en
Feedback
BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️

BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️

Open in Telegram

Oduu Fi Oddefannoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa Gadhisuu Kara Telegram Hordofaa Hiriiyoota Kessaniif Share Godhaa Join Gochuun #BirooBarnootaOromiyaa2 #entrance #ministryofeducation

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️

Channel BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️ (@biroobarnootaoromiyaa2) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 177 322 subscribers, ranking 589 in the Technologies & Applications category and 129 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 177 322 subscribers.

According to the latest data from 25 August, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 379 over the last 30 days and by 1 191 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0.22%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.89% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 393 views. Within the first day, a publication typically gains 1 577 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 10.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Oduu Fi Oddefannoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa Gadhisuu Kara Telegram Hordofaa Hiriiyoota Kessaniif Share Godhaa Join Gochuun #BirooBarnootaOromiyaa2 #entrance #ministryofeducation

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 26 August, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

177 322
Subscribers
+1 19124 hours
+3 0807 days
+1 37930 days
Posts Archive
✅Ajab ➡️Mucaan kun Daandii Tariku Bulcha jedhama. Bara 2017 Qabxii 283 fiidun Qormaata kutaa 12ffaa Kufe ture. Abdii hin murr
Ajab ➡️Mucaan kun Daandii Tariku Bulcha jedhama. Bara 2017 Qabxii 283 fiidun Qormaata kutaa 12ffaa Kufe ture. Abdii hin murree. Ammas tattaffii isaa ittii fufee ture. Xiiqiin dammaa irraa mi'oofti jedhanii miti? ➡️Mucaan waggaa kana irraa deebi'uun qabxii ajaa'iba galmeessee. Bara 2018 Qabxii seensa University 511 fiidun #Record cabsee jira. ➡️Gurbaa kana irraa barnoota guddaa argattan jedheen yaada. Haala kanaan fooyyeessa warrii waggaa kana jalaa haftees! ➡️Baga Gammaddee Qaxalee Keenya!

✅Barattoota Buha irraatti Komii qabdaan hundaaf ➡️ Kun akkamitti komii keessan galchuu akka dandeessan steps agarsiisuudha. ➡
+5
Barattoota Buha irraatti Komii qabdaan hundaaf ➡️ Kun akkamitti komii keessan galchuu akka dandeessan steps agarsiisuudha. ➡️ Kana hordofuudhaan komii keessan galchaa. Deebii isaas achuma irratti eeggadhaa. Liinkii kana fayyadamaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://result.eaes.et/complaint Adoolessa 19 hanga Adoolessa 26/2018  guyyaa keessaa sa'atii 10፡00 tti komii keessan galchuu dandeessu. 🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢 🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢 JOIN 👇👇 ❤️ Telegram 👇👇 https://t.me/BirooBarnotaaOromiya1

✅Bu’aa Qormaata keessanii Ammayyuu warri hin ilaalle bakka Frist Name jedhu tuquun join gootanii ilaallachuu dandeessu! ✅Achu
✅Bu’aa Qormaata keessanii Ammayyuu warri hin ilaalle bakka Frist Name jedhu tuquun join gootanii ilaallachuu dandeessu! ✅Achumaan Documents Qabxii keessanis download godhadhaa👇👇

Yunivarsiitiin Arsii Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Bulchaa Jiru Sadanuu(3n) Barattoota 100% Dabarse. BBO -Hagayya 20/201
+2
Yunivarsiitiin Arsii Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Bulchaa Jiru Sadanuu(3n) Barattoota 100% Dabarse. BBO -Hagayya 20/2018 Yunivarsiitiin Arsii gara barnootaan tajaajila hawaasaaf kennaa jirun Mana Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 3 kan bulchuufi deeggaru barattoota isaanii guutumaa guututti (100%) dabarsaniiru. Kunis, Naannoo Keenyatti Manneen Barnootaa 100% barattoota isaanii dabarsan 37 keessaa 3 kanneen Yunivarsiitii Arsiitin deeggaraman ta'uu agarsiisa. Yunivarsiitichi qulqullina barnootaa mirkaneessuu irratti kutannoon hojjataa kan jiruuf dhaloota gahumsa qabu hawaasaaf gumaachaa kan jiru ta'uun beekameera. Haaluma kanaan Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 3 bulchaafi deeggarsa addaa kennuun milkeessanis: #1_MB_Addaa _Sad_2ffaa_Yunivarsiitii_Arsii (Arsi University Special Secondary School) bara 2016 hundeessuun barattoota simatee barsiisuu kan jalqabe yoo tta'u waggoota sadiif (2016 -2018) barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa qorsiise 100% kan dabarsaa jiru ta'uu, #2_MB_Addaa_Sad_2ffaa_Boqqojjii (Bokoji Special Secondary School) Yuniversiitichi deeggarsa addaa taasisaaf ture bara kana (2018) barattoota hunda (100%) dabarseera. #3_MB_Addaa_Sad_2ffaa_Nageellee_Booranaa(Negelle Borana Special Secondary School) haaluma walfakkaatum deeggarsa addaa taasifamaafii kan ture bara kana (2018) barattoota 100% dabarsuu danda'eera. Walumaagalatti, Yunivarsiitiin Arsii Mana Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa hundeessee bulchaa jiru keessatti waggoota sadiif barataa hunda dabarsuu qofa otuu hin taane barattoota qabxii olaanaa galmeessisan qaree baasaa kan jiru yoo ta'u. bara baraan( 2016, 2017 fi 2018) qabxiin fooyya'aan galmaa'aa kan jiru ta'uun beekameera. Qabxiin olaanan mana barnootichaa kessatti 600 keessaa galmaa'aa jirus 529, 552 fi 566.92 baroota walduraa duuban galmaa'eera. Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Boqqojjiifi Nageellee Booranaas deeggarsa addaa taasifamaa jiruu daran cimsanii akka itti fufsiisan hoggansi Yunivarsiitichaa himaniiru Dhumarratti, Manneen Barnootaa Sadanuu guutumaa guututti akka darban taasisuun kan danda'ame iccitii isaa #Qindoominaan_Hojjachuu_Manaajimentii_Yunivarsiitii Arsii ta'uu ragaa argannerraa hubachuun danda'ameera. Kanaafuu, Garee Hoggansaafi Bulchiinsa Yunivarsiitii Arsiitin #Baga _Milkooftan! #Baga_Gammaddan! #Baga_Gammadne ! jenneeniirra.

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Namoonni akka isiniif ilaalamu barbaaddan kara linki gadiin ergaadha 👇👇 🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢 🟢🟢🟢🟢🟢�
+2
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Namoonni akka isiniif ilaalamu barbaaddan kara linki gadiin ergaadha 👇👇 🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢 🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇 https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ
+2
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇 https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega! Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇 https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM 📱 Share and Join our channel https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2 https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Manni Barumsaa Addaa University Wellaga barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda daba
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Manni Barumsaa Addaa University Wellaga barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabarseera. Manni barumsichaa akka biyyaatti manneen barnootaa baattoota isaanii %100 dabarsan keessaa isa tokko ta'uudhaan barattoota qorumsa fudhatan gutummaatti dabarsuu danda'eera. Mana Gooticha Dr. Hayilee Fidaa Baga gammaddan ➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇 https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega! Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇 https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM 📱 Share and Join our channel https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2 https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2

🟢Grade 12 Result Namoota Bayyeef ilaala jirraa kara keessaa Amumma ergaadha 👇👇👇 🟢Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jir
+1
🟢Grade 12 Result Namoota Bayyeef ilaala jirraa kara keessaa Amumma ergaadha 👇👇👇 🟢Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan  kara linkii Gadiin amumma ergaadhaa 👇👇👇👇 https://t.me/+g91R3T642OhhYjI0 https://t.me/+g91R3T642OhhYjI0 ⭕️ START GODHAA SEENAA 👇👇👇 https://t.me/mysearch?start=LMGJebDtXs81OnuVcgDnm3WvCM275LtH9D5qUNzP8Bg

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Manni Barumsaa Addaa Dr. Hayilee Fidaa barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabar
+9
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🟢Manni Barumsaa Addaa Dr. Hayilee Fidaa barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabarseera. Manni barumsichaa akka biyyaatti manneen barnootaa baattoota isaanii %100 dabarsan keessaa isa tokko ta'uudhaan barattoota qorumsa fudhatan gutummaatti dabarsuu danda'eera. Mana Gooticha Dr. Hayilee Fidaa Baga gammaddan ➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ✅Namootni amma ammaatti qabxii keessan hinilaallatin jirtan link kanatti aanee jiru tuquun achiin ergadhaa
+8
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ✅Namootni amma ammaatti qabxii keessan hinilaallatin jirtan link kanatti aanee jiru tuquun achiin ergadhaa yeroosuma isiniif ilaalla,ofii keessanis ilaallachu dandeessu!👇👇

✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇
✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Bartoota Mana barumsaa Najjoo ifa borurraa qabxii olaanaa fidan muraasa
+8
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Bartoota Mana barumsaa Najjoo ifa borurraa qabxii olaanaa fidan muraasa

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ✅Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega! Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Karaawwan sirrii irra deddeebi'uun ittiin yaaltan: 📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et 📌 Tel
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Karaawwan sirrii irra deddeebi'uun ittiin yaaltan: 📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et 📌 Telegiraamii : @EAESbot 📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms Hubachiisa baay’ina namarraa kan ka’ee website nis telegramnis busy ta’aa waan jiruuf barattonnii fi maatiin barataa suuta jettanii refresh gochaa yaaluu qabdu!Warronni akka isiniif ilaallu barbaaddan immoo link gadii tuquun ergadhaa isiniif ilaalla👇👇 https://t.me/mysearch?start=17NpJmA4iGU4eVuZJQXFbdImiQYVPVGR1WJoVOH3OJE

✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇
✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇

#Ammee ✅Firiin qormaata kutaa 12ffaaf gad dhiifameera iddoo check my results jedhu tuquun ilaallachuu dandeessu👇👇
#Ammee ✅Firiin qormaata kutaa 12ffaaf gad dhiifameera iddoo check my results jedhu tuquun ilaallachuu dandeessu👇👇

✈️Website rakkisa waan jiruf 👇👇👇 ➡️@EAESbot Bot kanan irraa deddebiin yaala VPN yoo fayyadamtan Gaariidha 📱 Share and Join our channel

Yeroo amma Server irratti Namni baay’atee waan jiruf Busy taha jira obsaan yaala! Share and Join our channel https://t.me/BirooBarnotaaOromiyaa2 https://t.me/BirooBarnotaaOromiyaa2