Burqaa Beekkumsaa
Open in Telegram
Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
3 021
Subscribers
No data24 hours
-47 days
-4330 days
Posts Archive
3 021
📚📚📚📚📚📚📚
Foormulaa jireenyaa
Kutaa 1ffaa
BILCHINA SAMMUU 🎈
Jechoota beektotaa #50
Abduselam idrisin
Page 5📃
Afaan Oromoo
DUBBISA GAARII 🌹
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
3 021
Oduu namni hundi dhagahuu qabu atiis ammuma dhagahi.
.
.
.
.
.
.
Odeeyfanno Islaama saffisaan arkachuuf @Riyaduljanna dadhabbii tokko male buhaaraa barachuf @Riyaduljanna sagantaale itti gammaddu dhagahuuf @Riyaduljanna waan hundaafu filannoon kiyyaa fi kee @Riyaduljanna tahu isaa mirkaneeysuuf ammuma join godhi laali.
3 021
Repost from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
"Biyya kan diigu sochii wallaaltotaa osoo hin taane, Callisuu beektotaati"
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
3 021
Foormulɑɑ jireenyɑɑ
📚📚📚📚🌹🌹📚📚📚📚
Gorsɑɑf jechɑ Hɑyyuu
Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ
Qusɑnnɑɑ Tokko mɑlee
Isiniif Mɑxxɑnsinɑ
Kitɑɑbɑ PDF
wɑlɑloof Xiin Sɑmmuu
nɑmni ɑrgɑchuu fedhu
ɑsitti Hɑɑ Dɑbɑlɑmu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
────────────
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🔰Foormulaa jireenyaa🌷
🔰Iccitii milkaa'inaa🌷
🔰Daandii mo'attootaa🌷
🔰Galaa Sammuu🌷
🔰Jecha Hayyootaa🌷
Kanaaf kanneen biroo
Argachuuf Hundumaa
Ammuma Join Godhaa
Itti Dabalama
─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
────────────
3 021
Repost from ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
"Yaad-rimee Waa'ee Rabbii kiristaanummaa keessatti"
Abdussalaam idriis (seyfal_islaam)
kitaaba Dr Zakir irraa.
Page 11
Size 78k
@seyfal_islaam2nd
@seyfal_islaam2nd
3 021
Dhiira akkanaa hunda jira. Garuu yoo deeggarsa hin arkatin akkuma agartu kanatti hafa.
#Media @Riyaduljanna
Rabbiin hidhamtoota kenya Saudi Arabia jiran nuuf haa baasu.
3 021
Adeero Nuuhoo manzuma isaa kessattille miidhaa oromo dubbata hanga kana caqasaame 🦻
#Media @Riyaduljanna
3 021
Oduu simbirtuu
Sagantaan guddoon magaalaa Harar galma Calanqootti gaggeyfamuuf ture maalif dhoorkame? Konkolaataan Sh Amiin Ibro maalif hidhame? Ballina isaa eeggadha.
#Media @Riyaduljanna
-Manni murtii gurraacha Alii Sufiyan maalif qeeqa? Odeyfannon biraatis jira.
3 021
KFO,ABIYYI FI IZEMA maal irratti haasawaa jiran? #Media @Riyaduljanna join godhun dubbisi. Arra Dhimma Xoophiyaa haasawu eegalle. Sababni isaas Haaji fi Ustaaz Hamza sababeyfanne.
3 021
Champions league Europe daawwachu jiran fakkata mii? Wly akkasi miti maali nibeyta wanni isaan laalu jiran? Hin Beytu eekha? Waldorgommii Qur'aana tan biyya Taanzaaniyaatti gaggeyfamte irratti namni dilli kun hirmaate. Maashaa Allah jatte naffakaata. Gaarii gooti waan hundaafu Rabbin nasrii dhugaa nuuf haafidu. Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
3 021
Walaloo qashtii tana dhaggeyfadhu.
Mata dureen #Yaa_HABIIBI_Ruuhiin_yaaddu_haadharra SAW
3 021
Gaaffii Badhaasa Qabuudha irratti hirmaadhaa.
Carraa gaarii♡
1= Nabi muhammad S.A.W Madiinaa keessa waggaa meeqa jiraatan.
👇👇
Deebii sirrii ta'e filadhu
3 021
Rakko teessan irratti obsa kan hin qabnee fi Rakkoo fi balloo Islaamaa kan qooddatu. Akkasuma odeyffannoo Dhimma Islaamaa irratti xiyyeyfatu kan keessaa fi alaa saffisaan isin biraan kan gahu Median Qabsoo Islaamaa Misensa isaa akka taataniif isin afeereeti jira. @Riyaduljanna Maal kana qofa Hawaasa Islaamaa fayyaduf Sagantaa heddu nama buharsitu bifa Sagale fi Videon isin biraan gahuuf qophii irratti arkama. Atiis Media siif dhaabbate kana join godhun hiriyyoota keetiis itti afeeri.
#Media @Riyaduljanna
3 021
✯F͙o͙o͙r͙m͙u͙l͙ɑ͙ɑ͙ J͙i͙r͙e͙e͙n͙y͙ɑ͙ɑ͙✯
As wr wb Akkam jirtu Miseemsonni channel kanaa marti keessanuu Akkam naaf jirtu,
Barruu mimmiidhagoo Isiniif qabannee dhufuuf Qophii Hunda xumurreerra,
Maarree isinis Channel Duwwaadha jettanii Akka keessaa Hin baane isin Hubachiifna,
Gara channel kanaatti hiriyoota keessan Akka Affeertanis Kabajaan isin Gaafanna💗
Link Channel keenyaa kunuuti
👇👇👇👇👇👇
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
◆━━━━━━━▣✦━━━━━━━━◆3 021
Muslimoonni China Rakko gudda kessa jiran.
Mootummaan China Ummata Muslima saba uyigoor ja'amu yeroo hunda miidhuun duguuggaa sanni irratti gaggeysuun isaa niyaadatama. Haluma kanaan arraas miidhaan ummata san irra jiru akkuma itti fufetti jira. Dhiheenya kana mootummaan biyyatti application Qur'aana haquun biyyatti kessatti akka hin daleyne taasise jira. Rabbin zaalima hunda dachii gubba isaan haahaqu.
Odeyfannoon Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
3 021
Hirmaadha badhaafamaa.
Ani enyu nabeytee?
Ardii Africadha biyya gurrachota
Ardii kessa jiru jajjaban ummata
Baha Africadha kessa na'arkatta
Achittin dhaladhe biyya habashota
Ani enyu laata atiho nabeeytaax2
Gaafa ilma nama bitan san maallaqa
Akkuma meshatti naman gaba dhaqa
Adii fi diddiiman dhufe siluquqa
Europef Asia America sinaqa
Ani enyu beyte habasha demetin Asiafa dhaqa x2
Ani gabrummanin biyya makka dhaqe
Bite nagurgure hundi nacannaqe
Dukkanti shirkitis sammu kiyya cinqe
Furmaata barbaduf olif gadi dhaqe
Ani enyu beyte yeron achi dhaqe?
Araba gurgudda Tujjara diddiima
Aqlii fi humnanis nacaalan inuma
Warra akka Hamza fi Khalidif Ikrima
Isaan hunda durse naatu sene islamumma
Ani enyu beyte maqa Kiyya amma?
Islamumma senuf warra heddu midhame
Warra jalqabarra seenan kiyya hime
Dhagaa gudda tokko qomarra nakayame
Ahadun ahadi jachunin bekame
Ani enyu amma nayadattani me
Tiketin jannata asi naaf kanname
Gubba ka'abadha dhabbadhen azane
Muazzina nabi jachunin yamame
Waggota heddudhan Rassula kaddame
Ani enyu amma nayadatani me
Ani enyu nabeyta lenca sahabota
Gurracha habasha enyu nadagata
Gurra kessi adii hunda najaalata
Kenya Kenya jae siitu nan dhaadata
Ani enyu nabeytax2
Deebisa @Humaa_bot irratti barreeysa.
#Media @Riyaduljanna
