cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ONNACHIIFTUU!

Channel keenya kana Join fi share yoo gootan waantota gadii kana argattu: ☛Jechoota Onnachiisoo, ☛Jechoota Jaalalaa, ☛Walaloowwan mi'eessoo, ☛Baacoowwan Bohaarsoo, ☛Barannoo Teknooloojii, ☛Jechoota Gufuu Jireenyaa Cabsanii fi kkf nu waliin hirmaadhaa.

Show more
Advertising posts
2 282
Subscribers
No data24 hours
-117 days
-4930 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Namni kamiyyuu miira qaba, miira isaammoo dubbannaan ibsata kanaaf waan miirefffatte haasawwaan ibsii. Of jaalladhu Gaafa of jaallattu of kununsita , gaafa of kununsitu jaalala kee haaromsita.👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/29/the-right-love-is-given-by-god/
690Loading...
02
“Badhaadhina qabeenyaa caala;badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”👌 Namni ati waayee Isaa Dubbachaa jirtu si Bira Hin jiru taanaan Callisii Qofa Dhaggeeffadhu! Waan Baruu Barbaadde yoo inni Eeyyamamaa ta’e Kallattiiman isa faana Dubbadhu!👇🏾👇🏾 https://obsii.com/2024/01/13/strive-for-intellectual-prosperity-wealth-is-better-than-wealth/
850Loading...
03
"Har'a onaa fakkaatus Bor waan gaariitu dhufa "Kun ni maraattee?" jedhaa Oduu keessan hurgufaa... Ani isaaf gurra hin qabu Fiigicha koo ittan fufa! Booda hin laalu kakuudha Kakuu lafeefi dhiigaa Mul'atni koo fagoodha Achi ga'uufan fiiga!" 👇👇👇👇👇👇👌 Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
840Loading...
04
Waldhabdeen yeroo hunda nu waliin jiraata. Sababi isaa ka’umsi waldhabdde keessa keenya malee alaa miti.Garuu yeroo inni uumamu miira tasgaba’een to’achuu dandeenya. Waldhabdeen gadheedha jechuu hindandeenyuu.👇👇👌 https://sifanoro.com/2023/06/02/waldhabdeen-yeroo-hunda-nu-waliin-jiraata/
1110Loading...
05
🛄 BAGA NAGAAN GARA TELEBIRR GIFT NAGAAN DHUFTAN Bootii Telebirr gift fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Kabajamoo maamila keenyaa Liinkin affeerraa keessanii ⬇️ https://t.me/Telebirrgift_bot?start=r0657887928
1070Loading...
06
Jibbamanii jaallachuun Miidhamanii dhiifama gochuun Tuffatamanii kabaja laachuun Dhiibamanii bakka jijjiirrachuun boqonnaa sammuu namaaf kenna namni boqonnaa sammuu qabu ammoo yeroo hundaafi guyyaa hunda boqonnaadhaan hojii isaa hojjeta waan ta’eef inuma milka’a waan ta’eef haala kam keessattiyyuu yaada qajeelaa qabaadhaa!✍️👇👇👇👇👇👌 https://shorturl.at/0wazI https://shorturl.at/0wazI
1330Loading...
07
Of ta'i gita gatii keeti jiraadhu🤌 Namni gatii ofii isaa hin beekne, gatii namoonni isaaf kennaniin gatii isaa ibsata. Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhaan, gatii isaa waan hin beekneef sirridha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata.👇👇👌🫰 https://sinanor.com/2024/06/07/love-yourself-is-a-gift-of-value-love-yourself/
1480Loading...
08
Yoo barbaade gaarii Yoo barbaade hamaa Siin haa jedhuu namni Dhiisi waa'ee namaa Siif mogga'us namaan Maqaan lamaaf sadii Ati ofii kee beeki Namaaf gaarii yaadi 👇👇👇👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/06/crucial-advice-for-girls-in-love/
1600Loading...
09
Booda kaateetu dursita mataa gochuu beekta eegee Lafa onaatti quubsita namni kankeen beeku deegee, hin saalfatu kan si eegee Kan beela'e beeluu baaftee yaa waaqako waaqa gaarii Kattaa keessaa bishaan baaftee mul'atteetta bara Aggaarii, gaarummaankeen qabu daarii! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👌 Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
1320Loading...
10
Jireenya Sammuu Uumuu Humna jijjiirama sammuu fi aartii yeroo ammaa kana keessa jiraachuu daawwadhu.  Tooftaalee dhiphina hir’isuu, of beekuu guddisuu fi jireenya kee guyyaa guyyaa keessatti nagaa keessoo horachuu baradhu. Sammuun kee jijjiirama gaarii fiduuf kaka'umsa gaarii qabachuu✍️👇👇👇👌  https://obsii.com/2024/06/03/i-achieve-with-love-and-purpose/
1510Loading...
11
Telegram irratti Nama wajjin message haasoftanii namni sun immoo yoo message isa isiniif erge balleesse akkamitti akka argachuu dandeessan viidiyoo isaa liinkii gadiin kanaan seenaa ilaalaa. 👇👇👇👇👇 https://vm.tiktok.com/ZMreGok8G/
1320Loading...
12
Ati eenyuu? Yoo sii ilaalan ni fakkaatta lallabaa Hojiin kee  garuu galabaa karabataas hidhatte akka baajii Tarii ta'uu dandeessa faarfataa ykn raajii Amalli kee in jijjiirama si ibsu hin dandeenyu Mee of kee dubbadhu ati eenyu? ........................................... Ati eenyu yaa xawalwaallee? mee nutti himi maqaa kee wallallee Ni fakkaatta garuu nama dhaloota soortu Akka siin hin jenne hattuu ykn samtuu Soortuudha siin jechuufis nu rakkise Sii amantii keenyas kan salphise ................................................ Jettee ittiin of sobda fiixaan baa'era Hojiin kees kanaaf cigaasisaa ta'era Mana kee hin jiru tasumaa hojiin haqaa Ati eenyu? kan gubbaa dibaa keessi raqaa .......................................... Soora qabda jedhee dhaloonni sitti dheeffa Ati garuu jiraa fakkaatta malee reeffa Yoon sii qeeqe eenyu kan na komatu? maaf taatee tarii du'a jiraa fakkaatu? ............... Leenca ofiin jettaa hin taane addurree ati eenyu yaa abbaa buraan burree Dhaloota hin fayyanne amma daasterii Situ ofiin jedhe malee raajii ykn paasterii Eenyu ati kan xureessite kun maqaa ulfinaa? Dafii deebi'i maaloo kun salphinaa .............................................. Gaafa of tuultu ofiinis ni jetta geggessaa Garuu safuu hin beektu amma jaldeessaa siif jennee Dhalootatti dhugaa ba'uu saalfannee Kunoo teenyee boonya afaan qabannee Otoo dhageessuus taaterta mata jabeeyyii Ati eenyu tarii waraabeessa moo yeeyyii? ................................................ Jetta yeroo gowwomsitu amma isiniifan kadhadhaa Harka keessan "kiisii" keessa kaawwadhaa Ni Eebbifamu warra harka guutaani kennanii Dafaa As ba'a warri kuma kudhanii .................................................... Qarshii kuma kaffali kan barbaaddu fala Ta'uu baannaan du'atu mana kee galaa Akkasitti sodaachiftee wangeelan daldalta Jetta Kan hin  kennine abarsa ofiitti fuute galta .................................................... Isin tarree kana hiriraa warri kumaa Waaqni si Eebbisee hin sassatin gonkumaa Isin dhiifama naaf godha yaa warra tajajiltootaa Ani kanaan qeeqe hattootaa fi sobdota ................. Haqa jal'istee dhugaan kan sitti iyyee Tarii ni irraanfattee akka taatu biyyee? lubbuuf iddoo hin laattu kan foonii malee beeki hunduu in darba waaqa tokko malee Kan kaleessa waadaa galtees digdee hirbuu Ta'aree boqolloo facaasanii haamuun garbuu? Akkasitti wal gorsina amma dandeenyu Yaada geeddaradhu maaloo ati eenyuu?    #Share godhi lubbuu tokko jijjiruu dandeessa Sinanor.com obsii.com sifanoro.com
1500Loading...
13
Telegram Irratti message bade deebifachuu yoo barbaaddan viidiyoo kana ilaalaa.
1340Loading...
14
WANTOOTA 5 ABJUU KEE AJJEESSUU DANDA'U Sodaa: Gufuuwwan gurguddoo namoonni abjuu isaanii akka hin hordofne dhorkuu danda'an keessaa sodaan isa tokko. ✍️👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/03/love-your-dreams-and-follow-them/
1430Loading...
15
MUL'ANNI MAALI? ⁃ Ilaalcha gaarii qabaachuu dha. ⁃ Xiyyeeffannoo qabaachuu dha. ⁃ Murteessanii kutannoodhaan adeemuu dha. ⁃ Bakka yookiin iddoo har'a jiran irra dhaabatanii lafa boru gahuu qaban arguu dha. Yeroo hundumaa mandara kufaatii, dadhabinaa, of ceepha’uufii of loluu keessaa ba’aatii of jaallachuu, of kununsuu, ofii keessanii wajjin ooluufi ofii keessan qofa wajjin dorgomuutti yaada keessan hidhaa! ✍️👇👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/06/02/love-your-friends-for-your-vision/
1511Loading...
16
Namni baayyeen erga ati milkoofte harka siif rukuta malee yeroo ati imala milkii abju’atuu kan sitti qoosutu baayyata✊🏽 Kanaafuu wacaa fi qoosaa namoota abjuunkee hin galleefi waliin yerookee hin gubiin fulduratti tarkaanfadhu. Abjuunkee sitti mul’ate malee nama biraatti miti, namootni naannookee jiran yoo danda’an si haa gargaaran yoo dadhaban sirraa haa callisan itti himi. Abjuunkee garuu guddaa fi kan si sodaachisu tahuu qaba, milkaa’uun isaa garuu tasuma hin oolu👊🏼 Milkeessuuf ammoo 💤Itti fufinsaan hojjechuu (Consistency) 🌀Cichoominaan hojjechuu (Commitment) 💠Naamusa olaanaan hojjechuu (Discipline) Warren armaan olii hedduu barbaachisaadha hubadhu, kana dhabuun ammoo abjuu keenya milkii dhorka✍🏼😽 Guyyaa Ajaa’ibsiisaa fi Abjuu keessan milkeessu itti dhamaatan siniif haa tahu. 👇👇👇👇👌👌 https://obsii.com/2024/05/31/good-marriage-advice-in-the-time/
1750Loading...
17
Biddeen xiiqii! Humna sileeffame; sammuu leenjifame, qaama jajjabatee jireenya  abdii sichi  qabuuf of qopheessu.👇👇👇👌 https://obsii.com/2024/05/30/love-yourself-and-let-your-mind-be-strong/
1540Loading...
18
https://youtu.be/QPIneGoNbfA?si=CkQBsnap1TTtyece
1550Loading...
19
Nuti gaarii yoo namaaf yaanne namni nuti gaarii yaanneef gaarii nuuf yaaduu dhiisuu danda’aa! Kun beekamaadha. Nuti gaarii yoo raawwanne Waaqa biraa arganna, kan isaatu caalas yoomiyyuu ati gaarii namaaf yaadi, gaarii namaaf yaaddeefis namni gatii namni akka siif baasu hin eeggatin, gatii namoota gaarummaa hojjetanii miidhamanii Waaqayyotu kaaffalaa!👇👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/30/what-is-the-hardest-thing-in-life-its-a-one-sided-love/
1590Loading...
20
Qormaatni jireenya hawwataa taasisa;  isaan mo’achuun jireenyi hiika akka qabaatu taasisa. Daandiin gufuu hin qabne eessayyuu hin geessu.👇👇👌 https://obsii.com/2024/05/29/the-best-advice/
1530Loading...
21
Dandeettii dhaggeeffachuu keetii gabbifadhu! Haala kam keessattiyyuu sagaleenkee qofti akka dhaggeeffatamu gochuu hin yaalin qaamota miiraakee hunda hojjechiisi ,👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/28/how-to-become-a-beloved-wife/
1680Loading...
22
Duuban laaliin sardamtee Dirqama kan kee ba'i Abdiin kutiin daddaftee Akkuma leencaa ta'i! Dhoqqee keessa deemtus Qoree jiru eeggadhu Gufuu hunda dandeenyaan Galma geessaa beekkadhu!!!! ♡Jalqabni kee gad deebi'aa yoo fakkaate iyyuu, dhumni kee immoo baay'ee guddaa in ta'a. ♡ "Dhaloota nu duraa gaafadhu! Wanta abboonni isaanii qoratanii bira ga'an ilaali! Iyo 8:7-8📖❤ Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
1620Loading...
23
Barataa yoo taatan gaaffilee adda addaa kan isiniif hojjetu video kana ilaala.
1390Loading...
24
Nama amantu waliin of eeggadhu. Sababni isaas namni hundi hiriyaa kee miti. Fuul duraaf waan gaarii abdadhu garuu rakkina si mudachuu danda'uuf of qopheessi👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/26/what-is-wrong-with-love/
1450Loading...
25
Hanga ati ulee dhugaa Qabattee tirattutti Waaqayyo darbatee Sin gatu qileetti Gurmaa'ee diinni kees Si mo'uu hin danda'u Garuu ilaalchi kee Qajeelaa haa ta'u 😁👌 Sinanor.com Obsii.com sifanoro.com
1550Loading...
26
Jireenyi dhuunfaa yeroo hunda injifata. Hanga injifattutti dhoksii. Kolfikee haala kee haa jijjiiru malee haalli kee akka kolfa kee hin jijjiirre of eeggadhu!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/25/holding-true-and-pure-love/
1560Loading...
27
Yoo Joobirri Tole Jedhe Lukkuun Gaggeessaa Joobiraa Ta’uuf Hin Saalfattu!🙆‍♀️ Kufaatiin waan hin hafneedha. Deemsuma milkaa’inaa irratti iyyuu barbaachisaa tahu mala. Ijoon dubbii irra deebi’anii yaaluuf of eegannoo gochuu dha. Namoonni baayee milkaa’an hedduun isaani gad xiqqaatuu seenaa hin milkaa’inniif tokkoo ni qabu.👇🏾👇🏾👌 https://sifanoro.com/2023/02/28/yoo-joobirri-tole-jedhe-lukkuun-gaggeessaa-joobiraa-tauuf-hin-saalfattu/ 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👌 Obsii.com sinanor.com Sifanoro.com
1790Loading...
28
Meeshaan ati ittiin diinaa  kee jala milquuf qabdu yoo jiraatte ilaalcha ati diinaa kee sanaaf qabduudha. Humnaan yoo si caale beekumsaan caali beekumsaan yoo si caale jaalalaan caali jaalalaan yoo si caale garuu isa hordofi.👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/24/its-a-wonderful-love-story/
1410Loading...
29
Namoonni hedduun har'a diinoomanis, gaarummaa isaanii kaleessaatu har'a yaadannoo kootii! Dhugaadha baayyooliin isaanii har'a natti jijjiramanis, harka kaleessa gaarummaa naaf goodhanin har'a deebi'aanii na miidhanis, afaan kaleessa nagaa dubbataniin har'a hamaa koo odeessanis, daandii jaalalaa kaleessa irratti qoreen biqilus kabajnif jaalalli kaleessa tuffiin bakka naaf bu'us, mararteewwan jechoota kaleessa har'a dhidhima seenuus, dirree rakkina irratti har'a kophaa ta'us; ani garuu gaarummaa kessan isa kaleessa sanan yaadacha jiraadha. Hamaa keessan hedduy gaarummaa keessan tokkoonin bakka buufadha addunyaa kootti sababisaa guyyaan kun hundinuu darbee bor seenaa ta'ee akka dubbatamuu waanin beekuuf. Galatoomaa!🙏❤😁👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/21/honesty-and-love-the-right-way/
1960Loading...
30
Ilaamee! Gaafa manaa baatu, “Yaa Waaqayyo nagaan na galchi” jedhi. Gaafa deebitee galtu, “Kan nagaan na galchite galata kee” jedhi. Nama sitti balleesseef dhiifama godhi. Kan itti balleessite dhiifama gaafadhu. Bahuu kee malee galuu kee hin beektu, har’a jiraachuu kee malee bor gahuu kee hin beektu! Jiruun dachee kanaa gabaabduudha! Waaqayyo si wajjin haata’u!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/13/and-the-truth-shall-make-you-free/
1700Loading...
31
Akka nama amma du’uutti kadhadhaa, akka nama bor du’uutti bashannanaa, akka nama bara baraan jiraatuutti ammoo cimaa hojjedhaa! Har’a hojjennee bor jiraanna jechuudhaan har’a ofii dararuun jireenya bor dhufu sanas hir’uu taasisuu mala. Kanaaf Hojjechuufi jiraachuun yeroo hunda ta’uu qaban jedha ani!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/20/let-your-love-be-true-love/
1520Loading...
32
Mul'ataan yoo mul'atte malee mul'achuu hin dandeessu! Ka'uumsa kee jijjiiruu baattus, jireenyaa kee fuula duraa jijjiiruu ni dandeessa.Namni Milkaa'e Hundi Gorsaa Keessan Ta'uu Hin Danda'u Waan gaarii fudhadhuu isa hamaa dhiisi.👇🏾👇🏾👌 https://obsii.com/2024/04/09/not-everyone-in-the-world-can-be-your-mentor/
1600Loading...
33
Kallattii sirrii irra jiraachuu kee mirkaneeffa dhu.Jireenya keessatti kallattiin  dogoggoraan irra deemte kamtuu, taatee dubatti sin deebifneef, haala waan argachuu qabdu dhabuutiif si saaxila. Carraan ati bira gahuuf kaate, kallattii sirrii filachuu dhabuu keetiin karaatti hafa. 👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/19/love-is-a-happy-life/
1710Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Namni kamiyyuu miira qaba, miira isaammoo dubbannaan ibsata kanaaf waan miirefffatte haasawwaan ibsii. Of jaalladhu Gaafa of jaallattu of kununsita , gaafa of kununsitu jaalala kee haaromsita.👇👇👌 https://sinanor.com/2024/05/29/the-right-love-is-given-by-god/
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
“Badhaadhina qabeenyaa caala;badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”👌 Namni ati waayee Isaa Dubbachaa jirtu si Bira Hin jiru taanaan Callisii Qofa Dhaggeeffadhu! Waan Baruu Barbaadde yoo inni Eeyyamamaa ta’e Kallattiiman isa faana Dubbadhu!👇🏾👇🏾 https://obsii.com/2024/01/13/strive-for-intellectual-prosperity-wealth-is-better-than-wealth/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
"Har'a onaa fakkaatus Bor waan gaariitu dhufa "Kun ni maraattee?" jedhaa Oduu keessan hurgufaa... Ani isaaf gurra hin qabu Fiigicha koo ittan fufa! Booda hin laalu kakuudha Kakuu lafeefi dhiigaa Mul'atni koo fagoodha Achi ga'uufan fiiga!" 👇👇👇👇👇👇👌 Sinanor.com Obsii.com Sifanoro.com
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Waldhabdeen yeroo hunda nu waliin jiraata. Sababi isaa ka’umsi waldhabdde keessa keenya malee alaa miti.Garuu yeroo inni uumamu miira tasgaba’een to’achuu dandeenya. Waldhabdeen gadheedha jechuu hindandeenyuu.👇👇👌 https://sifanoro.com/2023/06/02/waldhabdeen-yeroo-hunda-nu-waliin-jiraata/
Show all...
Repost from Ayyuu Tube
Photo unavailableShow in Telegram
🛄 BAGA NAGAAN GARA TELEBIRR GIFT NAGAAN DHUFTAN Bootii Telebirr gift fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Kabajamoo maamila keenyaa Liinkin affeerraa keessanii ⬇️ https://t.me/Telebirrgift_bot?start=r0657887928
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Jibbamanii jaallachuun Miidhamanii dhiifama gochuun Tuffatamanii kabaja laachuun Dhiibamanii bakka jijjiirrachuun boqonnaa sammuu namaaf kenna namni boqonnaa sammuu qabu ammoo yeroo hundaafi guyyaa hunda boqonnaadhaan hojii isaa hojjeta waan ta’eef inuma milka’a waan ta’eef haala kam keessattiyyuu yaada qajeelaa qabaadhaa!✍️👇👇👇👇👇👌 https://shorturl.at/0wazI https://shorturl.at/0wazI
Show all...
👏 1