cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

የጅ/ዩ/ቴ/ኢ/ግ/ግቢ ጉባኤ [Y/M/M/Y/I/T/Jimmaa]

ይህ በጅማ መካነአዕምሮ ሥነመላ ተቋም ግቢ ጉባኤ የግቢ ጉባኤውን አገልግሎት መረጃ የምንለዋወጥበትና መንፈሳዊ ትምህርቶችን የምንማማርበት አውታር ነው::Yaa'ii mooraa Yuunivarsitii Inistitiyuutii Teeknooloojii Jimmaatti fuula odeeffannoo tajaajila yaa'ii mooraa fi barnoota afuuraa! @jitgibigubae

Show more
Ethiopia5 967The language is not specifiedReligion & Spirituality34 756
Advertising posts
2 497
Subscribers
No data24 hours
+157 days
+2030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
⛪️ በስመ አብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሐዱ አምላክ አሜን ⛪️ ✍🏾 የጅ/ዩ/ቴ/ኢ/ግ/ግቢ ጉባኤ ትምህርት እና ሐዋርያዊ አገልግሎት ማስተባበሪያ ክፍል

ዘወትር አርብ አርብ የሚዘጋጅ ጥያቄና መልስ ውድድር ክፍል 3   ….  4ኛ ዙር ግንቦት 09/2016ዓ.ም  /  7 questions

👍 2
Show all...
⛪️Maqaa Abbaa Kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen⛪️ ✍🏾 Gaaffii fi deebii Kutaa Barnootaa fi Qindeessaa Tajaajila

Duuka bu'umma Yaa'ii mooraa dhaabbata teeknooloojii yuunivarsitii Jimmaatiin Jimaata Jimaata yeroo hundaa qophaa'u Kutaa 3ffaa... Marsaa 4ffaa Caamsaa 09/2016  /  5 questions

Photo unavailableShow in Telegram
🙏 ተጠባቂዋ ዘወትር አርብ የለመድናት ጥያቄና መልስ ውድድራችን ክፍል 3  ከ01:00 በኃላ  ይለቀቃል። Hawwidhan kan eegamtu gaaffi fi deebiin jimaataa kutaa 3ffaan sa'aatii 1:00 booddee gadhiifama. @jitgibigubae
Show all...
1
Show all...
የጅ/ዩ/ቴ/ኢ/ግ/ግቢ ጉባኤ[Y/M/M/Y/I/T/Jimmaa]

በስመ አብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሃዱ አምላክ አሜን። Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuur Qulqulluu Waaqayyo Tokko Ameen ከዚህ በታች በሚመጡላቹህ ጥያቄዎች መሰረት በ2017 ዓም በግቢ ጉባኤያችን ሃላፊነት ቦታ ቢያገለግሉ የምትሉዋቸውን የተማሪዎችን ፕሮፋይል ያስገቡ። Gaafiwan armaan gadi irratti hundaa'udhan bara 2017tti yaa'ii mooraa keenya keessatti baratoota sadarkaa itti gaafatamumattin otu tajjaajilan jettan piroofaayila isaani gutaa. Dead line. እስከ ቅዳሜ 3:00. Dead line. Sanbata xiqaa hanga sa'aa 3:00.

3👍 2🙏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Maatewos 25:40 Mootichis deebisee Dhugaan sitti hima obboloota koo warra xixiqqaa kana keessaa tokkotti waan gooteef,anaaf goote. Kabajamtoota barattoota keenya soomni yoo hin jiraannellee waan qabnu keessaa muraasa hir'isnee warra rakkataniif haa kenninu የማቴዎስ ወንጌል 25:40 ንጉሡም መልሶ። እውነት እላችኋለሁ፥ ከሁሉ ከሚያንሱ ከእነዚህ ወንድሞቼ ለአንዱ እንኳ ስላደረጋችሁት ለእኔ አደረጋችሁት ይላቸዋል። ውድ ተማሪዎቻችን ምንም ጾም ባይሆንም ካለን ጥቂት ለተቸገሩት እንድንሰጥ ይሁን:: @jitgibigubae @jitgibigubae @jitgibigubae
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Barumsa bakka bu'iinsaa (Tiitoorii ) ____ Qarshii caalaa barnoota, warqee qoramee caalaa immoo beekumsa fudhadhaa Fakkeenya 8:10 Barattoota Waggaa 2ffaa qofaaf Waggaa 2ffaa Afaan Amaaraan = Qo'annaa kitaaba qulqulluu kutaa 3ffaa
Guyyaa : Caamsaa 6 /2016 B.A Sa'aatii: galgala 12:00 irraa jalqabee Bakka: Galma mana barnoota Dilbataa
የማካካሻ ኮርስ (ቲቶር) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ “ከብር ይልቅ ትምህርትን፥ከተፈተነ ወርቅም ይልቅ ዕውቀትን ተቀበሉ።”        ▬ ምሳሌ 8፥10ለ 2ኛ ዓመት የአማርኛ ኮርስ ተማሪዎች ብቻ
👉2ኛ ዓመት በአማርኛ = የመፅሐፍ ቅዱስ ጥናት ክፍል ፫
       
ቀን:ግንቦት 6/2016ዓ.ም ሰዓት  ምሽት 12:00:00 ጀምሮ ቦታ: ሰ/ት/ቤ አዳራሽ
        @jitgibigubae
Show all...
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
11ኛ ሳምንት የ ኮርሶ መርሐ ግብር👇
👉2ኛ ዓመት በአማርኛ = የመፅሐፍ ቅዱስ ጥናት 👉2ኛ ዓመት በ ኦሮምኛ=የመፅሐፍ ቅዱስ ጥናት
           #ማስታወሻ👇 ➝ በዚህ ሳምንት በ exam ምክንያት የ1ኛ፣3ኛ፣4ኛ፣5ኛ ዓመት የኮርስ መርሐ ግብር አይኖረንም።
ቀን:ግንቦት 4/2016ዓ.ም ሰዓት  04:00 - 06:00 ቦታ: ሰ/ት/ቤት አዳራሽና ቆርቆሮ አዳራሽ
        @jitgibigubae
Show all...
2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa koorsii torbee 11ffaa
➝ Waggaa 2ffaa Afaan Amarifan:-Qoo'ana kiitaaboota qulqulluu. ➝ Waggaa 2ffaa Afaan Oromifan:- Qoo'ana kiitaaboota qulqulluu.
         #Yaadanoo👇 ➝  torbee kanaa sababaa qormatatin waggaa 1ffaa,3ffaa,4ffaa,5ffaa sagantan koorsii hin jiraatu.
Guyyaa: Camsaa 4/2016 Sa'atti:  04:00 - 06:00 Iddoo: Galma barattoota dilbataa
                 @jitgibigubae
Show all...
👍 1🥰 1
Show all...
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen⛪️ ✍🏾 Gaaffii fi deebii Kutaa Barnootaa fi Qindeessaa Tajaajila

Duuka bu'umma Yaa'ii mooraa dhaabbata teeknooloojii yuunivarsitii Jimmaatiin Jimaata Jimaata yeroo hundaa qophaa'u Kutaa 3ffaa... Marsaa 3ffaa Caamsaa 2/2016  /  7 questions

2
Show all...
በስመ አብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሐዱ አምላክ አሜን ⛪️ ✍🏾 የጅ/ዩ/ቴ/ኢ/ግ/ግቢ ጉባኤ ትምህርት እና ሐዋርያዊ አገልግሎት ማስተባበሪያ ክፍል'

ዘወትር አርብ አርብ የሚዘጋጅ ጥያቄና መልስ ውድድር ክፍል 3 …. 3ኛ ዙር ግንቦት 2/2016ዓ.ም  /  7 questions

4