en
Feedback
Boontuu Baqqalaa

Boontuu Baqqalaa

Open in Telegram
4 723
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-5430 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+3
in 0 channels
August '24
+14
in 0 channels
Get PRO
July '24
+43
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '24
+2
in 0 channels
Get PRO
March '24
+26
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '23
+38
in 0 channels
Get PRO
October '23
+60
in 0 channels
Get PRO
September '23
+31
in 0 channels
Get PRO
August '23
+63
in 0 channels
Get PRO
July '23
+55
in 0 channels
Get PRO
June '23
+51
in 0 channels
Get PRO
May '23
+53
in 0 channels
Get PRO
April '23
+60
in 0 channels
Get PRO
March '23
+42
in 0 channels
Get PRO
February '23
+33
in 0 channels
Get PRO
January '23
+63
in 0 channels
Get PRO
December '22
+78
in 0 channels
Get PRO
November '22
+83
in 0 channels
Get PRO
October '22
+61
in 0 channels
Get PRO
September '22
+62
in 0 channels
Get PRO
August '22
+97
in 0 channels
Get PRO
July '22
+112
in 0 channels
Get PRO
June '22
+167
in 0 channels
Get PRO
May '22
+95
in 0 channels
Get PRO
April '22
+107
in 0 channels
Get PRO
March '22
+99
in 0 channels
Get PRO
February '22
+65
in 0 channels
Get PRO
January '22
+154
in 0 channels
Get PRO
December '21
+85
in 0 channels
Get PRO
November '21
+143
in 0 channels
Get PRO
October '21
+360
in 0 channels
Get PRO
September '21
+153
in 0 channels
Get PRO
August '21
+699
in 0 channels
Get PRO
July '21
+233
in 0 channels
Get PRO
June '21
+471
in 0 channels
Get PRO
May '21
+684
in 0 channels
Get PRO
April '21
+922
in 0 channels
Get PRO
March '21
+901
in 0 channels
Get PRO
February '21
+3 963
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
07 September+2
06 September0
05 September0
04 September+1
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala go
Atileetii sifan hassan atileetoota Itiyoophiyaatiin dhiibamuu himatti. Abshir boqonnaa itti aanutti hin injifattaa. Intala gootaa! https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0muRvCSxgwfxZ1ne17RzQMea5vdUpraKYnZNrXByGqqaf7jpDAj3VSWqhZnKcVi96l/

2
Tigiraayitti: labsii duguuggaa Sanyii raawwatan. Daa’imman hedduu gudeedan; dargaggoo hedduu ammoo boolla tokkotti rashanan. Benishanagulutti: Oromoo Matakkal, Gumiziifi sinaashaa diguugan. Qimaantiifi Wallootti: lubbuu ilmoo namaatti geeraran. Dhukkubsataa ambulaansiirraa buusaniitu jeeji’an. Manneen amanataa hedduu abiddaan barbadeessan. Biyya keessa qofa miti; ollaattis hiixatanii Sudaaniifi Itiyoophiyaa walitti kaasaniiru. Lafa qabiyyee Itiyoophiyaa bara dheeraa saamsisaniiru. Walumaa galatti Jarri Finxaaleyyii Amaaraan kun Rakkoo nageenyaafi siyaasaa biyyattii mudate da’oo godhatanii, hawaasummaa, dinagdeefi siyaasa biyyattii dhidhimatti gataniiru. Mootummaan Federaalaa yeroo ammaa kana garee kana waliin lola walitti banuusaatu himamaa jira. Addumaan garee jibbaafi loogii sanyummaan machaa’e kana adaba qabsiisuuf socho’amaa jiraachuu miidiyaaleen hafarsaa jiru. Yoo kun hundi dhuguma ta’e, mootummaan madda rakkoo biyyattii dhugumatti arguusaa mirkaneessa. Madda rakkoo biyyattii kan ta’e, ilaalchi siyaasa dulloomaa carqiifi qilleensa kaabaa keessa jiru kun yoo rukutame, araarriifi waliif galteen namoota siyaasaafi wal amanuun sabootaallee amma ta’e ni argama. Walumaa galatti Mootummaan humnoota finxaaleyyii kana haleeluuf, akkuma gaafa lola Tigiraay sanatti duula Kitat jedhu uummataaf yoo waame… duulli kun dhugumatti duula of baraaru ta’uu mala. Garee quufaa kanaaf barannoo gaarii kennuuf dhugumatti kitatiin ni barbaachisa. Warri mootummaa harka keessa qabachuu baateef, garee jibbiifi loogiin macheesse kana isin waliin loluun dhugumatti hiika of baraaruu jedhu ni qabaata. Biyyattiis yaaddoo hamaarraa ni oolcha. - Walloon nagaa haa argatu. - Horro Guduruu Nagaa haa argatu - Wallaggi Bahaa nagaa haa argatu Mootummaan dhugumatti garee Finxaaleyyii kana adaba qabsiisuu yoo yaade, haawasa keenya sababa haleellaa finxaaleyyii daangaa darbanii qaqqabsiisaniin buqqaafamee faffaca’e jiru kanarraa, meeshaalee waraana aadaa hiikuu dhiisee, meeshaalee ammayya haa hidhachiisu. Dargaggeessi utuu ijaan ilaaluu abbaafi haadhasaa dhabe, abbaan utuu dhaabbatee ilaalu qabeenyisaa saamame, uummatni utuu ilaaluu lammiisaarraa mormi muramee itti geerarame, yoo haalli mijate, jara quuftuu kana bakka qabsiisuuf ga’aadha jedheen yaada. ā€œNafxaaanyaan kaleessaa har’as borus diina Oromootiā€
5 711
3
Gadda guddaa: nama guddaa tokko dhabne har'a. Kichuun ganaa lafaa ol guddatu yoo karaatti hafu arguu caalii wanti qalbii nama cabsu hin jiru! Yeroo hunda biyya keenya keessatti lubbuun namoota qulqulluu akka hin beekkamnee fi nama hin bekkamneen galaafatamti! Dhiigni miskiinaa dhangala'eetuma hafa. Qaamni seeraa garuu qorannoo mana yaalaa irraa argatanis isoo ummataaf hin ibsin irra diddibanii ukkaamsanii bira darbu!! Dhugaa warra qulquulloota hunda Rabbiin nuuf haa baasu. https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02VF8BkVhQRruhFyZsHaeHES8gwwnVXiQ7rgGuceCNuL6VVStSzUTVgTwZqjdyQWzzl/?app=fbl
4 167
4
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid034cC6gzBnADsqH5gro9TYhJdmD2CMHYtyckTbHPoieUm56ZbpWScbaN3fiocqzqFAl/
4 836
5
Oromiyaan gadda irra jirti😄 Nama hidhaa fi doorsifni gadi qabuu dadhabde har'a duuti gadi qabde... šŸ‘‰https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid02xfjP9BqnaE1kk1cCmMQTBhusg17wDLVDEcosdMqK4YzMFdNwHqvRVFGRjYK5wbdnl/?app=fbl
5 315
6
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0jcLzdgGPNpS7TU2u2kk7JYyPxHqFUi2ZDtUdCZiM7HV3QMnAbKU2GCcsT7ixGwhWl/?app=fbl
18 422
7
Nagaan koottu https://www.facebook.com/100070169735512/posts/530130056002648/
Nagaan koottu https://www.facebook.com/100070169735512/posts/530130056002648/
5 578
8
Madaalli humnoota siyaasaa Oromoo fi Amaara gidduu dhugaa seenaarratti hundoofte dhoosanii walitti himuun herregachuu malee imaammata mimmiliqqee fi wal sossobbiitiin hin dhugoomu. Aangoo tikfachuun Oromoof amanamuu fi tokkummaa isaa tiksanii of duuba hiriirsuudhaan qofa dhugooma.
6 354
9
Akkam jirtu oromoo koo account haaraan dhufneerraa fuula instagram koo link kana banuun follow godhaašŸ™ otoo hin goone hin darbinaašŸ‘‡šŸ‘‡ https://instagram.com/etanahabte23?igshid=ZDdkNTZiNTM=
4 950
10
OPDOn waan ummanni dide gochuurraa ofqusachuu qabdi. Ummata dhaggeeffadhaa!
837
11
Abiyyi Ahimad faa gaafa Wallagga deemanii Lammaa wajjin Kubbaa miillaa taphatanii muudii qabatan tokko yaadattuu? Waltajjii achi ture irratti wanti inni dubbate tokko jira. "Wallaggi kun guddaadha. qabeenyas Guddaa qaba. Mootummaa Naannoo mataasaa ta'uu danda'a..." jedhe. Yeroo sanatti Haasaa balaafamaa Oromiyaa diigudha jennaan, "Mootummaa addunyaan Nobelii badhaaste qeeqxan, hinaaffaadha....." jettee duuriyyeen nu abaarte. Amma kunoo Caffee fi Bulchiinsa Shimallis Jalaa baasanii Akka Walqayix sanatti koree itti ijaaranii jiru. Humna Addaa Oromiyaa baasanii Faannoo itti galchaa jiru. Itti aansee Wallaggi Oromiyaa Jalaa Baheera jedhanii ifatti Labsu kana quba qabaadhaa. Sirna Oromiyaa Diigaa Oromoo Dhiiksuuf Karoora Bal'aa qabu kana Waan dandeenyu hundaan haa Lolannu. #OromooHaaBaraarru #SaveOromia #OB
1 837
12
Gaaffiin Oromoon finfinnee irraa qabu Alaabaa OPDO keessatti Fannifachuu miti. Ajandaa Abiyyi fi Shororkeessitoonni, Karaa Dallaalotaatiin qabsoo Abbummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo bacancarsuuf dhimma itti bahaa jiranidha. SIRNI ALAABAA OROMOO WALLAGGA KEESSAA BUQQISEE KAN Nifxinyaa DHAABU FINFINNEE KEESSAtti NUUF HIN FANNISU. qabsoo Oromoo gadi xiqqeessuu irraa of haa qusannu . #OromooHaaBaraarru #OB #SaveOromia
935
13
Odeeffannoo qabatamaa! ===== Kaleessa qofa Horoo Guduruu, Aanaa Saqalaa keessatti: - Miseenstoa Humna Addaa Oromiyaa - 22 - Polisii Idilee Oromiyaa - 2 - Miidhaan cimaan kan irra gahe - 26 Faandxoodhaan galaafataman. Miidhaa humnoota Oromiyaarra dhaqqabe kana keessatti caasaan tikaa federaalaa (Federal intellegence) akka qooda keessaa qabu mirkanaayee jira.
1 307
14
Uggurri Geejjibaa Tarkaanfii itti aanudha. Geejjiba finfinnee seenu ugguruuf qaama ho’ifanna. Oromoo Baraaruuf Qabsoon eegalame roga hundaan jabaatee itti fufa . #OromooHaaBaraarru #OB #SaveOromia #SO
1 483
15
Breaking/Ammee ====================== Dhaamsa Oromo Federalist Congress - OFC " Balaa ija baasee uummata Oromootti dhufe kana
Breaking/Ammee ====================== Dhaamsa Oromo Federalist Congress - OFC " Balaa ija baasee uummata Oromootti dhufe kana sabni keenya tokkummaa isaa eeguun, bifa qindaa’ee fi ijaarameen mataa isaa qe’ee isaa fi ganda isaa akkasumas guutummaa oromiyaa dammaqinaan akka eegu KFO'n dhaamsa seena-qabeessa isinii dabarsa " Paartileen Oromoo jaboo lamaan (ABO fi KFO) uummanni Oromoo tokkummaa dhaan akka Oromiyaa eeguu fi haleellaa diinaa qolatu dhaamsa dabarsaniiru!
1 617
16
Ammee https://www.facebook.com/100070169735512/posts/pfbid0toS3AStEMVXay2T4uuJ6VAvGDmnHEK8v4Q9aCG6wSEKJNzzF1WZK15DPqNHNUuL3l/?app=fbl
1 135
17
Daangaa Oromiyaa kabachiisuuf,Daangaa irra jiraachuun dirqama miti. Ka'ii Falmadhu!
1 331
18
"Baraqoo kulii Hadhootif Bulee mata libaani ,Baratoo amma Eel wayyee keessatti Pp Madessitee #Eel wayyee #OB #SaveOromia"
1 308
19
Fakkeenyummaa #OB ------------------------------- Namni kun ergaa fakkeenyummaa guddaa qabu nuuf dabarsan. Dalagaatti haa jijjiirru. #inbox "HUBACHIISA JABAA: Kanneen qabsoo tokkummaan jalqabne kana d*u*ra dhaabachuu barbaadan walbeeksisaa deemuu qabna. Miseensota paartii, ajajoota poolisii, basaastota, barsiisotas ta'e barattoota keessaa eeruu waliin kennaa deemuu qabna. Odeeffannoo Kanas erga haalaan qulqulleeffannee booda ta'uu qaba. Namoonni kunis kan jette jetteetiin odoo hin taane kan dhuunfaadhaan beeknu ta'uu qabu. Suuraa isaanii, bakka jireenyaa, ga'ee hojii isaaniifi akkamiin qabsoo Keenya dura akka dh*aa*bach*aa jiran waliin qoodaa deemna. HUB: Miseensota paartii fi poolisii keessaa qabsoo sabaa kana harki caalaan ni deggera. Garuu walsodaateeti. Eenyu eenyu akka ta'e walhubachiisaa deemnaan baay'ee salphaa dha. Ani hojjetaa sadarkaa bulchiinsa magaalaatti ga'ee hojii guddaa qabudha." #OromooHaaBaraarru #saveoromo #OB
1 570
20
"Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!" Dhaadannoo Polisoota Oromiyaa ti. Waan irratti wal dhabne hin qabnu waan waliin dhabne male
"Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!" Dhaadannoo Polisoota Oromiyaa ti. Waan irratti wal dhabne hin qabnu waan waliin dhabne malee! Oromummaan hundaa ol!
1 407