cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Advertising posts
5 315
Subscribers
+224 hours
-167 days
-1430 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
https://t.me/hiikaayaadaa
520Loading...
02
https://t.me/boost/hiikaayaadaa
1470Loading...
03
Weellisaa beekkaman maaykil jaaksan waggaa 150 jiraachuuf karoora qabatee ture. Kanaafis Doktoroota 12 manatti qacaruun/mindeeysuun, guyyaa guyyaan rifeensa mataatii hanga qeensa miilaatti fayyummaa isaa akka ilaalan taasise. Nyaanni isaa yeroo hunda utuu isaaf hin dhiyaatin laboratoory'dhaan ilaalamee dhaqaaf. Dabalataan Namoonni biraa 15 qacaramanii dalagaa fi ispoortii/sochii qaamaa isaa too'atu. Sireen inni irra rafu teknooloojii ofii isaatiin sadarkaa oksiijinii too'atu qaba. Qaamoleen namaaf barbaachisoo tahan (Onnee,Kalee,Tiruu,....) faa nama kennuuf kaffaltiin qopheessee kaa'atee ture.kanaaf yeroo barbaachisanitti battalumaatti bakka buusuuf. Abjuu waggaa 150 jiraachuutiin deemsa itti fufe. Kalaasโ€ผ Hin milkoofneef Waxabajjii 25 bara 2009A.L.A umrii isaa waggaa 50tti onneen isaa dalagaa dhaabde. Hojiileen doktoroota 12nii hin milkoofneef. Biyyoota adda addaa kan akka kaalifoorniyaa fi loosanjles irraallee doktoroonni dabalataa waamamanii garuu baraaruu hin dandeenye. Waggaa 25niif namichi doktorootaan malee hin tarkaanfatin,abjuu isaa waggaa 150 jiraachuu hin dhugoomsine. Deemsi xumuraa jaaksan tamsaasa kallattii(live) namoota miiliyoona 2.5n daawwatame.kun immoo dheerinaan fi baayyinaan hamma yoonaa dorgomaa hin qabu. Guyyaa inni du'u Waxabajjii 25 2009 halkan sa'atii 9:15tti, Wikipedia, Twitter,AOL's instant messenger dalagaa dhaabanii turan.kunis namoonni miiliyoonaan lakkawaman walfaana gara google seenanii du'a isaa barbaadaa waan turaniifi. Jaaksan du'a injifachuuf ture.duuti garuu isa injifatte. Argitee? Qabeenyi ati itti of abdattu gaaf tokko si gana! Beekkamtiinis akkasuma si gana! Waaqni inni hundumaa dandaโ€™u garuu si oolcha! Dhukkubi Waaqa caalu hin jiru. Qorichi keenya Kan Nam-tolchee mitiโ€ฆQorichi keenyaafi milkeessan keenya waaqa! @Hiikaayaadaa
1911Loading...
04
Media files
1480Loading...
05
https://t.me/boost/hiikaayaadaa
1770Loading...
06
Dhaloota ija Dhalootaa keessa jirtanni waan Seenaa Ta'uu hojjachu Malee Dhugdee Ija Dhaloota keessa akka bahatu Sii hin eeyyamu seenaan
2541Loading...
07
Milkaa'ina booda boqonnaa hin fudhatin. Sababni isaas yeroo akka tasaa kuftetti afaan namoota hedduutu si eeggata Injifannoon kee kanaan duraa ka carraa akka ture sirratti haasa'uuf! ~ Bill Gates
2891Loading...
08
.Falfala Yeroo tokko biyya Arabaa keessa daldalaan tokko jiraata ture. Yeroo baayโ€™ee meeshaalee isaa gurguruuf gara biyyoota Fagoo deemaa ture. Haati manaa isaas falfala tokko tokko beekti turte. Yeroo abbaan warraa ishee fagaatee deeme kophaa isheeย  kitaabota falfalaa dubbisti ture. Waggoota muraasa booda humna falfalaatiinย  cimtuu taate. Daldalaan kun qarshii hojjate mara isheedhumaaf kenna ture. Yeroo tokko daldalaan sun imala dheeraa deemee jiโ€™ootaaf kara manaatti hin deebine. Kaayyon isaas qarshii hedduu qabatee deebi'uuf ture. Yeroo sanatti haati manaa isaa rakkina keessa turte. Abbaa manaa ishee irratti aartee nama biraa magaalattii keessatti qabeenya qabutti heerumte. Abbaan manaa ishee yeroo deebi'u waa'ee ishee yemmuu dhaga'u gadda itti dhaga'ame.ย Manaย  biratti akka isa argiteen isa abaartee humna falfalaa hamaa isheetiin gara sareetti jijjiirte. Daldalaan kun daandii irratti asiif achi naanna'ee akka saree nyaata daandii irraa nyaata. Gaaf tokko naannoo mana fooni tokkoo deeme. Abbaan mana Fooni sun foon lafee qabu tokkoย  Kenneef. Sareen foon qofa nyaate malee lafee hin nyaanne. Abbaan mana Fooniiย  sun hubatee ilaale. Sana booda intala isaaย  falfala beektutti hime. Intalli isaa gadi baatee saree sana hubannoodhaan ilaalte. Humna falfalaa isheetiin saree dhugaa akka hin taane beekte. Abbaan mana foonii sun intala isaatiin โ€œKara namaatti deebisuu ni dandeessaa?" jedhee gaafate. Intalli isaas โ€œEeyyee nan dandaโ€™aโ€ jettee deebisteef. Sana booda bishaan qodaa tokkoon qabatteeย ย  jechootaa falfalaa tokko tokko dubbatte. Bishaan sana saree sana irratti facaafte. Sareen sun daqiiqaa tokko keessatti garaย  bifa nama dhugaattiย  jijjiirame. Daldalaan sun ajaa'ibsiifatee akkas jedhe. "Oo! Amma gara bifa kootti deebi'eera". Achiis daldalaan sun intala Ogeettiiย  sanaan, โ€œHaadha manaa koo sana barumsa gaarii barsiisuun barbaada. Kanaaf gara Harreetti ishee jijjiiruu dandeessaa?"jedhe. Intalli Ogeettiin sun yeroo muraasaaf yaaddee ergasii bishaan meeshaa keessa jiru fudhattee keeyyata falfalaaย  tokko tokko weeddifte. Sana booda daldalaaf kennite yoo inni bishaan haadha manaa isaa irrattiย  facaaseย  Harree akka taatu itti himte. Daldalaan bishaan sana fudhatee gara mana isaa durii deeme. Haati manaa isaa yeroo sanatti Oddoo biqiltuuย  keessa turte. Daldalaan sun duuba ishee deemee bishaan itti facaase. Utuu hin turin harree taate. "Adabbiin siif mala malee anaaf miti." jedhee daldalaan harreetti hime. Sana booda gara abbaa mana fooni dhaqee intala isaa fuudhuufย  gaafate. Abbaan intalaasย  daldalaa sanatti heerumsiise. Sana booda gammachuudhaan waggoota hedduudhaafย  jiraatan. @Hiikaayaadaa
2911Loading...
09
https://t.me/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId779632176
3090Loading...
10
OfEeggannoo Oomishaalee daakuu aannani 2 Ulaagaalee nageenyaa fi qulqullinnaa guutanii waan hin argamneef hawaasni akka itti hin fayyadamne jedhameera. 1แŠ›. #Sultan Instant Full Cream Milk Powder (400g) , (PD 19/02/2024, & Exp 18/02/2026 B.NO.56 2แŠ›. #Nura Super Instant Full Cream Milk Powder (400g) PD 01/11/2023 แŠฅแŠ“ Exp 31/10/2025 BT 23246006 LOT No. 230915 291123003127 Omishoonni kunniin sababa hanqinna ulaagaalee nageenyaa fi qulqullina sadarkaa guutani waan hin argaminiif, hawaasni akka hin fayyadamne Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannoo akeekkachiiseera. @Hiikaayaadaa
4341Loading...
11
Namni Amala Nama Hubaachuu qabuu kan Nama kamiyyuu Hubaachuu akka danda'uu Beeku qabdaa....... Ijji keenya Waan firii qabuu yoo ilaalee Miraa Gammachuu fi akka onnachuu dandeessuu keessa keeti horaa deema.... ๐Ÿ‘‰@Hiikaayaadaa
3570Loading...
12
Murtoo Abbootii Gadaa
4280Loading...
13
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala โ€“ Biiroo Barnootaa Oromiyaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu taโ€™uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera. Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera. Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan taโ€™uu ragaan biiricharraa argame ni mulโ€™isa @Hiikaayaadaa
4420Loading...
14
Dhaloota Abdii Eegree Gaarummaan Riqicha Milkaa'inati Gaafa Namnii Asi fi achi Qabee Maaliif jedhee ofirraatti Xinxalaa Gaggeessi. Gaafa Namnii Sii Jibee Maaliin Modda koo Rakkoo koo jedhi ofirraatti Xinxalaa Gaggeessi. Gaafa Gammachuu Sammuu kee Dabalee Milkaa'inni Hojii Dabalaa Deema ๐Ÿ˜ณ @Hiikaayaadaa @Hiikaayaadaa
4600Loading...
15
Biyyaa Magariisuma Qabdu
5150Loading...
16
Namni kamuu waan uumamaan kennameef ni qaba. Addunyaa jijjiiramaa keessa waan jirruuf waan dabalataan argannuu fi kan dhabnuuf kan dagannus jiraachuu mala. @Hiikaayaadaa
4300Loading...
17
Dandeetti Kee Yaaduu Keeti
4841Loading...
18
Of beekuun itti gaafatamummaa kee qofa.
5003Loading...
19
๐Ÿ‘‰Qaama keenya keessa Kan Sammuu keenya Ajajamu diddu Isaa Kami.......โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ
5572Loading...
20
โœด๏ธNamni tokko tokko Dirree ofi keessa jirutti sii madala Oola๐Ÿ’ฅ
5953Loading...
21
โœด๏ธXinxalaa Yaadaa Sammuu โœด๏ธ ๐Ÿ‘‰Gaafa Namni Obsaa Godhate Kun..... Gowwaa dha jedhuu ๐Ÿ˜ณ ๐Ÿ‘‰Gaafa Namni Arrifate Dubbate Kun...... Jarjaara dha jedhuu ๐Ÿ˜ณ ๐Ÿ‘‰Gaafa Namni Miraa Taasiigaba Jiraachuu eegalu Kan Nama koruu barbaaduu Baay'ee dha. ๐Ÿ‘‰Dhaloota Yaadaa Taasiigaba Qaban wajjin yeroo ooltu Sammuu kees Taasiigabii Horaacha Deema ๐Ÿ˜ณ @Hiikaayaadaa
5800Loading...
22
Namnii Bara Jiraatuu keessatti Yaada isaa fuule ykn Dawwiitti godhee Of keessatti ilaala deemuu qaba kunis akka maal hojjacha jirtu Of beekaa Deemta Malee kufaatiif sii qopheessuu Of Beekuun Formula hin qabuu Jedhee ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Gar Pro Miratuu Shananii @Hiikaayaadaa
5322Loading...
23
๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅOf beekuu: Kunis miira, cimina, dadhabina, fi gatii mataa keenyaa adda baasuu fi hubachuu kan dabalatudha. Miirri keenya yaadaafi amala keenya irratti dhiibbaa akkamii akka qabu hubachuuf nu gargaara
5402Loading...
24
#Galma_Kee_Fakkaadhu ๐Ÿ’ฅ ๐Ÿ‘‰Galma kee fakkaadhu. Dubbii xixinnoon hin marfamin. Akka harraagessa lukkuu waliin ooltuu dubbii mandaraa keessa hin oolin. Dubbiin mandaraa akka madaa kulkufamtuuti. Isaan si sakaalanii gahuumsa kee irraa si hambisu. Galmi kee boruu galmee qofa ta'ee akka hafu si taasisu. Abjuun abjootte abjuu ta'ee akka hafu si gufachiisu. Harraaggessi lafa harraaggessi oolu oolti. Leencis lafuma leenci oolu oola. Lukkuunis lafa oolmaa mataa ishee qabdi. Naannoon kee galma kee boruu sana haa fakkaatani. Xinnoo irraa jalqabi garuu wantootni xixinnoon si hin sakaalin. Waan xinnoo taasisuun shaakali garuu galma xinnoo hin qabaatin. Waan xixinnoo baayyee jibbitu qabaachuu dandeessa garuu, xinnoo ta'uu sirriitti jibbi....โˆš @Hiikaayaadaa
6761Loading...
25
https://t.me/boost/hiikaayaadaa
6510Loading...
26
#Guyyaa_lama_Hafe โœ…Tap Swap xummuramuuf guyyaaย  2 qofatu hafe hanga dandessan Tap Tap godha. Dabalataan VPN on gochuun task garaa gara argattan hojedha. https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_779632176
7430Loading...
27
๐Ÿ‘‰Xayyaarri biyya #Maleeshiyaa Flight370 jedhamu kun bara 2014, waggaa 10 dura imaltoota 169 waliin, galaana guddaa Pasific keesdatti dhidhime. ๐Ÿ‘‰Qorattoonni waggaa kudhan guutuu xayyaarichi eessa akka bu'e dhabaniiti bara 2024, (barana) daka galaanaa keessatti argan. ๐Ÿ‘‰Namoonni xiyyaaricha keessa jiran hundi akkasumatti dudu'anii bishaan keessatti xiyyaarichaa waliin hafan. ๐Ÿ‘‰Rabbiin bobbaa fi gala keenya nagaa nuuf haa godhu. BBC irraa.....
6081Loading...
28
Dhaloota Yaadaa Gabbata Oomishu ta'uuf Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!
6095Loading...
29
#Rafuu_Guddisuun_Hojii_Kuffisuu_Fida
6180Loading...
30
Qeerroo Ijaa BIYYAA Jirtu akkam nagaa dha....
6531Loading...
31
#Guyyaa_Saddiitu_Hafe โœ…Tap Swap xummuramuuf guyyaaย  3 qofatu hafe hanga dandessan Tap Tap godha. Dabalataan VPN on gochuun task garaa gara argattan hojedha. https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_779632176
8280Loading...
32
Yeroo kee kun mukaa Goga akka Ta'ane Beeku qabdaa
6492Loading...
33
Namni Sammuun gabroome, harka hojii irra harka kadhaaf beekamtii kenna
7092Loading...
34
Pireezidaantonni yunivarsitiiwwan sadii sababa odiitiitiin bakka hojii isaanii irraa kaafamuun beeksifameera. Yuunivarsitii Finfinnee dabalatee yunivarsitiiwwan shan irratti akeekkachiisni barreeffamaa cimaan kennameefii jira. Kunis kan mulโ€™ate gamaggama Koreen Baajataa fi Dhimma Faayinaansii Mana Maree Bakka Buโ€™oota Ummataa raawwii karoora Ministeerri Maallaqaa jiโ€™oota sagaliif baase taassise irratti. Akka Obbo Ahmad Shideen korichaaf ibsanitti pirezidaantonni Yuunivarsitii Wolaayitaa Sooddoo, Gaambeellaa fi Miizaan-Teeppii itti gaafatamummaa isaanii irraa kaafamuufi Pirezidaantonni Yuunivarsitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Yuunivarsitii Debree Birhaan, Yuunivarsitii Finfinnee, Yuunivarsitii Jinkaa fi Yuunivarsitii Bulee Horaatiif akeekkachiisni barreeffamaa cimaan kenname jira.
9253Loading...
35
https://t.me/boost/hiikaayaadaa
6250Loading...
36
https://t.me/hiikaayaadaa/4262
6520Loading...
37
Rakkoo fi gammachuun Hunduu dhufee darbaa Wantoota gaggaarii Seenaa ka'aa darbaa.
6110Loading...
38
Dhaloota Sammuu Qabuun Busy Ta'uu Osoo Ta'ane Dhaloota Sammuu isaani Hojjatee Hojiin Busy ta'u Qaban Qabda. HIIKAA YAADAA CHANNEL https://t.me/+VGZFYp67B4oGzJDZ Hordoftoota Keenya Waliif Share godha @Hiikaayaadaa
6280Loading...
39
Lolaa Hojjadhu Hojjacha lolii Obsii Injifannoo Milkii fida https://youtube.com/watch?v=HOTLZ8syUnc&feature=shared
6192Loading...
Show all...
๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

https://www.facebook.com/hayilee.gi

http://www.hayileegirmaa/

https://t.me/+VGZFYp67B4oGzJDZ

https://www.tiktok.com/@hayilugirmaa?_t=8iSGHQRZETl&_r=1

Milkaa'ina ilma namaatif ilaalcha sammuu isaa ijoo dha

Show all...
๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Boost this channel to help it unlock additional features.

Weellisaa beekkaman maaykil jaaksan waggaa 150 jiraachuuf karoora qabatee ture. Kanaafis Doktoroota 12 manatti qacaruun/mindeeysuun, guyyaa guyyaan rifeensa mataatii hanga qeensa miilaatti fayyummaa isaa akka ilaalan taasise. Nyaanni isaa yeroo hunda utuu isaaf hin dhiyaatin laboratoory'dhaan ilaalamee dhaqaaf. Dabalataan Namoonni biraa 15 qacaramanii dalagaa fi ispoortii/sochii qaamaa isaa too'atu. Sireen inni irra rafu teknooloojii ofii isaatiin sadarkaa oksiijinii too'atu qaba. Qaamoleen namaaf barbaachisoo tahan (Onnee,Kalee,Tiruu,....) faa nama kennuuf kaffaltiin qopheessee kaa'atee ture.kanaaf yeroo barbaachisanitti battalumaatti bakka buusuuf. Abjuu waggaa 150 jiraachuutiin deemsa itti fufe. Kalaasโ€ผ Hin milkoofneef Waxabajjii 25 bara 2009A.L.A umrii isaa waggaa 50tti onneen isaa dalagaa dhaabde. Hojiileen doktoroota 12nii hin milkoofneef. Biyyoota adda addaa kan akka kaalifoorniyaa fi loosanjles irraallee doktoroonni dabalataa waamamanii garuu baraaruu hin dandeenye. Waggaa 25niif namichi doktorootaan malee hin tarkaanfatin,abjuu isaa waggaa 150 jiraachuu hin dhugoomsine. Deemsi xumuraa jaaksan tamsaasa kallattii(live) namoota miiliyoona 2.5n daawwatame.kun immoo dheerinaan fi baayyinaan hamma yoonaa dorgomaa hin qabu. Guyyaa inni du'u Waxabajjii 25 2009 halkan sa'atii 9:15tti, Wikipedia, Twitter,AOL's instant messenger dalagaa dhaabanii turan.kunis namoonni miiliyoonaan lakkawaman walfaana gara google seenanii du'a isaa barbaadaa waan turaniifi. Jaaksan du'a injifachuuf ture.duuti garuu isa injifatte. Argitee? Qabeenyi ati itti of abdattu gaaf tokko si gana! Beekkamtiinis akkasuma si gana! Waaqni inni hundumaa dandaโ€™u garuu si oolcha! Dhukkubi Waaqa caalu hin jiru. Qorichi keenya Kan Nam-tolchee mitiโ€ฆQorichi keenyaafi milkeessan keenya waaqa! @Hiikaayaadaa
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Show all...
๐™ƒ๐™ž๐™ž๐™ ๐™–๐™– ๐™”๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– โœ๏ธโœ๏ธโœ

Boost this channel to help it unlock additional features.

Dhaloota ija Dhalootaa keessa jirtanni waan Seenaa Ta'uu hojjachu Malee Dhugdee Ija Dhaloota keessa akka bahatu Sii hin eeyyamu seenaan
Show all...
๐Ÿ‘ 4
Milkaa'ina booda boqonnaa hin fudhatin. Sababni isaas yeroo akka tasaa kuftetti afaan namoota hedduutu si eeggata Injifannoon kee kanaan duraa ka carraa akka ture sirratti haasa'uuf! ~ Bill Gates
Show all...
๐Ÿ‘ 3
.Falfala Yeroo tokko biyya Arabaa keessa daldalaan tokko jiraata ture. Yeroo baayโ€™ee meeshaalee isaa gurguruuf gara biyyoota Fagoo deemaa ture. Haati manaa isaas falfala tokko tokko beekti turte. Yeroo abbaan warraa ishee fagaatee deeme kophaa ishee  kitaabota falfalaa dubbisti ture. Waggoota muraasa booda humna falfalaatiin  cimtuu taate. Daldalaan kun qarshii hojjate mara isheedhumaaf kenna ture. Yeroo tokko daldalaan sun imala dheeraa deemee jiโ€™ootaaf kara manaatti hin deebine. Kaayyon isaas qarshii hedduu qabatee deebi'uuf ture. Yeroo sanatti haati manaa isaa rakkina keessa turte. Abbaa manaa ishee irratti aartee nama biraa magaalattii keessatti qabeenya qabutti heerumte. Abbaan manaa ishee yeroo deebi'u waa'ee ishee yemmuu dhaga'u gadda itti dhaga'ame. Mana  biratti akka isa argiteen isa abaartee humna falfalaa hamaa isheetiin gara sareetti jijjiirte. Daldalaan kun daandii irratti asiif achi naanna'ee akka saree nyaata daandii irraa nyaata. Gaaf tokko naannoo mana fooni tokkoo deeme. Abbaan mana Fooni sun foon lafee qabu tokko  Kenneef. Sareen foon qofa nyaate malee lafee hin nyaanne. Abbaan mana Foonii  sun hubatee ilaale. Sana booda intala isaa  falfala beektutti hime. Intalli isaa gadi baatee saree sana hubannoodhaan ilaalte. Humna falfalaa isheetiin saree dhugaa akka hin taane beekte. Abbaan mana foonii sun intala isaatiin โ€œKara namaatti deebisuu ni dandeessaa?" jedhee gaafate. Intalli isaas โ€œEeyyee nan dandaโ€™aโ€ jettee deebisteef. Sana booda bishaan qodaa tokkoon qabattee   jechootaa falfalaa tokko tokko dubbatte. Bishaan sana saree sana irratti facaafte. Sareen sun daqiiqaa tokko keessatti gara  bifa nama dhugaatti  jijjiirame. Daldalaan sun ajaa'ibsiifatee akkas jedhe. "Oo! Amma gara bifa kootti deebi'eera". Achiis daldalaan sun intala Ogeettii  sanaan, โ€œHaadha manaa koo sana barumsa gaarii barsiisuun barbaada. Kanaaf gara Harreetti ishee jijjiiruu dandeessaa?"jedhe. Intalli Ogeettiin sun yeroo muraasaaf yaaddee ergasii bishaan meeshaa keessa jiru fudhattee keeyyata falfalaa  tokko tokko weeddifte. Sana booda daldalaaf kennite yoo inni bishaan haadha manaa isaa irratti  facaase  Harree akka taatu itti himte. Daldalaan bishaan sana fudhatee gara mana isaa durii deeme. Haati manaa isaa yeroo sanatti Oddoo biqiltuu  keessa turte. Daldalaan sun duuba ishee deemee bishaan itti facaase. Utuu hin turin harree taate. "Adabbiin siif mala malee anaaf miti." jedhee daldalaan harreetti hime. Sana booda gara abbaa mana fooni dhaqee intala isaa fuudhuuf  gaafate. Abbaan intalaas  daldalaa sanatti heerumsiise. Sana booda gammachuudhaan waggoota hedduudhaaf  jiraatan. @Hiikaayaadaa
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

๐Ÿ‘ 5