Info-Tech Computer Training Institution Channel
Open in Telegram
This channels are used for Education. Info-Tech Branch 1. Bale Goba 2. Bale Robe 3. Bale Ginnir
Show more1 698
Subscribers
No data24 hours
+67 days
No data30 days
Posts Archive
🌼🔥 BAGA AYYAANA MASQALAA GEESSAN! 🔥🌼
🌸 Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun, maatii fi hordoftoota keenya hundaaf
nagaa, gammachuu, jaalala, badhaadhinaafi milkaa’ina hawwina. 🙏✨
🔥 Masqalli mallattoo ifaa, abdii fi haaromsaati.
Ifni Masqalaa jireenya keessan keessatti yeroo hunda haa ifu;
gammachuun maatii keessanii haa baay’atu! 🌼❤️
🎓💻 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii
“If You Think You Can, You Can!” 💙
🌼✨ BAGA AYYAANA MASQALAA NAGAAN GEESSAN! ✨🌼
🌼🔥 እንኳን ለመስቀል በዓል በሰላም አደረሳችሁ! 🔥🌼
🌸 በዓለ መስቀልን አስመልክተን፣ ለተከበራችሁ የInfo-Tech ቤተሰብ፣ ለሰልጣኞቻችን፣ ለአሰልጣኞቻችን እና ለመላው ወዳጆቻችን፤
ሰላም፣ ደስታ፣ ፍቅር፣ ብልጽግናና ስኬት እንመኝላችኋለን። 🙏✨
🔥 መስቀል የብርሃን፣ የተስፋና የአዲስ ጅማሬ ምልክት ነው።
የመስቀሉ ብርሃን በሕይወታችሁ ሁሌም ይብራ፤
ደስታና ሰላም በቤተሰቦቻችሁ ይብዛ! 🌼❤️
🎓💻 የኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
“ካሰብክ ትችላለህ!” 💙
🌼✨ እንኳን ለመስቀል በዓል በሰላም አደረሳችሁ! ✨
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
Ginnir Branch 2nd Round Graduation Ceremony Coming Soon.
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
10-01-2019
Leenjitootaa Dhaabbata Leenjii koompitaraa Infoo-Teekii Damee Gindhiir Hundaaf, Baga Eebbaa Marsaa 2ffaaf nagayaan Gechaan jechaa Eebbii Marsaa 2ffaa guyyaan dhiyaachaa waan jiruuf Eebbifaamtonnii hundii keessaan ulaagalee eebbaa hundaa hangaa Fulbaana 30/2019 qofaa akkaa xumurattaan kabajaan isiin hubachiisna.
Hubachiisaa:- Guyyaan Eebbaa yeroo dhihootii kan isiin beeksiisnuu ta'a.
🎓 ለኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ጊኒር ቅርንጫፍ ሁሉም ሰልጣኞች
ለ2ኛው ዙር ምረቃችሁ እንኳን ደስ አላችሁ! 🎓🎉
የ2ኛው ዙር የምረቃ በዓል ቀኑ እየተቃረበ ስለሆነ፣ ሁላችሁም የምረቃ መስፈርቶችን በሙሉ እስከ መስከረም 30/2019 ዓ.ም. ብቻ እንድታጠናቅቁ በአክብሮት እናሳስባለን።
📌 ማስታወሻ፦ የምረቃው ቀን ሲቃረብ በቅርቡ የምናሳውቃችሁ ይሆናል።
ኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
🎓 ለዕውቀት፣ ለክህሎት እና ለስኬት!
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
🎓 ከኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም!
ውድ አዲስና ነባር ሰልጣኞቻችን፣
የ2019 ዓ.ም. ስልጠናችን በተያዘለት ጊዜ ሊጀመር መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን። 💻🎓
📅 የሳምንት መጨረሻ (Weekend) ስልጠና፦ 09/01/2019
📅 መደበኛ (Regular) ስልጠና፦ 11/01/2019
📚 የሚሰጡ ኮርሶች፦
🔹 መሠረታዊ የኮምፒዩተር ክህሎት
🔹 ፎቶ ኤዲቲንግ እና ፎቶግራፊ
🔹 ቪዲዮ ኤዲቲንግ እና ቪዲዮግራፊ
🔹 ግራፊክስ ዲዛይን
🔹 የሞባይል ጥገና
📍 የስልጠና ቅርንጫፎች፦
ጎባ | ሮቤ | ጊኒር
⏰ ሁሉም ሰልጣኞች በተመደበላቸው ቀንና ሰዓት በመገኘት ስልጠናችሁን እንድትጀምሩ በአክብሮት እናሳውቃለን።
🌟 Info-Tech — ይመርጣል እንጂ አያወዳድርም! 🌟
📞 0953 703 597 / 0983 674 755
🌐 www.infotech.et
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
🎓 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii irraa!
Kabajamtoota Leenjiitoota Haaraa fi Buleeyyii keenya,
leenjiin bara 2019 yeroo isaa eeggatee jalqabuuf qophaa’eera. 💻🎓
📅 Leenjii Weekend: 09/01/2019
📅 Leenjii Regular: 11/01/2019
📚 Koorsiiwwan:
🔹 Basic Computer Skill
🔹 Photo Editing & Photography
🔹 Video Editing & Videography
🔹 Graphics Design
🔹 Mobile Maintenance
📍 Dameewwan:
Damee Goobbaa | Damee Roobee | Damee Ginnir
⏰ Leenjiitootni hundi guyyaa fi yeroo ramadame irratti argamuun leenjii kessaan akka jalqabdan kabajaan isin beeksifna.
🌟 Info-Tech — ni filatuu malee hin dorgomsiisaan 🌟
📞 0953 703 597 / 0983 674 755
🌐 www.infotech.et
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
05/01/2019
Galmeen Bara 2019 Jalqabamee jira.
የ2019 ዓ.ም. ምዝገባ ተጀምሯል።
ኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📍 ጎባ | ሮቤ | ጊንዲር
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
03/01/2019
Galmeen Bara 2019 Jalqabamee jira.
የ2019 ዓ.ም. ምዝገባ ተጀምሯል።
ኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📍 ጎባ | ሮቤ | ጊንዲር
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
🎉 BAGA BARA HAARAA 2019 GEESSAN! 🎉
Hojjettoota, Leenjistoota, Leenjiitoota, maatiiwwanii fi hawaasa keenya hundaaf, Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii irraa baga nagaan bara haaraa 2019 isin gahe! 🌟
Bara haaraan kun bara nagaa, fayyaa, milkaa’inaa, guddinaa fi jijjiirama gaarii isiniif haa ta’u. 🙏✨
💻 Infoo-Teekii waliin beekumsa haarawaa baradhaa, dandeettii keessan guddifadhaa, gara fuulduraatti tarkaanfadhaa!
🎊 Bara 2019 – Bara Jijjiiramaa fi Milkaa’inaa!
Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii
🎉 እንኳን ለ2019 ዓ.ም. አዲስ ዓመት አደረሳችሁ! 🎉
ለሰራተኞቻችን፣ ለአሰልጣኞቻችን፣ ለሰልጣኞቻችን፣ ለቤተሰቦቻችን እና ለመላው ህብረተሰባችን፣ ከኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም እንኳን በሰላም ለ2019 ዓ.ም. አዲስ ዓመት አደረሳችሁ! 🌟
አዲሱ ዓመት የሰላም፣ የጤና፣ የስኬት፣ የዕድገት እና የመልካም ለውጥ ዓመት ይሁንላችሁ። 🙏✨
💻 ከኢንፎ-ቴክ ጋር አዲስ እውቀትን ይማሩ፣ ክህሎታችሁን ያሳድጉ፣ ወደ ተሻለ የወደፊት ህይወት ይራመዱ!
🎊 2019 ዓ.ም. – የለውጥና የስኬት ዓመት!
ኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📞 0953 703 597 / 0983 674 755
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
03/13/2018
Leenjiitootaa Harawaa fi Buleeyyii Dhaabbataa Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Damee Goobbaa, Roobee fi Gindhiir Hundaaf Guyyaan Leenjii Xumuraa bara 2018 gafa guyyaa 04/13/2018 akkaasumas guyyaan Leenjiin Ittii jalqaabamu immoo gafa guyyaa11/01/2019 ta'u isaa hubattaanii guyyaa jedhame irraatii qaaman argamuun leenjii kessaan akkaa jalqabdaan kabajaan isiin beeksiifnaa.
Hubachiisaa:- Guyyaan Galmee Leenjiitootaa Harawaa gafa guuyyaa 02/01/2019 kan jalqabamuu ta'u isaas gammaachuu guddaan isiin beeksifnaa.
📢 ማስታወቂያ
ለኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም የጎባ፣ የሮቤ እና የጊንዲር ቅርንጫፎች አዲስና ነባር ሰልጣኞች በሙሉ፦
የ2018 ዓ.ም የሥልጠና ማጠናቀቂያ ቀን 04/13/2018 ዓ.ም መሆኑን፣ እንዲሁም አዲሱ የሥልጠና ዘመን 11/01/2019 ዓ.ም የሚጀመር መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን።
ስለሆነም በተጠቀሰው ቀን በአካል ተገኝታችሁ ሥልጠናችሁን እንድትጀምሩ በአክብሮት እናሳስባለን።
📌 ማሳሰቢያ
ለአዲስ ሰልጣኞች የምዝገባ ጊዜ 02/01/2019 ዓ.ም የሚጀምር መሆኑንም በታላቅ ደስታ እናሳውቃለን።
ኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📍 ጎባ | ሮቤ | ጊንዲር
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
03/13/2018
Leenjiitootaa Harawaa fi Buleeyyii Dhaabbataa Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Damee Goobbaa, Roobee fi Gindhiir Hundaaf Guyyaan Leenjii Xumuraa bara 2018 gafa guyyaa 04/13/2018 akkaasumas guyyaan Leenjiin Ittii jalqaabamu immoo gafa guyyaa11/01/2019 ta'u isaa hubattaanii guyyaa jedhame irraatii qaaman argamuun leenjii kessaan akkaa jalqabdaan kabajaan isiin beeksiifnaa.
Hubachiisaa:- Guyyaan Galmee Leenjiitootaa Harawaa gafa guuyyaa 02/01/2019 kan jalqabamuu ta'u isaas gammaachuu guddaan isiin beeksifnaa.
📢 ማስታወቂያ
ለኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም የጎባ፣ የሮቤ እና የጊንዲር ቅርንጫፎች አዲስና ነባር ሰልጣኞች በሙሉ፦
የ2018 ዓ.ም የሥልጠና ማጠናቀቂያ ቀን 04/13/2018 ዓ.ም መሆኑን፣ እንዲሁም አዲሱ የሥልጠና ዘመን 11/01/2019 ዓ.ም የሚጀመር መሆኑን በአክብሮት እናሳውቃለን።
ስለሆነም በተጠቀሰው ቀን በአካል ተገኝታችሁ ሥልጠናችሁን እንድትጀምሩ በአክብሮት እናሳስባለን።
📌 ማሳሰቢያ
ለአዲስ ሰልጣኞች የምዝገባ ጊዜ 02/01/2019 ዓ.ም የሚጀምር መሆኑንም በታላቅ ደስታ እናሳውቃለን።
ኢንፎ-ቴክ የኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📍 ጎባ | ሮቤ | ጊንዲር
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
02/13/2018
Eebbiifamtootaa Marsaa 13ffaa Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Damee Gobbaa fi Roobee Hundaaf, Guyyaan Demsaa Trip Dherachuu isaa kabajaa guddaan isinii ibsuu barbaanna.
Hubaachisa:- Guyyaan Demsaa fi Garam akkaa demnuu karaa channala telegrama dhaabbatichaatiin kan isiin beeksiisnuu ta'a.
የ13ኛ ዙር የኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም የጎባ እና የሮቤ ቅርንጫፍ ተመራቂዎች በሙሉ፣
የጉዞ (ትሪፕ) መነሻ ቀን መራዘሙን በከፍተኛ ክብር ልናሳውቃችሁ እንወዳለን።
ማሳሰቢያ፦
የጉዞው የመነሻ ቀን እና የምንሄድበት አቅጣጫ/ቦታ በተቋሙ የቴሌግራም ቻናል በኩል የምናሳውቃችሁ ይሆናል።
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
02/13/2018
Eebbifamtootaa Marsaa 13ffaa Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Dame Goobbaa fi Roobee Hundaaf,
Guyyaan Document Keessaan ittii fudhaattaan gafaa Guuyyaa 02/13/2018-30/01/2019 qofa ta'u isaa hubattanii leenjiitoonnii leenjii xumurtan hundii keessaan guyyaa jedhaamee keessaatii qaaman argamuun akkaa fudhattaan kabajaan isiin beeksiisnaa.
Dhaabbataa Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii
ለ13ኛው ዙር የኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም የጎባ እና ሮቤ ቅርንጫፍ ምሩቃን በሙሉ
የምስክር ወረቀታችሁን (Document) የምትቀበሉበት ቀን ከ02/13/2018 እስከ 30/01/2019 ዓ.ም ብቻ መሆኑን ተገንዝባችሁ፣ ስልጠናችሁን ለጨረሳችሁ ሁሉ በተጠቀሰው ቀናት ውስጥ በአካል በመገኘት ሰነዳችሁን እንድትቀበሉ በአክብሮት እናሳውቃለን።
የኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
የምስጋና መልዕክት
የተከበራችሁ የኢንፎ-ቴክ ማሰልጠኛ ተቋም አሰልጣኞቻችን፣ የድጋፍ ሰጪ ሰራተኞቻችን፣ የምረቃ ኮሚቴ አባላት፣ የተቋሙ ሰልጣኞች፣ የተከበራችሁ ስፖንሰሮች እና ውድ ጓደኞቼ በሙሉ፤
የምረቃ በዓላችን በስኬት እንዲከናወን ያላችሁን ያልተቋረጠ ድጋፍ በመስጠት፣ በማንኛውም ጊዜ ተገኝታችሁ የምረቃውን ሥራ እስከመጨረሻው በፍቅር፣ በአንድነት፣ በትብብር እና በትጋት በመስራት ያሳያችሁትን ከፍተኛ አስተዋፅኦ በኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ስም ልባዊ ምስጋናዬን አቀርባለሁ።
በተለይም ውድ ሰራተኞቻችንና አሰልጣኞቻችን፣ ሁሌም ለተቋማችን ያላችሁን ፍቅር፣ ቁርጠኝነት እና ድጋፍ በተግባር ስለገለጻችሁልን ከልብ እናመሰግናችኋለን።
በመጪው ዓመትም አዳዲስ ሥልጠናዎችን በመውሰድ፣ ተጨማሪ ሙያና ክህሎት በማዳበር ለራሳችሁ የግል ሥራ እድል እንድትፈጥሩ እና ለህብረተሰቡም የበኩላችሁን እንድትወጡ መልካም ምኞቴን እገልጻለሁ።
እንወዳችኋለን፤ እናከብራችኋለን!
አንዱዓለም ከበበ
BSc in Computer Science
General Manager
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
www.Infotech.et
Ergaa Galataa
Kabajamtootaa Leenjiistootaa kenyaa, Kabajamtootaa Hojjattootaa degaarsaa , Koree Eebbaa hundaa akkaasumaas Barattootaa dhaabbatichaa fi sponsarootaa fi hiriyottaan koo hundaaf, guyyaan eebbaa akkaa milka'uuf deggarsaa addaan hin citnee nuu gochuu keessaanif, yeroo kamirratuu argaamudhaan hojilee eebbaa hojjachuun hangaa dhumaa nuu waliin jaalalaan, tookkummaan akkaasumaas jajjaabinaa agarsistaaniif maqaa dhaabbataa Infoo-Teekiitiin galata isini galchuu barbaada. hojjaattootaa fi leenjiitootaa kenyaa jalataamoo jalalaa nuuf agarsiistaanif isiin galatefaachaa, bara haraafis Leenjii harawaa ykn Ogummaa dabalataa leenji'uun hojii dhunfaa kessaanii akkaa ummaattaan ergaa koo gamanumaan isini dabarsuu barbaada. Isiin jaalanna isiin kabajnas.
Andualem Kebebe (Bsc In Computer Science)
General Manager
📞 Oduu Dabalataatiif:
📲 0953703597 📲 0983674755
📲 Telegiraama: For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Faceboo
Ilmaan keessanif iddo barnoota gaarii filuun dirqama maatiti
Legend academy.
Tessoon:-Magaala Gindhiir Naannoo M/B Hacaluu Hundessaa.
🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓
Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, maatii isaanii fi hirmaattota keenya hundaaf Baga gammaddan! Baga geessan! jechuun gammachuu keenya ibsina. 🎉🎓
Akkasumas, milkaa’ina Eebbaa Marsaa 13ffaa kanaaf gumaacha keessan kan gootan Leenjistoota Dhaabbatichaa, Hojjettoota Deeggarsaa, Koree Eebbaa, Sponsaroota Kabajamoo, Koree Naamusa,Camera Manota, akkasumas qaamolee nu cinaa dhaabbatan hundaaf galata guddaa qabna. 🙏❤️
Gumaachaa, deeggarsaa fi tumsa keessaniif baay’ee galatoomaa! 🙏
🌟 Baga Eebbifamtan! Baga Gammaddan!
🎓 Congratulations, Class of 2026! 🎓
Info-Tech Computer Training Institution
"If You Think You Can, You Can!"
