en
Feedback
Waa islaamaa islamic post

Waa islaamaa islamic post

Closed channel

#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1

Show more
1 126
Subscribers
-224 hours
-117 days
-2230 days
Posts Archive
Ibsa zakaa fixriitiin wal qabatu, kan gamtaan Ulamaa’a Itoophiyaa baase, ji’a Ramadaanaa bara 1447H / 2026GC. Wantoota zakaan
Ibsa zakaa fixriitiin wal qabatu, kan gamtaan Ulamaa’a Itoophiyaa baase, ji’a Ramadaanaa bara 1447H / 2026GC. Wantoota zakaan fixrii irraa bayuu fi hamma nama tokkorraa bayu: Boqqollaa =2.5KG Qamadii =2.5KG Garbuu =2.5KG Xaafii =2.5KG Daakuu =2KG Ruuza =2.6KG Maashillaa =2.25KG Yeroon isaa guyyaa Iidaa salaata dura, ykn guyyaa tokkoo fi lama dursanii yoo baasanis rakkoo hin qabu. Zakaan kun ummata muslimaa hundarratti dirqama, guddaa, xiqqaa, dhiira, shamara, bilisaa fi gabra irraallee ni baya. Namni kennamuuf ammo namoota gosa 8 suuraa baqaraa aayata 60ffaa irratti dubbatameera.

❓FAANA SEENAA KEESSAA MAAL QABNA -------------------------------------------- 🌱Har'as waggaa Kumaatama of duuba si deebise Waa si yaadachiisa . 💎Gaafas Islaamumman Har'a Miseensa Bil. 2f walakkaa ol Horatte tun hagana hin geettu . 💎Humnii fi Guddinni Har'aa Kun Jiru . 💎 Taankii fi Boombii Hiriirsanii Dhukaasuun kun hin jiru . 💎Dandeettii fi Qophiin lolaa Har'aa Kun hin jiru . ♦️Mirgaa bakka fedhan jiraachuu hin jiru . 💎 Jabaan laafaan ukkaamsee jiraachuun isaan biratti waan guddaa miti . 💎 Gabrummaan isaan keessatti Bifa godhatte . 🏮Rakkoo fi Lola sabummaa Wal xaxaa kana keessatti ifaan islaamumma Mul'ate . ♦️Nabi Muhammadiin ergamaa xummuraa Ta'anii ergaman . 🔮Ergaan Islaamummaa Kun dhufnaan ... ♦️Yaadaa fi ilaalchi haaraa ija Nama hedduu Boojite . 📌Kuun yaadaan kuun gochaan simate . 📌Ka waa jedhu jedhee ka waa godhu godhe . ♦️Ka Diinaa Barakaa dhabee Ka Diinii Barakaa Godhate . ♦️Waan dur hin qabne hedduu argate . 📌Kalema Nama tokkoo ka'ee Torbee osoon guutin Nama 7 ta'e . 📍gaafas irraa eegale jabinaan, Ciminaan, Tokkummaan ol ka'e . 🔴Guyyaa guyyatti Mul'achaa , Guddachaa , Ajandaa Yeroo Ta'e . 📍Faanti keyrii fi sharrii hundi gara isii ta'e. 📍Ka danda'an miidhaa , Tumaa, Ari'aa Hidhaan Bakka hunda ga'e . 🏺Kaan sobaa Kaan sodaachisaa , jaarsummaa jedha wanni hedduu ta'e . 🏺Yeroo kana Hunda Islaamumma Guddachuun, Dagaaguun Diinatti yaaddoo ta'e. 🏺Guyyaan As Deemaa Hundi ka Rakkoo fi Tumaa Ta'e . 🏓Guddaan biyyi qabdu islaamumma fudhataa dhufnaan Jabaataa Mul'acha dhufe . 🏓Rasuullis Daaw'aa ol qabnaan Oduun Gabaa hunda ga'e. 🏓Naggaadee shaamiin deemtuuf galtu biraatti Oduu karaa ta'e. 🧶Gaafas Tumamaa seenaa hojjatan . 🧶Gaafas Ari'amaa seenaa hojjatan . 🧶Gaafas Hidhamaa seenaa hojjatan . 🧶Takkaa Taankiin fi Boombiin hin lolle . 🔴Uffatanii Dibatanii raahaa hin goone . 📌Biddeena garbuu nyaatanii hin Quufne . 📌Oo'aaf qorra Jalaa hin boqanne . 📌Kuun fuularraa faana imimmaanii qaba . 📌Kuun duydaa fi Qomarraa faana Miidhamaa qaba . 💎 Dhahaa fi Waraana hedduun Gadaannisa itti ta'e . ⚱️Hundayyuu Qaama isaanii irraa faana Wareegamaattu Mul'ata. 🔴Yeroo Hundaa Wareegama kafaluuf Qophaayaa jiraatan . 🔴Rakkoo keessa taa'aa Seenaa Rakkoo Fure nuun gahan . 📍Beelahaa Beela nu baasan . ⚱️Namummaan Dhugaa isaan biraatti hafte . 🔴Dubartiin takka imaamu Ahmadiin Ani hojiin kiyya Uffata dhahee gurguraa . ♦️Manni Koo Gamoo Mootummaa Bira jiraa ifaa Halkan Waraanni ibsee naannoo eeguun Shaamaa kiyya dhaamse ifaa isaaniitiin Yoo Hojjadhe Rabbi na gaafataa ... jetteen 🎯Haqa tiisuu isaanii Akkasitti nuu ibsan . 📿waa'ee isaanii Kitaabni Miliyeenni Keessaa bahu hin dandeenne . 💎 Umariin Qofa Ibsuuf Kitaaba Mujallada itti kaayan. 📿Islaamummaa Cuunfanii Xurii keessa fixanii nuu Kennan sana Har'a Dhoqqee goone . 📿Har'a Osoo ka'anii nu laalanii 💎Sila nu booda Nama لا إله الا الله tti Taphatutu dhufee jedhan . ♂️Nama Ifaajee teenna Dhoqqee dibetu dhufee jedhan. ♂️Hin gammadan ni gaddu malee . ♦️Nuun hin boonan nuu booyan malee . ♂️islaamummaa dhiiga itti tufanii nuun gahan ⚱️Bulleessinee Balleessine . 🧵Sahaabaan Tokko Handalaa jedhama ... ⚱️Waan Ittiin fuudhu dhabee usmaan kenneef . ⚱️uffataa fi Waan mahrii Qopheeffadha jedhee Gabaa bahe . 🔮Uffataa Nikaahaa Osoo barbaadu. 🔮Oduu Rasuulli bor Duula Deemuufi Qophaayaa jedhanii lallaban dhagaye . 🔮Handalaan Uffata dhiisee Eboofi Wantee bitatee gale jedhan . 🧶ilaali Mee seenaan sarara 6 qofti akkatti isaan ibsu . 💎Siin hoo maal Jenna . 🧶Seenaa KEESSAA MAAL qabda . 🧶ibaadaan Akkami salaataaf soomni .... 💎Homaa hin Jennu jettaa. 🔮isaan Ramadaanaaf Jiini 6 Yeroo hafu urgaan itti dhaha . ♦️Nu Ramadaana Haguma fixnuuf jarjarra 💎Waan Dhiirtii qabdee 20 deebifne Jenna . 🏮Ji'a 1 booda Hajjitu Dhufaa jira . 🏮warri Hajjii deemu Jecha wahii qaban

#Gaazaa 🇵🇸 Gazaza keessatti baatii February dabre qofa keessa daa’imman 3000 akka dhalatan galmeeffameera, miidiyaan biyyat
#Gaazaa 🇵🇸 Gazaza keessatti baatii February dabre qofa keessa daa’imman 3000 akka dhalatan galmeeffameera, miidiyaan biyyattii gabaasee jira. Alhamdulillaah. Muslimoonni 3000 yoo ajjeefaman, halkanuma san keessa 30000 dhalatee bula, Rabbiin nuuf haa baay’isu. Ministeera biyyaa kan Gaazaa irraa..!!

+8
Faawundeeshiniin waa islaamaa guyyaa kaleessaa harka qalleeyyii 80 oliif deeggarsaa taasise  deeggarsi kun marsaa 7ffa yammuu ta'uu Faawundeeshiniichi kana duras Waggooza dabraan rakkataa naannoo wantootaa garagaraatiin garagaaraa turuun isaa ni beekkama

photo content
+2

Faawundeeshiniin waa islaamaa guyyaa kaleessaa harka qalleeyyii 80 oliif kan  naannoo masjidaa kaalidiitti argamaniif  gargaarsa marsaa 7ffaa taasiisaa

photo content
+9

#Ramadaan_Mubaarak!! Baga Baatii Ramadaanaa Bara 1447ffaadhaan Nagaan ittiin isin ga'e. Hanga ammaatti hordoffii godhameen ji
+2
#Ramadaan_Mubaarak!! Baga Baatii Ramadaanaa Bara 1447ffaadhaan Nagaan ittiin isin ga'e. Hanga ammaatti hordoffii godhameen jiini Waan muldhateef gurraandhalli 11/2018 guyyaa boru guyyaa jalqabaa baatii Ramadaanaa ta'uun mirkanaa'eera. Irra deebiidhaan baga ittiin isin gahe

Maxxansa tokko keessatti qubeen 'r' keessaa hafuun jecha afaan Ingiliffaa ''Prayer for peace'' jechuun irra ture ''Pay for pe
Maxxansa tokko keessatti qubeen 'r' keessaa hafuun jecha afaan Ingiliffaa ''Prayer for peace'' jechuun irra ture ''Pay for peace'' jechuun hiikameera. ''Nagaaf kadhachuu'' kan jedhu ''nagaaf kaffaluu'' jedhee hiike jechuudha. Maxxansuma bara kanaa keessatti jechi afaan Ingilizii 'no ykn hin' jedhu keessaa hafeera. Wangeela Yohaannis 1:5 jalatti ''ergaan isarraa dhageenye, kan isinitti himnus, ifa Waaqaani. Dukkannis isa bira gonkumaa hin jiraatu,'' kutaa jedhu keessatti ''Dukkannis isa bira gonkumaa jiraata,'' jedhamee hiikame. Dogoggoroota qubee fi jechootaa Kitaaba Qulqulluu afaan Ingiliziirratti mudatan hedduudha.

✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم S⋆o⋆o⋆m⋆n⋆i⋆ m⋆a⋆a⋆l⋆i⋆....?📚 📖Soomaa jechuun:- 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚊𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚊𝚛𝚊𝚋𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚠𝚊𝚑𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚒𝚏 𝚚𝚊𝚋𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊.(𝚒𝚖𝚜𝚊𝚊𝚔𝚊) ★ إني نذرت للرحمن صوما فلن اكلم اليوم إنسيا٭٭ 📖𝙰𝚔𝚔𝚊 𝚜𝚑𝚊𝚛'𝚒𝚒𝚝𝚒𝚒 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘:- 𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚖𝚞𝚜𝚕𝚒𝚖𝚊𝚊,𝚋𝚊𝚊𝚕𝚒𝚐𝚗𝚒,𝚊𝚊𝚚𝚕𝚕𝚒,𝚋𝚊𝚑𝚒𝚒𝚗𝚜𝚊 𝚏𝚊𝚓𝚒𝚛𝚒𝚒 𝚕𝚊𝚖𝚖𝚊𝚝𝚊𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚎𝚎 𝚑𝚊𝚐𝚊 𝚜𝚎𝚎𝚗𝚗𝚊𝚊 𝚊𝚍𝚞𝚞𝚝𝚝𝚒 𝚗𝚒𝚢𝚢𝚊𝚝𝚎𝚎 𝚒𝚏 𝚚𝚊𝚋𝚞𝚞𝚍𝚑𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚜𝚊 𝚏𝚞𝚛𝚜𝚒𝚒𝚜𝚞 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚊𝚛𝚛𝚊𝚊...!!! 📖𝚜𝚘𝚘𝚖𝚗𝚒 𝚛𝚊𝚖𝚊𝚍𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊 𝚖𝚞𝚜𝚕𝚒𝚖𝚊 𝚋𝚊𝚊𝚕𝚒𝚊𝚐𝚊 𝚊𝚊𝚚𝚒𝚕𝚊 𝚜𝚘𝚘𝚖𝚞𝚞 𝚔𝚊𝚗 𝚍𝚊𝚗𝚍𝚊'𝚞 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚍𝚒𝚛𝚚𝚊𝚖𝚊 (𝚏𝚊𝚛𝚍𝚞_𝚊𝚢𝚗) 📖𝚜𝚘𝚘𝚖𝚗𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚊𝚊𝚗:-𝚜𝚘𝚘𝚖𝚊 𝚜𝚞𝚗𝚗𝚊𝚊𝚝𝚒(𝚔𝚊𝚗 𝚢𝚘𝚘 𝚜𝚘𝚘𝚖𝚝𝚎 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘 𝚍𝚑𝚒𝚒𝚜𝚝𝚎 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚑𝚒𝚗 𝚊𝚍𝚊𝚋𝚊𝚖𝚗𝚎 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚜𝚘𝚘𝚖𝚊 𝚠𝚒𝚒𝚡𝚝𝚊𝚊 𝚏i 𝚔𝚊𝚖𝚒𝚒𝚜𝚊𝚊) 📖𝚂𝚘𝚘𝚖𝚗𝚒 𝚑𝚊𝚛𝚊𝚊𝚖𝚗𝚒:- 𝚜𝚘𝚘𝚖𝚊 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚒𝚒𝚍𝚊 𝚕𝚊𝚖𝚊𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚜𝚘𝚘𝚖𝚊𝚗𝚒 A⋆R⋆K⋆A⋆A⋆M⋆A⋆ S⋆O⋆O⋆M⋆A⋆A⋆ ITTI..... ᖴᑌᖴᗩ..... https://t.me/waislaama1

Namoonni waggaa 3 daldala mataa isaanii ijaaruuf of kennuudhaaf obsa hin qaban, garuu Namoota biroof waggaa 40f hojjechuuf obsa qabu. #People don't have the patience to dedicate 3 years to building their #own_business, but they have the patience to #work for others 40 year's. Build your own business "Warren Buffett" Never depend on a single income make an investment to create a second source.”  Warren Buffett Madda galii babal'ifachuu Diversifying income sources Wantoota guddina dinagdee keessatti murteessoo ta'an. 1. Of jijjiiruu 2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu 3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu 4. Madda galii babal'ifachuu 5. Amala qusannaa jabaa horachuu 6. Baasii hin malle hir'isuu 7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu 8. Qabeenya horachuu 9. Beekumsaan of qaraa adeemu. Follow. https://t.me/waislaama1 https://t.me/waislaama1

Guyyaa boruu irraa eegalee Itiyoophiyaa keessatti peestaala qabatanii argamuun Birrii kuma 5 adabsiisa. * Itiyoophiyaan faalama naannoo hir'isuuf jecha oomishaalee pilaastikii yeroo tokkotti fayyadaman akka hin fayyadamne dhoorgite. Labsiin ji’oota jaha dura ba’e kun, oomishtoonni pilaastikii oomishaalee pilaastikii yeroo tokkotti fayyadaman akka hin fayyadamne, geejjibsiifamnee fi akka hin oomishne dhoorga. Oomisha pilaastikii kana fayyadamuun namni qabame Birrii kuma 5 adabama. Haa ta'u malee daldaltoonni fi oomishtoonni pilaastikii labsii kana mormuun yeroon iyyannoo akka dheeratu gaafataa turaniiru. Fedhiin gabaa oomishaalee pilaastikii yeroo tokkotti gataman dhabuunis rakkoo guddaadha. Oomishtoonni pilaastikii gama biraatiin warshaalee ijaaruuf maallaqa guddaa baasne jedhanii, suuta suutaan gara oomisha bakka bu’utti akka ce’an yeroo gaafataniiru. Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo garuu, namni oomishaalee pilaastikii yeroo tokkotti fayyadaman fayyadamuu ykn oomishuuf argame boru Amajjii 23/2018 irraa eegalee adabbii cimaan akka isa muudatu ibseera.

Guyyaa boruu irraa eegalee Itiyoophiyaa keessatti peestaala qabatanii argamuun Birrii kuma 5 adabsiisa. *
Guyyaa boruu irraa eegalee Itiyoophiyaa keessatti peestaala qabatanii argamuun Birrii kuma 5 adabsiisa. *

photo content
+8

Congratulations class of 2018 waa islaama foundation

photo content
+7

photo content
+5

photo content
+8

Inshallah waal argaan tenne damee mana barumsaa foundation wa islama kaa nagelle boranatti walhaa arginnu Hafuu mitti barfatt
Inshallah waal argaan tenne damee mana barumsaa foundation wa islama kaa nagelle boranatti walhaa arginnu Hafuu mitti barfattunuu dhorkadha