የጅ/ዩ/ቴ/ኢ/ግ/ግቢ ጉባኤ [Y/M/M/Y/I/T/Jimmaa]
ይህ በጅማ መካነአዕምሮ ሥነመላ ተቋም ግቢ ጉባኤ የግቢ ጉባኤውን አገልግሎት መረጃ የምንለዋወጥበትና መንፈሳዊ ትምህርቶችን የምንማማርበት አውታር ነው::Yaa'ii mooraa Yuunivarsitii Inistitiyuutii Teeknooloojii Jimmaatti fuula odeeffannoo tajaajila yaa'ii mooraa fi barnoota afuuraa! @jitgibigubae
Больше- Подписчики
- Просмотры постов
- ER - коэффициент вовлеченности
Загрузка данных...
Загрузка данных...
ዘወትር አርብ አርብ የሚዘጋጅ ጥያቄና መልስ ውድድር ክፍል 3 …. 5ኛ ዙር ግንቦት 16/2016ዓ.ም / 7 questions
Duuka bu'umma Yaa'ii mooraa dhaabbata teeknooloojii yuunivarsitii Jimmaatiin Jimaata Jimaata yeroo hundaa qophaa'u Kutaa 3ffaa... Marsaa 5ffaa Caamsaa 16/2016 / 7 questions
ይህ በጅማ መካነአዕምሮ ሥነመላ ተቋም ግቢ ጉባኤ የግቢ ጉባኤውን አገልግሎት መረጃ የምንለዋወጥበትና መንፈሳዊ ትምህርቶችን የምንማማርበት አውታር ነው::Yaa'ii mooraa Yuunivarsitii Inistitiyuutii Teeknooloojii Jimmaatti fuula odeeffannoo tajaajila yaa'ii mooraa fi barnoota afuuraa! @jitgibigubae
Obboleewwan keessan quxisuu wajjin
galgalaa artii ''Salis Drim'' akka hirmatan kabajaan wamamtanitu yeeroo dhuftan Obboleewwan
suufii 👔keessan uufachun obboleettiiwwan
keenyas
qaamisii 👗keessanin baareedanii baaredinaa galgala kana tatan isiin gaafana koota Waan nuuf godhef mana isatti haa galateeffannu!
Jimaata sa'aatii 11:30 galma
qorqoroo mana mootitti waal haa arginu!
🙏
@jitgibigubaeAbbootiin
keenya Ammas harka keenya
waan eegaatanif keenu irraa dudubatti hin jenu. Ayyaana shantamaa kana iddoo sooma fi saagda harka qaaleyii haa yaadanu.
Booru ganama sa'atti 12:30 eegale muz baaritti iisin eegna.
''ለተቸገረው ሰው በጎ ነገርን ማድረግ አትከልክል፥ ልታደርግለት የሚቻልህ ሲሆን።''
መጽሐፈ ምሳሌ 3:27
ነድያን እናት አባቶቻችን አሁንም ቢሆን የ እኛን እጅ ይጠብቃሉና ከመስጠት ወደኋላ አንበል። የበዓለ ሐምሳ ግብራችንን በጾምና ስግደቱ ፈንታ በምጽዋት እንፈጽም።
ነገ ጠዋት 12:30 ጀምሮ ሙዝ በር አንጠብቃችኋለን።
@jitgibigubae
@jitgibigubae
@jitgibigubae