cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

💗Jannah Is My Dream💗

Ya Allah make me among the people who you loves💓

Show more
Finland2 214The language is not specifiedReligion & Spirituality95 206
Advertising posts
198Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Gosoota Jihaadaa keessaa Muraasa Jihaadin akkuma Mujaahidaa (Nama qabsoo godhuu) hunda sadarkaa fi akaakuun isaa adda adda. ➧Nafsee isaa irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Shayxaana irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Diinii isaa nan balleessa kan jedhu irratti jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Munaafiqoota irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Qalamaan Jihaada (qabsoo) godhuu.
Show all...
👍250
❤️233
👌234
JOIN
Ergaa birootif
🗝 ❂‌f‌a‌z‌z‌a‌k‌k‌i‌r‌/‌y‌a‌a‌d‌a‌c‌h‌i‌i‌s‌i‌❂ 🗝 ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬ ▣Kanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini. ▣ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba →dhugaa, dadhabbii→jabeenyaa, daguu →dammaqqii, laafinsarra →ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun. ▣Namni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu. ↑Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi. « قل هل يستوي الذين يعلمون والذين لا يعلمون إنما يتذكر أولو الألباب » ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣
Show all...
👍234
❤️321
👌543
👏453
Ergaa biraaf
Join
🗝 ❂‌f‌a‌z‌z‌a‌k‌k‌i‌r‌/‌y‌a‌a‌d‌a‌c‌h‌i‌i‌s‌i‌❂ 🗝 ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬ ▣Kanuma ruuhiin nama keessa jirtu qalbiin namaa ni duutii beeki: waan isii irraa eeggamu  gochuu dadhabdee dhukkuba gaflaatiin duutii, Namni waan rabbiitiin gorfamu, Namni waan aakiraatiifi diiniin gorfamu nama qalbii fayyaa qabu nama qalbiin isaa ma'asiyaan/shirkiin/jallinaan/bid'aadhaan hin du'ini. ▣ beekkumsi hadiisaa fi qur'aanaa ta'e tun qalbii nama jiraachifti waan fokkatarraa qalbiin fagaattee akka haala bareeda qabaattu taasifti soba →dhugaa, dadhabbii→jabeenyaa, daguu →dammaqqii, laafinsarra →ciminaa. Haalota badaa irraa gama guddinaa akka namni bahu ilmii nama barsiifti ilmiin islaamaa tun. ▣Namni waa beekuu fi hin beekne way wal qixxaataa? jedhe rabbiin keenya s.w Wal hin qixxaatu. Namni  gorfamu, warra aqlii yookaa lubbuu qabu. ↑Faayidan barnoota diin kan fa'a jechuudha, yaa rabbi barachuu nuu laaffisi. « قل هل يستوي الذين يعلمون والذين لا يعلمون إنما يتذكر أولو الألباب » ▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁▬▬▬▣
Show all...
👍234
❤️321
👌543
👏453
Ergaa biraaf
Join
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu, Obboloota koo kan Muslimaa, dhiyeenya kana maqaan ergamaa Allaah , Nabi Mohammed (Sallallaahu Aleyhi wasallam) haala hin taaneen yeroo ka'u ni argina. Kanaafuu nuti immoo yeroo kamiyyuu caalaa yeroo diinonni keenya maqaa isaanii hammeenyaan kaasan tanatti jaalala isaaniif qabnu caalatti mul'isuufii siiraa isaanii baruuf qophaa'aa ta'uu qabna! Warri ergamaa Allaah jaalattan ❤️ tuqaa , ergaa isiniif darbu hordofaa!!! 👇👇👇👇👇👇
Show all...
❤️
💓
Repost from KENNAA
ILAAMEE YAA GAMNA KOO ■■■■■■■■■■■■■ Erga Muslima taatee Amantee Rabbii guddaa Shari'aa isaa qabattee Ittiin jiraachuu qabdaa! Rakkoon yoo jiraatellee Gidduu obboleessa kee Waliif galuu yoo dides Kan isaatii fi ilaalchi kee! Keessa kee moo'atullee Yaanni "Kan kootu caalaa" Gurmuu cimaa qabaattus Si deeggaree wallaalaan!! Nama koo dagamteetta Dubbiin akkasii miti Haqa barbaadda taanaan Deebi'i Qur’aanatti Deebiin "Mas'alaa" hundaa Qur’aana keessa jirti!! Qur'aana harkaatti baattee Hin dhaqin mana ormaa Injifannoo maqaatiif Hin kutin Obbolummaa Dhugaa hordofi maaloo Dhiisi haasaa namootaa Hinaaffaa fi xiiqiin taanaan Boolla salphinaa seentaa Garuu haqa qabannaan Yoomuu situ injifataa!!!!!! ♤♤♤♡♡♤♡♤♤♤♤♤ ✍Ilma keessan wallaalaa!! @AbdiiBiyyaa @Kennaapost @Kennaapost
Show all...
Chaaneeloota bebbeekamoo armaan gadii kana namni hin qabne jira jedhee hin yaadu hin qabdan yoo ta'e baayyee isin fayyada waan ta'eef ammuma kan isinitti tole join godhaa👇
Show all...
👌Jechoota hayyootaa👌
Oro meme
😁Oromo comedy😜
🌅Suuraa profile ta'an🌠
✍Barnootaa bifa nama bashannansiisuun
🤌Jechoota gamnaa🤏
👂Ajaa'iba addunyaa🫵
❤️Waa'ee jaalalaa❤️
❤Akkamitti nama jaalatte of jaalachiifta?
Kana hunda bakka tokkotti argachuuf👇
🪐JOIN JOIN JOIN🌏
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞 #Asoosama gabaabaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍by Abdul-Aziz Ahmedin ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ @kennaapost @kennaapost Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu..... Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Show all...
Jalqaba irraa dubbisuuf✅
Kutaa 5ffaa ol
Audio isaa dhageeffachuuf▶️
⚫️Guutuu isaa argachuuf✔️
Repost from KENNAA
Aniin kun Anumadha!! ■■■■■■■■■■ Aniin kun anumadha Gonkumaa an si hin ta'u Eenyummaa koon sitti hima An waa'ee kee hin haasa'u Dhunfaadhaan na gorsitus Kuma taatee dubbattus An si ta'uu hin danda'u!!!! Ilaalcha mataa koon qaba Kanan itti hin qaanofne Kaayyoo dhunfaa koon qaba Kanan ammayyuu milkoofne Of hin dhiphisin maaloo Ani kooppii kee hin ta'u Rabbii na uume malee An namaaf gabra hin ta'u Yoomiyyuu sin dhaga'u An adeemsarran jiraa Mul'ata fagoon qaba Milkeessuufan jerjera Yoo dandeesse naaf tumsi Naaf ta'i obbolaa gaarii Akkan galma koo ga'u Waan qabduun na gargaari! ✍Abdulaziz Ahimedin @AbdiiBiyyaa @Kennaapost @Kennaapost
Show all...
Repost from KENNAA
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu Namni tokko #Muslima jedhamuuf fedhii isaa hunda dhiisee Rabbii isa uume tokkichaaf jiraachuun dirqama. Kun immoo qajeelfama Allaah n karaa ergamaa isaa Nabi Mohammed (Sallallaahu Aleyhi wasallam)iin nuuf kenne hordofuu qofaani. Kanaan alatti hamma feete uffataan, bifaan, muslima fakkaattus gonkumaa fudhatama hin qabu. Maaliif imaama masjidaa taatee umrii tee guutuu hin salaachifne!!.  Islaamummaan #Siyaasa namni tokko akka isatti fakkaateen xiimxalee lafa kaa'u , Kan hammuma umriin bilchaatuu fi dulloomu jijjiiru miti. Qajeelfama dhaabbataa dhalootaa hamma du'aatti ittiin jiraatanidha. Qajeelfamni Kunis bu'urri isaa wantoota sadan kanaa gadii qofaadha!!!. 1, Qur’aana kabajamaa!! Qajeelfamni jireenyaa guutuun Qur’aana keessatti argama. Namni ani Muslima ofiin jedhu kamiyyuu qajeelfama kana hunda isaa itti amanee fudhachuun dirqama, namni kana keessaa tokko morme #kaafira.  2, Haadisa Hadiisa jechuun haala sadiin ilaalama. 1, Dhaamsa ergamaan Allaah Nabi Mohammed (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) afaaniin(jechaan) dubbatan( waan tokkotti ajajuu fi irraa dhoorkuu). 2, Gosoota ibaadaa keessatti waan isaan (Sallallaahu Aleyhi wasallam) gochaan agarsiisan. 3,  Waan yeroo isaan lubbuun jiranitti sohaabotaan hojjetamee isaan callisan(Kan irraa hin dhoorgin ) jechuudha!! Gosoonni hadiisaa kunniin marti Kan ulamootaan sadarkaan isaanii #Sahiiha ykn Hasan(gaarii) tahuun isaa mirkanaa'e ta'uu qaba.  Kanaan alatti hasaan kamiyyuu hadiisa jedhamee yoo dhiyaate fudhatama hin qabu. 3, Jumhura Ulamaa. Kun immoo #Fatwaa ulamoonni gurguddoon muslimaa ta'ii jireenyaa keessatti kallattii shari'aa hin faalleessine kennanidha. Obboloota koo Wanti kanaan ala dhufe, Kan seerota sadan kana faalleesse ibaadaan kamiyyuu ,  ibaadaafis ta'u jireenyaaf jettee raawwattus jallina, bid'aadha. Amma garuu, Rabbii nu uumee qajeelfama kana fakkaatu nuuf erge caalaa nama akka keenyaa hordofuutu mul'ata, ergamaa Allaahaa, Kan yeroo mara jaalala isaa himannu caalaa, qajeelfama shek_ebalu nuuf kaa'antu fudhatama argate. #Sunnaalee _Sawaabni isaanii hadiisa sahiihaan sabate caalaa #Bid'aa eessaa dhufteen hin beekamnetu ibaadaa nuuf ta'e.  Akkamiinan islaamummaan jiraadhee boru gaafii #qabrii najaa bahaa caalaa, akkamiinan ilaalcha koo masjida irratti muldhifadhaatu kaayyoo keenya ta'e. Akkamittan sunnaa lafa qabsiisee #kaafiraafiyyuu da'awaa godhaa caalaa, akkamittan obboleessa muslimaa koo dallansiisee masjidaa baasaatu kaayyoo nuuf ta'e.  Kan kolfaa taane!! . Roobii bahara keessaa baatee fiixensa arraabdu taane. Ani imaltuudha, Yoon dogoggore #Afwan Rabbiin balaa (ana qofatu sirriidha ) jettu tana nurraa haa kaasu,  nama shari'aa qulqulluun jiraatee duniyaa fi Aakhirattis milkaa'uu nu haa taasisu!! Jumu'aa kheeyrii Kan milkii nuuf haa ta'u Obboleessa keessan wallaalaa ✍Abdulaziz Sh/Ahimedin Yaada kamiifuu @AbdiiBiyyaa qunnamaa!!! @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from KENNAA
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu Gorsa Dargaggeeysa islaamaa #Dargaggeeysi Islaamaa yoo akkam tahe ofiifii hawaasa isaatiis fayyada ⁉ Dargaggeeysi hawaasa tokkoof utubaa akka taheefii inni toluun hawaasni toluu inni baduun hawaasni baduu akka tahe wal naman gaafachiisu Dargaggeeysi kheenya qabxiilee asii gadii tana yoo qabaate ofiis fayyadee hawaasa isaatiis (Islaamaatiis) fayyaduu dandaya ⤵⤵⤵⤵ ⏩Diin (Amantii) ofii barachuu qaba Amantiin Islaamaa amantii qabatan duniyaafii aakhiraa ittiin milkaa'an tan seera of dandaye qabduudha kanaaf dargaggeeysi Islaamaa seerota isii kanneen akka👇👇👇👇👇👇 ✅Aqiidaa ✅Akkaataa itti Rabbiin gabbaramu ✅Akkaataa namoonni ittiin wajji dalagatan (hojjatan) ✅Siiraa Rasuulaa S A W ✅Siraa Sahaabotaatiifii seera amantichaa kannneen hafaniis tolchee beekhuu qaba ⏩Haala jireenya isaa hunda kheeysatti "warroota Rabbiin isaaniifii beeyladaanuu garaagarummaa hin qaban" Ja'ee isaan dubbate san imaama godhatuu dhiisee Hadiisaafii quraa'aana imaama godhatee jala deemuudha qaba i ⏩Qalbiin isaa(Dargaggeeysaa Islaamaa) yeroo hunda masjiidatti rarra'uu qaba #Qalbiin tee yeroo hunda masjiidatti rarra'uun👇 ✅Guyyaa hamaa san gaaddisa Arshii Rabbii jala akka teeysu sitaasisa ✅Rakkoon /yaanni sitting jiru akka sirraa furamu sitaasisa ✅Munaafiqummaarraa walba akka taatu sitaasisa ⏩Rahima ofii maxxanfachuu qaba Dargaggeeysi Islaamaa aanaa /Rahima isaa guutumaa guututti maxxanfachuu qaba ! Irra guddaan Rahima isaa ammoo haadhaafii Abbaa isaati Haadhaafii Abbaa isaatiin ✅Hin dandayu jechuun yaroo Ifii human baafsee isaan humna fixatan👇 ✅Ishiish isaaniin ja'ee isaan balfuun yaroo isaan wahuma fedhaniifuu sidubbisan Sagalee aaraatiin dubbataa ija itti babaasuun amala dargaggoo mulimaatii miti ⏩Saahiba filatuudha/maraxatuudha Saahibni wahuma saahibni dalagu dalaga kanaafuu namoota ⤵⤵⤵ ✅Yeroo wajjiin teeysu nama hamachuurraa gara Rabbi zakkaruutti as sideebisan ✅Yeroo salaanni gahe kha'i gara masjiidaati deemnaa siin ja'an ✅yeroo hunda qura'aana Rabbii qara'uurrattiifii kheeyrii adda addaa irratti si kakaasan saahibuu qabda ‼ @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!