ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку 👈

QUBEEMEDIA

QUBEEMEDIA

Открыть в Telegram
835
Подписчики
Нет данных24 часа
+37 дней
+930 дней
Архив постов

#AAU #GAT Qormaata Seensaa Sagantaa Digrii Lammaffaa (GAT) Yunivarsiitii Finfinnee fudhachuuf amma galmaa'aa! Yeroon iyyannoo
#AAU #GAT Qormaata Seensaa Sagantaa Digrii Lammaffaa (GAT) Yunivarsiitii Finfinnee fudhachuuf amma galmaa'aa! Yeroon iyyannoo GAT xumuramu: Hagayya 05/2018 A.L.I Akkaataa itti galmaa'an: ➫ Marsariitii https://portal.aau.edu.et seenaa. ➫ "Online Exams" jedhu cuqaasaa. ➫ Kutaa "Quick Links" jalatti "Apply for GAT" jedhu filadhaa. ➫ Unka "Test Taker Registration" guutaa. ➫ Suuraa paaspoortii gatii qabdu olkaa'aa. ➫ "Submit" jedhu cuqaasaa. ➫ Lakkoofsa eenyummaa (ID) sirni isiniif kennu qabadhaa. ➫ Kaffaltii galmee Telebirr fayyadamuun raawwadhaa. ➫ Tikeetii admishinii keessan buufatanii maxxansaa. Akka sagantaa Yunivarsiitichaatti, qormaanni GAT marsaa lama keessatti kennama: 📅 Adooleessa 20–24/2018 A.L.I 📅 Hagayya 07–08/2018 A.L.I https://t.me/QUBEEMEDIA1

Salphaatti gara waan darbeetti deebi'uu dandeessa garuu homaa achitti hin argitu. 👇👇 JOIN godhadhaa https://t.me/dhangajalaala

Yaada kee to'adhu; yaadni tokko guyyaa kee guutuu jeequu danda'a. 👇👇 JOIN godhadhaa https://t.me/dhangajalaala

#GPS_System_maalii? GPS (Global Positioning System) jechuun sirna teeknooloojii saatalaayitii fayyadamuun bakka (location) adda baasuu, kallattii agarsiisuu fi yeroo sirrii kennuudha. GPS akkamitti hojjeta? GPS’n qaamolee gurguddoo 3 qaba:- 1. Saatalaayitoota (Satellites):- Saatalaayitoonni naannoo lafaa marsanii yeroo hunda mallattoo (signal) gara lafaa ergu. 2. Receiver (Fakkeenyaaf bilbila kee):- Bilbilli ykn meeshaan GPS mallattoo saatalaayitoota irraa fudhata. 3. Control Stations:- Buufatni to’annoo saatalaayitoota hordofee sirreessa. Akkamitti bakka kee adda baasa? GPS’n bakka kee beekuuf yoo xiqqaate saatalaayitoota 4 irraa mallattoo fudhata. Kanaan: • Latitude (bal’ina bakka) adda baasa • Longitude (dheerina bakka) adda baasa • Altitude (ol-ka’iinsa) ni safara • Yeroo sirrii ni agarsiisa. Kunis mala trilateration jedhamuun beekama. Fayyidaa GPS GPS’n hojii hedduuf tajaajila: 1. Navigation (Daandii agarsiisuu) • Google Maps • Waze Daandii agarsiisu, tiraafika mul’isu, bakka geessee ilaaluuf si gargaara. 2. Bilbila barbaaduu:- Bilbilli bade bakka isaa argachuu. 3. Transportation:- Konkolaataa, xiyyaara fi markaboota qajeelchuu. 4. Logistics:- Konkolaataa fe’umsaa hordofuu (tracking). 5. Qonna (Agriculture):- Lafa sirriitti safaruu fi hojii qonnaa ammayyeessu. 6. Emergency Services:- Namoota balaa keessa jiran saffisaan argachuu. GPS bilbila keessatti eessa jira? Smartphone keessatti GPS chip qaba: • Saatalaayitii waliin qunnamtii qabaata • Internet malee illee bakka adda baasuu danda’a • Garuu kaartaa (map) guutuu argachuuf yeroo baay’ee internet barbaachisa. GPS fi Internet wal fakkaataa? Wal hin fakkaatuu! . GPS fi internet waan adda addaati. • GPS → Saatalaayitii fayyadama • Internet → Network (data) fayyadama. Hanqinoota GPS: • Mana keessaa signal dadhabuu danda’a • Gamoo guguddoo gidduutti rakkoo qabaachuu danda’a • Haalli qilleensaa tokko tokko dhiibbaa qaba. Fakkeenya salphaa:- Yoo Google Maps bantee “na geessi” jette: • GPS bakka ati jirtu adda baasa • Map daandii siif mul’isa • “Gara mirgaa deemi” jedhee si qajeelcha. Gabaabumatti:- #GPS jechuun sirna saatalaayitii fayyadamuun bakka adda baasuu, daandii agarsiisuu fi hordoffii gochuudha. 🔖 Barumsa Tech salphaa fi bu’a qabeessaaf nuu hordofaa. 👉

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaa, kan Mudde 24, 2018 gaggeeffamuuf filattota galmeessuu
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaa, kan Mudde 24, 2018 gaggeeffamuuf filattota galmeessuu eegaleera. 1. Namoota Buqqaatota Biyya Keessaa, . 2. Barattoota Yuunivarsiitii 3. Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kaampii keessa jiran Namoonni biyya keessaa buqqa’anii fi miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa kaampii keessa jiran buufata filannoo addaa boordii hundeesse irratti ni galmaa’u; galmaa’uuf, . • Buufata filannoo addaa boordii naannoo isaaniitti hundeesse irratti qaamaan dhiyaachuun ni barbaachisa • Sanada eenyummaa isaanii mirkaneessu dhiyeessuun ni barbaachisa. Barattoonni Yuunivarsiitii marsariitii galmee addaa boordii barattootaaf hundeesse irratti ni galmaa’u; Galmaa'uuf • Galmaa’uuf networkii yunivarsiitii keessa jiraachuu qabda • Bilbila ykn kompiitara (laptop/desktop) . • Eenyummaa biyyoolessaa • Lakkoofsa bilbilaa yeroo eenyummaa Biyyaalessaa kee kennite kenname Bal'ina isaa ilaalaa

photo content
+1

#Beeksisa_Qaacarrii Boordiin Filannoo Biyyooleessaa beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu. Deadline: May 3,2026 Galmeen online waan taheef liinkii itti galmooftanii fi odeeffannoo dabalataa liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇

Waan ati obsitee mataakee gadi qabattee kaayyokee milkeessuf ta'a jirtu si male eenyu illee siif hin hubatu.

Hi

📚 Kitaabilee Barnootaa Bilisaa (FREE) – Buufadhu, Offline itti fayyadami 1) OpenStax - Subjects: Math, Physics, Biology, Che
📚 Kitaabilee Barnootaa Bilisaa (FREE) – Buufadhu, Offline itti fayyadami 1) OpenStax - Subjects: Math, Physics, Biology, Chemistry, Economics, Psychology, CS - Offline: kitaaba filadhu → Download PDF (ykn ePub) 2) MIT OpenCourseWare (OCW) Readings - Subjects: Engineering, CS, Math, Business, Science, Humanities - Offline: koorsii seeni → Readings → PDF/links buufadhu; yookaan Offline/Download yoo jiraate fayyadami 3) Saylor Academy - Subjects: Business, IT/CS, Math, History, Psychology - Offline: koorsii seeni → Resources → PDFs buufadhu 4) OER Commons - Subjects: K-12 hanga University, STEM, Languages, Social studies - Offline: resource filadhu → Download (PDF/Doc/ePub) yoo kennamu 💾 Tarsiimoo Offline - PDF buufadhu → “Files” keessatti folder qopheessi - App: Adobe/ReadEra keessa galchi - WiFi irratti buufadhu; booddee data hin nyaatu 🔁 Save & Share #FreeTextbook

photo content

Aangoo uummataa mirkaneessuuf! “Fedhiiwwan uummataa osoo hin hir'isinii fi hin ukkaamsiin hoogganuu fi abbummaa aangoo uummataa mirkaneessuuf sirna dimookiraasii caalaa filatamaa ta'e hin jiru.” Fuula-113 IDA’AMUU

Barattoota Kutaa 1–12ffaa baratan hundaaf: Baga Gammaddan! 🎉 👉 Qajeelcha Barsiisaa Kutaa 1–12ffaa Kun Barattoota qofaaf qophaa’e! 🎓 Yoo Barataa taate, like ♥️♥️♥️ tuqi! Kutaa barattuu ammoo asii gadii barreessi 👇 Kutaa................................? Yoo Barataa hin taane, barataaf share godhi Qajeelcha barsiisaa Buufachuuf Iddoo Download Teacher Guide jedhu tuqaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Teacher Guide 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Keessaan na dubbisaa

Sodaan Rabbii waa lamaan 2⃣ dhugoomti. 1⃣ Waan Rabbiin itti si ajaje hojjachuun. 2⃣ Waan Rabbiin irraa dhoorge dhiisuun.

Nasiibni/Hireen siif barreeffamte, osoo ati dallaa qoree fi ijaarsa jabaa keessatti of dhoysiteeyyuu, tarkaanfattee bakka jirtutti sitti dhufti.”

Beeksisa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ogeeyyii Sadarkaa Diploomaa irraa gara digrii jalqabaatti gosa barnootaa adda addaatiin bara
Beeksisa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ogeeyyii Sadarkaa Diploomaa irraa gara digrii jalqabaatti gosa barnootaa adda addaatiin barachuu barbaadaniif kanneen Ulaagaa armaan gadiitti tuqame guutan dorgomsiisee barsiisuu barbaada. Kanaaf warroonni ulaagaa jedhame guuttan galmaa'uu dandeessuOdeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄??𝒃𝒐𝒐𝒌 gochuun maatii ta'aa. https://www.facebook.com/profile.php?id=61576254352907 follow godhii Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂:https://t.me/dhangajalaala

Beeksisa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ogeeyyii Sadarkaa Diploomaa irraa gara digrii jalqabaatti gosa barnootaa adda addaatiin barachuu barbaadaniif kanneen Ulaagaa armaan gadiitti tuqame guutan dorgomsiisee barsiisuu barbaada. Kanaaf warroonni ulaagaa jedhame guuttan galmaa'uu dandeessuOdeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄??𝒃𝒐𝒐𝒌 gochuun maatii ta'aa. https://www.facebook.com/profile.php?id=61576254352907 follow godhii Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: