en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Kaachuu Promotion
Humna Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo sadarkaa isaa eeggatee fi namuu miseensa ta'uu qabu kana jabaa isiniin jenna. Humna Jaalalaa keessatti Walaloowwan Jaalalaan laphee ni hoo'ifattu, Asoosamoota babbareedoon qalbii ni fageeffattu. Nooraa isiniin jechaa jira kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Barri ni sokka - barri ni dhufa Aangoon lafarraa hunduu ni kufa Aangoo bor darbuuf dhugaa kan haaltu Madaa uummataa gubaa kan faaltu Dhiiga qulqulluun dachee kan gooltu Dabaree eegda atis hin ooltu! @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture. Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra. Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa. Fb https://facebook.com/groups/fiilmii/ Tg https://t.me/Fiilmiin

Yoom akka deemnu hin beeknu. Haga lubbuun jirrutti gaarii haa hojjennu!

Abdii kuti, Eyyee abdii kuti! Muka guddaa hin taatu Xaxamtuun coqorsaa Abdii hin kutiin jedhee Maalittan si gorsaa? Ol joortee - gad joortee Of hin dhorkiin fayyaa Abdii kutii dhiisi Abdii kutuu wayyaa! Waan bu’aa sii hin taanetti Maal gochuuf dadhabdaa? Jibbaafi inaaffaarraa Abdii kutuu qabda! Abdii kuti maaloo Of hin cabsiin ceekuu Jaalala lagatee namni jibba abdate Galma ga’ee hin beeku! Lataa Qana'ii @Waloo_Leta

Galatoomi goomattuu! Akkanni na waraanuuf Gobaan ati naaf keesse Riqicha gaarii ta'ee Gara kaayyoo na geesse! Yommuu ati bitaan cuftu An karaa mirgaan ba'e Yommuu ati handaaqqoo taatu Animmoo risaan ta'e Gaafa hojii na waamtee Gaafa bu'aa na footee Gubdee, gubdee guggubdee Booddee warqee na goote! Utuma gad na qabuuf Dhoksaatti funyoo martuu Ol qabdee na guddifte Galatoomi goomattuu! Tuu.. #Share @Waloo_Leta

Daboo kanarratti nuu hirmaadhaa 🙌 Barattoota keenya barsiisota beekumsaafi dandeetti gahaa qabaniin leenjii kenninu jabaannee itti fufneerra. Egaa karaa ittiin dandeettii Ijoollee barsiisaa jirru uummata biraan geenyu  keessaa media’n isa ijoodha. Kanaaf karaa YouTube dhufneerra. Isinis irratti nuu hirmaadhaa. #Subscribe, #Like #share gochuun Hiriyootaafi maatii keessan biraan akka gahu gahee keessan bahadhaa. Galatoomaa! 🙏🙏 https://youtu.be/VbdRSSFbi2M?si=V0B6cDuVyjvHfcpL

Repost from Walaloon Jaalala
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture. Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra. Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa. Fb https://facebook.com/groups/fiilmii/ Tg https://t.me/Fiilmiin

Repost from Walaloon Jaalala
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu
Namni hundumtuu waan isa ilaallatuu fi isa irraa eeggamu dhibbantaa muraasa qofa otuu ba'atee, dhaloota keenyafis dhaloota nu booda dhufuufis agam tokko gaaridha seetan. Hunduu akka ogummaa isaatti wanta isa irraa eegamu otuu wal barsiisee yaadonni (content) nuti miidiyaalee hawaasaa irratti ilaallu ni baayyatu ture. Egaa kunoo nutis waan barannee fi Ogummaa keenya ta'een dhaloota keenyaf hubannoo laachuuf, kallattii ogummichaa itti argisiisuf, carraalee hojii uumuf akkasumas Ogeessota faana wal barsiisuf garee Fiilmii fi Tiyaatira jedhu qabannee dhufneerra. Gareen kun 100% dhimmoota Fiilmii fi Tiyaatira waliin wal qabatan qofa irratti kan xiyyeeffatudha. Yoo garee kanatti makamtan waan addaa argattu. Irraa barachaa itti bashannantu. Darbees ammoo carraalee hojii ogummaa kana keessan dhufan irratti hirmaachuu dandeessu. Miseensa keenya ta'aa. Namoota garee kanatti affeeraa. Yaada fi gaaffii qabdan maraa maxxansaa. Fb https://facebook.com/groups/fiilmii/ Tg https://t.me/Fiilmiin

Repost from Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?

Repost from Walaloon Jaalala
Boni Decor & Events #Telegram Boni Decor & Event https://t.me/joinchat/GOsPuF7ngYRkMGJk #Instagram boni degefa (Boni Decor) C
Boni Decor & Events #Telegram Boni Decor & Event https://t.me/joinchat/GOsPuF7ngYRkMGJk #Instagram boni degefa (Boni Decor) Call for further information +251 91398 6219 +251 93030 6699 +251910377373 Miseensa keenya ta'uun nama badhaasisa.