BBO tti DFMB
Open in Telegram
2 060
Subscribers
+224 hours
+97 days
+1330 days
Posts Archive
2 060
Nagaa bultani? Gabaasa hojii faasilitii manneen guutuun istaandaardii foyyeessuf raawwataman karaa Mosaajii " SIP Campaign" jedhamu irratti akka biyyaatti gabaafamu keessatti kan naannoo keenyaa duwwaa akka ta'e hubatameera. Kanaaf, akkaataa gaaffii xalayaa kanaan dhihaateetiin hojiin hojjetame mosaajicha irratti akka guutamu haa taasifamu. Guyyaa gaarii!
2 060
Jaalleewwan Godinaaleefi B/Magaalotaa nagaa jirtuu baga xumura bara barnootaa bara 2016 geessan jechaa karoora DFMB bara barnootaa 2017 fi qooddii karoora hojii KTL kan isinii ergine ta'uufi akka hojiirra olchitan isin hubachiifna. Guyyaa gaarii!
2 060
Akkam bultan? Godinaaleefi Bul. Magaalotaa keenya haaluma xalayaa irratti ibsameen hojii kana gara mana barnootaatti gadi buusuun hojiirra oolchaa.
2 060
Akkam Jirtan? Cheeklistii hojii kur. 4ffaa bara 2016 kan isinii ergine ta'uu isin beeksisaa karoora raawwii hojii hanga kur. 4ffaatti jiru akkaatuma cheeklistii fuula -11 irratti ibsameen guuttanii mallattoo hogganaan mirkanaa'ee hanga Caamsaa 20/2016tti akka ergitan isin hubachiisna.
2 060
Akkam jirtu? Bara 2017tti hojii hojjetamu karoorfachuuf ka'umsa akka tahutti hojiiwwan ijoo ta'anii adda bahan kanaa gadii Aanaaleefi qaama dhimma ilaallatu hunda hirmaachisuun guca ergame kanarratti guuttanii akka deebistan gaafanna
2 060
Akkam jirtu? Raawwii nyaata manneen barnootaa ilaalchisee, odeeffannoon baay'ee barbaadamu waan jiruuf uunka sadii (3) qophaa'ee isiniif ergame kanneen irratti ofeeggannoodhan guuttamee guyyaa jedhame keessatti akka nu dhaqabu haa ta'u!
