ar
Feedback
Info-Tech Computer Training Institution Channel

Info-Tech Computer Training Institution Channel

الذهاب إلى القناة على Telegram

This channels are used for Education. Info-Tech Branch 1. Bale Goba 2. Bale Robe 3. Bale Ginnir

إظهار المزيد
1 703
المشتركون
+224 ساعات
+147 أيام
+17330 أيام
أرشيف المشاركات
🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, m
🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, maatii isaanii fi hirmaattota keenya hundaaf Baga gammaddan! Baga geessan! jechuun gammachuu keenya ibsina. 🎉🎓 Akkasumas, milkaa’ina Eebbaa Marsaa 13ffaa kanaaf gumaacha keessan kan gootan Leenjistoota Dhaabbatichaa, Hojjettoota Deeggarsaa, Koree Eebbaa, Sponsaroota Kabajamoo, Koree Naamusa,Camera Manota, akkasumas qaamolee nu cinaa dhaabbatan hundaaf galata guddaa qabna. 🙏❤️ Gumaachaa, deeggarsaa fi tumsa keessaniif baay’ee galatoomaa! 🙏 🌟 Baga Eebbifamtan! Baga Gammaddan! 🎓 Congratulations, Class of 2026! 🎓 Info-Tech Computer Training Institution "If You Think You Can, You Can!"

Eebbiifamtootaa jalaatamooo marsaa 13ffaa dame Goobbaa fi Roobee hundaaf, baga eebbaa jaalalaa fi tokkumaan ittii mulatee kana irraa bagaa irraa haftaan jechaa, guyyaan gawanii ittii deebistaan gafa guyyaa 25/12/2018 sa'ati 8-12 akkaasumaas gafa guyyaa 26/12/2018 sa'ati 2-6 fi 8-12 qofa ta'u isaa hubattaanii guyyaa jedhame kessaatii barataan hin deebisnee kan adabamuu ta'a. የተወዳችሁ የ13ኛ ዙር የጎባና የሮቤ ቅርንጫፍ ተመራቂዎች ሁሉ፣ በዚህ የፍቅርና የአንድነት የምረቃ ሥነ-ሥርዓት ላይ በደስታ እንድንገናኝ በመቻላችን እንኳን አደረሳችሁ እያልን፣ ከዚህ በኋላም የምረቃችሁን ስኬት እንድትጠብቁ እንመኛለን። የምረቃ ልብስ (ጋውን) የምትመልሱበት ቀንና ሰዓት25/12/2018 8፡00 – 12፡00 26/12/2018 2፡00 – 6፡00 እና 8፡00 – 12፡00 ብቻ ነው። ስለዚህ በተጠቀሱት ቀናትና ሰዓታት ውስጥ ልብሱን ያልመለሰ ተማሪ ተገቢውን ቅጣት እንደሚቀበል እንድትገነዘቡ እናሳስባለን። 📞 Oduu Dabalataatiif: 📲 0953703597 📲 0983674755 📲 Telegiraama: For more Info Join and us! @infotechcomp @anduinfotechs @infophotographer @infostudiolab @AndualemK TikTok @infotechinstitution Facebook @Infotech computer training center Website www.Infotech.et

24/12/2018 🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsa
24/12/2018 🎓🌟 BAGA GAMMADDAN! – EEBBAA MARSA 13FFAA 🌟🎓 Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Info-Tech irraa, eebbifamtoota Marsaa 13ffaa, maatii isaanii fi hirmaattota keenya hundaaf Baga gammaddan! Baga geessan! jechuun gammachuu keenya ibsina. 🎉🎓 Akkasumas, milkaa’ina Eebbaa Marsaa 13ffaa kanaaf gumaacha keessan kan gootan Leenjistoota Dhaabbatichaa, Hojjettoota Deeggarsaa, Koree Eebbaa, Sponsaroota Kabajamoo, Koree Naamusa,Camera Manota, akkasumas qaamolee nu cinaa dhaabbatan hundaaf galata guddaa qabna. 🙏❤️ Gumaachaa, deeggarsaa fi tumsa keessaniif baay’ee galatoomaa! 🙏 🌟 Baga Eebbifamtan! Baga Gammaddan! 🎓 Congratulations, Class of 2026! 🎓 Info-Tech Computer Training Institution "If You Think You Can, You Can!"