Walaa_Meme
Open in Telegram
💗Nutti dhihaatta 🚶 💜Jaalalaan nurraa qabamta💓 💛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😂 😘asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna. Yaadaf @walaaoromo 👇👇👇👇Join👇👇👇👇 @Walaa_Meme
Show more3 239
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-3930 days
Posts Archive
3 239
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️
Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.
Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade
Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏
akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha
akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira.
isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma.
Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @walaaoromo asirrati
Galatooma🙏
3 239
Repost from N/a
⚪ G U Y Y A A T A P H A A🔴
📍 Tapha Darbii London
📀Torbee 3ffaa
🏆 Premier League
Arsenal 🆚 Fulham
🕘11:00(local time 🇪🇹)
🏟️ Emirates
@Degartoota_Arsenal
3 239
Khaan firaasha fi sirerra rafee waltuffacha bulaa khan kaartonarra rafee wal dhungacha bulaa 😀😀
Akkanuma dubbiin
@walaa_meme
3 239
Jaalali waa Sadii
1. Isa jaalateef #HIv dha
2. Isa jaalatameef #DV dha
3.isaa ilaaluf #DSTV dha
Yoo siif gallee Hiriyoota kee kan jaalatuuf Sheer godhii Afeeri Channel keysan kana gubbaatti 🙏
@walaa_meme
3 239
Obboleysa kiyya na dhagahii wahiin sitti himaa Namni tamboo Xuuxu Dafee hin duuloomu sababni isaas
.
.
.
.
Wan Dafee Du'uuf jecha😥
Yoo Kan siif galle ta'e Like fi sheer obboleyan keetif godhii🙏
@walaa_meme
3 239
😁😁😁😁😁"Baacoo"😂😂😂😂✌
Gaaf tokko Abbaa Manaatiifi Haati Manaa,Galgala Osoo ibidda irra taa'anii waliin mari'ataa jiranii, Abbaan Manaa Dhuufuu #Tas godhe,Haati manaa Dogongora Jettee Hin Dubbannee Inuma Cal'iste, Ammas Utuma Taa'anii Haasayaa Jiranii Haati Manaatis Taraa Ishiitti Dhuufuu #Xaar gootee, Abbaan Manaa Xiqqoo Cal Jedhee Taajjabee Tumaan Akkas Jedheen.
Har'a #Xarriin Guyyaan meeqa?
Jennaaniin Haati Manaatis Deebistee Atis #Tisaas irraa Kaasii Yaadadhugaa Jetteen Jedhama😁😁
@Walaa_Meme
Iddoo Nagaa Oolaa Jechumaaf 🙏 ❤💚❤
3 239
#MAALOO_HUNDUU_DUBBISAA_HIROYOOT_KEECHANIIN_GAHAA
Seenaa Kana Dubbisaa Waan Hedduu Irraa bartuu!
====================================
Abbaa manaaf haadha manaatu ture. Isaan lameenuu
hiyyeessa (harka qalleessa) turan. Haati manaa isaa
guyyaa tokkos rakkadheera jettee isa rakkistee tasuma hin beektu ture. Gaafa tokko akka tasaa baay'ee waan
cinqamteef, fala dhabnaan akkas jette "rifeensi koo
garmalee dheera waan ta'eef dibata baay'ee fedha.
Osoo qabaattee waan rifeensatti dibatan naaf bittee
natti tola ittiin jette". Innis baay'ee gaddee anis taa'ee
waa'een moofawuu kophee koo yaadaan ture jedhee
yaadaan liqimfame. Dhiisi hin yaadin jaalalli nuuf gaha
jettee tasgabbeessiteen. Ganama hirribaa ka'ee osoma
deemu dukkaana kuusaa kophee bira gahe. Achumaan
dukkaanichatti goree akkas jedhe ..adaraa ani
hiyyeessa, waan konkolaataan yaabee galu dhabe
karaatti rakkadhe, kopheen koo dulloomaa ta'us narra
bitaa qarshii ta'e naaf kennaa jedheen. Isaanis tole
jedhanii qarshii kennaniifii kophicha irraa bitan.
Dukkaana biraa deemee qarshii sanaan dibata rifeensaa
bitee miila qullaa karaa dheeraa qaxxaamuree gale.
Yeroo galu haati manaa rifeensa ishee gabaabsitee jirti.
Maal goote rifeensa? Maal taate ani dibata ati jette siif
bitee dhufe ittiin jedhe. Isheenis akka mana rifeensa
dubartootaa deemtee rifeensa ishee irraa kuttee
gurgurtee, kophee haaraa isaaf bittee dhufte itti himte.
Lamaan isaaniyyuu imimmaan ta'anii hafan. Jaalalli
dhugaa kan gaafa maallaqa qaban qofaa miti, Jaalalli
isa onnee keessatti mana ijaaree halkaniif guyyaa taa'u.
Rabbii Jaalala dhugaa nuuf haa kennu!
Yoo sitti tole sheer godhi
@Walaa_meme
3 239
---Qoosaa kana mee dubbisaamee!----
**********
Abbaa manaa fi haadha manaa hedduu wal jaallatantu ture.Jaalalaanis ta'ee waliif amanamummaan isaanii kan nama hawwisiisu ture.Guyyaa tokko galgala seexanni jaalalasaanitti hinaafuun gidduu isaanii galee jaalalasaanii akka hin taane godhee wal-lolchiise. Abbaan manaas akkas jedheen,"siinan jedha intala nana,kana booda ija kee arguu hin fedhu! Kanaaf,miya mana kanaa keessaa kan sitti tole sassaabbadhuutii mana koo naa gadhiisii deemii!"ittiin jedhe.
Isheenis,"akkamitti obboleetti naan jettaa? Haadha manummaan koo hafee?"hedduu gadditee.Baayyees boosse! Ta'uus abbaan manaa galgala sana ol deebiyee dhaqee rafe.Isheen garuu dhiphachaa turte.Innis akka nama du'eetti of gatee rafe.Ganama yeroo dammaqu mana warrashee keessatti of arge.Isa booda gaaffii itti ta'eetu,"eda kanan rafe mana kootti ture! Maaltu as na fidee?"jedhee ishee gaafate.Isheenis deebiftee akkas ittiin jette,"eda galgala yeroo wal-lollee meeshaalee manaa keessaa kan sitti tole sassaabadhuutii mana kootii deemii naan jettee turte,kanaaf anis waan natti toluufi kanan jaalladhu si ture! Kanaafan yeroo ati raftu baadhee si fidadhee!" jette.Abbaan manaa ishee kunis dinqisiifannaa fi gammachuu guddaadhan isheetti marmee dhungate.Akkasis ittiin jedheen,"dhiifama naaf godhi dogoggoreen ture! Baga kan koo taate jedhee addasheerra dhungate.
Gabaabaadhumatti kanan jechuu barbaade kunootti! Gaayilli namoota hedduu jaalala guddaadhan jalqabee utuu hin turiin jibba guddaadhan diigama.Gaayila namaa kan diigu seexana isa jaalala hin beeknee fi hin jaallanneedha.Namoonni baayyeen garuu isa kana walaalurraan kan ka'ee dubbii xiqqoodhan kana booda ija kee arguu hin barbaadu waliin jedhu.Gaayila isaanis yeroo diigan agarra! Qabeenyaa waliin horatanis utuusan gargar hiratanii agarra.Kuni salphina guddaadha firoota ko.Warra Waaqayyo isaan siyachi lama miti tokko jedhe,warra lubni waldaa kiristiyaanaa isin harraan booda lama miti tokko jedhee walitti eebbisetu gargar caccabe. Dhibeen hamaa waldaa kiristiyaanaa rakkisee fi miidhe waa'ee gaayila amantootaa diigameeti! Gaayilli nagaa hin qabne,gaayilli jaalala hin qabne akka holqa hattuudha.Keessuma immoo gaayilli Waaqayyo keessa hin jirre hiika hin qabu! Waaqayyo kana nu haa oolchu! Hubannaaf ogummaasaa nuf haa kennu!
Amen!
Eebbifamaa!!!
@Walaa_meme
3 239
Jechoota #Robert_Mugabe keessaa tokko kan sitti tole naaf barreessaa. 😊
1, Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofa si waliin haasa'uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta'e, ati nama waliin jiraachaa jirta osoo hin taane #BOOKEE waliini!
2, Namootni baay'een jaalallee malee jiraachuun hin dandaa'amu jedhu, ani garuu #OXYGEN malee jiraachuutu hin dandaa'amun jedha!
3, Afiriikaa keessaatti seerri namootni hundi kabajan
"battery low" kan jedhu qofa.
4, Dubartootni hundi hanga qorichi HIV AIDS argamutti
wal quunnamtii saala(sex) hin hojjennu jedhanii otoo
didaniiru ta'e Dhiirotni qoricha isaa guyyaa 30 keessatti
argatu ture.
5, Addamii fi Hewwaan otoo akka uummata chaayina
ta'anii sila yoona jannatuma keessa jirra .sababni isaas
mukicha hin nyaatinaa jedhamaan sana dhiisanii
boficha nyaatu ture.
6, Ati jaalallee tokkoo ol qabda yoo ta'ee sikeessa kan
jiru jaalala otoo hin taane "Memory card" dha
7, Dubartootni tokko tokko waan jiimi (gym) hojjetan
fakkaatu garuu mana jiimii (gym) balbala isaayyuu hin
beekan . ta'us dhiira tokko biraa gara dhiira kan birootti
fiiguuf jechaa kan bocni qaama isaanii bareedu.
8, Otoo Haadha manaa qabduu barattoota kee faana
jiraachuun sitti tola yoo ta'ee haadha manaakeef
yuuniformii barataa bitiif.
9, Seexanni iyyuu "gay " hin qabu ture sababni isaa
addamii fi hewwaan qullaa jiran waan filateef.
10, Ati miidhagduu miti taanan ani miidhagduu miti jedhi
miidhagina keessaa kan jettu dhiisi ,nuti X-ray dhaan
Ilaala hin deemnu.
11,Waaqayyoo qorataa cimaadha cinaacha dhiira mirga
keessaa lafee tokko fuudhe sagalee guddistu(loud
speaker) hojjete.
12, Addunyaan kun Biyya keenya Afrikaa kana nu
miiteetti.
∆. Faranjiin tokko otoo gara Afrika dhufee dawwata
(tourist) jedhanii simatu
∆. Afrikaan tokko otoo gara Awuropaa deeme
godaantota seeraan alaa jedhu
∆. Warri Afrikaa gara alaa yeroo dhaqan hojjettoota
faranjootaa ta'u faranjoonni yeroo gara afrikaa dhufanis
isaanuma hojjechiisatu
Kaanafuu Afrikaan addunyaa kana irraa haqa qabdi"
Maarree lakk kamtuu sitti tola filadhu yoo sitti tole like
fi share godhi.galatoomaa
Warri Itti Haafufu jattan #Comment nuuf godha
@Walaa_meme
3 239
🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳
Waamicha Guddaa Namoota Channeel Telegram qabdan Maraaf.
🌳Waamicha Guddaan Kun maali ja'uu dandeessan ?
🌳Akkuma beekama Oromon Mil.60 ol Nitaana Akkasuma Channel Telegram Tan Ijjoole Teenya tan oromo memeber 100k ol kan qaban ni xiiqaata Saniifu Yaa da bilchaata takka qabane dhufnee jira
🌳Warreen Channel Qabdanii fi akkasuma Dandeeti Barreesu qabdan Akka Member channel Keessan Yaroo gabaabati Kan 1k qabu Yaroo gabaabati 10k Galu 10k qabu akka 20k galu Godhuuf Yaada barreeda qabane dhufne jira.
🌳Oromiyaa Guddoo Keenya Kallattii hundumaan Haa Guuddisnu!
🌳Channaloota Afaan Oromoo Afaan Oromo Guuddiisu keessati gahee guddaa qabu Afaan keenyaan Odeeffannoo, Bashanana fi Barnoota Adda adda Dabarsuun kanaaf channalota Afaan Keenyaaf iddoo haa Laannu isiinin janna!!
🌳Tanaafu Warrii channel Qabdan garaa 👉👉 @walaaoromo 👈👈 ja'uu kanan nu quunamuu dandeessan
👉👉 @walaaoromo 👈👈
Waliin taane Art fi Afaan keenya haa guudisnu ✊✊
3 239
Ibsa Gaddaa!
Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi waqixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha.
Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha.
Lubbuu kee haa Jannatu Adeeroo koo😥
@Walaa_meme
3 239
Akkam jirtan Kabajamtoota keenya ?
🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸
Guyyaan Dv Guutu Dhumuudhaf guyyaa Muraasa hafee Warri guugu feetan kan hanga ammaa hin guutin gara kanan nu quunama
@walaaoromo
3 239
Dhalaan funyaan hin qabnee hedduu jaalala beeytii
Ja'an dubbiin tun hangam takka dhugaadha😂😂
@Walaa_Meme
3 239
Warri Dv 2024 guutu barbaadu hundi Arra galgala live sa'a 1:0 wal haa garu channel kana gubaati🙏
Carran barana jiru kun barreedadha passport nama gaafatu isin hin dabriin
3 239
Jirra jirtu Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya Live jira Seene Warri Dv2024 guutu barbaadan
3 239
Jirra jirtu Kabajamtootafi jaalatam toota keenya
Akkami qophoytanii Dv Bara 2024 Guutuf Warri Guutu barbaadan Itti qobaa'ati Gara Keesatin nuu dubisa
