๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Odeessa haaraawaa ๐ premier league England ๐ Laligaa Ispeen ๐ Bundisliigaa Jarmanii ๐ SeriA Italy ๐ Liigii Faranasaayi 1 Tapha kallattiin๐ท Oduu jijjiiraa fi kkf Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu Yaadaaf qeeqa qabdaniif @Solay13 @Ayyoo_LM10
Show more22 564
Subscribers
+3724 hours
+5967 days
+2 29830 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailableShow in Telegram
โ
KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?
CHEELSII
MAAN SIITII
ARSEENAAL
MAAN YUUNAYTIID
LIVERPOOL
TOTTEENHAAM
KAN BIROO..
ODUU JIJJIIRRAA fi oddeessaale haarawa jimaata galgalaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ
Jeesus Naavaas taphoota 684 kilabichaaf erga taphatee booda dhuma bara kanaatti Seeviilaa gadhiisa.
โ
Leenjisaan Cheelsii, Maanchistar Yunaayitid fi Tootinaam duraanii Joozee Mooriinihoo garee Saawud Arabiyaa Al-Qadsiahtti makamu mala
โ
Boorushiyaa Doortimuund taphataa sarara gidduu ganna 18 Saandarlaand Joobee Beeliinghaam obbaleesa jude fudhachuuf fedhii qaba.
โ
Joan Laporta fi gartokkoon bulchiinsa Baarseloonaa Xaaviin waliin wal dhabaniiru. Warri pirezidaantii Baarsaatti dhihoo ta'an kana booda bara dhufu Xaaviin leenjisaa olaanaa akka ta'u hin barbaadan. Guyyoonni muraasni itti aanan murteessoo ta'u.
โ
Maarseel leenjisaa itti aanu Paawuloo Foonseekaa muuduu yoo hin dandeenye Serjiyoo Konseesaa'oo muuduuf ilaalaa jira.
โ
Naapooliin taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Meeson Giriinwuud fudhachuuf kaayyeffateera.
โ
Maanchistar Yunaayitid taphattoota Evertan Jarrad Branthwaite fi Amadou Onana fudhachuuf fedhii guddaa qaba.
โ
San Diego FC Keylor Navas ganna kana PSG gadhiisuuf deemu fudhachuuf marii jalqabe.
โ
Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaaf darbuus Aston Viilaan seera faaynaansii Piriimiyerliigii eeguuf ganna kana yoo xiqqaate taphataa tokko kaffaltii guddaadhaan gurguruu qaba.
โ
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara qarqaraa Kiristaal Paalaas Maayikeel Ooliise argachuuf fedhii qaba. Keewwatni gadhiifamuu isaa naannoo ยฃ60m dha..
โ
Jonny Evans fi Tom Heaton ganna kana kontiraatni isaanii yeroo xumuramu Maanchistar Yunaayitid gadhiisu.
โ
Liidsi ganna kana gara Piriimiyerliigii Ingiliizitti guddachuu yoo dadhabe gurgurtaa taphattootaa irraa ยฃm100tti dhihaatu walitti qabuu qaba.
โ
Juventus fi Massimiliano Allegri ganna kana akka gargar bahan shakkiin hin jiru. Murteessuun hafe amma moo dhuma bara dorgommii kanaa irratti raawwachuu isaanii qofa.
โ
AC Milan jijjiirraa itti aanuuf Serhou Guirassy dursa akka kennu taasiseera. Boorushiyaa Doortimuundis taphataa sarara fuulduraa Stuttgart kana โฌ17.5M fudhachuuf fedhii qaba.
โ
Athletic Bilbao Fedhiin Baarseloonaa qabaatus jijjiirraa Nico Williams irratti Marii gochuu hin barbaadu. Kilabiin Baaskiin keewwatni gadhiifamuu isaa โฌ55M guutummaatti akka kaffalamu gaafatee jira.
โ
Khvicha Kvaratskhelia Napoli gadhiisuuf ariifannaa hin qabu, ganna kana jijjiirraa dirqisiisuuf hin yaalu jedha bakka bu'aan isaa.
โ
Maanchistar Yunaayitid Oolii Waatkins mallatteessisuu barbaada, taphataa ganna 28 kun piroofaayilii taphattoota isaan mallatteesisuuf barbaadan waliin waan walsimuu dha
โ
Xaaviin ganna kana Niikoo Wiiliyams Baarseloonaan akka dursa kenneefii mallatteesisu barbaada.
โ
Naapooliin taphataa sarara fuulduraa Kiristaal Paalaas Jiin Filiippii Mateetaan ganna kana Victor Osimhen bakka bu'uu akka danda'u adda baaseera.
Odeessaalee biroo
โ
Kilaboonni Piriimiyerliigii bara dhufu irraa eegalee yaada Scrap VAR'f dhiyaate irratti sagalee kennuuf jiru.
โ
Arsenaal bara dhufu Istaadiyeemii Emirates taphoota Arsenaal Dubartootaa 11 keessummeessuun qe'ee garee kanaa isa guddaa taasisuu beeksise.
โ
Sarjiyoo Aguweeroo: โMaan Siitiitti yoo xiqqaate shaakala dura saโaatii tokkoo fi walakkaa dura dhufna turre. Baarseloonaatti akka daqiiqaa 30 duraa ture. Anis akkas jedheen tilmaame, โSaโaatii tokko dura achitti argama, gara mana jireenyaa deemuu dandaโuu fi dhiisuu koo ilaala. Garuu lakki ibsaan illee cufamee ture. Baayสผee adda ture.โ
โ
Son Heung-min: "Gareen ani ijoolummaan deeggare? Maanchistar Yunaayitid sababni isaas ifatti, Ji-sung Park achi taphachaa ture. Inni goota biyyaalessaati. Inni michuu koo gaarii dha. Kanaaf ani Yunaayitid deeggaraa ture."
โ
Gareen biyyaaleessaa France taphattoota Awurrooppaa waancaaf filate 26 ifa godhe.
Kaanteen gara garee biyyaaleessaa deebi'e
โ
Kilaboonni england VAR irratti murtee dabarsuuf deemu.
@oduu_isportii
๐ 4๐ค 3
Photo unavailableShow in Telegram
๐ฌ๐ง Carraa Waancaaย Premier League injifachuu
๐ฌ๐ง Manchester City - 84%
๐ฌ๐ง Arsenal - 16%
[ OPTA๐ ]
๐ 16โค 3
Photo unavailableShow in Telegram
๐จ BREAKING: Yuventus Massimiliano Allegri hojii irraa gaggeesse ๐ โช๏ธโซ๏ธ
๐ 7
Photo unavailableShow in Telegram
David Moyeas ๐ฃ Manchester Siiti Yeroo Inni Waancaa injifachuuf Taphatuu Osoo Hintanee Yeroo Taphoota Bira Dhaabuunu Ulfaatadha
๐ 20
Photo unavailableShow in Telegram
#official Mohammed elnenyn arsenaln akka gadhisu beksiseera.
๐ 7
Photo unavailableShow in Telegram
"Arsenaal qabxii ni gata jennee hin eegnu."
Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaardiyoolaan Arsenaal qabxii akka hin gatnee ibsaniiru.
"Arsenaal dirreesaa irratti qabxii hin gatuu. Akkas jedhanii yaaduun gowwummaadha, tapha kana akka gaariitti ni injifatu. Akkasumas taphattoota kootti Arsenaal qabxii ni gata jedhaanii akka hin yaadnellee itti himeera, yoo akkas jedhanii yaaddan illee dogoggortan. Nuti carraa qabna." carraa qabnutti fayyadamna,'' jedhan.
@oduu_isportii
๐ 20โค 5
Photo unavailableShow in Telegram
Kool Paalmar badhaasa taphataa cimaa dargaggeessaa(young player of the season) Piriimiyerliigii Ingilaand 2023/24 injifateera
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย
Channel miseensaa
4k oli qabu
3.2k oli qabu
Namni bitachuu barbaaduu
@qartuukoo irraan nu qunnamuu dandeessu