cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Seenaa,dhuudhaafishanan gibee.

Seenaa jimmaa fi shanan gibee.Seenaa jimmaa dhokatee baasnee isiniin geenya.Kana qofaa miti. Seenaa gootota oromiyaan qabdu isin biraan geenya.Dacheen Oromiyaa maal dhabde dachee jituu badhaatuun wol isin barsiifnaa.peejii keenya share godhaa Join godhaa.

Show more
Finland1 766The language is not specifiedSports15 704
Advertising posts
450Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Walaa_Meme
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️ Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan. Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏 akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira. isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma. Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @walaaoromo asirrati Yaada qabdaniifi Gorsa nuuf qabdan gara keysaatin nuuf qooda. Akkasuma Akka harayan qophii adda addaatin isiniif dhufne jira maati kiyya an isin gamachiisufi isin boharsu dhufeetin jira akkasuma isaniis Channel kiyya kana akka bikka duraani daraniti ol deebi'uf sheer godhun nu cinaa dhaabadha🙏     Galatooma🙏 @walaa_meme
Show all...
Repost from N/a
⚪ G U Y Y A A T A P H A A🔴 📍 Tapha Darbii London 📀Torbee 3ffaa 🏆 Premier League Arsenal 🆚 Fulham 🕘11:00(local time 🇪🇹) 🏟️ Emirates @Degartoota_Arsenal
Show all...
Repost from KENNAA
G A L A T A ♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤ Kuftus kaatus jiruudha Adeemsa kee jabeessi Yeroon kun siif kennaadha Fayyadamii geggeessi! Humnaa fi dandeettii miti Kan jiruun har'a geesse Heyyama Rabbii taanaan Jiraattee amma geesse!!! Jiruun harka isaa jira Fedha isaatiin jiraatta "Galatoomi " yoo jette Boruu fi iftaan agarta!!! Yaa Allaah galata kee Situ har'aan na ga'ee Bu'aa fi bahiin baay'atus An siinan nama ta'e!!! #Alhamdulillaah 💞💞💞 ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ✍ AbdAbdul-Aziiz Ahmeddiin Facebook keenya follow godhaa!!! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdulazizAhmediin
Show all...
Repost from KENNAA
📌 شروط الصلاة تسعة وهي :- 1_الإسلام 2_والعقل 3_والتمييز 4_ورفع الحدث 5_و إزالة النجاسة 6_وستر العورة 7_ودخول الوقت 8_واستقبال القبلة 9_والنية . 📌 Sharxiwwan salaataa  sagal (9) 📍Sharxii salaataa jechuun waan utuu salaatatti hin seenin dura argamuun isaa barbaadamu/waan salaanni isaan male nagaa ta'ee hin argamneedha. 1 - Islaama ta'uu 2 - Aqlii guutuu qabaachuu/maraatuu ta'uu dhabuu 3 - Ajaa fii gaarii adda baafachuu/sabiyyii ammallee kana adda hin baafatin ita'uu dhabuu 4 - Hadasa kaasuu =  hadasa guddaa(janaabaa), hadasa xiqqaa(wodoo) ta'us 5 - Najasaa qaama, uffataa fii bootaa itti salaatanurraa deemsisuu 6 - Qaama satarachuu/dhokfachuu 7 - Yeroon salaataa seenuu 8 - Qiblaatti garagaluu 9 - Qalbiidhaan niyyachuu 📌 أركان الصلاة أربعة عشر وهي :- 1-القيام مع القدرة 2_وتكبيرة الإحرام 3_وقراءة الفاتحة 4_والركوع 5_والاعتدال بعد الركوع 6_والسجود على  الأعضاء السبعة 7 _والرفع منه 8_والجلسة بين السجدتين 9_والطمأنينة في جميع الأفعال 10_ والترتيب بين الأركان 11_والتشهد الأخير 12_ والجلوس له 13_والصلاة على  النبي صل الله عليه وسلم 14_ والتسليمتان . 📌 Rukniwwan salaataa kudha afur  (14) 📍Arkaana salaataa jechuun salaatatti seenuurraa eegalee hamma xumura salaataatti waan hojjetamu/waan salaanni irraa wolitti qabamuudha. 1 - Namni dhaabbatee salaatuu irratti dandeettii qabu dhaabbatee salaatuu 2 - Takbiiraa/Allaahu Akbarii isa ittiin salaatatti seenanu 3 - Raka'aa hunda keessattuu Faatihaa/Alhamduu qara'uu 4 - Rukuu'ii bu'uu/jilba qabachuu 5 - Booda rukuu'ii/jilba qabannaatii sirraa'anii dhaabbachuu  6 - Billiitii torban irratti sujuudii bu'uu,  billiitiin torban kun :- harka/ganaa harkaa lamaan, jilba lamaan, quba miilaa lamaanii fii adda. 7 - Sujuudiirra ol jechuu 8 - Jidduu sujuuda lamaaniitti ta'uu 9 - Hojii hunda keessatti tasgabbaa'uu 10 - Jidduu rukniwwanii taraatti galchuu(wol- dabarsuu dhiisuu) 11 - Tashahhudii/taa'icha isa dhumaa 12 - Tashahhudii sanaaf taa'uu 13 - Nabiyyii Rabbiirratti sallallaahu alayhi wasallam sallii/rahmata buusuu 14 - Salaamataa lamaan bahuu 📌 واجبات الصلاة ثمانية وهي :- 1_جميع التكبيرات غير تكبيرة الأحرام 2_وقول: سمع الله لمن حمده للامام والمنفرد 3_وقول :ربنا ولك الحمد للكل 4- وقول: سبحان ربي العظيم في الركوع 5- وقول: سبحان ربي الأعلى  في السجود 6_وقول : ربي اغفر لي، بين السجدتين 7_والتشهد الأول 8_والجلوس له                        📌 Waajibaatni salaataa saddeet  (8) 📍Waajibaata salaataa jechuun :- waan namni salaatu waan sana yoo beekaa dhiise salaanni isaa jalaa badu, yoommoo irraanfiidhaan dhiise kan sujuudiin sahwii/erraanfii isaaf fayyisuudha. 1 - Takbiiraa/Allaahu Akbarii hunda, takbiiraan ittiin salaatatti seenanu utuu hafuu 2 - Imaamnii fii namni kophaa salaatu yeroo rukuu'iirraa ol ka'u sami'allaahu liman hamidah jechuu 3 - Namni hunduu Rabbanaa wa lakal hamdu jechuu 4 - Rukuu'ii keessatti subhaana Rabbiyal Aziim jechuu 5 - Sujuudii keessatti subhaana Rabbiyal A'alaa jechuu 6 - Jidduu sujuuda lamaaniitti Rabbigfirlii jechuu 7 - Tashahhudii/taa'icha isa jalqabaa 8 - Tashahhudii sanaaf taa'uu 📌 مبطلات الصلاة ثمانية وهي :- 1- الكلام العمد مع الذكر والعلم أما الناسي والجاهل فلا تبطل صلاته بذلك. 2- الضحك 3- الاكل 4- الشرب 5- انكشاف العورة 6- الانحراف الكثير عن جهة القبلة . 7- العبث الكثير المتوالي في الصلاة. 8- انتقاض الطهارة. 📌 Mubxilaatni/wonti salaata balleessu saddeet (8), isaanis :- 1 - Beekaa dubbachuu/dubbachuu ofii beekaatuma, yaadataatuma dubbachuu Namni erranfiidhaan ykn wollaalumaan dubbate salaanni isaa hin badu 2 - Kolfuu 3 - Nyaachuu 4 - Dhuguu 5 - Qaamni namaa qullaa ta'uu 6 - Qiblaarraa guddisanii dabuu 7 - Sochii wolitti aanaa ta'e hedduu faayidaa salaataarraa kan hin taane salaata keessatti sosocho'uu 8 - Woduun namaa diigamuu 📚 من رسالة الدروس المهمة لعامة الامة لسماحة الشيخ عبدالعزيز بن باز رحمه الله 📚 Kitaaba Adduruusul Muhimmah Li Aammatil Ummah jedhamu irraa fuudhame. kan Shaykh Abdil'aziiz bin Baaz Rabbi isaan haa mararfatu. //t.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from KENNAA
Ergan of-baree kaasee Duriitii hamma ammaa Dhaloonni kun kanuma Waa'ee rakkoo guunguma! Rakkoo isaan qoradhe Gola seenaa naanna'ee Dhibee isaan hubadhe #Imimmaan duukaa bu'e Dhibeetu irra tuulame Fala-dhabe sabni koo Siyaasaan sakalameen Ciisa dhabe qaamni koo Bariidhaan boo'uu ta'e Qooruu dide ijji koo😭😭 Siinan waama ilmi kee Naa birmadhu yaa hayyuu Hirmaannaa keetiin malee Dhibeen keessa koo hin fayyu Hayyuun carraa argateen Waa'ee sabaa dubbataa Dhibee saba isaa furuuf Halkan-guyyaa hojjetaa Gowwaan waggaa-waggatti Quba nyaataa jiraata😎😎!! #Wahiifan jedhe#Magan ✍@AbdiiBiyyaa @Kennaapost @Kennaapost
Show all...
Assalaamualaykum warahmatullahi wabarakatu! Sagantaalee chanaala keenya kanneen armaan gadii keessa kan feetan tuquun #join godhaa.
Show all...
🌴Seenaa Dhiirota
islaamaa
🌴Gorsa hayyoota
islaamaa🌿
📚Qur'anaa fi
Hadiisa 📚
📚Sagantaa Gaaffiifi
Deebii mi'aawaa📚
🌴 Sagantaa barnoota
Toohidaa 🌴
📚Sagantaa barnoota
Aqiidaa 📚
📚Sagantaa Seenaa
Babbareedoo tahan📚
Bakka tokkotti argachuuf
Repost from KENNAA
Wallaahii Hawwii dhiiraati. **=======*** ______ __ ✅Dhiirri hin fuune dubara sattarattuu hawwa. ✅Kan fuudhe jartii ofiitiif intala ofiif hawwa. 👉Yaa ijoollee Dubaraa Qaama ofii sataruun uumama. Uumamatu itti nama waama. 👉Qaama ofii sataruun qarooma. Mallattoo qaroomaati uffanni. 👉Qaama ofii sataruun bareedina. Mallattoo Qulqullinaati. 👉Qaama ofii sataruun waamicha Allaahiiti. Allaahiifi tole jechuudha. Hub- dhiira ani baanu dhiira kan rabbiin jedhe sana. @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
.╭╾⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁⦁╼╮ 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 ╭╸╸╸╸╸╸╸╮ ⟮ 𝗔𝗦 𝗪𝗥 𝗪𝗕 ⟯ ▝▔⦁▔▔▔⦁▔▔▔⦁▔▘ ⧫𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗼𝗼 𝗮𝘀𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗸𝗮𝗻a #𝗝𝗢𝗜𝗡 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮! ╰╾⦁⦁⦁⦁⤋⤋⤋⤋⤋⤋⤋⤋⤋⦁⦁⦁⦁╼╯
Show all...
⚡Da'waa qalbii⚡
⚡ Gorsoowwa ⚡
⚡Qur’aana fi ⚡
⚡Qalbii jiisan⚡
⚡Hadiisa ⚡
⚡ Sagantaa ⚡
⚡Seenaa ⚡
⚡ Toohidaa fi⚡
⚡ Sahaabotaa fi⚡
⚡ Waa'ee iimaanaa⚡
⚡ Ergamtootaa ⚡
⚡ Jechoota ⚡
⚡ Gaaffiif ⚡
⚡Hayyootaa ⚡
⚡Deebii argachuuf ⚡
⚡Gaaffiif deebii⚡
🌷Bakka tokkotti argachuuf🌷
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra. Maarree isinis join godhaa !! Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @ibnu_surur qunnamaa!! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Show all...
📚 Barnoota ♻️
📲 Odeeffannoo ⚡
⚡Technology ⚡
⚡ Seenaa ⚡
⚡ MADDA QAROOMINAA ⚡
⚡BÁŔÁTÁÁDHÁÁF WAAN FAYYADU⚡
⚡Barnoota islaamaa⚡
⚡GADAA MELBAA ⚡
⚡Oromp ⚡
⚡OMNDAMEEJIMMA⚡
⚡Arsirobej⚡
⚡Maherzain123 ⚡
⚡Xariiqul_jannaa⚡
⚡Waan dammarra mia'aau argachuuf📚
⚡Biyya Abbaa jifaar biyya dammaa⚡
♻️Barnoota barbaadde argachuuf♻️
⚡SUNNAH ⚡
🌷Walaloo jaalalaa⚡
⚡ORO HACKING TECH⚡
⚡Jamela bent hamed❤️
⚡Ibn Temam-official⚡
⚡Baredina islaamummaa⚡
⚡Gaaddisa_dhugaa⚡
⚡Gola seenaa⚡
✅BADHAASA KEESSAN ARGACHUUF♻️
♻️KENNAA KENNAA CAALU ♻️
♻️ Milkaa'ina Zalaalamaa barbaadduu♻️
⚡Jannah is mey dream⚡
⚡Shekh Alii Hasan shuunee
⚡TAAJUU ⚡
⚡Nuraddin suleyman⚡
⚡Gaaddisa islaamaa⚡
⚡لنغير أنفسنا ⚡
⚡Technology ⚡
⚡Oromoovine⚡
⚡Bakka Barbaadde gahuuf maaltu⚡
⚡Maalummaa jireenya baruuf dirqama♻️
⚡Baga gammaddan baga gammanne⚡
♻️Kennaa dhaloota qubeetiif 💯
♻️Badhaasa badhaasa caalu♻️
♻️Rabbiin waan soodattan irraa isnhabaraaru♻️
⚡MINHAJUL HAQQI💡
⚡Jibriil redwaan⚡
⚡TV islaamaa 📺
⚡Hamiltan_Tube📺
⚡Nuuralhudaa TV⚡
⚡ Africa TV ⚡
⚡Qooda dubartootaa⚡
⚡Dureettii muslima⚡
✅Bakka tokkotti argachuu yoobarbaaddan♻️
🌷Bashannanaa buhaaraa jiraachuuf🌷
📲Chanel fi group beeksifachuuf✍️
Repost from KENNAA
KHAATIMAA TOLUU JECHUUN MAALI !? Husnal-Khaatimaa(booddee toluu) jechuun maali? Booddeen namaa akkamitti tolti? Sheekh Ibn Useymiin (Rabbi haa araaramuuf) dhimma kanarratti waan barreyse qaba. Kunooti.. “ Husnal-Khaatimaa jechuutti wanni fedhame, namni tokko Masjida keessatti, Sijaadaa irratti osoo Salaatuu ykn osoo Qur’aana harkaa qabuu du’uu jechuu miti. Irra caalaan uumama hundaa Nabi Muhammadﷺ Firaasha isaarra osoo ciisuu addunyaarraa godaane. Akkasuma Abuubakr As-Siddiiq Firaasha isaarra osoo ciisuu adunyaarraa gale. Abuu Bakri irra caalaa Sahaabaa, caalaa ummata Muhammadi. Khaalid Ibn Waliidis kan ‘SeyfuLlaahil-masluul (habalee Rabbii luqqaafamte)’ ja’amee moggaafame, kan lola 100 ol irratti hirmaatee seenaa Islaamaa keessatti injifannoo gurguddoo galmeessees Firaasha isaarra osoo ciisuu lubbuun baate. Husnal-Khaatimaa jechuun ati Muslima taatee, Shirkii irraa qulqulloytee du’uudha. Munaa**fiqa taatee hin du’in. Husnal-Khaatimaan ati Nifaaqa ykn osoo hin amanin Muslima fakkaatee du’urraa fagaatuudha. Bid’aa/waan Qur’aanaafi Sunnaan si hin gorsine irraahis fagaadhu. Husnal-Khaatimaan Bid’aa-rraa qulqulloytee du’uudha. Husnal-Khaatimaa jechuun osoo Qur’aanaafi Sunnaa sirritti hordoftuu addunyaarraa godaanuu jechuudha. Husnal-Khaatimaa jechuun dirqama Rabbiin sirra kaaye fudhattee raawwattee, dhiiga Muslimaa dhangalaasuurraa fagaattee, haqa namaa nyaatuu lagattee, kabaja namaa eydee addunyaarraa galuudha. Qalbiin tee akka Rabbi beytu, akka Rabbi abdattu godhi. Gaarii malee, hamtuun akka Rabbi biraa si qunnamtu hin yaadin. Muslimatti haalaafi amala toli, Muslimaaf hamtuu garatti ba’attee cabaafi kufnana hin farrisin. Harkaafi arraba keetirraa osoo Muslimni nagaya qabuu du’i. Kanaatu Husnal-Khaatimaa ja’ama. Husnal-Khaatimaa jechuun yeroon osoo Shanan Salaattuu, osoo Salaata qabduu addunyaarraa galuudha.” Yaa Rabbi waa hunda keessatti booddee teenya bareechi, haala gaarii nuuf kanni, gama kee nu deebifadhu. Yaa Rabbi addunyaarratti xiqqaachuufi Aakhirattiis adabamuurraa nu oolchi. @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Show all...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!