185
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Gurbaan tokko ergamaa Rabbii Muhammad (ﷺ) tti dhufee " yaa Ergamaa Rabbii! Dalagaa yoonin isii dalage Rabbii fi namnilleen na jaalatutti mee na qajeelchi” jedhe
Rasuulli (ﷺ) "Duniyaa irraa dantaa dhabi! Rabbiin si jaalata. Waan harka namaa jiru irraa garagali(kajeellaa dhiisi)! Ilmi namaa si jaalata” jedhee dhaameef.
Dubbiin jabduun tana! Warri fedhii lubbuu isaanii guutuuf dhama'an, warri asirratti ol'aantummaa kajeelu, warri duniyaa gabbaru Rahmata Rabbiitiin wal hin argu. Addunyaa irraa dantaa dhabuun dirqama. Dantaa dhabuu jechaan hojii dhiisanii taa'uu miti. Onnetti qabatanii, duniyaa tana kaayyoo godhachuu dhabuudha. Qooda kee jaalattee, haqa namaatiif firinxiixuu dhabuudha.
Addunyaan mandara qormaataati. Dhiifnee qullaa keessaa bahuuf jiraanna. Osoo isiin nu hin dhiifne, dursinee haa dhiifnu. Osoo isiin nuun hin taphanne, dursinee itti haa qophoynu.
Nuti warra boru Jannatatti qanani'uuf hawwii dheereeffatee, xiqqoo arraa lakkise. Addunyaa irratti hin waarru. Waan dhiisuuf jiraanutti qaamaafi qalbiin hin qaarru. Qooda kee jaaladhu! Xiqqoo qabdu amamfadhu. Waan harka namaa jiruuf hin maraatin.
Beekkumsa, dandeettii fi humna qabduun sossohi. Nama kadhachuu dhiisuun sammuuf boqonnaa kenniti. Kadhaan kabajaa namarraa fuuti. Namni kabajaa hin qabne sadarkaafi gammachuus hin qabu. Gammachuun if dandahuu irraa jalqabdi.
Kabajamtoota Keenya chaanaalii Haaraa Keenyaaf Miseensoota Namoonni ta'uu Barbaaddan akka itti dabaltanii Nu Gargaartan Maqaa rabiitiin isin gaafanna. Maarree Ammuma #join @Hamiltan_tube #join Godhaa!
💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠
Join 👉|| @Hamiltan_tube
👉 @Hamiltan_tube
👉 @Hamiltan_tube
👉 @Hamiltan_tube
💠💠💠💠💠💠💠💠💠💠
🌺ISTIQAAMAA
======================
✅ Istiqaamaa:-jechuun namni tokko haala Rabbiin(subhaana huwata’aala) ajajetti shari’aa Rabbii irratti gadi dhaabbachuu fi hordofuudha. Kuni immoo iklaasan(Rabbiif qulqulleessun)kan durfame ta’uu qaba.
🏵 #Ibn_Rajab waa’ee Istiqaama ilaalchisee akkana jedha: Istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi sirrii
amantii Islaamaa osoo bitaa mirga hin gorin hordofuudha.Gochoota Rabbii f ajajamuu keessaa fi alaa kan ofkeessatti hammateedha.
🏵Haaluma wal-fakkaatun gochoota dhowwaman hunda
dhiisu ykn irraa fagaachu kan ofkeessatti qabateedha.
🏵Gabaabumatti Istiqaama jechuun karaa qajeelaa fi haqaa Islaamaa irratti gadi dhaabbachuu fi itti fufuudha.
🏵Gadi dhaabbannaan kuni immoo kan ta’uu yoo wantoota itti ajajaman hojjatanii fi wantoota irraa dhowwaman dhiisanii fi irraafagaatan qofaadha.
🏵Karaa biraatin namni tokko
Islaama irratti gadi dhaabbate(Istiqaama qaba)yommuu jennu amantii Islaamatti homaa dabalu
hinqabu,homaa irraa hir’isuus hin qabu.
🏵Akkuma jirutti hordofuudha.Kanaa fi, bid’aan (wanti haarofti amantii keessatti uumame) istiqaaman walfaalleessa.
Join👇
▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬
👉@Hamiltan_tube
👉 @Hamiltan_tube
👉 @Hamiltan_tube
👆👆👆👆👆👆🙏
▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬
Dursa baga gammaddan
Ee baga Gammanne baga gammaddan Isiniin jachaa obsa English private Akkuma barametti Arraas dur caalaa haala baruuf barsiisuu fooyyeysuudhaan , bara haaraya Galmee haarayaan Akkasuma tooftaa barnootaa irra laaftuu fi filatamtuu taateen barsiisuuf haalduree barbaachisu hunda xumuree isin eegaa jira. Tanaf Yeroo gabaabduu keysatti Afaan ingiliizii Akka afaan dhalootaatti dubbachuu barbaannaan Galmaa'uuf yeroon Amma !
Iddoon :- mana barnoota oksadee kan taaywaan biratti Arkamu keysatti
Guyyaan Galmee :- 11/11/2014
ykn 18/7/2022
Watch "Qophii Guyyaa Idaa Arafaa 2022. #Anaabiya_youtube_Channel" on YouTube
https://youtu.be/VXffaaZ0BN8
Repost from Hamdi abdujabar
00:44
Video unavailableShow in Telegram
Namni si qabu yaa Allaah❤️
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibii❤️
Namni si dhabe
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join join & share share
4.09 MB
Watch "ARUUZA// NEW NASHEDA ETHIOPHAN OROMIC NASHEDA// Adam Mohammed //Ani Sanyii Najjaashitii" on YouTube
https://youtu.be/Hqto50gzOjE
Watch "KURNAAN DUL-HIJJAA//She. Mohammed Alii //Kutaa-1ffaa" on YouTube
https://youtu.be/sWNHzNa4ceU
Watch "ARUUZA //New Ethiopian Nashidaa By Adam Mohammed//Ani Sanyii Najjaashitii //Comiing Soon........" on YouTube
https://youtu.be/6oLuK-m2oi4
Photo unavailableShow in Telegram
YEROO DHEHOOT
COMING SOON...............
Obbollessa Keenyaa (#Ani_Sanyii_Najjaashiiltii)
Channel.Kenyaa AL NASRI INSHAD GROUP Gubbaatti
Nu Eegadhaa! ✋✋
Repost from Hamdi abdujabar
00:14
Video unavailableShow in Telegram
Namayyu sababaa beekuuf baqa qaba
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
👆👆👆👆👆👆👆
Join & share
1.81 MB
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.