en
Feedback
AL NASRI INSHAD GROUP

AL NASRI INSHAD GROUP

Open in Telegram

✍️ISLAAMUMAAN FAAYA Nuu Qunnamuuf 👇 @umarmuha @omeraha 🇦🇪🇦🇪🇦🇪🇦🇪🇦🇪Free Falestine ➣🅰Ⓛ ⓃⒶⓈⓇⒾ INSHADⒼⓇⓄⓊⓅ Chnnela kana Joon godhaa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
185
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) tti dhufee " yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti mee na qajeelchi” jedhe   Rasuulli (ﷺ) "Duniyaa irraa dantaa dhabi! Rabbiin si jaalata. Waan harka namaa jiru irraa garagali(kajeellaa dhiisi)! Ilmi namaa si jaalata” jedhee dhaameef. Dubbiin jabduun tana! Warri fedhii lubbuu isaanii guutuuf dhama'an, warri asirratti ol'aantummaa kajeelu, warri duniyaa gabbaru Rahmata Rabbiitiin wal hin argu. Addunyaa irraa dantaa dhabuun dirqama. Dantaa dhabuu jechaan hojii dhiisanii taa'uu miti. Onnetti qabatanii, duniyaa tana kaayyoo godhachuu dhabuudha. Qooda kee jaalattee, haqa namaatiif firinxiixuu dhabuudha. Addunyaan mandara qormaataati. Dhiifnee qullaa keessaa bahuuf jiraanna. Osoo isiin nu hin dhiifne, dursinee haa dhiifnu. Osoo isiin nuun hin taphanne, dursinee itti haa qophoynu. Nuti warra boru Jannatatti qanani'uuf hawwii dheereeffatee, xiqqoo arraa lakkise. Addunyaa irratti hin waarru. Waan dhiisuuf jiraanutti qaamaafi qalbiin hin qaarru. Qooda kee jaaladhu! Xiqqoo qabdu amamfadhu. Waan harka namaa jiruuf hin maraatin. Beekkumsa, dandeettii fi humna qabduun sossohi. Nama kadhachuu dhiisuun sammuuf boqonnaa kenniti. Kadhaan kabajaa namarraa fuuti. Namni kabajaa hin qabne sadarkaafi gammachuus hin qabu. Gammachuun if dandahuu irraa jalqabdi. Kabajamtoota Keenya chaanaalii Haaraa Keenyaaf Miseensoota Namoonni ta'uu Barbaaddan akka itti dabaltanii Nu Gargaartan Maqaa rabiitiin isin gaafanna. Maarree Ammuma #join @Hamiltan_tube #join Godhaa!  💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠 Join 👉|| @Hamiltan_tube 👉 @Hamiltan_tube 👉 @Hamiltan_tube 👉 @Hamiltan_tube 💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠

🌺ISTIQAAMAA ====================== ✅ Istiqaamaa:-jechuun namni tokko haala Rabbiin(subhaana huwata’aala) ajajetti shari’aa Rabbii irratti gadi dhaabbachuu fi hordofuudha. Kuni immoo iklaasan(Rabbiif qulqulleessun)kan durfame ta’uu qaba. 🏵 #Ibn_Rajab waa’ee Istiqaama ilaalchisee akkana jedha: Istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi sirrii amantii Islaamaa osoo bitaa mirga hin gorin hordofuudha.Gochoota Rabbii f ajajamuu keessaa fi alaa kan ofkeessatti hammateedha. 🏵Haaluma wal-fakkaatun gochoota dhowwaman hunda dhiisu ykn irraa fagaachu kan ofkeessatti qabateedha. 🏵Gabaabumatti Istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi haqaa Islaamaa irratti gadi dhaabbachuu fi itti fufuudha. 🏵Gadi dhaabbannaan kuni immoo kan ta’uu yoo wantoota itti ajajaman hojjatanii fi wantoota irraa dhowwaman dhiisanii fi irraafagaatan qofaadha. 🏵Karaa biraatin namni tokko Islaama irratti gadi dhaabbate(Istiqaama qaba)yommuu jennu amantii Islaamatti homaa dabalu hinqabu,homaa irraa hir’isuus hin qabu. 🏵Akkuma jirutti hordofuudha.Kanaa fi, bid’aan (wanti haarofti amantii keessatti uumame) istiqaaman walfaalleessa. Join👇 ▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬ 👉@Hamiltan_tube 👉 @Hamiltan_tube 👉 @Hamiltan_tube 👆👆👆👆👆👆🙏 ▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬

Dursa baga gammaddan Ee baga Gammanne baga gammaddan Isiniin jachaa obsa English private Akkuma barametti Arraas dur caalaa haala baruuf barsiisuu fooyyeysuudhaan , bara haaraya Galmee haarayaan Akkasuma tooftaa barnootaa irra laaftuu fi filatamtuu taateen barsiisuuf haalduree barbaachisu hunda xumuree isin eegaa jira. Tanaf Yeroo gabaabduu keysatti  Afaan ingiliizii Akka afaan dhalootaatti dubbachuu barbaannaan Galmaa'uuf yeroon Amma ! Iddoon :-  mana barnoota oksadee kan taaywaan biratti Arkamu keysatti Guyyaan Galmee :-  11/11/2014 ykn 18/7/2022

Watch "Qophii Guyyaa Idaa Arafaa 2022. #Anaabiya_youtube_Channel" on YouTube https://youtu.be/VXffaaZ0BN8

Repost from Hamdi abdujabar
Namni si qabu yaa Allaah❤️ Maal dhabee Maal arkkate yaa habiibii❤️ Namni si dhabe @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujaba 👆👆👆👆👆👆👆👆 Join join & share share

Watch "ARUUZA// NEW NASHEDA ETHIOPHAN OROMIC NASHEDA// Adam Mohammed //Ani Sanyii Najjaashitii" on YouTube https://youtu.be/Hqto50gzOjE

Watch "KURNAAN DUL-HIJJAA//She. Mohammed Alii //Kutaa-1ffaa" on YouTube https://youtu.be/sWNHzNa4ceU

Watch "ARUUZA //New Ethiopian Nashidaa By Adam Mohammed//Ani Sanyii Najjaashitii //Comiing Soon........" on YouTube https://youtu.be/6oLuK-m2oi4

YEROO DHEHOOT COMING SOON............... Obbollessa Keenyaa (#Ani_Sanyii_Najjaashiiltii) Channel.Kenyaa AL NASRI INSHAD GROUP
YEROO DHEHOOT COMING SOON............... Obbollessa Keenyaa (#Ani_Sanyii_Najjaashiiltii) Channel.Kenyaa AL NASRI INSHAD GROUP Gubbaatti Nu Eegadhaa! ✋✋

Repost from Hamdi abdujabar
Namayyu sababaa beekuuf baqa qaba @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆👆👆👆👆👆 Join & share

Repost from Hamdi abdujabar
❤️❤️❤️❤️ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆
❤️❤️❤️❤️ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆

Repost from Hamdi abdujabar
Ani siin arga 😔 @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆
Ani siin arga 😔 @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆

sticker.webp0.46 KB

sticker.webp0.26 KB

Repost from Hamdi abdujabar
Batrii miti 😁 @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆
Batrii miti 😁 @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆

Kadhaa Sujuuda keessaa Hadiisa Abuu Abdallaah odeyseen ergamaan Rabbiiﷺ "Hedduu Sujuuduun sirratti haa jiraatu. Ati Rabbiif waa hin Sujuuddu, yoo Rabbiin sadarkaa takka ol si kaase malee. Akkusuma badii takka sirraa haqe malee" jedhan. [Muslimtu gabaase] Hedduu Salaatuu fi Sujuuduu aadeeffadhaa. Namni qalbiin isaa Salaata irratti rarraatu gaaddisa Rabbii jala tura. Sujuuda takkaan Rabbiin sadarkaa nuuf dabala! Badiillee nurraa harcaasa. Gaafa Sujuudde, Rabbii keetitti akkaan dhihaatta. Kanaaf kadhaan Sujuudnee kadhannulleen ni Qeebalamti. Yaa Rabbi hedduu Salaatuu nuuf laaffisi. عن أبي عبداللَّه ويُقَالُ: أبُو عبْدِالرَّحمنِ ثَوْبانَ موْلى رسولِ اللَّهِ ﷺ قَالَ: سمِعْتُ رسولَ اللَّه ﷺ يَقُولُ: عليكَ بِكَثْرةِ السُّجُودِ ، فإِنَّك لَنْ تَسْجُد للَّهِ سجْدةً إلاَّ رفَعكَ اللَّهُ بِهَا دَرجَةً ، وحطَّ عنْكَ بِهَا خَطِيئَةً) رواه مسلم. NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa

Repost from Hamdi abdujabar
🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆
🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂🏊‍♂ @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar @Hamdi_abdujabar 👆👆join & share 👆👆

Repost from Hamdi abdujabar

😘❤️😍😊🙏🙏🙏isin Jaalana Guyya Gaarii

Repost from Fowz official
You're not my friend 😒 You're my blood my brother 💙 ❤ 🙏 @fowz_Abda @fowz_Abda
You're not my friend 😒 You're my blood my brother 💙 ❤ 🙏 @fowz_Abda @fowz_Abda