4
in 0 channels
Get PRO
January '23
+6
in 0 channels
Get PRO
December '22
+32
in 0 channels
Get PRO
November '22
+9
in 0 channels
Get PRO
October '22
+3
in 0 channels
Get PRO
September '22
+12
in 0 channels
Get PRO
August '22
+12
in 0 channels
Get PRO
July '22
+9
in 0 channels
Get PRO
June '22
+59
in 0 channels
Get PRO
May '22
+54
in 0 channels
Get PRO
April '22
+62
in 0 channels
Get PRO
March '22
+62
in 0 channels
Get PRO
February '22
+140
in 0 channels
Get PRO
January '22
+319
in 0 channels
Get PRO
December '21
+288
in 0 channels
Get PRO
November '21
+332
in 0 channels
Get PRO
October '21
+586
in 0 channels
Get PRO
September '21
+394
in 0 channels
Get PRO
August '21
+1 506
in 0 channels
Get PRO
July '21
+1 400
in 0 channels
Get PRO
June '21
+13 888
in 0 channels
Channel Posts
Repost from Boontuu Baqqalaa
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala gootaa!
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0muRvCSxgwfxZ1ne17RzQMea5vdUpraKYnZNrXByGqqaf7jpDAj3VSWqhZnKcVi96l/
| 2 | https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02aqbJQyQq1k8BzbCxzXsPpBHxRJ2fz7qNQrUs7nUkBD9xdopnbLGzwPGqJiXV7PSul/?app=fbl | 5 748 |
| 3 | Tigiraayitti: labsii duguuggaa Sanyii raawwatan. Daa’imman hedduu gudeedan; dargaggoo hedduu ammoo boolla tokkotti rashanan.
Benishanagulutti: Oromoo Matakkal, Gumiziifi sinaashaa diguugan.
Qimaantiifi Wallootti: lubbuu ilmoo namaatti geeraran. Dhukkubsataa ambulaansiirraa buusaniitu jeeji’an. Manneen amanataa hedduu abiddaan barbadeessan.
Biyya keessa qofa miti; ollaattis hiixatanii Sudaaniifi Itiyoophiyaa walitti kaasaniiru. Lafa qabiyyee Itiyoophiyaa bara dheeraa saamsisaniiru.
Walumaa galatti Jarri Finxaaleyyii Amaaraan kun Rakkoo nageenyaafi siyaasaa biyyattii mudate da’oo godhatanii, hawaasummaa, dinagdeefi siyaasa biyyattii dhidhimatti gataniiru.
Mootummaan Federaalaa yeroo ammaa kana garee kana waliin lola walitti banuusaatu himamaa jira. Addumaan garee jibbaafi loogii sanyummaan machaa’e kana adaba qabsiisuuf socho’amaa jiraachuu miidiyaaleen hafarsaa jiru.
Yoo kun hundi dhuguma ta’e, mootummaan madda rakkoo biyyattii dhugumatti arguusaa mirkaneessa. Madda rakkoo biyyattii kan ta’e, ilaalchi siyaasa dulloomaa carqiifi qilleensa kaabaa keessa jiru kun yoo rukutame, araarriifi waliif galteen namoota siyaasaafi wal amanuun sabootaallee amma ta’e ni argama.
Walumaa galatti Mootummaan humnoota finxaaleyyii kana haleeluuf, akkuma gaafa lola Tigiraay sanatti duula Kitat jedhu uummataaf yoo waame… duulli kun dhugumatti duula of baraaru ta’uu mala. Garee quufaa kanaaf barannoo gaarii kennuuf dhugumatti kitatiin ni barbaachisa. Warri mootummaa harka keessa qabachuu baateef, garee jibbiifi loogiin macheesse kana isin waliin loluun dhugumatti hiika of baraaruu jedhu ni qabaata. Biyyattiis yaaddoo hamaarraa ni oolcha.
- Walloon nagaa haa argatu.
- Horro Guduruu Nagaa haa argatu
- Wallaggi Bahaa nagaa haa argatu
Mootummaan dhugumatti garee Finxaaleyyii kana adaba qabsiisuu yoo yaade, haawasa keenya sababa haleellaa finxaaleyyii daangaa darbanii qaqqabsiisaniin buqqaafamee faffaca’e jiru kanarraa, meeshaalee waraana aadaa hiikuu dhiisee, meeshaalee ammayya haa hidhachiisu. Dargaggeessi utuu ijaan ilaaluu abbaafi haadhasaa dhabe, abbaan utuu dhaabbatee ilaalu qabeenyisaa saamame, uummatni utuu ilaaluu lammiisaarraa mormi muramee itti geerarame, yoo haalli mijate, jara quuftuu kana bakka qabsiisuuf ga’aadha jedheen yaada.
“Nafxaaanyaan kaleessaa har’as borus diina Oromooti” | 15 097 |
| 4 | Gareen oftuultota Amaaraafi finxaaleyyii Faannoo jedhanii of waaman kun, waggoota arfan darbaniif biyyattii rakkoo siyaasdinagdee ulfaataa keessatti kuffisaniiru.
Geggeessitootni gareewwan finxaaleyyii kanneenii , gurmuuwwan siyaasa adda addaa jalatti wal gurmeessuun, Magaalaa Finfinneetii hanga Naannolee kaaniitti ijaaramuun, duula diigumsa biyyaa adeemsisaa turaniiru.
Keesumattuu, naannoodhuma isaaniitti geggeessitoota yaada jibbiinsaafi olanatummaa saba tokkootti hin amanin ajjeesuudhaan, shaakala shororkeessummaa mana ofiirratti geggeessaa turan.. Pirezidaantii naannoo isaanii dabalatee qondaalonni naannichaa yaada fooyya’aa qaban hedduu, irbaata rasaasa garee oftuultota kanaa ta’uun yaadannoo yeroo dhihooti.
Oromiyaatti: daangaa cabsanii seenaniitu morma dargaggoo Oromoo muranii itti geeraran. Qonnaan bultoota kumaatamaan Lakka’aman ammoo qe’eefi qabeenya isaarraa buqqaasanii daandiitti baasan. | 3 453 |
| 5 | https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0cZdEBVFYSHSqk3Hw1Beva5c48ikRL1DL6v335F1rCud9K9yvrMkvamKqcskqksvcl/?app=fbl | 4 437 |
| 6 | Gadda guddaa: nama guddaa tokko dhabne har'a. Kichuun ganaa lafaa ol guddatu yoo karaatti hafu arguu caalii wanti qalbii nama cabsu hin jiru!
Yeroo hunda biyya keenya keessatti lubbuun namoota qulqulluu akka hin beekkamnee fi nama hin bekkamneen galaafatamti!
Dhiigni miskiinaa dhangala'eetuma hafa.
Qaamni seeraa garuu qorannoo mana yaalaa irraa argatanis isoo ummataaf hin ibsin irra diddibanii ukkaamsanii bira darbu!!
Dhugaa warra qulquulloota hunda Rabbiin nuuf haa baasu.
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02VF8BkVhQRruhFyZsHaeHES8gwwnVXiQ7rgGuceCNuL6VVStSzUTVgTwZqjdyQWzzl/?app=fbl | 11 962 |
| 7 | https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid034cC6gzBnADsqH5gro9TYhJdmD2CMHYtyckTbHPoieUm56ZbpWScbaN3fiocqzqFAl/ | 15 225 |
| 8 | Oromiyaan gadda irra jirti😥
Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde...
👉https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02xfjP9BqnaE1kk1cCmMQTBhusg17wDLVDEcosdMqK4YzMFdNwHqvRVFGRjYK5wbdnl/?app=fbl | 17 468 |
| 9 | https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0jcLzdgGPNpS7TU2u2kk7JYyPxHqFUi2ZDtUdCZiM7HV3QMnAbKU2GCcsT7ixGwhWl/?app=fbl | 7 662 |
| 10 | Nagaan koottu
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/530130056002648/ | 8 097 |
| 11 | Qaala’insi jirrenyaa, cabinsi dinagdee fi beelli gaaga’ama guddaa biyyattii sanatti fide maddi isaa imaammata waraanaan bulchuu PPn filate irraa madde.
Dhugaa kana miliquuf, dallaalota warra ebeluutu beela fide jireenya qaalesse waan ta’eef ana deeggaraa beelan isiniif balleessa jedhu. Safuu! | 8 636 |
| 12 | https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM= | 6 991 |
| 13 | Jirra!
Fuggisoo: Biyya sanatti sobni dhugaadha; dhugaan sobadha. Bellii badhaadhina, quufa, jireenyi misha. Gabrummaan bilisummaadha; bilisummaan gabrummaadha. Beekaan wallaalaadha, wallaalaan beekaadha. Gabroomfataan goota, nagaan waraana; waraanni nagaadha. Kan kumaatamaan ajjeesu bilisa; qulqulloonni yakkamota. Kan si diigutu sin ijaara jedha, kan si balleessutu ani fayyisaa keeti jedha. Hanni qulqullummaadha; qulqullummaan hanna. Maraatuun fayyaadha, qaroon maraataadha. Qeenxummaan sabdanummaadha, sabdanummaan qeenxummaadha. Bara dawweetiin Gadaan deebite jedhu.
Warra sirna akkasiif ganna dheeraaf wabii ta’etu, biyya Ameerikaa keessattis, “kan nuti jenne jettu malee” jedhanii himata sobaan na yakkan. Sobni olaantummaa ni argata abdii jedhuun yeroo namaa gubu. Garuu ni kasaaran. Warra salphoon, “maaliif miidhamtootaaf sagalee taata, afaan kee qabadhu, hin dubbatiin” jedhanii na himatani. Himanni isaanii garuu harkatti kufe. Mirga dubbachuu na dhorkuuf yaaluurra, mirga Oromoo deebisuufii utuu yaalanii gaariidha. Gabrummaan itti hin fufu. Ukkaamsaanis ittifufinsa hin qabu. Beelaanis ta'ee qoqqoodanii bituunis fagoo hin gahu.
Ani mirga namaa hin tuqu. Warra mirga isaanii dhabaniif garuu nan dubbadha. Haqa Rabiif qofan dhaabbadha kana boodas. Barcuma nama kamiituu hin tiksu; nama ykn murnan aangoof hawwus hin qabu. Bilisummaa uummata hacuucameef malee. Dhugaan ni qal’atti malee hin cittu. | 6 703 |
| 14 | #Xiinxala: “Jeequmsi keessaa fi alaa Oromiyaa fi Itoophiyaa raasaa jiru dogongora aangoo argame cimsachuuf jecha raawwatameeni” – Jawaar Mohaammad
Barruu fuula 73 mata duree “Haala keessa jirruufi boqonnaa qabsoo itti aanu” jedhuun barreessee irratti, qabsoo uummata Oromoo boqonnaawwan shanitti qooduun kan xiinxale Jawaar Mohaammad, boqonnaa aangoo cimsachuu yeroo amma qabsoon Oromoo keessatti argamu keessatti rakkoolee mudatan akkasumas qabsicha gara boqonnaa shanaffaa sirna diimokiraatawaa ijaaruutti ceesisuuf wantoota godhamuu qaban kallattii akeekee jira.
Akka Jawaar jedhutti qabsoon uummata Oromoo mootummoota Hayilasillaasee, Dargii fi Wayyaanee keessaa boqonnaawwan Dadammaqiinsa, Ijaarsamiinsaa fi Biyyoomsuu keessa darbee, bara 2018 qabsoo Qeerrootiin gara boqonnaa afraffaa Aangoo qabachuutti ceheera. | 5 273 |
| 15 | Although the Biden administration follows a constructive foreign policy toward Ethiopia, the U.S. Embassy Addis Ababa has long been corrupted by the deep-rooted Amhara chauvinists who have embarked on organized violence. A good example can be the latest nomination/selection of a war-monger Amhara journalist Meaza Mohammed for awards of International Women of Courage at the White House. Your so-called 'woman of courage' was one of those who had a clear record of involvement in the massacre of the Tigrayans civilians and hates speech against the Oromo in Ethiopia. In one way or another, promoting such problematic individuals does not contribute to achieving peace, unity, and prosperity in Ethiopia. This is just to recommend the embassy a serious reform. | 5 018 |
| 16 | Duulli tahuu qabu ''Bishaan Amboo lagadhaa'' qofa tahuu hin qabu. Bishaan keenyatti abbaa tahuu barbaachisa. Take over! | 4 642 |
| 17 | Account koo isa haaraa kana follow godhaa👇://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM= | 4 828 |
| 18 | Univarsiitii Riiftivaalii Gosa Barnootaa fi leenjii beekkamtii itti qabu hundaarratti , sadarkaa teeknikaa fi Ogummaa
diigirii jalqabaa fi diigrii lammaffaa maastersiitin barsiisuuf galmeessaa jira.
Bara barnootaa 2014 tti qormaata biyyoolessaa fudhattanii qabxii seensaa warri galmeessitan baga gammaddan , baga firii ifaajee keessanii Argattan jechuun gammachuu keenya siniif ibsina . Warreen carraa of_foyyeessuu mootummaan siniif mijeesses ji'oottan Arfan kana keessatti tajaajila Addaa siniif kennuuf barsiisota filatamoo kenninsa barnootaa mijataa fi galtee barnootaa barbaachisaniin kan qindaa'ee yuunivarsiitiin Riiftivaalii akka Galmooftanii Abjuu keessan dhugoomsitan waamicha dabarsa. Nu bira ga'uuf bakka jirtaanirra fagaattanii deemuun isin hin barbaachisu yeroo maraa waa maraan isin cina jirra. Koottaa Galmaa'aa hir'uu keessan guuttachuun Abjuu keessan dhugoomsaa !
Yuunivarsiitii Riiftivaalii Wiirtuu Gahumsaa ! | 5 582 |
| 19 | Akkam jirtu oromoo koo account haaraan dhufneerraa fuula instagram koo link kana banuun follow godhaa🙏 otoo hin goone hin darbinaa👇👇
https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM= | 14 638 |
| 20 | OPDOn waan ummanni dide gochuurraa ofqusachuu qabdi. Ummata dhaggeeffadhaa! | 13 868 |
