en
Feedback
BOLE COMPLEX

BOLE COMPLEX

Open in Telegram

Technology Channel

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BOLE COMPLEX

Channel BOLE COMPLEX (@bole_complex) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 074 subscribers, ranking 11 144 in the Technologies & Applications category and 2 608 in the Italy region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 074 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -193 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Technology Channel

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

10 074
Subscribers
No data24 hours
-307 days
-19330 days
Posts Archive
Repost from Kaachuu Promotion
Mana Uffataa Aadaa Hundaaf Sagantaalee garaagaraaf Uffataa Aadaa mimmiidhagaa ta'e filannoo hedduudhaan, Umuriin kamiifuu, akkaataa filannoo keessaniin ni dhiyeessina. - Ebbaf - Guyyaa dhalootaf - Cidhaaf - Waraabbif - Ayyaanaf - Waan kamiifuu Koottaa nu daawwadhaa Hundaf Cultural Clothes

Repost from Walaloon Jaalala
TikTok irratti nu hordofaa. Video babbaredoo siniif lakkisaa jirra. https://vm.tiktok.com/ZMF9cADSD/

Mee atumtuu yaadi Galaanni ol yaa’aa? Kan harka si mure Nyaata afaan si kaa’aa? Inni si xiqqeesse Kaasee si guddisaa? Kan ija si jaamse xalayaa dhugaa kee Taa’ee siif dubbisaa? Booyyeen inni tokko Tokkorra wayyoomaa? Inni yakkaa malee waraanee si dhiigse Dhiiga siif arjoomaa? Hin fakkaatu hoomaa! #Share @Waloo_Leta

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Kaachuu Promotion
Mana Uffataa Aadaa Hundaaf Sagantaalee garaagaraaf Uffataa Aadaa mimmiidhagaa ta'e filannoo hedduudhaan, Umuriin kamiifuu, akkaataa filannoo keessaniin ni dhiyeessina. - Ebbaf - Guyyaa dhalootaf - Cidhaaf - Waraabbif - Ayyaanaf - Waan kamiifuu Koottaa nu daawwadhaa Hundaf Cultural Clothes

Eenyutti na laatte Waadaan kee akkam ta’ee? Anoo nama ormaati Siifan biyyaa ba’ee… An si dhiisee beekaa? Gaafa toltuufi hamtu
Eenyutti na laatte Waadaan kee akkam ta’ee? Anoo nama ormaati Siifan biyyaa ba’ee… An si dhiisee beekaa? Gaafa toltuufi hamtuu Atoo maaliif deemta Maaliif diddee hin haftuu? Hidhaa jaalalaatiin Hirkoo tokko taane Firaafi lammii dhiiseen Si waliin godaane Na gattaaree utuun Imimmaan koo cobsuu Yookaan dhala qabadhee Dhala kootti hin obsu! . . Jechaa waan jirtu natti fakkaata! ✍️ @Waloo_Leta 📷Amensisa

Maraatuu haqaa! — Gaafan qullaa deemu Ati uffattee deemta “Maraatuu” naan jechuu malee Maafan akkan maraadhe Na gaafattee beektaa? Maal taate jetteettaa? Ani afuuffee miti Kan qilleensaan guutame Ani hattuu miti utuu waan namaa hawwuu Kan sammuu fuudhame Ani albaadhessa miti Kajeeltuu waan raqaa Ani maraatuudha Maraatuu ilma haqaa! Jireenyaan wal dhabee Jiraa hin jirre ta’ee Dhugaafan maraadhe Dhugaafan raata’e! - Sobatuu hiita’ee akka tulluu guddaatti Ol jedhee dhaabbate Biyyimmoo itti yaa’ee galgalaafi ganama Ho’asaa qaammate Sobaaf walga’iin taa’amee Hiriirri ba’ameefi Cidhi itti godhamee - itti shubbifamee Harki dhahameefi! Namni soba kabaje Namni soba faarse Qumbii itti firfirse ‘Ixaana’ itti aarse! - Dhugaanimmoo haqaaqamee Karaarraa jaallate Akka muka qiinqaniin nyaateetti Soofamee qallate Ni ukkaamame - ni sakaalame Dhoksaatti affeelamee Dhoksaatti akaa’ame Dukkana walakkaa Gorduuba kaa’ame! Aarsaa dhugaaf ba’etu Jallinaan qorqame Kan kabajni maluuf Kabaja dhorkame! — Hammeenyiifi gidiraan Kokkeettii na qabe Biyya abbaa koorrattan Abbaa ta’uu dhabe Galaana imimmaanitu Jiraa na awwaale Madaan koo baayyannaan Hooqqachuu wallaale.. Waa’een maraatummaafi Waa’een caba kootii Gaaffii deebii dhabe Gaaffii saba kooti! #Share @Waloo_Leta

photo content

Repost from Kaachuu Promotion
Barreeffamoota Aartii Og-barruu, Fiilmii fi Tiyaatiraan walqabatan keessaa maal argachuu feetu?
Barreeffamoota Aartii Og-barruu, Fiilmii fi Tiyaatiraan walqabatan keessaa maal argachuu feetu?

Repost from Kaachuu Promotion
Mana Uffataa Aadaa Hundaaf Sagantaalee garaagaraaf Uffataa Aadaa mimmiidhagaa ta'e filannoo hedduudhaan, Umuriin kamiifuu, akkaataa filannoo keessaniin ni dhiyeessina. - Ebbaf - Guyyaa dhalootaf - Cidhaaf - Waraabbif - Ayyaanaf - Waan kamiifuu Koottaa nu daawwadhaa Hundaf Cultural Clothes

Repost from Kaachuu Promotion
Mana Uffataa Aadaa Hundaaf Sagantaalee garaagaraaf Uffataa Aadaa mimmiidhagaa ta'e filannoo hedduudhaan, Umuriin kamiifuu, akkaataa filannoo keessaniin ni dhiyeessina. - Ebbaf - Guyyaa dhalootaf - Cidhaaf - Waraabbif - Ayyaanaf - Waan kamiifuu Koottaa nu daawwadhaa Hundaf Cultural Clothes

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Repost from Kaachuu Promotion
Mana Uffataa Aadaa Hundaaf Sagantaalee garaagaraaf Uffataa Aadaa mimmiidhagaa ta'e filannoo hedduudhaan, Umuriin kamiifuu, akkaataa filannoo keessaniin ni dhiyeessina. - Ebbaf - Guyyaa dhalootaf - Cidhaaf - Waraabbif - Ayyaanaf - Waan kamiifuu Koottaa nu daawwadhaa Hundaf Cultural Clothes

Repost from Walaloon Jaalala
Dubbisuun nama guutuu nama taasisa. Kanaaf ammoo iddoon itti barreeffamoota gaggabaaboo barumsa guddaa kennan itti argamu asidha. Maatii ta'aa. Sammuu keessan sooraa.

Ammuma boossee Amma kolfita Amma ho’itee Amma qorrita Qoraan xiqqoodhaan Diimattee gubda Ammoo deebitee Awwaara dhugda… Si waraananii Onnee si dhiigsu Qirqidaniimmoo Si kolfisiisu! #Share @Walaloon_Jaalala

Repost from Walaloon Jaalala
Odeeffannoo Waqtaawaa fi amanamaa ta'e argachuuf iddoo filatamaa. Torbee guutuu sa'aatii 24 waan haaraa Oromiyaatii hanga Addunyaatti raawwate saffisaan sin qaqqabsiisa.