cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

πŽπƒπ”π” πˆπ’ππŽπŽπ‘π“πˆπˆ

Odeessa haaraawaa πŸ‘‰ premier league England πŸ‘‰ Laligaa Ispeen πŸ‘‰ Bundisliigaa Jarmanii πŸ‘‰ SeriA Italy πŸ‘‰ Liigii Faranasaayi 1 Tapha kallattiinπŸ“· Oduu jijjiiraa fi kkf Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu Yaadaaf qeeqa qabdaniif @Solay13 @Ayyoo_LM10

Show more
Finland236The language is not specifiedSports2 813
Advertising posts
23 573
Subscribers
+3224 hours
+2947 days
+1 70530 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Taphattoota Abdii boruu Yuuroo 2024 irratti urjii ta'u danda'an.. πŸ”΄ Waancaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa kan Jarmaniin qopheessitu torbee dhufu Jimaata iffatti ni eegala. 1. Lamin Yamal Ispeen 16 Hiriyaan Kubaraasii Yamaal taphattoota dargaggoota Awurooppaa keessaa abdachiisaa ta'an keessaa tokko Umuriin isaa waggaa 16 qofa yoo ta'u, kanaan duras taphoota 37 Laaligaa irratti hirmaateera. Goolii shan galchuun goolii saddeet mijeessee jira. 2. Ardaa Guler Turkii 19 Garee Fenerbach 1ffaa cabsee erga seenee booda Yuuroo miiliyoona 17n gara Riyaal Maadriiditti ce'e Erga miidhaan irra gaheen guyyoota 100f tapha irraa fagaatee yeroo dhiyootti mana Los Blancos keessatti of mul'isuu jalqabeera..Taphoota michoomaa Haangaarii fi Oostiriyaa waliin taasisaniin garee biyyaalessaa Turkiif taphateera. 4. Waaren Zaayire Emre Faransaay 18 Taphataan dargaggeessa kilabii Tujjaara Faransaay keessatti invastimantii guddaa dhangaasa jiru PSG ti Umurii isaa waggaa 18tti garaagarummaa uumuu isaa agarsiise.Bara bara 2023-24tti taphoota 43 taphachuu danda'eera dorgommii hunda irratti kilabii magaalaa guddoo faransaay kanaaf.. 5.Gabri'eel Siguwaa. Joorjiyaa 18 Taphataan oomisha Dinamo Tbilisi Academy ta'ee Ji'a July 2024 gara kilabii Siwiizarlaand Basel erga deemee booda bara dorgommii jalqabaa Suuper Liigii Siwiizarlaand keessatti goolii sadii galchuu danda'eera Taphoota 17. 6. Artar Vermeeren Beeljiyeem 19 Bara 2022tti tapha jalqabaa Rooyaal Antwerpiif erga taphatee booda Vermeeren gara kilabii Ispeen Atleetikoo Maadriiditti ce'e. Kilabii magaalaa guddichaaf taphoota shan taphachuu kan danda'e yoo ta'u, walumaa galatti daqiiqaa 160 qofa dirree keessa turuu danda'eera. 7. Koobii Meeyin Ingilaandi 18 Meeyinoon bara dorgommii jalqabaa Maanchistar Yunaayitid keessatti yeroo ajaa'ibaa dabarseera, bara kana Erik Tenhaag jalatti taphoota liigii 24 taphachuun erga daa'ima waggaa sagalitti gara Red Devils tti makamee booda. Tapha xumuraa waancaa FA irratti kubbaa kiyyoo irra buusuu bira taree taphataa cimaa dorgommii kanaa ta'uun filatame. 8.Joo'oo Neevees Poorchugaal 18 Umurii isaa waggaa 12tti akkaadaamii Benfikaatti erga makamee booda walumaa galatti taphoota 75 taphateera, keessumaa erga Guraandhala 2023 garee jalqabaa seene booda. 9.Adam Wharton England 20 Taphataan kun bara kana ji'a amajjii keessa gara Paalas makame amma taphattoota eegaman keessa jira @oduu_isportii
5690Loading...
02
Media files
4390Loading...
03
Leo x Licha πŸ”₯ @oduu_isportii
4680Loading...
04
saalibaan: " Akkan yaadutti Ittistoota sarara gidduu premier league top 3 keessan jira"jechuun dubbatera Isiin mal jettutu yaada saaliba kana @oduu_isportii
7680Loading...
05
Akka Gabaan Jijjiirraa jedhutti taphaatota qaala'oo 11n kana fakkatu @oduu_isportii
7470Loading...
06
National Best Friend Day πŸ€—βš½ @oduu_isportii
7420Loading...
07
πŸš¨πŸ‡΅πŸ‡Ή Maanchistar Yunaayitid Joo'oo Neevees mallatteessifachuuf dhiibaa kan jiran yoo ta'u, taphaticha fudhachuuf gaaffii haaraa ni dhiyeessu jedhamee eegama. [Sport Witness] @oduu_isportii
6860Loading...
08
Official Isteefan_Orteegaan kontiraata Maanchistar Siitii waliin qabu hanga bara 2026tti dheeresse. 🩡 @Oduu_isportii
6800Loading...
09
szoboszlai Kiristiyaanoo Roonaaldoo irratti: πŸ‡΅πŸ‡Ή ”Dirree qofa osoo hin taane sadarkaa maatiittis waan hunda injifateera. Hojii cimaa fi of kennuu isaatiin waan hunda waan injifateef Meesii irra isa filadhe. Namni Kiristiyaanootti dhihaatu hin jiru jedheen yaada. Waan hunda qaba. Viidiyoo isaa baay’een ilaala, Kiristiyaanoo irraas waan baay’ee baradheera β€πŸ‡­πŸ‡ΊπŸ”΄ @oduu_isportii
7280Loading...
10
️ Joan LaportaπŸ—£: "Akka deeggaraa Barsaatti Mbaappee Riyaal Maadriid keessatti arguun oduu gammachiisaa miti.. @oduu_isportii
1 3331Loading...
11
Biroozoviich:-πŸ—£ "Anaaf Kiristiyaanoo waliin taphachuun gaariidha sababiin isaas inni goolii galchuu akka danda'u waanan beekuuf. Roonaaldoo taphattoota ciccimoo yeroo hundumaa keessaa tokkodha." Kiristiyaanoon amma boqonnaa gabaabaa akka qabu nan beeka yeroo boqonnaa isaa cimee hojjechuu qaba waan ta'eef Yuroof guutummaatti qophaa'uu qaba. @oduu_isportii
1 4331Loading...
12
🚨 OFFICIAL: Juud Bellingham garee biyyaalessaa Ingilaandiif shamizii lakkoofsa 10 ni uffata. @oduu_isportii
1 3511Loading...
13
Oduu jijjiirraa haarawa ciree sambata ganamaa dubbisaa.. πŸ”΄Kobbie Mainoo kontiraata haaraa yeroo dheeraa Maanchistar Yunaayitid waliin ni mallatteessa jedhamee eegama, hanga bara dorgommii haaraatti torbeetti Β£60,000-kan argatu ta'a. πŸ”΄ Meeson Giriinwuud gara Juuveentus deemuuf ibsa magariisa kenneera. πŸ”΄ Benfikaan taphataa Maanchistar Yunaayitid Meeson Giriinwuud fudhachuuf yaadaa kan jiru yoo ta’u, kanaan dura abbaa taphaticha waliin wal arganii jiru. πŸ”΄ Lautaro Martinez kontiraata isaa Inter Milan waliin hanga bara 2029tti dheeressuuf waliigale.Mindaa haaraa €9M/year + bonus irratti waliigaltee irra ga'ame. πŸ”΄ Romelu Lukaakuun jijjiirraa Piroo Liigii Sa'udiitiif balbala baneera garuu AC Miilaan, Naapoolii fi kilaba Joozee Mooriinihoo FenerbahΓ§e irraa gaafiin si fudhannaa dhufaa jira. πŸ”΄ Fuuldurri Federico Chiesa Juventus keessatti mirkanaa'aa ta'u dhabuun isaa dabalaa dhufeera. Bakka bu'aan isaa torbee dhufu Roomaa waliin wal argu. Naapoolii, Niiwukaastil, Aston Viilaa fi Baayermuuniks fedhii qabu. Kaffaltiin isaa yoo xiqqaate €40M ta'a. πŸ”΄ Taphataan sarara ittisaa giddu Arsenaal Gabri'eel Magaalhaes garee Biraazil Koorintiyaans, garee ijoollummaa isaa irraa kaasee deeggaraa turetti makamuun ''abjuu isaa akka ta'e dubbateera. πŸ”΄Maanchistar Yunaayitid Erik ten Hag waancaa FA Cup injifachuu isaanii hordofuun yoo hojiirraa ari'an beenyaa dabalataa kaffaluun dirqama ta'a. ➑ AC Milan Romelu Lukaakuu ergisaan fudhachuuf fedhii qabu. Cheelsiin ganna kana qofa dhaabbataadhaan gurguruu barbaada. ➑ Sofyaan Amrabat ammallee kilabicha keessa turuu fi dhiisuu isaa ilaalchisee deebii Maan Yunaayitid irraa eeggachaa jira. Piriimiyerliigii Ingiliiz keessa turuu barbaada. ➑ Tootinaam taphataa sarara gidduu Cheelsii fi Ingilaandi Koonor Gaalaagar fudhachuuf dhiyeessii qopheessaa jira. β–ͺ Aston Viilaa, Niiwukaaslii fi atleetikoo Maadriid hundi Galllager mallatteessisuuf fedhii guddaa qabu. β–ͺ Cheelsiin ganna kana gurguruuf Β£m50m ol barbaada. ➑ Ardaa Guler bara dhufu Riyaal Maadriid keessa turuun ni eegama. Sochiin liqii HIN JIRU. ➑Hansi Flick Vitor Roque ganna kana Baarseloonaa keessa akka turu murteessee jira. Leenjisaan Jarmanii kun taphaticha keessaa waan hunda caalu argachuu barbaada. ➑ Taphataan sarara fuulduraa Roomaa ganna 30 Paawuloo Diibaalaan ganna kana Piriimiyerliigii Ingiliiz taphachuuf qophii dha. ➑ AC Milan Emerson Royal jijjiirraa isaa irratti guddina agarsiisaa kan jiru yoo ta'u taphatichi jijjiirraa kanaaf fedhii guddaa qaba. ➑ Birmingham City leenjisaa haaraa isaanii akka ta'uuf Frank Lampard waliin mari'ataniiru. ➑ Galatasaray Antoonii Maarshiyaal jijjiirraa bilisaan fudhachuuf fedhii qaba. ➑ Heung-min Son FenerbahΓ§e Joozee Mooriinihoo fi Kilabii Sa'udii Arabiyaa tokko irraa gaafiin jijjiirraa dhiyaateef.. @oduu_isportii
1 4381Loading...
14
Arsen Wenger :- "Ani Mikel Arteta waliin baay'ee hin haasa'u sababni isaas yeroo leenjisaa taate yeroo hunda tapha itti aanu irratti xiyyeeffatta. Tapha Arsenaal hunda nan ilaala, garee kanas nan deeggara, waan keessatti hojjechuu dandeenyu ilaaluuf hawwii guddaan eeggadha." gara fuulduraa." @oduu_isportii
1 3151Loading...
15
Jijjiirraan gannaa eegaluuf guyyoota 6 qofatu hafee jira. @oduu_isportii
1 3380Loading...
16
PSGn bakka bu'aa Juuliyaan Alvaareez waliin kallattiin mari'ateera. πŸš¨πŸ—ΌπŸ‡«πŸ‡· [Madda Fabrizio Romaanoo @oduu_isportii
1 2990Loading...
17
ODUU GAMMACHIISAA βœ…INP Dhaabbanni βœ…INP yookiin INFINITYPOWER jedhamu dhaabbata akka idila adduniyaatti soolaarii raabsudha Dhaabbanni kun namoota hojii hin qabneef karaa online akka hojjetan carraa hojii banee jira Akkasumas itoophiyaa keessatti namoota 300,000 ol kan ta'utu hojii kana irratti hirmaatee hojjetaa jira Waa'ee hojii kanaa namni hin hubanne akkasumas namni hojjechuuf fedhii qabdan @MR_JINENUS tuquun nu qunnama
2322Loading...
18
Sir Jim Ratcliff Niis gurguruuf! Abbaan qabeenyaa Maanchistar Yunaayitid kan ta'e INEOS Group kilaboota lama bulchuudhaan beekama, Kilaboonni kunneen Niis fi Maanchistar Yunaayitid Akkasumas lamaan isaaniiyyuu Liigii Awurooppaa irratti hirmaatu, UEFAn kilaboonni lamaan akka dorgoman hayyama kenneera. Haa ta'u malee Sir Jim Raatkiliif guutummaatti Maanchistar Yunaayitid irratti xiyyeeffachuu waan barbaaduuf qooda kilabii Faransaay Niis gurguruuf qophii ta'uun isaa himamaa jira. Maddi_[Miguel Delaney]⭐️ @oduu_isportii
1 5702Loading...
19
Trent kaleessa biyya isaa ingilaandiif bench irra kan ture yoo tahu, garuu daqiiqaa 25 hafetti seenuun Isa caalaa taphataan carraa goolii uume hin jiru. πŸ”₯β™₯️
1 5880Loading...
20
Media files
1 6880Loading...
21
Media files
1 6260Loading...
22
Fillannoo keessan Nuu Godhachuun Nuu waliin Guyyaa Guutu WaanΒ  Turtaniif GuddaaΒ  Galatoomaa Biyyaa Nagaa keessa Bulaa ❀️ Nama Boruu Nuha Goodhu πŸ™ Halkaan Gaarii 😘 @oduu_isportii
2 0380Loading...
23
Leenjisaan Jarman Juuliyaan Neglesmann akka jedhetti Kai Havertz tapha Yuuroo dhufu irratti garee biyyaalessaaf sarara fuulduraa giddu galeessaa ta'ee akka taphatu himaniiru. @oduu_isportii
2 0620Loading...
24
"PSGn bakka bu'aa Juuliyaan Alvaareez qunnamaniiru". πŸ₯‡FABRIZIO ROOMANOO @oduu_isportii @oduu_isportii
2 1190Loading...
25
🚨 Weestihaam Luwiis Guillermo Paalmeraas irraa mallatteessisuuf walii galaniiru. Kaffaltii €23m + €7m dabalataa. βš’οΈ HERE WE GO πŸ”œ (Madda: Fabrizio Romano) @oduu_isportii @oduu_isportii
2 0720Loading...
26
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ βœ… 1⃣0⃣0⃣0⃣❗️ You tube subscribers geenyee jirra Galatoomaa jenna πŸ™ πŸ™πŸ™ Ammas taanaan Qophiilee Haaraa kanneen akka πŸ”†Seenaa taphattoota πŸ”† Odeeffannoo Jijjiirraa Fi qophiilee babbareedoo qabannee dhufaa waan jiruuf hagasitti Chaanaalii You tube keenyaa subscribe gochaa Viidiyoo keenyas Daawwaachaa nu Eegaa isiniin Jenna!! Liinkiin isaa kunooti πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.youtube.com/@ispoortii
2 1540Loading...
27
Maanchistar Yunaayitid torbee kana Toomaas Tuuheel leenjisaa isaanii godhanii qacaruuf mari'achaa turan gabaafamera. Fabrizio RomanoπŸŽ– @oduu_isportii
2 1240Loading...
28
Maddeen kilabichaatti dhihoo ta'an Cheelsiin jijjiirraa ganna kanaan Juuliyaan Alvaareez fudhachuu akka barbaadu bal'inaan gabaasaa jiru. @oduu_isportii
2 2472Loading...
29
Taphataa cimaa Arsenaal bara 2021 irraa eegalee Bucayo Saka (2021) Bucayo Saka (2022) Maartiin Odegaard (2023) . Maartiin Odegaard (2024) . @oduu_isportii
2 2871Loading...
30
Taphattoota Maanchistar Yunaayitid gurgurtaaf dhihaatan. @oduu_isportii
2 2341Loading...
31
πŸŽ™Chaanalii wa'ee Maan siiti Odeessu kan yeroo Gababaa kessaatii jallatamumma guddaa argaate argaachu ni barbaaddu marree ammumma Join godhaaπŸ“‘ JoinπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
2 2411Loading...
32
Media files
2 7110Loading...
33
βœ…Taphataan Ganna 37 Lammii Ingilaand Jeemii Vaardiin Waggaa 1f Lester Siitii keessaa turuuf waliigaltee haaraa Mallatteesse Jira!! @oduu_isportii @oduu_isportii
2 9911Loading...
34
Beenfikaan Meeson Giriinwuud mallatteessisuu kan barbaadu yoo ta'u, abbaa Giriinwuud waliin wal argan @oduu_isportii
3 0001Loading...
35
#OTD: Ederson Morales bara 2017 maanchistar Sittif mallatteesse πŸ”΅ Taphoota 332 πŸ…°οΈ 4 mijeessee kenneera πŸ† Piriimiyerliigii Ingiliiz[x6] πŸ† Waancaa Liigii [x4] πŸ† Waancaa FA [x2] πŸ† Kominit shildi [x2]. πŸ† Waancaa Suuper [x1]. πŸ† Waancaa Kilaboota Addunyaa [x1]. πŸ† Shaampiyoonsi Liigii [x1]. πŸ… Guwantii Warqee Piriimiyerliigii Ingiliiz [x3]. Legend🫑 @Oduu_isportii
3 3170Loading...
36
Niiwukaastil uffanna dirree isaanii irratti uffatan bara 2024/25f ifatti ifoomseera. @oduu_isportii
3 1611Loading...
Taphattoota Abdii boruu Yuuroo 2024 irratti urjii ta'u danda'an.. πŸ”΄ Waancaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa kan Jarmaniin qopheessitu torbee dhufu Jimaata iffatti ni eegala. 1. Lamin Yamal Ispeen 16 Hiriyaan Kubaraasii Yamaal taphattoota dargaggoota Awurooppaa keessaa abdachiisaa ta'an keessaa tokko Umuriin isaa waggaa 16 qofa yoo ta'u, kanaan duras taphoota 37 Laaligaa irratti hirmaateera. Goolii shan galchuun goolii saddeet mijeessee jira. 2. Ardaa Guler Turkii 19 Garee Fenerbach 1ffaa cabsee erga seenee booda Yuuroo miiliyoona 17n gara Riyaal Maadriiditti ce'e Erga miidhaan irra gaheen guyyoota 100f tapha irraa fagaatee yeroo dhiyootti mana Los Blancos keessatti of mul'isuu jalqabeera..Taphoota michoomaa Haangaarii fi Oostiriyaa waliin taasisaniin garee biyyaalessaa Turkiif taphateera. 4. Waaren Zaayire Emre Faransaay 18 Taphataan dargaggeessa kilabii Tujjaara Faransaay keessatti invastimantii guddaa dhangaasa jiru PSG ti Umurii isaa waggaa 18tti garaagarummaa uumuu isaa agarsiise.Bara bara 2023-24tti taphoota 43 taphachuu danda'eera dorgommii hunda irratti kilabii magaalaa guddoo faransaay kanaaf.. 5.Gabri'eel Siguwaa. Joorjiyaa 18 Taphataan oomisha Dinamo Tbilisi Academy ta'ee Ji'a July 2024 gara kilabii Siwiizarlaand Basel erga deemee booda bara dorgommii jalqabaa Suuper Liigii Siwiizarlaand keessatti goolii sadii galchuu danda'eera Taphoota 17. 6. Artar Vermeeren Beeljiyeem 19 Bara 2022tti tapha jalqabaa Rooyaal Antwerpiif erga taphatee booda Vermeeren gara kilabii Ispeen Atleetikoo Maadriiditti ce'e. Kilabii magaalaa guddichaaf taphoota shan taphachuu kan danda'e yoo ta'u, walumaa galatti daqiiqaa 160 qofa dirree keessa turuu danda'eera. 7. Koobii Meeyin Ingilaandi 18 Meeyinoon bara dorgommii jalqabaa Maanchistar Yunaayitid keessatti yeroo ajaa'ibaa dabarseera, bara kana Erik Tenhaag jalatti taphoota liigii 24 taphachuun erga daa'ima waggaa sagalitti gara Red Devils tti makamee booda. Tapha xumuraa waancaa FA irratti kubbaa kiyyoo irra buusuu bira taree taphataa cimaa dorgommii kanaa ta'uun filatame. 8.Joo'oo Neevees Poorchugaal 18 Umurii isaa waggaa 12tti akkaadaamii Benfikaatti erga makamee booda walumaa galatti taphoota 75 taphateera, keessumaa erga Guraandhala 2023 garee jalqabaa seene booda. 9.Adam Wharton England 20 Taphataan kun bara kana ji'a amajjii keessa gara Paalas makame amma taphattoota eegaman keessa jira @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 6
Photo unavailableShow in Telegram
saalibaan: " Akkan yaadutti Ittistoota sarara gidduu premier league top 3 keessan jira"jechuun dubbatera Isiin mal jettutu yaada saaliba kana @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 8😁 8
Photo unavailableShow in Telegram
Akka Gabaan Jijjiirraa jedhutti taphaatota qaala'oo 11n kana fakkatu @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 2
National Best Friend Day πŸ€—βš½ @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 7
Photo unavailableShow in Telegram
πŸš¨πŸ‡΅πŸ‡Ή Maanchistar Yunaayitid Joo'oo Neevees mallatteessifachuuf dhiibaa kan jiran yoo ta'u, taphaticha fudhachuuf gaaffii haaraa ni dhiyeessu jedhamee eegama. [Sport Witness] @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 6πŸ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Official Isteefan_Orteegaan kontiraata Maanchistar Siitii waliin qabu hanga bara 2026tti dheeresse. 🩡 @Oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
szoboszlai Kiristiyaanoo Roonaaldoo irratti: πŸ‡΅πŸ‡Ή ”Dirree qofa osoo hin taane sadarkaa maatiittis waan hunda injifateera. Hojii cimaa fi of kennuu isaatiin waan hunda waan injifateef Meesii irra isa filadhe. Namni Kiristiyaanootti dhihaatu hin jiru jedheen yaada. Waan hunda qaba. Viidiyoo isaa baay’een ilaala, Kiristiyaanoo irraas waan baay’ee baradheera β€πŸ‡­πŸ‡ΊπŸ”΄ @oduu_isportii
Show all...
πŸ‘ 8😁 2πŸ”₯ 1
Photo unavailableShow in Telegram
️ Joan LaportaπŸ—£: "Akka deeggaraa Barsaatti Mbaappee Riyaal Maadriid keessatti arguun oduu gammachiisaa miti.. @oduu_isportii
Show all...
😭 19😁 15πŸ‘ 4πŸ™ˆ 1