cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Soor-qalbii͙ ᴬᶠᵃᵃᶰ ᴼʳᵒᵐᵒᵒ

Soor qalbii A/oromoo

Show more
Finland1 446The language is not specifiedReligion & Spirituality31 671
Advertising posts
1 583
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Maallaqa dhabe jettee dhiphachuu irra karaa maallaqa ittiin argattu barbaaduu woyya.

Learn how to create web page, blog, and short term course of computer from start to end

As wr wb Akkam jirtu maatiin sor-qalbii Akkuma beekamu social media kammiyyuu side lama qaba innis positive side and negative side. Kana jechuun yoo ati waan keeyriif itti fayyadamte akkuma faayidaa siif qabu. Yooniif ati karaa hin taanetti itti fayyadamtes sima mataa kee miidha. Kanaaf waan keeyrii nuuf qabu qofaaf itti haa fayyadamnuun dhaamsa kooti. Application ajaa'ibaa kanatti fayyadamaa . Application video background recorder jedhamaa faayidaan isaa inni guddaan bilbilli keenna haala screen isaa cufaa ta'eenis video haala bareedaan nuuf woraaba. Buufachuuf link tana tuqaa keessa seenaa Download kan jettu tuqaa https://kemalapp.blogspot.com/2023/04/background-video-recorder.html
Show all...
As wr wb Setting bilbila keessan irratti dhikattee jirtu tan akkaan isin fayyaddu tanatti fayyadamaa Video link tuqii daawwadhu https://youtu.be/_WlgGui5JwE
Show all...
Setting akkaan barbaachistuu tan namni kamuu itti fayyadamuu qabu

Setting akkaan barbaachistuu tan namni kamuu itti fayyadamuu qabu bilbiluma keenyarratti dhokattuu kan taate kunooti. Blog kiyya argachuuf link gadii tuqi

https://kemalapp.blogspot.com/

Youtube Channel kiyya argachuuf link gadii tuqi

https://www.youtube.com/@Woliinstudio58

YouTube channel 2ffaa kiyya argachuuf link gadii tuqi.

https://youtube.com/channel/UCQdxKxW8yY5UabXq84V4eXA

Telegram channel kiyya argachuuf link gadii tuqi

https://t.me/ke12mal

Facebook kiyya argachuuf link gadii tuqi

https://www.facebook.com/kemal.ibrahim.961

Linkedin

https://www.linkedin.com/in/kemal-app-8b515624a

As Wr Wb Waa dubbisuu haa aadeffannuu Waa dubbisuun faayidaalee hedduu nuuf qaba. Isaan keessaa 1,Beekumsa babal’isuuf 2,Jechoota fooyyessuuf 3,kaka'uumsa hubannoo dabaluuf 10, Guutuu isaa dubbisuuf link gadii tuqaa https://kemalapp.blogspot.com/2023/09/faayidaan-dubbisuun-qabu-maali.html
Show all...
Faayidaan dubbisuun qabu maali?

Learn how to create web page, blog, and short term course of computer from start to end

Assalaamu aleykum worahmatullaahi wobarakaatuhu Youtube keessan irratti fedhinnaa keessan malee video ofii isaatiin taphachuun data isin jalaa fixaa jiraa? Furmaanni kunooti.
Show all...
Salaatni Keenya Fudhatama Argachuuf Wantootni 31 Kunniin Guutamuu Qabu. Isaanis Wantoota Salaataaf Dirqama Ta'aniidha. Shuruuxa Salaataa Arkaana Salaataa Waajibaata Salaataa Kitaaba Kana Keessaa Argachuu Dandeessu. Nama Muslimaa Hundaaf #Share Gochuun Beekumsa Kana Akka Argatan Taasisaa.
Show all...
Namni rabbiin issiiniif laffiise garee gargarsati Obboleeti teena takkatu midhama jiraa namni rabbiin waa harkati sii beeku seeni Dirham 50 tahu gargari keessatu ijoole UAE keessa jirtan seena
Show all...
Follow this link to join my WhatsApp group: https://chat.whatsapp.com/Czs0GViFC9L8MUmTG4OOEk
Show all...
Garee Gargarsaa obboletii tenaa 🤲✍️😭

WhatsApp Group Invite

“Ollaan kiyya meeti?” 🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑🛑 Ana's(RA) akka ibsanitti rasuulli rabbii (saw)akkana jedhan : "rabbiin gaafa guyyaa qiyaamaa ' ollaan kiyya meeti? Ollaan kiyya meeti? ' jechuun lalabe yaama. Maleykaanis ' yaa rabbi Kenya! Eenyuyyu ollaa sii ta'u hin danda'u." Jedhan. Rabbiinis " isaanani masjida midhaasani meeti?!" Jedha." Abuudawuditti odeesse.: Obboleeyyan tiya , bu'a tan birri diqqoon argachu ni dandeena . naannoo booranaatti qaama ummata kara jallinnaati yaamu dura dhaabachuuf socho'a kan jiru ijjaarsa markaza daaru salaam xummuruuf qarshi 1000 irraa eegaluun carra kan argachu ni dandeettu.aajaan teenna fedhi rabbiitin waan taateef ni guutamti. Inshallah. Atis , nuutis maaliif nu darba. 🛑 qarshiin 1000 maal qaba ?! Mana yaalatti ciisanii yaalamuun meeqa nu gaafata?! 🛑 ilkaani buqqisuun sun hin caaluu?!. 🛑 ollaa rabbi ta'uuf birri 1000 baasu soddaatta?! 🛑 ykn osoo argaa jirtu carraa kan of dabarsita?! Maqaan akkawontii:- markaza daaru salaam. CBE :- 1000512577192 CBO:- 1014200050856 Awash:- 014251146550800 Abyssinia:- 133385975 Erga kan walii dabarsuun warroota beennu kan keyri jaalataniif heeru kennun ajri ha baayyifannu, rabbi nurra ha qeebalu. Nagaye galii keessan nuu erga.
Show all...