Tijo star
Cha'innalli kanna Kan dawwatannif Kolffaf odduu tech arrgachuuf sammu kessan buuharsuuf:::: Cha'innalii Kanna irratii yadda kennu ykn gaffi gafachuu yoo barbbadaan karra.. https://t.me/+-LUFLGdQ-gs4MWVk fii . . @lammii1 nuu arrgachu dandeesuu
Show moreThe country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
193
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
@anianum join me my chaneal
@lammii1
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
🌻2015🌻መልካም🌻አዲስ አመት🌻
🌻🌻🌻
መልካም🌻አዲስዓ መት
መልካም🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
መልካም 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
ለወዳጄ 🌻 ዓ🌻መ🌻ት
🌻🌻🌻🌻 አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ
ዓ🌻መ🌻ት 🌻🌻🌻🌻
🌻መ🌻ል 🌻ካ🌻ም🌻🌻🌻🌻
🌻አ🌻ዲ🌻ስ🌻ዓ🌻መ🌻ት 🌻
🌻 🌻 🌻
🌻መል🌻🌻🌻ካም🌻
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
አ🌻ዲ🌻ስ ዓ🌻መ🌻ት
🌻መ🌻ል🌻ካ🌻ም🌻
🌻 🌻 🌻
🌻🌻አዲስ
🌻🌻🌻አመት
🌻🌻መ🌻ልካም
🌻🌻አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
አዲስ🌻ዓመት
🌻መልካም 🌻 አዲስዓመት
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
አዲስዓመት🌻ለወዳጄ🌻🌻
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻🌻ይህ🌻🌻አ🌻መ🌻ት
የ🌻ሰ🌻ላ🌻ም🌻🌻አመት
የ🌻ፍ🌻ቅ🌻ር 🌻🌻አመት
የ🌻ሞገስ 🌻
የ🌻ክብር 🌻
የ🌻ሹመት🌻
የ🌻ታላቅነት🌻🌻🌻🌼
ዓ🌻መ🌻ት🌻🌻🌻🌻🌻🌻
ይ🌻ሁ🌻ን🌻ላ🌻ች🌻ሁ 🌻🌻
🌻የበረከት 🌻🌻
🌻የመግዛት 🌻🌻
🌻 🌻🌻
🌻የመመረቅ 🌻🌻
🌻 🌻🌻
🌻የከፍታ🌻🌻🌻
🌻አመት 🌻ይሁንላችሁ 🌻🌻🌻
🌻🌻 🌻 🌻 🌻 🌻🌻
🌻 🌻 🌻 🌻 🌻 🌻
🌻🌼🌼🌻🌼🌻🌼
🇪🇹ሀገራችን ሰላም የምትሆንበት 🙏 🕊🌻🌻
🌻🌻🌻 ያሰብነው የሚሳካበት 🌻🌻
🌻️🌻🌻 🌻🌻
🌻የካሳ🌻የሰላም🌻የጤና🌻የበረከት🌻🌻️
🌻🌹🌾ዓመት 💐🌷ይሁንልን።🌻🕊🌻🌻
Photo unavailableShow in Telegram
ዛሬ በተመሳሳይ ሰአት የሚደረጉትን ምርጥ ምርጥ ጨዋታዎች በአንድ ረሲቨር ሁለት ቦታ የሚያሳይ ብቸኛ ረሲቨር LIFESTAR 1000++ Platinum ነው ይመቻችሁ ከ LIFESTAR ጋር ጉዞ ወደፊት LIFESTAR 1000++ Platinum ረሲቨርን ከሚገርም አዲስ Surprise ጋር በቅርብ ቀን ይዘንላችሁ እንመጣለን
Dubbisaa
✍Guyyoota keessaa gaaf tokko seexanni dalagaa isaa addaan kutuun meeshaalee qabu gatii rakasaan akka gurguru beeksisa baase.
Namootnis bitachuuf walitti qabamanii dhaqan. Meeshaalee isaa keessaa Kanneen akka ofittummaa, ol of kaasuu ykn kooruu, dheekkamsa, sassata, aarii ,hanna, hamii, hamminaa fi miyoota badii biroo gatii rakasaan gurgurtaaf dhiyeesse . Isaan kana keessaas meeshaan dulloomaa fi gatiin isaa qaala'aa tokoo suuqa kaa'amee ture.
Namtichi tokkos akkas jechuun gaafate
🧔♂namticha :Kun maalidha ?
😈Seexana: Kuni abdii kutachuudha.
👨🦰Namticha፡Maaliif gatiin isaa qaala'aa ta'eree ?
😈Seexana: Meeshaan kun anaaf baay'ee bu'aa qabeessadha meeshaan koo warri biraan yoo naaf hojjechuu didan kana qofaan gara laphee ❤️ namaa haala salphaadhaan seenuu nan danda'a. kana malees hojjechuu kanan barbaade ittiinan hojjedha kanaa fi kan dulloomaa ta'e jedhee deebiseefii jedhama .......
KANAAF
"Abdii keenya" jabeessinee haa eeggannu..!
Jaallan keessaniif hiruu dandessuu!
✍kanan dubbiserraa
@anianu
@lammii1
Repost from Gumii Agaappee❤️
OF AMANSIISI!
▬▬▬▬▬▬▬▬
Milkɑɑ’inɑ Gonfɑchuuf
Durɑ of ɑmɑnsiisi!
Wɑntɑ Guddɑɑ Yɑɑdi
Wɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi!
Hojii Irrɑ Oolchi
Hɑwwiif Yɑɑdɑ Kɑn Kee
Imɑlɑ Eegɑli
Hin Gubin Yerookee
Bɑkkɑ Guddɑɑ Gɑ’uu
Atis Ni Dɑndeessɑ
Gɑruu…….
Dɑɑndiin Milkɑɑ’inɑɑ
Obsɑ Bɑrbɑɑchisɑ
ɑmɑnsiisi Sɑmmuukee
Hin Shɑkkin Dɑndeettiikee
Wɑɑn Xiqqoo Hin Yɑɑdin
Guddisi Hɑwwiikee
Photo unavailableShow in Telegram
Yeroo Baay'ee maaltu hatame dhageessuu ?
Barrii isa bara 2003 G.C ture Biyya Dinagdee fi Seera cimaa qabachuun Addunyaa keenya dursituu Ameerikaa keessaatti Namoonni haga ammaa Eenyummaan isaanii hin beekamne lama (2) buufata xiyyaara seenuun Xiyyaara guddaa Boing 727 ta’e bakka dhaabatee jiru kaasuun balaliisuun hatanii deeman.
✍ Haga har’a essa akka isaan geessan hin beekamne. FBI namoota kana enyuu akka isaan ta'an illee qoratee bira gahuun mataa dhukkubbii itti ta'era.
Yeroo baay'ee seera jala ba'uun hin danda'amu jedhama😜 jarri kun garuu Baajajii mitim Xiyyaara hataniitu kan haga har’aa hin
@anianum
Join us & share
Waa'ee Oromiyaa waa xiqqoo ..
Kutaa 1ffaa
👉 Maqaan Oromiyaa duri "Ormania" ture (Kan Moggaase Lammii Biyya Jarmanii J.Luwis Kraf)
👉 Bali'inni Lafaa Oromiyaa Iskuweer Kiloo meetra 600,000 olii dha.
👉 Biyyaa bal'oo Awurooppaa kan jedhamtu Faransaayii bal'inaan Oromiyaa gadii dha.
👉 Biyyoonni akkaa Kuubaa , Bulgaariyaa , Xaaliyaanii fi Ingilizii utuu walitti dabalamani iyyuu bal'inaan haga Oromiyaa hin gahan
👉 Biyyoota Afrikaa 54 keessa Bal'inaan kan Oromiyaa caalu Biyyoota 17 qofa.
#Biyya_Oromoo ❤️💚❤️
❤️❤️❤️❤️ lammii 💞💞💞
#Join_us & #Share 🙏🙏
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.