Dhaloota Qubee!
Open in Telegram
Qoqqodamuun,Salphachuudha Walbittinneessuun,Diigamuudha Diigamuun immoo,Moo'amuudha Yaa lammii koo Kan siif Tolu TOKKUMMAADHA. Yaada fi Odeeffannoo qabdan karaa @sabaaofii_bot nuuf barreessaa. Galatooma!
Show more737
Subscribers
+124 hours
+97 days
+2830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
November '24
November '24
+60
in 0 channels
October '24
+8
in 1 channels
Get PRO
September '24
+46
in 1 channels
Get PRO
August '24
+31
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 1 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+1
in 0 channels
Get PRO
January '24
+10
in 0 channels
Get PRO
December '23
+20
in 0 channels
Get PRO
November '23
+45
in 0 channels
Get PRO
October '23
+45
in 1 channels
Get PRO
September '23
+6
in 0 channels
Get PRO
August '23
+9
in 0 channels
Get PRO
July '23
+26
in 0 channels
Get PRO
June '23
+14
in 0 channels
Get PRO
May '23
+15
in 0 channels
Get PRO
April '23
+6
in 0 channels
Get PRO
March '23
+13
in 0 channels
Get PRO
February '23
+7
in 0 channels
Get PRO
January '23
+28
in 0 channels
Get PRO
December '22
+19
in 0 channels
Get PRO
November '22
+24
in 0 channels
Get PRO
October '22
+28
in 0 channels
Get PRO
September '22
+21
in 0 channels
Get PRO
August '22
+18
in 0 channels
Get PRO
July '22
+22
in 0 channels
Get PRO
June '22
+27
in 0 channels
Get PRO
May '22
+15
in 0 channels
Get PRO
April '22
+25
in 0 channels
Get PRO
March '22
+17
in 0 channels
Get PRO
February '22
+15
in 0 channels
Get PRO
January '22
+14
in 0 channels
Get PRO
December '21
+7
in 0 channels
Get PRO
November '21
+42
in 0 channels
Get PRO
October '21
+26
in 0 channels
Get PRO
September '21
+87
in 0 channels
Get PRO
August '21
+22
in 0 channels
Get PRO
July '21
+51
in 0 channels
Get PRO
June '21
+11
in 0 channels
Get PRO
May '21
+59
in 0 channels
Get PRO
April '21
+47
in 0 channels
Get PRO
March '21
+84
in 0 channels
Get PRO
February '21
+120
in 0 channels
Get PRO
January '21
+154
in 0 channels
Get PRO
December '20
+798
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 28 November | +2 | |||
| 27 November | +2 | |||
| 26 November | +3 | |||
| 25 November | +3 | |||
| 24 November | +1 | |||
| 23 November | +2 | |||
| 22 November | +3 | |||
| 21 November | +2 | |||
| 20 November | +4 | |||
| 19 November | +4 | |||
| 18 November | +4 | |||
| 17 November | +2 | |||
| 16 November | +8 | |||
| 15 November | +2 | |||
| 14 November | +6 | |||
| 13 November | +1 | |||
| 12 November | 0 |
Channel Posts
Repost from Godaannisa sammuu
""""""FAYYADAMUUN DHALOOTA FAYYADAA!!""""
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
√.Leenjii ga'umsa dhuunfaa
*Personal Development Training
*Namoota fedhii dandeettii
*Mul'ataa fi abjuu qabdaniif!
*Personal development
*Motivational Training
*Subconscious mind Training
*Mental Banking process Training
*By: Hypnotherapy and NLP Science
**Carraa biizinaasii nama hundaaf!
*Business Opportunity for all!
*To Create visionary genuine
wealthy and health generation
*Namoota sammuu guddataa
qaban hundaa ilalaata Namonii
Barabaadan @Tola_Abe_Jibrilo na dubbisaa
#Dhaabbata Share Company leenji ga'umsa dhuunfaa Personal Development Training fi business opportunity gudda qabu Itoophiyaa keessatti hundeeffamee daandii milkaa’inaa carraa baay'ee guddaa dhaloota Mul'ata gaarii qabu, fayya qabeessaa fi sooreessa ta'e uumuuf company hundeeffame dha.
Qaamaa mootummaa irraa beekamtii seeraaf Eeyyama kan qabu waajjira guddaa Finfinnee naannoo Booleetii kan qabu fi damee kutaa bulchiinsa magaala Finfinnee keessaa qaba.
Dhaabbata kana keessatti leenjii/barnoota fudhattee jireenya kee, Jireenya Mul'ataa, Jireenya
Fayyaa, Jireenya Maatii, Jireenya Hawaasummaa Jireenya Hafuuraa, Jireenya Maallaqaa, Jireenya Beekumsaa irratti leenjii fudhatta.
Namni tokko sammuu isaa akkamiin fayyadamuu akka qabuufii akkamiin akka of jijjiiruu danda’u fi madda gaalii argachuu qabu irratti hojjeta.
Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu Waa'ee kaayyoo dhuunfaa keetii, dandeettii kee, mul'ata kee beekuun galma ga'uu ni dandeessa. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha. Akkamiin abjuuf mul'ata keenya kana fayyadamnee jireenya keenya jijjiiruu akka dandeenyu gadi fageenyaan baranna.
#Namoota hunda sammuu guddataa ilaallata kan daldaalu, kan hojjetu, kan baratu, hojii barbaaduu hojii baay'ee salphaa ta'ee fi karaa salphaa ta'een jijjiirama guddaa kan galmeessisu dha network marketing waan ta'eef.
*Akkasumas #sammuu keenya kana akkamitti akka fayyadamuu dandeenyu jireenya dhuunfaa keenyaa akka jijjiiruu dandenyu nu barsiisa.
#Daandii Milkaa’inaaf adeemsa Abjuun jiraachuu, Waa'ee kaayyoo dhuunfaa ofii beekuu, dandeettii ofii beekuu, mul'ata ofii beekuun galma ga'uun ni danda'ama. "Addunyaa irratti namoonni hiyyeessa ykn harka qalleessa ta'an warra mul'ataa fi abjuu hin qabneedha.
#Dhaabbata kana keessatti Leenjii/barnoota abjuu jireenyaa kan ittiin milkoofnu baranna. Jireenya ofii keetii erga jijjiiruu eegaltee namoota biraa akka isaan jireenya isaanii jijjirratan gargaaruufii jireenya isaanii jijjiiruu danda'an carraa kennita.
#Namni gamna ta'e #Karoora osoo hin baafatin waan tokko hin jalqabu. Karoora ifa ta'e baafachuun #hoogganaa fi #gaggeessaa jireenya keetii akka taatuun siif hawwa. Karoorri karaa dheeraa tarkaanfii tokko irraa jalqaba.
#Jireenya karoora qabu akka jiraattuuf barnoota/Leenjii Kara adda addaa argachuun dirqama.
Mental Bank process fi kutaa sammuu keenya dhoksaa /Subconscious mind/ fayyadamuun kan hojjetu yoo ta'u milkaa'inni kan mirkanaa'ee dha. #MeentaalBaankiin adeemsa mataa isaa danda'e kan qabuufii haala ittin jijjiiramni argamudha, kanaafuu #Saganteessuudhaan akkamitti karoora keenya galmaan akka geenyu nu gargaara.
#Barnoota kana Karaa sadii argachuu dandeessu:-
1ffaa. Online irraa
2ffaa. Barruulle fi CD irraa
3ffaa. Qaamaan/In Person
Leenjiin: #AfaanOromoo, #Amariffaa, #Ingliffaa, #Tigiriffaan waan jiruuf kan dandeessaniin barnoota isaa fudhachuu dandeessu.
Namonii jijjiiramaa barabaadan ibsa gaha fudhatanii of murteessu qabdu odeeffannoo dabalataaf #inbox @Tola_Abe_Jibrilo ykn lakk.bilb.0936820084 nu dubbisaa.
Hojii #NetworkingMarketing waan ta'eef hojii bira hojjechaa, bakka barbaaddan teessanii, yeroo kamiyyuu hojjechuu ni danda'ama. Dhaabbata #Qacarrii osoo hin taane dhaabbata ofii keessanif hojjettee of jijjiirtu dha.
#Sammuun_hinsoomin_sammuun_samii_yaadaati!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
"""" Ciisnee du'urraa cichinee du'utuu Seenaa Qaba""".!
@tolaaf
@tolaaf
@tolaaf
| 2 | Hin Sodaatin
Barreessaan Dawit Gizaw
Hanga 1.8 MB PDF
Fuula 19
✓ Kanaaf sodaachuu hin qabdu hafuurri hafuura waaqayyoo caalaa humna
qabu hin jiru.
Galatoomaa yeroo gaarii !!
📚 ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
@Reading_pdf
@Reading_pdf
🔺ᴊᴏɪɴ🔺 | 180 |
| 3 | "Waan baay'ee jaallattu qofa hojjedhu.
Kun milkaa'inaaf si geessuun isaa hin oolu! Ganama ganama daawwitii keessa of ilaaleen akkas jedheen of gaafadha: Har'a guyyaa dhumaa jireenya koo osoo ta'ee, waanan hojjechuuf jedhu kana hojjechuu nan barbaadaa." har'a godhi?Akkasumas deebiin isaa guyyoota hedduudhaaf walitti aansuun 'lakki' yoo ta'e, sana booda waan tokko jijjiiruun na barbaachisa." - Steve Jobs,
Hojii Gaggeessaa Olaanaa Apple. | 200 |
| 4 | OGEESSAA TA'I! MIIRAKEES TOO'ADHU! AKKATA DUBBI KEES TOLFAADHU!
Bakka kamittu miirakee too'adhu! miirri too'anna hin qabneef dubbiin adaaba hin qabnee balaa keessa nama buusa. Namoonni miirri isaani qabbaana hin qabne waan hundumaaf ni aariifatu. Araabni akkata dubbii itti dubbaatan qajeelche hin beeknes haasaa nuuffisiisa haasa'a. Kanaafuu miirarraa ka'ani dubbachuufi osoo hin taane hubannan haasa'uf of qajeelchi.
Miiroonni kee too'annakee jala akka jiraatan taasiisi! miirakee geggeessi malee miirakeen hin geggeeffaamin! Akkasumaas, dubbii araabakee qajeelchi! haasa'u dura maal akka haasoftuf akkamittin haasa'u akka qabdu itti yaadi! Baayye haasa'anif dhaggeessifatu miti. Waan gaarii dubbaatanifi yaada ofii karaa ogummaa ibsaatanin dhaggeeti argatu. Kanaafuu gowwaa hin ta'in! namni goowwaan baayyee haasa'us haasaa gatii hin qabne haasa'a waan ta'ef, dubbinsa hundinuu goowwummasaa mul'isu. Dubbii hin taane baayisuun afaankee keessaan Namoonni hamma sammuukee akka baraan hin godhin! Nama hubata ogummaasatin, nama goowwaa immoo dubbii goowwummaa isaatin beeku. Yoo nama dubbii qajeelche dubbatu taate immoo eenyunu amansiisu ni dandeessa! Kun ogummaa keessa argama.
Namoonni ogeessi:
- Dubbii dubbachuuf yaadan, -Murtoo waa'ee waan tokkof kennuf jedhan,
-Tarkaanfii waa'ee waan tokkof fudhachuuf yaadan,
Raawwachuu dursa gadi fageessaani waa'ee gochuuf ka'ani kana itti yaadu(contemplation). Bu'aaf miidhaasa tilmaamu. Faayidasaafi faayida inni hin qabne adda baasuf dhaama'u. Kanaafu ogeessaa ta'uf dhaama'i!
Namni Ogeessi, nama yaadan of hoggaanufi qajeelfamaa jireenya mataasa qabu yoo ta'u, goowwan immoo miirasaan oofamaa, naannoo isaan oofamaa, namootan oofamaa jireenya Kaayyoo hin qabnefi boriif bu'a hin buufne har'a jiraata. Kanaafu nama ogeessaa ta'i! "Jireenyi kenna uumaama taatus, jireenyi miidhaagdun immoo bu'aa ogummaati" jedhu warri Greece.
.......Galgalaa gaarii qabaadha!
Like share comment! Godha!
Barreessan ana: WameranTolera Bantii ti
For more join:
@Gorsa Jireenyaa
@Milkaainajireenyaa | 131 |
| 5 | Ati Yoo Of Taatee Jiraatte Bareedda | Gaggeessummaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✪ Namoonni waa'ee kee yeroo dubbatan inni/isheen nama addaati siin jedhu moo, inni/isheen ebelu fakkaata/fakkaatti siin jedhu. Namoonni akka nama biraatti si beeku taanaan ati of hin taane jechuudha.
✪ Situ yoona waan dubbattuun, hojjettuu fi amala keetiin nama biraa fakkaatta ta'a. Atihoo nama biraa ofitti fakkaattamoo ofuma kee ofitti fakkaatta? Kamiinis ta'e, ati kan dhalatteef of taatee waan ati qofti hojjettee darbuu qabdu akka hojjettuufi.
✪ Ati utuu of ilaaltee amalaan dandeetiidhaan, beekumsaan, gochaa fi gahumsa keetiin waan nama biraarraa adda si godhu qabda. Addummaa keetiin waan addaa si keessa jiru hojjettee mul'isuutu sirra jira. Kana gochuufis ta'e of taatee jiraachuuf ofiti amanuu qabda.
✪ Atimee nama jabaa fi jabduu tokkodhaam. Kanaaf, dandeettii kee, gahumsa kee fi kennaa addaa kee isa si keessa jiru hojiitti hiiki. Yos ofirra darbitee dhaloota hedduuf bu'aa taata.
Galatoomi!
Hiriyyoota kee jaallattu bira akka gahuuf qoodiif!
👍 ❤ 🗨️ ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆 𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa | 154 |
| 6 | Naannoo jiraannu keessa namoota gosa sadiitu argama:
1. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an gonkumaa hin amanne.
° Isaanis namoota jireenyi gaariin jira jedhanii hin amanne (comfortable zone) keessatti kufanii kan argamanidha.
2. Namoota qalbiin isaanii gar-tokkeen milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amananidha.
3. Namoota Milkaa'ina gonfachuu akka danda'an amantii guutuu qabanidha.
➡️ Ati sadan keessaa kam keessatti argamtaa? | 129 |
| 7 | "Namoota Si jaallatan qofa jaallachuun nama jaalatta/nama jaalalaati sin jechisiisu. Namoota si jibbanis jaallachuudhaan malee"
Dhugaa Saayikoloojii | 122 |
| 8 | #Gorsaaf.....
✍ Jireenya Kee keessatti namoota armaan gadii kana dirqama dagachuu hin qabdu. Isaanis;
1) Nama yeroo ati miidhamte; yeroo ati mokkoramte hundaa si moggaa hin dhabamneedha...
2) Namoota yeroo namoonni hunduu si shakkanitti.. shakkii namaa irraa kan ka'e hanga atuu lubbuu tantee uf shakkitu takka kan gahe... namoota yeroo akkanaa kana si dhugoomsaniidha..
3) Namoota faayidaa takka osoo sirraa hin barbaadin si qarqaaraniidha...
4) Namoota jireenyi kee akka jijjiiramuuf gahee guddaa taphataniidha....
yoomuu dagachuu hin qabdu..
@Ibroo
share👇
https://t.me/tafak_or | 144 |
| 9 | Imbaasiin Falasxiin Itoophiyaa lammiiwwan nagaa Gaazaatti dhumaaniif yaadannoo taasise.
Imbaasiin Mootummaa Falasxiin Itoophiyaa Finfinneetti argamu, Liigii Arabaa wajjiin tahuun, haleellaa Gaazaa uummata nagaa irratti gaggeeffamaa jiru kan balaaleeffatu ta'uu isaa sirna yaadannoo qopheesseen ibsee jira .
Sagantaa yaadannoo lammiiwwan Falisxiin kana irratti Imbaasiiwwan Arabaa hundi, abbaasaaddaroonni, bakka bu’oonni ergamtoota dippiloomaatoota ardii Afrikaa fi bakka bu'oonni ergamtoota dippiloomaatoota idil-addunyaa kanneen Itoophiyaatti argaman, akkasumas bakka bu’oonni Gamtaa Afrikaatii fi Komishinii Diinagdee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan Afrikaa argamanii jiru.
ABDIISABAA.ORG
http://nebsefte.net/4/6246757
Odeeffannoo Barnootaaf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0
https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA | 174 |
| 10 | Ilaalcha gaarii.....
Eenyummaan kee uumaa keen gaditti harka kee jira. Eenyu illee si irraa fudhachuu yookiin jijjiiruu hin danda'u. Kan ati nama biraaf gochuu hin dandeenyes eenyummaa isaa jijjiiruudha. Kanaaf inni dursu waa'ee mataa keenyaati. Kan nuyi namoota dhuunfaa bira darbinee biyya keenya jijjiiruu dandeenyu yoo dursa ofii keenya jijjiiruu dandeenyedha. Kunis hojii gaarii yoo dalagneefi ilaalchaa gaarii qabaachuudhaani. Ilaalchi gaariin kan nuyi ofiif qabnu, kan nuyi namoota biraaf qabnuun garaagarummaa hin qabaatu. Kunis kan mataa isaaf waan gaarii yaadu nama biraafis gaarii yaaduun itti waan hin ulfaanneefi. Garuu hanga ilaalcha gaarii ofiif hin qabaannetti milkaa'insi hin jiru. Namoota biraafis gaarummaa hin qabaannu. Kanaaf ilaalcha gaarii ofiif qabaadhu!
✍ Olbaanaa
@tolaaf @tolaaf | 133 |
| 11 | ''''''''’''''' '''''''''''''''''''' ❤ '''''''''''''''' '''''''''''''
Ajab damma koo
damma daamu kiyya
Suma barbaachaaf
garaan koo na iyya
Anaan na jaalattee
dhiira meeqa diddee
kan kee na taasiste
Gammachuutti na fiddee
anis eenyuufuu tolen jedhu
siin alas waa tokkon fedhu
Sumaaf na dhiittata
onneen ciisa didee
maafan rafa jedha
dubbii natti fidee
ati kan koo qofa si
taasifadheera giiftii
yoo akkas ta'e qalbiin
kan koo na ciistii
Adda taasiseen si ilaala
hundumaa si caalchisee
Naaf hubadhuu jedheen onnee
kan koo si dhaalchisee
Garaan koo suma yaada
na dideera bar nyaata
Qalbiis ta'ee Onneenis
Kunoo Suma baata.
Jaalalan siif qabu
Barreessee hin fixu
Ati amala addaa qabda
eenyumtuu sin gituu
Baay'en si jaaladha an
yooman si Quufaa?
Daqiiqaa Daqiiqaatti qalbiin
koo sibira na dhufa!
Qabeenyi koo suma innii
onnees ta'ee kan baankii
homtuu gargar nun baasuu
Osuma ta'ee taankii
Wolaloo dabalataa argachuuf
@Faana_beekumsaa join godhi
Join 👉 @Faana_beekumsaa
.................................................. | 368 |
| 12 | Oromoof oromiyaaf nuti jirra!
https://t.me/Tokkumman_haqa | 190 |
| 13 | #Birmannaa_Lammiif
#Challenge
Birmannaa Hawaasa Keenya Wallagga Lixaa Beegii fi Qondaalaaf godhamuuf sochii eegalamee jirutti makamaa🙏
Saba Oromoo haala kanaan miidhamaa jiranu gargaaruuf qarshii kudhan irraa kaasuun haga dandeenye ha gumaachinuufi, namni maxxansi kun bira ga'e, hunduu ammuma waan qabnuun ha deeggarru.
#Challenge'n keenya qarshii kudhan irraa kaafna, sanaa ol haga dandeenye gargaarra, yoo maxxansi keenya nama kuma 20 bira ga'ee, namni kumni 10 qofti deeggarsa yoo godhe, qarshii kuma 100 hawaasa keenyaaf gargaarsa goone jechuudha.
Yoo ta'asuma maallaqa gargaarru dhabne, maxxansa kana qoodnee nama gargaaruu danda'u biraan haa geenyu.
#Challenge'n eegaleera deeggarsa gootan, screenshot kaasuun karaa keessaan nuuf ergaa.
👉 Deeggarsa kana irratti hirmaachuuf
Lakkoofsi herreegaa maqaa namoota sadii:
1. Arfaasee Hirkoo Kumsaa
2. Birruu Tsaggaayee Jimaa fi
3. Tamasgen Gammachuu Nagarootiin banameera.
Qindeessitoonni:
1. Eebbisaa Baayyisaa
2. Marid Tulluu fi
3. Taagal Daaqaati.
Lakk. Herreegaa Baankii:
Baankii Daldala Itoophiyaa -1000577668117
Baankii Hojii -Gamtaa Oromiyaa -101040013
Baankii Awaash -013201118948100
Baankii Oromiyaa -1636462700001
Jiraatti waliif haa birmannu.
#Ulfaadhaa🙏
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA | 151 |
| 14 | Yeroo biiftuun lixxu
Tabbarran dhaabba dha
Yeroo diimtuun diddu
Magaalleen jaalla dha.
😁 | 131 |
| 15 | Top 5 Educational channels👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
(Fana Education (38k)
Fana Education (38k)
Qubee Academy (34.3k)
Qubee Academy (34.3k)
FOR ተማሪ (33.4k)
FOR ተማሪ (33.4k)
Ethiopian Education 24(33.1k)
Ethiopian Education 24(33.1k)
FRESHMAN UNIVERSITY (15k)
FRESHMAN UNIVERSITY (15k)
University Students (11k)
University Students (11k)
2015 Freshman University
2015 Freshman University | 154 |
| 16 | Jechoota Ϻilҡαα'inαα
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Abdulaziz_FeesalOfficial
■Jireenya warri kaan sirraa eegan osoo hin taane jireenya dhugaa ofiif ta'e jiraachuuf hamilee qabaadhu.
■Waan gowwummaadhaan haala gahaa ta’een ibsamuu danda’u gonkumaa hammeenyaaf hin maxxansin.
■“Nama kee caaluun wanti kabajamaan hin jiru; ulfina dhugaan ofii kee isa duraa caalaa ta’uudha.” Ernest Hemingway
■Yeroo dallantu murtoo hin godhin. Gaafa gammaddu waadaa hin seenin.
■“Nama gowwaa wajjin gonkumaa hin falmiin, sadarkaa isaaniitti gadi si harkisanii muuxannoodhaan si reebu.” Maarqos lama
■Waan ofii baachuu dandeessu qofa qabadhu.
■Yeroo hunda waan hojjatte caalaa waan hin hojjennetti akka gaabbitu yaadadhu.
■“Namoonni waa’ee kee maal akka yaadan osoo beektee hammam akka sitti yaadan xiqqaata.” ~Deevid Foster Wallace
■Nama biraa yoo komatte ni fooyya’a jettee hin eegin.
■“Ati addunyaa kanarraa peechi bilchaate ykn dhangala’aa ta’uu dandeessa, garuu yeroo hunda namni peechi jibbu ni jiraata.”
~ Dita von Teese
■Margi gama biraatiin magariisa yoo ta’e, achitti xaa’oon baay’achuu hin oolu.
■Waan amma barbaadduuf waan yeroo baay’ee barbaaddu hin dhiisin.
■Saala faallaa ilaalchisee: Yoo beela’e fakkaatte ni beela’a.
■“Miirri safuu kee gonkumaa waan sirrii akka hin hojjenne si hin dhowwiin.” ~~Yisihaaq Asimoov
■Nama intalli kee akka heerumtu barbaaddu ta'uuf carraaqi.
■“Dhugaa kan dubbatu diina qofa yaadadhu. Hiriyoonni fi jaalalleewwan dhuma hin qabne sobu, toora dirqamaatiin qabamaniiru.” ~Isteefan Kiing
■Furtuun konkolaataa keessanii konkolaataa keessan sibiilli inert toonii tokko irraa gara maashinii ajjeesaa lubbuu namaa galaafatu kalaqame keessaa tokkotti akka jijjiiramu gonkumaa hin dagatinaa.
■Waan kamiyyuu maraachuu fi deebii kennuu dura sa'aatii 24 eegi. Yeroo sa’aatii 24 keessatti yoo si hin dhibne, tarii itti aaruuf barbaachisaa ta’uu dhiisuu danda’a.
■Nama filannoo qofa si godhu gonkumaa dursa hin kenninaa.
■Waan tokko akka dhuunfaatti akka hin fudhanne yaali. Namni hamma kee waa'ee kee yaadu hin jiru.
■“Namni tokko maal akka fakkaatu beekuu yoo barbaadde, namoota qixa isaa osoo hin taane namoota isaa gadi ta’an akkamitti akka ilaalu sirriitti ilaali.” Sirius Gurraacha
■Waan hojjechuu jaallattu adda baafadhu, achiis akkamitti akka namni kaffaltii siif kaffalu gochuun akka hojjettu adda baafadhu.
■Dubartii akka mootittii yoo ilaalte, isheen immoo akka qoosaatti yoo si ilaalte, giiftiin kee masaraa biraa keessa jirti.
■Yeroo wanti si gaddisiisu tokko si mudatu hunda, yeroo umuriin kee sagaltama ta’u ammallee dhimma itti ba’uu fi dhiisuu kee of gaafadhu.
■ Ciminaan hojjechuu. Yeroo beekumsii fi dandeettiin gahaa hin taane cimsi.
■Shamarran qaroo ta’an bareedduu ta’uu isaanii dhaga’uu jaallatu, shamarran bareedduu ta’uu isaanii dhaga’uu jaallatu.
■Gammachuun filannoo yoo ta'u wanti biraa hundi dhimma ilaalchaati.
➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ #share
𝙢𝙖𝙖𝙩𝙞𝙞 𝙩𝙖'𝙪𝙪𝙛
👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼
@Abdulaziz_FeesalOfficial
@Abdulaziz_FeesalOfficial | 133 |
| 17 | Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama?
Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu.
🫴 Marsariitii https://eaes.edu.et/ irratti
🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284
🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot
🗑ADS🗑
//nebsefte.net/4/6246757
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA | 86 |
| 18 | ✅ How to improve your life:
1️⃣ Pray
2️⃣ Exercise
3️⃣ Read new books
4️⃣Learn a new skill
5️⃣ Move on from mistakes
6️⃣ Love yourself first
7️⃣Challenge your comfort zone
👍 @QesemAcademy | 119 |
