Sumeyya Awel official channel❤
Open in Telegram
309
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Siiraa Maaliif baranna?
▶️1- Nabiyyitti صلى الله عليه وسلم hidhachuuf Siiraa baruun dirqama.
Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam itti hidhatanii guututti
hordofuuf Siiraa Isaa qulqulluu beekhuun dirqama.
▶️2- Karaan Nabiyyii keenyaa Sallallaahu Aleeyhi Wasallam mizaana
dalagaa hundaati, karaa Isaa beekhuun siiraa Isaa baruun malee hin
taatu.
Sufiyaan bin Uyeynaa Akki je’e: Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi
Wasallam Miizaana dalagaa hundaati. Dalagaan hundi tan isaatiin
wal cinaa qabamtee laalamti, dalagaa Isaa tan qunnamte haqa, tan
faalleeysite Baaxila.
▶️3- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun Kitaaba
Rabbii (Qur’aana) hubachuuf nu gargaara. Jiruun Isaa hundi
Qur’aana dalagaarra olchuudha. Inni Qur’aana lafarra deemu.
Haati Mu’mintootaa Aa’ishaan haalaa fii Amala Ergamaa Rabbii
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam irra gaafatamtee akki jette: “Haalaa fii
Amalli Isaa Qur’aana” Muslimtu gabaase.
▶️4- Siiraa Barachuun Jaalala Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
qalbiitti nama guutti. Iimaanni Jaalala Isaatiin malee hin guuttamu.
Rasuulli Sallallaahu Aleeyhi Wasallam akkana je’e: “Tokkoon
kheeysan hin amanne hanga ani Haadhaa fii Abbaa Isaa, Ilmaan
Isaa fii Nama hundarra Isa biratti jaalatamaa tahutti.” Bukhaarii fii
Muslim
▶️5- Siiraa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam baruun akka
Iimaanni keenya dabaluu fii Jabaatu godha.
▶️6- Seenaa Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Keeysa barnoonni
Aqiidaa, beekkumsi Shari’aa, Beekkumsi Faraa’idaa fii Ibaadaatis
hundi ni jira. Seenaa isaa hoggaa barre Shari’aa Islaamaa guutuu
barre.
▶️7- Siiraa Nabiyyi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Baruun akkaataa beekkumsaan gama Islaamaa nama itti yaamuu qabnu nu barsiisa.
▶️8- Seenaan Nabiyyii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Mallattoo
Nabiyyummaa Isaa irraahi, Mallattoo dhugaan Nabiyyummaa Isaa
ibsitu. Siiraan Nabi Muhammad Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Isa
dhugoomsuu fii Isatti amanuuf sababaa taati.
Do you love your wife? I know you will say YES. But that is not the question. The real question is: does your wife feel loved? Think about it and keep the answer aside.
When a woman feels loved, she cannot hide it. The signs appear all over her. She makes it clear in her speech and in her actions. She blushes when her man is mentioned. She hardly completes a conversation without mentioning him. She develops goosebumps when she sees or holds him. She loves him more than she loves anyone else. She rushes to talk to him whenever she needs to talk. She feels totally safe around him.
When a woman feels loved, She obeys her husband wholeheartedly. She treats him like a king without feeling like a servant. She behaves like a queen without any sign of arrogance. She defends his honour and protects his property. She guards him jealously. She stays with him, no matter what. She supports him when he is rising and encourages him when he falls.
Dear men, when you love your woman, make sure she feels it. Say it loud and clear. Show it openly. Love the people who matter to her. Love her aspirations and dreams. Love the things she's passionate about. If there is anything you don't love about her, tell her and help her change. Marriage is meant to be laden with love and mercy. When a woman feels loved, she can move mountains just for you.
"And of His signs is that He created for you from yourselves mates that you may find tranquillity in them; and He placed between you affection and mercy. Indeed in that are signs for a people who give thought". (Qur'an chapter 30 verse 21)
May Allah SWT bless all our marriages. Ameen
"أحبو الله لما يغذوكم به"
“Rabbii keessan jaaladhaa isa kan isin nyaachisee isin obaasu san,” jedhan Nabiin(ﷺ). siin jaaladha yaa Rahmaan ❣
يَـٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَرۡفَعُوٓاْ أَصۡوَٰتَكُمۡ فَوۡقَ صَوۡتِ ٱلنَّبِيِّ وَلَا تَجۡهَرُواْ لَهُۥ بِٱلۡقَوۡلِ كَجَهۡرِ بَعۡضِكُمۡ لِبَعۡضٍ أَن تَحۡبَطَ أَعۡمَٰلُكُمۡ وَأَنتُمۡ لَا تَشۡعُرُونَ
O you who have believed, do not raise your voices above the voice of the Prophet or be loud to him in speech like the loudness of some of you to others, lest your deeds become worthless while you perceive not.
Eega Nabi Muhammad ﷺ addunyaarraa godaanan booda Sahaabtichi beekkamaan Bilaal Ibn Rabaah Azaanuu fi magaalaa Madiinaa keessaas turuu hin dandeenye. Madiinaa bahee Shaam dhaqe. Gaaftokko osuma Shaam jiruu manaama arge. Manaama keessatti dhaamsa “yaa Bilaal nu ziyaaruu hin geenyee?” ja’uutu dhaamameef. Bilaal hoggaa dammaqu Madiinaa irraa turuu isaatti hedduu gadde, amma dharraa bahuuf ka’e.
Bilaal Madiinaa dhaqee qabrii Nabi Muhammad ziyaaree, qabriirratti hedduu booye. Yeroon tun halkani. Joolleen Nabiin Akaakoo tahuuf Hasan fi Huseen jaala Isaanii Bilaal qabrii irratti argan. Hedduu gammadanii itti maramanii wal odeyfatan. “Arra bariisaa Masjida irratti baatee akka Azaaantu barbaanna” jechuun Bilaal gaafatan. Bilaal yaada Isaanii dhagahe, yeroon geenyaan Masjida gubbaa bahee Azaane.
“Allaahu akbar Allaahu akbar” ja’ee yeroo Bilaal Azaana jalqabu Madiinaan gammachuu roraate. Warri Madiinaa sagalee tana gaafa Nabiin jiru, Nabii fi Bilaal itti yaadatan. “Laata Bilaaltu dhufee? Sagalee Bilaaliin dhagahaa” ja’anii wal gaggaafatan.
Bilaal Azaana itti fufe. Hoggaa “ash-hadu allaa ilaaha illaLlaah” ja’u namuu akka Bilaal Azaanutti jiru bare. Hedduu gammadanii ijji imimmaan fidatte. Bilaal “ash-hadu anna Muhammadan rasuuluLlaah” jannaan miira isaa tohatuu dadhabe. Qaamni isaa hollatee Azaana dhaabee booyuu jalqabe.
Bilaal booyu dhageenyaan namuu booyuu jalqabe. Sagaleen booyichaa Madiinaa tohatte, gandi gaddaan hagoogame. Dubartiin manaa gad yaatee booche. “Guyyaa Nabiin addunyaarraa godaane malee, guyyaa warri Madiinaa hundi akkanatti booye hin garre” ja’an Sahaabaan. Mi’aa jireenya Nabii waliin dabarsan yaadatan, jaalala ergamaa Rabbiitiif imimmaan lolaasan.🥲🥲
JirraYaa Ergamaa Rabbii S.A.W
قال رسول الله ﷺ
من قال :
رَضيتُ باللهِ ربَّاً وبالإسلام ديناً وبِمُحمَّدِ رسولاً
وجَبت لَهُ الجِنَّةُ
Ummata Nabi Nuuhiin dide bishaaniin lafarraa dhiqe! Ummata Nabi Saalihiifi Nabi Huudiin dide: sagalee malaa'ikaatiin lafarraa haqe! Ummata Nabi Luuxiin dide dachee isaaniin gombisee kaan dhakaa ibiddaatiin cafaqe! Ummata Nabi Shu'eybii duumessa danfisee akka shiimootti isaan affeele! Ummata Nabi Muusaaf Nabi Haaruniin dide galaana jidduu isaan galchee keessaa naqe! Ummata Ambiyoota RABBII dura dhaabbate hunda RABBIIN aarii irraa baheera!
" فَلَمَّا آسَفُونَا انتَقَمْنَا مِنْهُمْ ..."
" Hogguma isaan nu dallansiisaan: gadoo ykn biiluu irraa baane..."
Maaliif kana tahan beektuu?!
فَكُلًّا أَخَذْنَا بِذَنۢبِهِ
" Hunda isaaniituu: yakka isaaniitiin isaan barbadeessine "
فلا يوجد ذنب أعظم وأقبح وأشنع من الشرك البتة!
Yakki shirkii irra guddatu,kan shirkii irra fokkotu,kan shirkii irra ajaa'e gonkumayyuu hin jiru!
Bishaan Towhida didanii! Dhoqqee shirkii dhuubanii dhugan!
Kaleessas Har'as,borus: ummatni shirkii laaqe: cabuu malee,bu'uu malee,kufuu malee,faca'uu malee... takkaa bakka ulfinaa hin dhaqqabne! Hin dhaqqabus!
#Irreen_Keenya_ALLAAH
Every time a person hurts you, continuously say Alhamdulillah. You’re probably wondering why, when a person hurts you, they rock you to your core, bring out feelings that you have not felt in a while. Say Alhamdulillah because Allah has shown you the reality of His creations. Be grateful to those who have hurt you, because they will bring you closer to Allah. And remember what Allah says in the Qur’an,
قَالَ لَا تَخَافَآ اِنَّنِىۡ مَعَكُمَاۤ اَسۡمَعُ وَاَرٰى
[Allah] said, “Fear not. Indeed, I am with you both; I hear and I see”.– [20:46]
Allah will never disappoint us the way His creations will. This doesn’t means isolate yourself, it merely means that in a garden full of roses, there will be a thorns and you will get pricked by a thorn but that will not stop the roses flourishing in your heart.❤️
أكثروا من تاج الذكر؛
لا إلهَ إلَّا اللهُ وحدَه لا شريكَ له ، له المُلكُ وله الحمْدُ ، وهو على كلِّ شيءٍ قديرٌ .
🌹 10 nan jannataa 🌹
Saahaabonni kudhanan yeroo tokkotti jannataan gammachiifan eenyu faa akka tahan beytuu?
1. Abuubakr Al-siddiiq
2. Umar ibn Al-kaxxaab
3. Usmaan Ibnu Affaan
4. Aliyy ibnu Abii xaalib
5. Xalhaa ibnu ubeydillaah
6. Zubeyr ibnu Awwaam
7. Sa'ad ibnu Abii waqqaas
8. Abdurrahmaan Ibnu Awf
9. Abuu ubeydaa (Aamir ibn jarraah )
10. Sa'iid Ibnu zayd
📢 Hubachiisa: sahaaboota keessaa kanneen jannataan gammachiifaman 10 nan kana qofa jechuu miti, kunneen warra iddoo tokkotti hadiisa tokko keessatti jannataan gammachiifaman jechaa dha malee... isaan malees sahaaboonni jannataan gammachiifaman hedduutu jira, warra akka: hasan, husseen, Faaximaa, kadiijaa, maatii Ammaar, bilaal ibnu Abii rabaah, ukaashaa, ja'afar, abdallaah ibnu haraam fi warri birootis hedduu jira.
🌹 رضي الله عنهم أجمعين! 🌹
Anaa fi isinis Rabbiin warra jannataarraa nu haa godhu
Rabbiin Subhaanahu Wata'aalaa akkana jedha:
إِنَّ اللَّهَ لَا يَغْفِرُ أَن يُشْرَكَ بِهِ وَيَغْفِرُ مَا دُونَ ذَٰلِكَ لِمَن يَشَاءُ ۚ وَمَن يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدِ افْتَرَىٰ إِثْمًا عَظِيمًا
"Rabbiin isatti waa qindeefamuu (shirkii) hin araaramu. Waan sanaa gadii nama fedheef ni araarama. Namni Rabbitti qindeesse, dhugumatti cubbuu guddaa uumee jira." (Suuratu An-Nisaa'i 4:48)
Mu'aaz ibnu Jabal (RA) akka gabaasetti, Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jechuun isa gaafatan:
أَتَدْرِي مَا حَقُّ اللَّهِ عَلَى الْعِبَادِ ” . قُلْتُ اللَّهُ وَرَسُولُهُ أَعْلَمُ . قَالَ ” فَإِنَّ حَقَّهُ عَلَيْهِمْ أَنْ يَعْبُدُوهُ وَلاَ يُشْرِكُوا بِهِ شَيْئًا ”
"Haqni Rabbiin gabroota irraa qabu maal akka ta’e beektaa?” Anis ni jedhe, “Rabbii fi Ergamaan Isaa ni beeku.” Rasuullis ni jedhan: "Dhugumatti haqni inni isaan(gabroota) irraa qabu: osoo homaa isatti hin qindeessin isa(Rabbi) gabbaruudha.
( Sahiih Muslim)
Kanaafu, namni shirkii hojjatu haqa Rabbii hir’isee jiraa jechuudha. Sababa kanaan, inni zaalima ta’a.
Rabbiin Shirkii irraa nu haa qulqulleessu!
📚📚✍Ša,ààd ilma Abbîî Waqqaas irràà رضي الله عنه Nàbîîn keenya صلى الله عليم وسلم
akkana jedhan jedhe Rabbiin gabrichaâ isàà sodaataa tahèè
dureeysa dhokataa tahé jaalataà 🌺🌺
🌺 {{Muslimtu odeesse }}}🌺
📚📚✍Ràbbîîn sodda ilmaa nama mitti soddaa isaa nuufi haa kenûu akka ummataa duraatii keneetii
📚📚✍anibiyyooon soddaa Rabbiifiti jechaa Lubbu waaraa ofiis himaa itti fakkatuu turaan amarii jabaa tokkos yoo gamaa Rabbiiti itti dhufee amirii Ràbbîî ofii sana gutuufi ofii dubaa hin debinee
📚📚✍Fakkenyee fudhuu Nàbîî Ibirahimi عليم السلام Ràbbîîn akka hadhaa manaa isaa hajira ilma isaa wajjin idoo duwwa bishaani manni nyaanii ollan /naman isni hin jirtee fidee ilmaa xiqoo wajjin biraa demme qalii Rabbii isaatifi jechaa waaraa ofii bonnaa keessatii gatee
📚📚✍Ràbbîîn akka ilmaa isaa Qallufi isa Ajajee takka ilmaa kotii jedhèè Ràbbîti qali hin debifinee Wàn atii na ajajee gutaa Ràbbîî kiyya jedhee
📚📚✍Nuutii kanî mitti nabisee tenyaa harma irraa ittsuu dadhabee garuu hardhaa soddaa Rabbii dhifinee kani namaa jiratuu kenyaa shakkii hin qabûû nama jalaltuufi jechaafi Wàn Ràbbîîn jibuuu jalataa irrati fkn hiriyaa kee tokko wan badaa kani hojjatuu argitee atsii wàn bada sana isaa wajjin hojjatuufi demataa oso wantii sun wàn Rabbin hin jallanee tahuu beytuu malifi hiriyaa kankee San hin mufachisuu jechufi sheeyixaan karaa male nuu qajechuu Jiraa
📚📚✍Yaa Ràbbîî akkiraa tenyaa nuu tolchii karaa bareedaa irratii nuu debisii Allaahum Amïïïïñ Amïïïïñ Yàà Ràbbîî ☝🏻☝🏻☝🏻
📚📚✍Share obboleewwan ketii godhii salluû Alla habibi Sààllààllàà Aliyem wàsààllàm🌺🌺
Ergamaan Rabbii S.A.W nijadhe (namni haajaa obboleessa isaatiif wajjiin deeme hamma isaan mijjeessuttu,guyyaa (qiyaamaa) gaafa miilli mucucaattu san Rabbiin faana isaa isa sabachiisa)
Silsilaa Sahiiha Albaanii 906
Hikkaan isaa
Namni haajaa obboleessa islaamaa hamma haajaa isaa san guutuufii isaaf mijjeesse takkaa gargaare Rabbiin guyyaa qiyaamaa riqicha (dildila) siraax irratti miila isaa sabachiisaan,
ﻳَٰٓﺄَﻳُّﻬَﺎ ﭐﻟَّﺬِﻳﻦَ ﺀَﺍﻣَﻨُﻮٓﺍْ ﺇِﻥ ﺟَﺎٓﺀَﻛُﻢۡ ﻓَﺎﺳِﻖُۢ ﺑِﻨَﺒَﺈٖ ﻓَﺘَﺒَﻴَّﻨُﻮٓﺍْ ﺃَﻥ ﺗُﺼِﻴﺒُﻮﺍْ ﻗَﻮۡﻣَۢﺎ ﺑِﺠَﻬَٰﻠَﺔٖ ﻓَﺘُﺼۡﺒِﺤُﻮﺍْ ﻋَﻠَﻰٰ ﻣَﺎ ﻓَﻌَﻠۡﺘُﻢۡ ﻧَٰﺪِﻣِﻴﻦَ(6)
Yaa warra amantan! Yoo fincilaan tokko oduun isinitti dhufe, akka wallaalumaan namoota miitanii, ergasii waan hojjattan irratti hin gaabbineef dubbii adda baafadhaa,
ﻳَٰٓﺄَﻳُّﻬَﺎ ﭐﻟَّﺬِﻳﻦَ ﺀَﺍﻣَﻨُﻮﺍْ ﭐﺟۡﺘَﻨِﺒُﻮﺍْ ﻛَﺜِﻴﺮٗﺍ ﻣِّﻦَ ﭐﻟﻈَّﻦِّ ﺇِﻥَّ ﺑَﻌۡﺾَ ﭐﻟﻈَّﻦِّ ﺇِﺛۡﻢٞۖ ﻭَ ﻟَﺎ ﺗَﺠَﺴَّﺴُﻮﺍْ ﻭَﻟَﺎ ﻳَﻐۡﺘَﺐ ﺑَّﻌۡﻀُﻜُﻢ ﺑَﻌۡﻀًﺎۚ ﺃَﻳُﺤِﺐُّ ﺃَﺣَﺪُﻛُﻢۡ ﺃَﻥ ﻳَﺄۡﻛُﻞَ ﻟَﺤۡﻢَ ﺃَﺧِﻴﻪِ ﻣَﻴۡﺘٗﺎ ﻓَﻜَﺮِﻫۡﺘُﻤُﻮﻩُۚ ﻭَﭐﺗَّﻘُﻮﺍْ ﭐﻟﻠَّﻪَۚ ﺇِﻥَّ ﭐﻟﻠَّﻪَ ﺗَﻮَّﺍﺏٞ ﺭَّﺣِﻴﻢٞ(12)
Yaa warra amantan! Hedduu sehaa (mamii) irraa fagaadhaa; gariin sehaa diliidha.
Walis hin basaasinaa
Gariin keessanis garii hin hamatin
Tokkoon keessan foon obboleessa isaa osoo du’ee jiruu nyaachuu ni fedhaa? (Yeroo) san ni jibbitanii (isa jiraa hoo maaliif nyaachuu feetan?)
Rabbiin sodaadhaa, Rabbiin akkaan tawbaa qeebalaa rahmata godhaadha.(12)
عَنْ جُوَيْرِيَةَ بنت الحارث، أم المؤمنين رضي الله عنها؛ أَنَّ النَّبِيَّ صلى الله عليه وسلم خَرَجَ مِنْ عِنْدِهَا بُكْرَةً، حِينَ صَلَّى الصُّبْحَ وَهِيَ فِي مَسْجِدِهَا، ثُمَّ رَجَعَ بَعْدَ أَنْ أَضْحَى، وَهِيَ جَالِسَةٌ، فَقَالَ :-
((مَا زِلْتِ عَلَى الْحَالِ الَّتِي فَارَقْتُكِ عَلَيْهَا؟))
قَالَتْ: نَعَمْ.
قَالَ النَّبِيُّ صلى الله عليه وسلم ❤️ :-
👈((لَقَدْ قُلْتُ بَعْدَكِ أَرْبَعَ كَلِمَاتٍ، ثَلَاثَ مَرَّاتٍ، لَوْ وُزِنَتْ بِمَا قُلْتِ مُنْذُ الْيَوْمِ لَوَزَنَتْهُنَّ: سُبْحَانَ اللهِ وَبِحَمْدِهِ 🌿 عَدَدَ خَلْقِهِ، وَرِضَا نَفْسِهِ وَزِنَةَ عَرْشِهِ، وَمِدَادَ كَلِمَاتِهِ)).
أخرجه مسلم (2140)
Abu Hurayrah (R.A) said: “A man came to the Messenger of Allah (peace and blessings of Allah be upon him) and said, ‘O Messenger of Allah, who among the people is most deserving of my good companionship?’ He said, ‘Your mother.’ The man asked, ‘Then who?’ He said, ‘Your mother.’ He asked, Then who?’ He said, ‘Your mother.’ He asked, ‘Then who?’ He said, ‘Your father.’”
Source: Sahih al-Bukhari 5626, Sahih Muslim 2548
May Allah bless our parents and grant them the highest Jannah. Ameen!
