QUBEEMEDIA
Open in Telegram
Official Telegram channelβοΈ πNutti dhihaatta πΆ https://youtube.com/sh .https://t.me/joinchat/-35H7EnIsIs0MGM0
Show more835
Subscribers
No data24 hours
+37 days
+930 days
Posts Archive
835
#AAU #GAT
Qormaata Seensaa Sagantaa Digrii Lammaffaa (GAT) Yunivarsiitii Finfinnee fudhachuuf amma galmaa'aa!
Yeroon iyyannoo GAT xumuramu:
Hagayya 05/2018 A.L.I
Akkaataa itti galmaa'an:
β« Marsariitii https://portal.aau.edu.et seenaa.
β« "Online Exams" jedhu cuqaasaa.
β« Kutaa "Quick Links" jalatti "Apply for GAT" jedhu filadhaa.
β« Unka "Test Taker Registration" guutaa.
β« Suuraa paaspoortii gatii qabdu olkaa'aa.
β« "Submit" jedhu cuqaasaa.
β« Lakkoofsa eenyummaa (ID) sirni isiniif kennu qabadhaa.
β« Kaffaltii galmee Telebirr fayyadamuun raawwadhaa.
β« Tikeetii admishinii keessan buufatanii maxxansaa.
Akka sagantaa Yunivarsiitichaatti, qormaanni GAT marsaa lama keessatti kennama:
π
Adooleessa 20β24/2018 A.L.I
π
Hagayya 07β08/2018 A.L.I
https://t.me/QUBEEMEDIA1
835
Salphaatti gara waan darbeetti deebi'uu dandeessa garuu homaa achitti hin argitu.
ππ JOIN godhadhaa
https://t.me/dhangajalaala
835
Yaada kee to'adhu; yaadni tokko guyyaa kee guutuu jeequu danda'a.
ππ JOIN godhadhaa
https://t.me/dhangajalaala
835
#GPS_System_maalii?
GPS (Global Positioning System) jechuun sirna teeknooloojii saatalaayitii fayyadamuun bakka (location) adda baasuu, kallattii agarsiisuu fi yeroo sirrii kennuudha.
GPS akkamitti hojjeta?
GPSβn qaamolee gurguddoo 3 qaba:-
1. Saatalaayitoota (Satellites):- Saatalaayitoonni naannoo lafaa marsanii yeroo hunda mallattoo (signal) gara lafaa ergu.
2. Receiver (Fakkeenyaaf bilbila kee):- Bilbilli ykn meeshaan GPS mallattoo saatalaayitoota irraa fudhata.
3. Control Stations:- Buufatni toβannoo saatalaayitoota hordofee sirreessa.
Akkamitti bakka kee adda baasa?
GPSβn bakka kee beekuuf yoo xiqqaate saatalaayitoota 4 irraa mallattoo fudhata. Kanaan:
β’ Latitude (balβina bakka) adda baasa
β’ Longitude (dheerina bakka) adda baasa
β’ Altitude (ol-kaβiinsa) ni safara
β’ Yeroo sirrii ni agarsiisa.
Kunis mala trilateration jedhamuun beekama.
Fayyidaa GPS
GPSβn hojii hedduuf tajaajila:
1. Navigation (Daandii agarsiisuu)
β’ Google Maps
β’ Waze
Daandii agarsiisu, tiraafika mulβisu, bakka geessee ilaaluuf si gargaara.
2. Bilbila barbaaduu:- Bilbilli bade bakka isaa argachuu.
3. Transportation:- Konkolaataa, xiyyaara fi markaboota qajeelchuu.
4. Logistics:- Konkolaataa feβumsaa hordofuu (tracking).
5. Qonna (Agriculture):- Lafa sirriitti safaruu fi hojii qonnaa ammayyeessu.
6. Emergency Services:- Namoota balaa keessa jiran saffisaan argachuu.
GPS bilbila keessatti eessa jira?
Smartphone keessatti GPS chip qaba:
β’ Saatalaayitii waliin qunnamtii qabaata
β’ Internet malee illee bakka adda baasuu dandaβa
β’ Garuu kaartaa (map) guutuu argachuuf yeroo baayβee internet barbaachisa.
GPS fi Internet wal fakkaataa? Wal hin fakkaatuu!
. GPS fi internet waan adda addaati.
β’ GPS β Saatalaayitii fayyadama
β’ Internet β Network (data) fayyadama.
Hanqinoota GPS:
β’ Mana keessaa signal dadhabuu dandaβa
β’ Gamoo guguddoo gidduutti rakkoo qabaachuu dandaβa
β’ Haalli qilleensaa tokko tokko dhiibbaa qaba.
Fakkeenya salphaa:- Yoo Google Maps bantee βna geessiβ jette:
β’ GPS bakka ati jirtu adda baasa
β’ Map daandii siif mulβisa
β’ βGara mirgaa deemiβ jedhee si qajeelcha.
Gabaabumatti:- #GPS jechuun sirna saatalaayitii fayyadamuun bakka adda baasuu, daandii agarsiisuu fi hordoffii gochuudha.
π Barumsa Tech salphaa fi buβa qabeessaaf nuu hordofaa. π
835
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaa, kan Mudde 24, 2018 gaggeeffamuuf filattota galmeessuu eegaleera.
1. Namoota Buqqaatota Biyya Keessaa, .
2. Barattoota Yuunivarsiitii
3. Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kaampii keessa jiran
Namoonni biyya keessaa buqqaβanii fi miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kaampii keessa jiran buufata filannoo addaa boordii hundeesse irratti ni galmaaβu; galmaaβuuf, .
β’ Buufata filannoo addaa boordii naannoo isaaniitti hundeesse irratti qaamaan dhiyaachuun ni barbaachisa
β’ Sanada eenyummaa isaanii mirkaneessu dhiyeessuun ni barbaachisa.
Barattoonni Yuunivarsiitii marsariitii galmee addaa boordii barattootaaf hundeesse irratti ni galmaaβu; Galmaa'uuf
β’ Galmaaβuuf networkii yunivarsiitii keessa jiraachuu qabda
β’ Bilbila ykn kompiitara (laptop/desktop) .
β’ Eenyummaa biyyoolessaa
β’ Lakkoofsa bilbilaa yeroo eenyummaa Biyyaalessaa kee kennite kenname
Bal'ina isaa ilaalaa
835
#Beeksisa_Qaacarrii
Boordiin Filannoo Biyyooleessaa beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Deadline: May 3,2026
Galmeen online waan taheef liinkii itti galmooftanii fi odeeffannoo dabalataa liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu ππ
835
Waan ati obsitee mataakee gadi qabattee kaayyokee milkeessuf ta'a jirtu si male eenyu illee siif hin hubatu.
835
π Kitaabilee Barnootaa Bilisaa (FREE) β Buufadhu, Offline itti fayyadami
1) OpenStax
- Subjects: Math, Physics, Biology, Chemistry, Economics, Psychology, CS
- Offline: kitaaba filadhu β Download PDF (ykn ePub)
2) MIT OpenCourseWare (OCW) Readings
- Subjects: Engineering, CS, Math, Business, Science, Humanities
- Offline: koorsii seeni β Readings β PDF/links buufadhu; yookaan Offline/Download yoo jiraate fayyadami
3) Saylor Academy
- Subjects: Business, IT/CS, Math, History, Psychology
- Offline: koorsii seeni β Resources β PDFs buufadhu
4) OER Commons
- Subjects: K-12 hanga University, STEM, Languages, Social studies
- Offline: resource filadhu β Download (PDF/Doc/ePub) yoo kennamu
πΎ Tarsiimoo Offline
- PDF buufadhu β βFilesβ keessatti folder qopheessi
- App: Adobe/ReadEra keessa galchi
- WiFi irratti buufadhu; booddee data hin nyaatu
π Save & Share
#FreeTextbook
835
Aangoo uummataa mirkaneessuuf!
βFedhiiwwan uummataa osoo hin hir'isinii fi hin ukkaamsiin hoogganuu fi abbummaa aangoo uummataa mirkaneessuuf sirna dimookiraasii caalaa filatamaa ta'e hin jiru.β
Fuula-113
IDAβAMUU
835
Barattoota Kutaa 1β12ffaa baratan hundaaf: Baga Gammaddan! π
π Qajeelcha Barsiisaa Kutaa 1β12ffaa
Kun Barattoota qofaaf qophaaβe! π
Yoo Barataa taate, like β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ tuqi!
Kutaa barattuu ammoo asii gadii barreessi π
Kutaa................................?
Yoo Barataa hin taane, barataaf share godhi
Qajeelcha barsiisaa Buufachuuf Iddoo Download Teacher Guide jedhu tuqaa
πππππππππ
Teacher Guide
πππππππππ
Keessaan na dubbisaa
835
https://www.vivagame.fan?id=MjQ1NjQ5MDg3MTg4NTgyNA==&from=OTM2MDI4MjUy|MjMyNjc5OTM1ODkxODY1OA==&lang=en&cid=hbtg&channel=web
Good luck keeps coming, and the prizes keep rolling in!
835
https://www.vivagame.fan?id=MjQ1NjQ5MDg3MTg4NTgyNA==&from=OTM2MDI4MjUy|MjMyNjc5OTM1ODkxODY1OA==&lang=en&cid=hbcp&channel=web&cid=hbtg&channel=web
Iβve successfully claimed 500 ETB! Now Iβm inviting you to claim the last bonus.
835
Sodaan Rabbii waa lamaan 2β£ dhugoomti.
1β£ Waan Rabbiin itti si ajaje hojjachuun.
2β£ Waan Rabbiin irraa dhoorge dhiisuun.
835
Nasiibni/Hireen siif barreeffamte, osoo ati dallaa qoree fi ijaarsa jabaa keessatti of dhoysiteeyyuu, tarkaanfattee bakka jirtutti sitti dhufti.β
835
Beeksisa
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ogeeyyii Sadarkaa Diploomaa irraa gara digrii jalqabaatti gosa barnootaa adda addaatiin barachuu barbaadaniif kanneen Ulaagaa armaan gadiitti tuqame guutan dorgomsiisee barsiisuu barbaada.
Kanaaf warroonni ulaagaa jedhame guuttan galmaa'uu dandeessuOdeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
ππ
πππ??ππππ gochuun maatii ta'aa.
https://www.facebook.com/profile.php?id=61576254352907 follow godhii
Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaaππ
π»πππππππππ:https://t.me/dhangajalaala
835
Beeksisa
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ogeeyyii Sadarkaa Diploomaa irraa gara digrii jalqabaatti gosa barnootaa adda addaatiin barachuu barbaadaniif kanneen Ulaagaa armaan gadiitti tuqame guutan dorgomsiisee barsiisuu barbaada.
Kanaaf warroonni ulaagaa jedhame guuttan galmaa'uu dandeessuOdeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
ππ
πππ??ππππ gochuun maatii ta'aa.
https://www.facebook.com/profile.php?id=61576254352907 follow godhii
Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaaππ
π»πππππππππ:
