fa
Feedback
BBO tti DFMB

BBO tti DFMB

رفتن به کانال در Telegram

Qindoomina Biiroo, godinaalee fi Bul/Magaalotaa

نمایش بیشتر
2 060
مشترکین
+224 ساعت
+97 روز
+1330 روز
آرشیو پست ها
Nagaa bultani? Gabaasa hojii faasilitii manneen guutuun istaandaardii foyyeessuf raawwataman karaa Mosaajii " SIP Campaign" jedhamu irratti akka biyyaatti gabaafamu keessatti kan naannoo keenyaa duwwaa akka ta'e hubatameera. Kanaaf, akkaataa gaaffii xalayaa kanaan dhihaateetiin hojiin hojjetame mosaajicha irratti akka guutamu haa taasifamu. Guyyaa gaarii!

Karoora 2017.pdf5.67 MB

+4
Mana Jireenya Barsiistotaa.xlsx0.13 KB

Jaalleewwan Godinaaleefi B/Magaalotaa nagaa jirtuu baga xumura bara barnootaa bara 2016 geessan jechaa karoora DFMB bara barnootaa 2017 fi qooddii karoora hojii KTL kan isinii ergine ta'uufi akka hojiirra olchitan isin hubachiifna. Guyyaa gaarii!

Hi

Akkam bultan? Godinaaleefi Bul. Magaalotaa keenya haaluma xalayaa irratti ibsameen hojii kana gara mana barnootaatti gadi buusuun hojiirra oolchaa.

+1
Document to be Implemented.pdf3.83 MB

Godinaaleen/ Bul. Magaalotaa dokumentii kana haala ibsameen hojiirra oolchaa.

+1
Xalayaa cheek-Listii k.4ffaa.docx0.16 KB

WORD'n immoo kunooti

Akkam Jirtan? Cheeklistii hojii kur. 4ffaa bara 2016 kan isinii ergine ta'uu isin beeksisaa karoora raawwii hojii hanga kur. 4ffaatti jiru akkaatuma cheeklistii fuula -11 irratti ibsameen guuttanii mallattoo hogganaan mirkanaa'ee hanga Caamsaa 20/2016tti akka ergitan isin hubachiisna.

+2
Gahee hojii G.Mijaa'inaa (3).docx0.46 KB

Jaalleewwan nagaa jirtu? gahee hojii kana fayyadamaa

Kan Excel jiru kunooti!

Akkam jirtu? Bara 2017tti hojii hojjetamu karoorfachuuf ka'umsa akka tahutti hojiiwwan ijoo ta'anii adda bahan kanaa gadii Aanaaleefi qaama dhimma ilaallatu hunda hirmaachisuun guca ergame kanarratti guuttanii akka deebistan gaafanna

GodinaaleefiBul.magaalotaaf.pdf3.58 KB

Nagaa bultani? Xalayaa kana akkaataa barbaadamuun hojiirra olchaa. Guyyaa gaarii

Yaa dubbiffamu.

see

Akkam jirtu? Raawwii nyaata manneen barnootaa ilaalchisee, odeeffannoon baay'ee barbaadamu waan jiruuf uunka sadii (3) qophaa'ee isiniif ergame kanneen irratti ofeeggannoodhan guuttamee guyyaa jedhame keessatti akka nu dhaqabu haa ta'u!