cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ILMA HIN DUUNE!

Uumaa kee gaditti si faarsee Afaan koon si ebbisaa Jiraachuu keef gammadee Miidhama keefmmoo gadda WBO ilma hin duune Dhiigoodhaaf na mararta!! @IRBUU_430 ✍️ Yaadaa fi dhaamsa keessaniif @WabiifanT_2013 & ❤️❤️💚💚❤️❤️☑️✔️☑️ @FearAllah_bot !

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
200
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Ani yooman du'e?! Maalif anaaf boossu Du'eera jettanii Goonni du'aan booda Jiraachuu hin beektani? Ani yooman du'e Akkamiyyuun du'aa? Sichinoo jiraadhee Bakkan yaade ga'aa. Firii na fakkaatu Micirraan hojiikoo Kumaatama qaba Oromo lammiinkoo. Ammas jiraataadha An yoomiyyuu hin du'u Dhalootatu jira Kan faanakoo bu'u. Agartuun jaamullee Bakki argaa hin jaamu Kan argu magarsa Lalisaadha yoomuu. Kanaaf an hin duune Du'eera hin jedhinaa Imimmaan buuftanii Tasa naa hin booinaa! Du'e maalif jettuu Goonni akkamiin du'aa? Seenaansaa siidaadha Goonni yoomuu hin du'u Dhalootatu jira Kan bakka isaa bu'u. Kanaaf jiraataadha An hin duune tasumaa Lafeen ijaareera Riqaa bilisummaa. Kiyyas dabaladhaa Ba'aa wal gargaaraa Amna an eegale Xiiqiidhaan xumuraa! Hin duune nan rafe An ammayyuu jira Xiqquman boqodhaa Caayaa naaf ijaaraa! Nan boqodhe malee An yoomuu hin du'u Miciraan kaa'era Kan bakka koo bu'u. Kan duute naan jettu Maal of hin agartuu Jirta mitii ati Faana kiyya buutee Kan gucakoo dhaaltu Dhiigni kiyya cobe Lafeen kiyya cabe Si'lin magarseera Siidaa hin jigne dhaabee. An kanaafan jira Baraanuu hin du'u Situ bigileera Kan bakka koo bu'u. Lamuu naan hin jedhin Osoon jiruu duute Dhaloonni si jira Kan bakkakoo buute. Guca bara baraa Dungoo bilisummaa Dhiigaan gabsiiseera Fincila garbummaa. Diddaan haa finiinu Qabsoon itti haa fufu Aarsaa lubbuu gootaan Birmadummaan ha dhufu. Hin du'e hin jedhinaa Yogguu goonni kufu Lafee isaa boba'uuni Kan dukkanni ifu. Nara tarkaanfadhaa Itti fufaa gabsoo Dina keessaaf alaan Wal gabaa wal'aansoo! Sabni cunqurfamaan Mirga isaa haa goonfatu Biyyi cunqu https://Telegram.me/IRBUU_430
Show all...

Arginee hin dhageenye Lakki hin jiru ciraatti Namni lubbuu qabaataa Nama gubu jiraatti! Jarri kun nama miti Bofa, sanyii bineensaa Lammii tokko jettanii Nun godhinaa miseensa Warra haaromsaa jiran Seenaa abbootii jaraa Ilmaan haraamuu waliin Firoomnee buluun dhara Dhala namaa ibiddaan Warra gubee sooratu Sheexana fakkii namaa Dhiiga araadee foolatu Kan rabbiin addaan uume Gargar foo'ee olitti Leenci bosonaaf bofti Firoomuuree walitti? Lakki hin ta'u abadan Seerri uumaa hin cabu Oromoon Am**ra irraa~gumaa baafatu malee Firooma tokko hin qabu! Osoon hiddamin, hidduuf Tokkicha falli bofaa Dugda abbaasii kutanii Mataarra ejjachuu qofa! Dhiiga namaa naane Warra jiraas manatti Oromoota gube bookkise Warra jireenya namatti Qumaara seexana taphate Dhiigni har'a ititee Haroo fakkaatu garba Gaaf tokko ilmaan haraamuu Hundashee haree darba Dhiiga ilmaan qulqulluurraa Har'a bookkiftus jarri Gatii ishee kaffalchiisa Oolee bubbulus barri!
Show all...
Arginee hin dhageenye Lakki hin jiru ciraatti Namni lubbuu qabaataa Nama gubu jiraatti! Jarri kun nama miti Bofa, sanyii bineensaa Lammii tokko jettanii Nun godhinaa miseensa Warra haaromsaa jiran Seenaa abbootii jaraa Ilmaan haraamuu waliin Firoomnee buluun dhara Dhala namaa ibiddaan Warra gubee sooratu Sheexana fakkii namaa Dhiiga araadee foolatu Kan rabbiin addaan uume Gargar foo'ee olitti Leenci bosonaaf bofti Firoomuuree walitti? Lakki hin ta'u abadan Seerri uumaa hin cabu Oromoon Am**ra irraa~gumaa baafatu malee Firooma tokko hin qabu! Osoon hiddamin, hidduuf Tokkicha falli bofaa Dugda abbaasii kutanii Mataarra ejjachuu qofa! Dhiigni har'a ititee Haroo fakkaatu garba Gaaf tokko ilmaan haraamuu Hundashee haree darba Dhiiga ilmaan qulqulluurraa Har'a bookkiftus jarri Gatii ishee kaffalchiisa Oolee bubbulus barri! ✍️.... Riyaad Raayyaa
Show all...
Repost from Zak Dube
@AmnestyEARO @SpecialReport @SecBlinken @SFRCdems @UN_HRC @UN_HRC It is really shocking to see the barbaric actions of Fano Amhara militants who are burning human alive (a man from Tigray)!They have done this multiple times in Oromia as well!Very graphic to share!
Show all...
Taarikuu Aaggizii jedhama. Baha Oromiyaatti nama 30maan WBO barbaacha yaa'anii kuni irraa hafte. Ilaalis dhageefadhu waan dhiigoo dhiiga diina firaatiif taatu. Akka warra ufi hin beekne sana miti isa dhiiga isaa qulqulluu ajjeessee Shanee jechuun gubu. Oromoon qawwee diinaa baatee moonaa diinaa keessa sosso'u silaa kanarraa waan guddaa barachuu qaba ture.
Show all...
Mooraan Yunivarsiitii Finfinnee haalaa ulfaataa keessa jira. Dhaamsa Armaan Gadii kana Barataa Oromoo mooraa Yunivarsiitii finfinee kiiloo 6 keessa jirutu naan ga'e! 👇👇 Guyyaa gaafa sambata xiqqaa irraa jalqabee haalli mooraa keessa jiru kan durii irraa addadha. Sababni isaas ilmaan habashaa mooraa keenya keessa jirtu arrabsoo Oromoofi Oromummaaf qabani bifa waraqaadhaan print godhani mooraa keessatti jimaata galgala maxxansanii bulani. Sana irraa ka'uun ijoolleen Oromoo mooraa keenya keessa jirtu guyyaa sambata xiqqaa ganama walitti qabamanii mareerra turani. Yeroo maree mari'annu kanatti qaamni dhufee maal taatani nuun jedhe tokkoyyuu hin jiru. Garuu security'n mooraa akka nuyi gargar facaanuuf yaalii gochaa turani. Nuyis tokkummaa keenya jabeeffanne ni morkanne. Sana booda dhaadannoo jalqabnee gara biiroo president deemne. Sana booda ni mari'anna jedhani galmatti nu mariisisan. Gaaffii qabnu hunda ni gaafanne. Gaaffiin keenyas, ijoollee arrabsoo kana qopheessani irratti mooraa akka tarkaanfii fudhatuufi yoo mooraan tarkaanfii hin fudhatu ta'e nuyi tarkaanfii mataa keenyaa ni fudhanna jenne. Akkasumas alaabaa lummuxxii akka jarri mooraa keessatti hin uffanne gaafanne. Sana booda warri mooraa beeksisa baasani akka jarri uffaticha hin uffanne. Guyyaa har'aa immoo ijoollee uffata alaabaa lummuxxiifi suuraa Minilik qabu uffatan arginee tarkaanfii irratti fudhanne. Sana booda laaqana nyaannee ammas jarri ijoollee keenya rukutani waan jedhu dhageenye. Sana booda ammas tarkaanfii fudhachuuf maree irra turre. Kana gidduutti namni tokko nu bira taa'ee sagalee ijoollee keenyaa waraabaa ture. Ijoolleen keenyas namicha argitee gara namichaatti deebite, namichi shugguxii dhoksaatti baatee jira ture. Isa irratti tarkaanfii cimaa fudhanne garuu hin ajjeesne. Nuyi garuu poolisii federaalaan marfamnee jirra. Yeroo nuyi tarkaanfii fudhannu dhufanii namicha fuudhanii deemani. Waan boor uumamu immoo bullee ilaalla!
Show all...
#Galmatti #Dhiyaate Leenca keessi gadda Ilkaaniin seeqata Dhukkubsateen aada Madaa bara meeqaa Qoreen har'a isa diru Madaa jiru raasaa Dhufee isa rukutee Yaaddoos itti kaasaa Goddaannisni hamaadha Tasaas irraa cituu Kanaaf isa dhukkubnaanii Iyyee kan inni aadu Madaa kana jedhee Maalittiif fakkeessa Yookiin sagaleessee Maalittiif akkeessa Situu anaaf gahee Abbaaf obboleessaa Situu anaaf qoorsee Imimmaan bar-meeqaa Akkeessus fakkeessus Sitti gonkuma hin gahu Uleen diinni nu dhaaneen Hin badduus hin cabduu Ati dhaaba taateerta Gonkumaa hin cittuu Hidhaa hin cinne qabda Amaanaa fi irbuu Ulee haqaaf kaatee Ishee gabrummaa reebdu Ishee gaafa dhiphannaa Abbaa mil'uu hedduu Gonkumaa si hin dhaabdu Dololloon si yaatuu Ati laga guddaadha Kan Oromoon madduu Uumama jireenyaaf Bosona manni kee Dhagaadha boraatiin Firiidha nyaanni kee Dhuguma Shaneedha Dhugaa haqa qabda Shanacha Oromootaa Irbuu Abbaa gadaa Waaqa waliin jirta Yoomiyyuu laliftee Siichi waa si hin dhaabu Galmatti dhiyaatte
Show all...
#Galmatti #Dhiyaate Leenca keessi gadda Ilkaaniin seeqata Dhukkubsateen aada Madaa bara meeqaa Qoreen har'a isa diru Madaa jiru raasaa Dhufee isa rukutee Yaaddoos itti kaasaa Goddaannisni hamaadha Tasaas irraa cituu Kanaaf isa dhukkubnaanii Iyyee kan inni aadu Madaa kana jedhee Maalittiif fakkeessa Yookiin sagaleessee Maalittiif akkeessa Situu anaaf gahee Abbaaf obboleessaa Situu anaaf qoorsee Imimmaan bar-meeqaa Akkeessus fakkeessus Sitti gonkuma hin gahu Uleen diinni nu dhaaneen Hin badduus hin cabduu Ati dhaaba taateerta Gonkumaa hin cittuu Hidhaa hin cinne qabda Amaanaa fi irbuu Ulee haqaaf kaatee Ishee gabrummaa reebdu Ishee gaafa dhiphannaa Abbaa mil'uu hedduu Gonkumaa si hin dhaabdu Dololloon si yaatuu Ati laga guddaadha Kan Oromoon madduu Uumama jireenyaaf Bosona manni kee Dhagaadha boraatiin Firiidha nyaanni kee Dhuguma Shaneedha Dhugaa haqa qabda Shanacha Oromootaa Irbuu Abbaa gadaa Waaqa waliin jirta Yoomiyyuu laliftee Siichi waa si dhaabu Galmatti dhiyaattte
Show all...
Bilxigginnaan Eebantuu, Haroo Limmuu fi Gidda keessatti walitti guuramtee gandoota baadiyyaa onoota kanaa kan WBOn dhuunfatamanii jiran opireeshinii geggeessinee yoo dandeenye deebisnee caasaa keenya ijaarranna, kanaaf ijibbaachuu qabna jettee mari'ataa akka jirtu odeessi dhufe ni hima. Uummatni eeggannoo godhaa, WBOn qophiidha. Waan kun badisa ishee isa dhumaa saffisiisa!
Show all...
Kaayyoon qabsoo bilisummaa Oromoo akkuma ABOn tolchetti, #Walabummaa Oromiyaatiin Bilisummaa Oromoo mirkaneessuu yokiin mirga hiree Hireemurteeffannaa Oromoo mirkaneessuu qofadha. Qabxii kana sagantaa adda bilisummaa Oromoo irraayis ta'e barruu Wikipedia irraatti ol kaayamee jiru irraa argachuu ni dandeessu. "#OLA_Aims In November 2021, Jaal Gammachiis Aboye described the goal of OLA as "Liberating" Oromos, after which Oromos would have to vote on their future and decide on inter-ethnic relations.[12] (Wikipedia)" ABOn Kaayyoo qabsoo Bilisummaa Oromoo galii isaa biraan ga'uutiin gaaffileen Oromoo hundi deebii argachuu danda'u jedhee amana. Sabni Oromoo akka saba garbummaa jala jiru tokkootti, Gaaffilee heedduu ni qaba. Gaaffilee uummanni Oromoo qabu kunneenis; -Gaaffi mirga namoomaa ofii kabachiisuu -Gaaffii mirga Dimokiraasii ofii mirkaneessuu -Gaaffii Dinagdeen of danda'uu -Gaaffii Tajaajila Fayyaa, Daandii, fi bu'uraalee misoomaa biroo argachuu, -Gaaffilee Tajaajila Bishaanii fi Ibsaa -Gaaffilee Afaanii fi Aadaa -Gaaffilee walgahinsa fi Qulqullina Barnootaa -Gaaffilee Hidhamtoota Siyaasaa -Gaaffii Daangaa fi Finfinnee -Gaaffilee Walqixxummaa fi kkf fa'a ni qaba. Haa ta'u malee, Gaaffileen Kunneen marti deebii waaraa fi fulla'aa argachuu kan danda'an, Impaayira kolonii Xoophiyaa keesaatti osoo hin taane, #Kaayyoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan AB0'n wixibame sana mirkaneessuun qofadha. Kaayyoon qabsoo bilisummaa Oromoo ammoo kan harka AB0-WB0 qofa keessa jiru waan ta'eef, AB0-WB0 jala hiriiruun qabsaayuu qofaan gaaffileen "chirchaaroo" akka sabaatti qabnu guurummaatti deebii argachuu danda'u. Gaffileen Chirchaaroo akka sabaatti qabnu cufti bu'ura ireaa walabummaa Oromiyaa keessatti qofa deebii waaraa argachuu danda'u! "Qabsoon bilisummaa Oromoo Kaayyoo ifaa tokko qofa qaba; Oromoon garuu Gaaffilee heedduu qaba!" Yaada kana hubachuudhaan qajeellootti bilchinaan masakamuu nu barbaachisa. Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo ganamaa osoo galii isaa biraan hin ga'in gaffileen Chirchaaroo Sabni Oromoo qabu bu'ura irraa deebii waaraa argachuu hin danda'an. Hanga walabummaan Oromiyaa hin mirkanoofnetti #Gaaffilee Oromoo deebisuunii xumuruun matumaa hin danda'amu. Wanti qabsoo bilisummaa Oromoo lafarra dheeresses, Kaayyoo bu'uraarra utaalanii Gaaffilee chirchaaroo gafachuu fi deebisuuf tattaafachuudha. Gaaffileen saba Oromoo gutummaan guutuutti qabsoo bilisummaa Oromoo galii isaa biraan ga'uun deebifama!
Show all...