cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ONNACHIIFTUU!

Channel keenya kana Join fi share yoo gootan waantota gadii kana argattu: ☛Jechoota Onnachiisoo, ☛Jechoota Jaalalaa, ☛Walaloowwan mi'eessoo, ☛Baacoowwan Bohaarsoo, ☛Barannoo Teknooloojii, ☛Jechoota Gufuu Jireenyaa Cabsanii fi kkf nu waliin hirmaadhaa.

Show more
Advertising posts
2 326
Subscribers
No data24 hours
-127 days
-3730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni hedduun har'a diinoomanis, gaarummaa isaanii kaleessaatu har'a yaadannoo kootii! Dhugaadha baayyooliin isaanii har'a natti jijjiramanis, harka kaleessa gaarummaa naaf goodhanin har'a deebi'aanii na miidhanis, afaan kaleessa nagaa dubbataniin har'a hamaa koo odeessanis, daandii jaalalaa kaleessa irratti qoreen biqilus kabajnif jaalalli kaleessa tuffiin bakka naaf bu'us, mararteewwan jechoota kaleessa har'a dhidhima seenuus, dirree rakkina irratti har'a kophaa ta'us; ani garuu gaarummaa kessan isa kaleessa sanan yaadacha jiraadha. Hamaa keessan hedduy gaarummaa keessan tokkoonin bakka buufadha addunyaa kootti sababisaa guyyaan kun hundinuu darbee bor seenaa ta'ee akka dubbatamuu waanin beekuuf. Galatoomaa!🙏❤😁👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/21/honesty-and-love-the-right-way/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Ilaamee! Gaafa manaa baatu, “Yaa Waaqayyo nagaan na galchi” jedhi. Gaafa deebitee galtu, “Kan nagaan na galchite galata kee” jedhi. Nama sitti balleesseef dhiifama godhi. Kan itti balleessite dhiifama gaafadhu. Bahuu kee malee galuu kee hin beektu, har’a jiraachuu kee malee bor gahuu kee hin beektu! Jiruun dachee kanaa gabaabduudha! Waaqayyo si wajjin haata’u!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/13/and-the-truth-shall-make-you-free/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Akka nama amma du’uutti kadhadhaa, akka nama bor du’uutti bashannanaa, akka nama bara baraan jiraatuutti ammoo cimaa hojjedhaa! Har’a hojjennee bor jiraanna jechuudhaan har’a ofii dararuun jireenya bor dhufu sanas hir’uu taasisuu mala. Kanaaf Hojjechuufi jiraachuun yeroo hunda ta’uu qaban jedha ani!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/20/let-your-love-be-true-love/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Mul'ataan yoo mul'atte malee mul'achuu hin dandeessu! Ka'uumsa kee jijjiiruu baattus, jireenyaa kee fuula duraa jijjiiruu ni dandeessa.Namni Milkaa'e Hundi Gorsaa Keessan Ta'uu Hin Danda'u Waan gaarii fudhadhuu isa hamaa dhiisi.👇🏾👇🏾👌 https://obsii.com/2024/04/09/not-everyone-in-the-world-can-be-your-mentor/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Kallattii sirrii irra jiraachuu kee mirkaneeffa dhu.Jireenya keessatti kallattiin  dogoggoraan irra deemte kamtuu, taatee dubatti sin deebifneef, haala waan argachuu qabdu dhabuutiif si saaxila. Carraan ati bira gahuuf kaate, kallattii sirrii filachuu dhabuu keetiin karaatti hafa. 👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/19/love-is-a-happy-life/
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ofitti amanamummaa hin qabdu taanan yoomiyyuu waan waaqayyoo sitti kenne hojjatta osoo hin taane waan namni sitti hime hojjatta. Gaggeessaan dandeetti hin qabne abdii dhalootaa baay'ee dukkaneessa.👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/15/lets-get-to-know-the-truth/
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Boriinkee biqilee guddaa waan tahuuf, har'a sanyii egeree keetii facaasi. Kunuunsiitii albuuda barbaachisus soori. Seerri addunyaafi macaafa Qulqulluu, hamma dhamaate argatta, hamma facaastes haammatta Isa jedhudha. Kanaafuu sadarkaan Jireenya keetii hanga dhamaatii keetiin waan murtaa'uuf dhama'i! Dhamaatii dafqi itti baay'atu qofa osoo hin taane, kan oogummaan guute. Maalif jennaan lafa xaa'oo qabuufi bajjiirra facaasuun bu'aa walqixa namaaf hin kennu waan taheef. Waan gootu oogummaan raawwadhu! Wantoota bu'aa guddaa siif buusan irrattis xiyyeeffadhu! Abjuukee sanarraas ijakee hin mixxiqsin!👇🏾👌 Sinanor.com Obsii.com sifanoro.com
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Mul'ataan yoo mul'atte malee mul'achuu hin dandeessu! Ka'uumsa kee jijjiiruu baattus, jireenyaa kee fuula duraa jijjiiruu ni dandeessa.Namni Milkaa'e Hundi Gorsaa Keessan Ta'uu Hin Danda'u Waan gaarii fudhadhuu isa hamaa dhiisi.👇🏾👇🏾👌 https://obsii.com/2024/04/09/not-everyone-in-the-world-can-be-your-mentor/
Show all...
Show all...
Singer Shuumaa Rabbumaa; Dhaloonni falaa dhabee guyyaan ta'ee dukkanaa😭

#subscribe_like_share_godha sifanoro.com obsii.com #subscribe_like_share_godha #faarfannaa_afaan_oromoo #araratvworldwide #faarfannaa #oromomusic jedha sear...

Photo unavailableShow in Telegram
Nama gatii hin beekneef imimmaan kee hin cobsin. Bidiruu mataa keen gaafa sochootu dacheetu jannata siif ta'a👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/12/keeping-our-promise-here-is-the-first-part/
Show all...