BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️
前往频道在 Telegram
Oduu Fi Oddefannoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa Gadhisuu Kara Telegram Hordofaa Hiriiyoota Kessaniif Share Godhaa Join Gochuun #BirooBarnootaOromiyaa2 #entrance #ministryofeducation
显示更多📈 Telegram 频道 BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️ 的分析概览
频道 BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️ (@biroobarnootaoromiyaa2) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 177 322 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 589,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 129 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 177 322 名订阅者。
根据 25 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 379,过去 24 小时变化为 1 191,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.22%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.89% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 393 次浏览,首日通常累积 1 577 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Oduu Fi Oddefannoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa Gadhisuu Kara Telegram Hordofaa Hiriiyoota Kessaniif Share Godhaa Join Gochuun
#BirooBarnootaOromiyaa2 #entrance #ministryofeducation”
凭借高频更新(最新数据采集于 26 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
177 322
订阅者
+1 19124 小时
+3 0807 天
+1 37930 天
帖子存档
✅Ajab
➡️Mucaan kun Daandii Tariku Bulcha jedhama. Bara 2017 Qabxii 283 fiidun Qormaata kutaa 12ffaa Kufe ture. Abdii hin murree. Ammas tattaffii isaa ittii fufee ture. Xiiqiin dammaa irraa mi'oofti jedhanii miti?
➡️Mucaan waggaa kana irraa deebi'uun qabxii ajaa'iba galmeessee. Bara 2018 Qabxii seensa University 511 fiidun #Record cabsee jira.
➡️Gurbaa kana irraa barnoota guddaa argattan jedheen yaada. Haala kanaan fooyyeessa warrii waggaa kana jalaa haftees!
➡️Baga Gammaddee Qaxalee Keenya!
+5
✅Barattoota Buha irraatti Komii qabdaan hundaaf
➡️ Kun akkamitti komii keessan galchuu akka dandeessan steps agarsiisuudha.
➡️ Kana hordofuudhaan komii keessan galchaa. Deebii isaas achuma irratti eeggadhaa.
Liinkii kana fayyadamaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://result.eaes.et/complaint
Adoolessa 19 hanga Adoolessa 26/2018 guyyaa keessaa sa'atii 10፡00 tti komii keessan galchuu dandeessu.
🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢
🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢
JOIN 👇👇
❤️ Telegram 👇👇
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya1
✅Bu’aa Qormaata keessanii Ammayyuu warri hin ilaalle bakka Frist Name jedhu tuquun join gootanii ilaallachuu dandeessu!
✅Achumaan Documents Qabxii keessanis download godhadhaa👇👇
+2
Yunivarsiitiin Arsii Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Bulchaa Jiru Sadanuu(3n) Barattoota 100% Dabarse.
BBO -Hagayya 20/2018 Yunivarsiitiin Arsii gara barnootaan tajaajila hawaasaaf kennaa jirun Mana Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 3 kan bulchuufi deeggaru barattoota isaanii guutumaa guututti (100%) dabarsaniiru.
Kunis, Naannoo Keenyatti Manneen Barnootaa 100% barattoota isaanii dabarsan 37 keessaa 3 kanneen Yunivarsiitii Arsiitin deeggaraman ta'uu agarsiisa.
Yunivarsiitichi qulqullina barnootaa mirkaneessuu irratti kutannoon hojjataa kan jiruuf dhaloota gahumsa qabu hawaasaaf gumaachaa kan jiru ta'uun beekameera.
Haaluma kanaan Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa 3 bulchaafi deeggarsa addaa kennuun milkeessanis: #1_MB_Addaa _Sad_2ffaa_Yunivarsiitii_Arsii (Arsi University Special Secondary School) bara 2016 hundeessuun barattoota simatee barsiisuu kan jalqabe yoo tta'u waggoota sadiif (2016 -2018) barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa qorsiise 100% kan dabarsaa jiru ta'uu, #2_MB_Addaa_Sad_2ffaa_Boqqojjii (Bokoji Special Secondary School) Yuniversiitichi deeggarsa addaa taasisaaf ture bara kana (2018) barattoota hunda (100%) dabarseera.
#3_MB_Addaa_Sad_2ffaa_Nageellee_Booranaa(Negelle Borana Special Secondary School) haaluma walfakkaatum deeggarsa addaa taasifamaafii kan ture bara kana (2018) barattoota 100% dabarsuu danda'eera.
Walumaagalatti, Yunivarsiitiin Arsii Mana Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa hundeessee bulchaa jiru keessatti waggoota sadiif barataa hunda dabarsuu qofa otuu hin taane barattoota qabxii olaanaa galmeessisan qaree baasaa kan jiru yoo ta'u. bara baraan( 2016, 2017 fi 2018) qabxiin fooyya'aan galmaa'aa kan jiru ta'uun beekameera. Qabxiin olaanan mana barnootichaa kessatti 600 keessaa galmaa'aa jirus 529, 552 fi 566.92 baroota walduraa duuban galmaa'eera.
Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Boqqojjiifi Nageellee Booranaas deeggarsa addaa taasifamaa jiruu daran cimsanii akka itti fufsiisan hoggansi Yunivarsiitichaa himaniiru
Dhumarratti, Manneen Barnootaa Sadanuu guutumaa guututti akka darban taasisuun kan danda'ame iccitii isaa #Qindoominaan_Hojjachuu_Manaajimentii_Yunivarsiitii Arsii ta'uu ragaa argannerraa hubachuun danda'ameera.
Kanaafuu, Garee Hoggansaafi Bulchiinsa Yunivarsiitii Arsiitin #Baga _Milkooftan! #Baga_Gammaddan! #Baga_Gammadne ! jenneeniirra.
+2
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🟢Namoonni akka isiniif ilaalamu barbaaddan kara linki gadiin ergaadha 👇👇
🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢
🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢
+2
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
✅Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega!
✅Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
📱 Share and Join our channel
https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2
https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🟢Manni Barumsaa Addaa University Wellaga barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabarseera. Manni barumsichaa akka biyyaatti manneen barnootaa baattoota isaanii %100 dabarsan keessaa isa tokko ta'uudhaan barattoota qorumsa fudhatan gutummaatti dabarsuu danda'eera.
Mana Gooticha Dr. Hayilee Fidaa Baga gammaddan
➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
✅Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega!
✅Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
https://t.me/mysearch?start=hNB-b7Qmzj1VMNthmg40cDpjoNucZ1f13UUXp76utKM
📱 Share and Join our channel
https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2
https://t.me/BirooBarnootaOromiyaa2
+1
🟢Grade 12 Result
Namoota Bayyeef ilaala jirraa kara keessaa Amumma ergaadha 👇👇👇
🟢Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan kara linkii Gadiin amumma ergaadhaa 👇👇👇👇
https://t.me/+g91R3T642OhhYjI0
https://t.me/+g91R3T642OhhYjI0
⭕️ START GODHAA SEENAA 👇👇👇
https://t.me/mysearch?start=LMGJebDtXs81OnuVcgDnm3WvCM275LtH9D5qUNzP8Bg
+9
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🟢Manni Barumsaa Addaa Dr. Hayilee Fidaa barattoota qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan hunda dabarseera. Manni barumsichaa akka biyyaatti manneen barnootaa baattoota isaanii %100 dabarsan keessaa isa tokko ta'uudhaan barattoota qorumsa fudhatan gutummaatti dabarsuu danda'eera.
Mana Gooticha Dr. Hayilee Fidaa Baga gammaddan
➡️Namoonni hin ilaalanne asiin ergaadha amma👇👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
+8
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
✅Namootni amma ammaatti qabxii keessan hinilaallatin jirtan link kanatti aanee jiru tuquun achiin ergadhaa yeroosuma isiniif ilaalla,ofii keessanis ilaallachu dandeessu!👇👇
Repost from BIROO BARNOOTA OROMIYAA(BBO)®️
✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇
+8
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Bartoota Mana barumsaa Najjoo ifa borurraa qabxii olaanaa fidan muraasa
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
✅Qabxii Remedial hanga isiniif maxxansintu post kana Like gochaa,hiriyyoota keessanfi share gochaa nu Eega!
✅Warrootni qabxii keessan ammayyuu hin ilaalatin jirtan immoo karaa link gadii kanan ergachuun ilaalladha.karaa website busy ta’aa waan jiruuf👇👇
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Karaawwan sirrii irra deddeebi'uun ittiin yaaltan:
📌 Marsariitii (Website): https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii : @EAESbot
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS): https://result.eaes.et/sms
✅Hubachiisa baay’ina namarraa kan ka’ee website nis telegramnis busy ta’aa waan jiruuf barattonnii fi maatiin barataa suuta jettanii refresh gochaa yaaluu qabdu!
✅Warronni akka isiniif ilaallu barbaaddan immoo link gadii tuquun ergadhaa isiniif ilaalla👇👇
https://t.me/mysearch?start=17NpJmA4iGU4eVuZJQXFbdImiQYVPVGR1WJoVOH3OJE
✅Namoonni hangaa amma hin ilaalatiin jirtaan linkii Gadii tuquun ergadhaa 👇👇👇👇
#Ammee
✅Firiin qormaata kutaa 12ffaaf gad dhiifameera iddoo check my results jedhu tuquun ilaallachuu dandeessu👇👇
✈️Website rakkisa waan jiruf
👇👇👇
➡️@EAESbot
Bot kanan irraa deddebiin yaala
✅VPN yoo fayyadamtan Gaariidha
📱 Share and Join our channel
✅Yeroo amma Server irratti Namni baay’atee waan jiruf Busy taha jira obsaan yaala!
Share and Join our channel
https://t.me/BirooBarnotaaOromiyaa2
https://t.me/BirooBarnotaaOromiyaa2
