Jechoota Bashananaa Fi Bashannana
Open in Telegram
Jechoota Jaalala Fi Bashananaa 1:00 ●━━━━━━─────── 2:00 ⇆ㅤㅤ ㅤ ㅤ ◁ㅤㅤ❚❚ㅤㅤ▷ ㅤ☆ Contact @Abyssinia_Hacker_bot @Dhangaa_Jalalaa_bot
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
3 416
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Qormaata kutaa 12 hojjatama jira guyyaa borii irra eegale channali kana irratti deebii qormaata isiniif gadi dhiisan
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Kaan siif kufee cabuu
Kumnii osoo jiruu
Maaf ofiin taphaata
Dhagaahi yaa tiruu
Maliif of daraarta
Nama hormaaf jette
Matta ma gonbiista
Kaayyoo kee dagaate
Waa tokko siif dhamma
Kodee koo yaa tiruu
Garaa kanke malee
Firrii biraan jiruu
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Waraabeessa yuusu
Ilkaan isaa qaratee
Yeeyyii iyyee kolfu
Foon nyaachu baratee
=================
Jeedala dhokaatte
Ilmaan hoolaa fixu
Bulguu nama adamsee
Holqa dhagaa lixu
==============
Bofa of dhoksatee
Sammuu uumamaa hidde
Handaaqqoo nyaata malee
Barrii iyyuu didde
==============
Qara ilkaan alagaa
Kan akka daayinoosarsii
Sodaadheetuu hin beeku
Anuu waan akkasii
===============
Kan guyyaa natii kolfe
Halkan na gurguru
Kakuuf waadaa diigee
Bu'aaf na jijjiiru
==============
Arraba dammaatiin
Hayyuu kaayyoo hamaa
Anii kaniin sodaadhee
Bulguu mittii nama
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Mallattoo Jaalalaa
fakkeenya onneef tiruu
Jaalalaa kan beeku
Harmee malee hin Jiru
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Fageesse yoo xinxaalu
Olee bulee yoo ilaaluu
Siif haareen takkaadha
Kabjnii sin maluu
Akka okkoote marqaa
Hunduu sitti ha marqaatu
Gaafa laftii dhiitee
Kan attii of bartuu
Maqaa koo maaf kaftaa
Gandaa keessa labdee
Akka saaree kajjeella
Eegee of jala qabde
Fakkeessuu dandeeta
Soban dhigaa bootee
Nama garaa tokko
Meqaa addaan footee
Imaalii koo fagaate
Dandeete nan qabdu
Abjuu dhugoonfatus
Tasa naan dhaqaabdu
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Jecha tokkon jedha
Jechakoo ishee dhumaa
hawwiikoo sin dheebodha
Ani yeroo hundumaa
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Qalloo mudhii soonsaa
Konkona akkakeetii
Kan biraaf na diddee
Lubbuun koo si feeti
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Sanyii mootiin jaalle
Caaltuu gibee gamaa
Keessa koottin laale
Yaaltuu dhibee namaa
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Iji rafuu didee
onnetu na sirbaa
sammuunis yaada kee
bu'a dachaaf tabbaa
miillatu na laafee
garaakoon dadhabaa
afaan koo maqaa kee
waamuudhaaf gaggabaa
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Agadaa nyaadhetan
Alantu isaa tufa
Yaada ken qabame
Karaa kamin rafaa
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Tiruunis foon miti
Dhigaatu itite
Kee jaalala miti
hiddatu na cite
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Ati naf badhasa
Abaabo jannataa
Kanaaf onnen kiyya
Ka'e sif dhabataa
Gaafan si jaaladhe
Hunda si caalchise
Kanaaf jaallalli ke
Onne na tarsaase
Ifti ke Addessaa
Mullanni ke Aduu
Olmaan ke na kessaa
Yomiyyu hin badu
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
Qofaa jiraachuun fedhaa
Gaararraaf michoomurra
Duudaa ta'uu naaf wayyaa
Gurra sif ergisurra!!!
Amallikee fokkisaa
sagaltamaaf shubbiftaa
An si qofaaf naan jechaa
Sagal narraan dubbiftaa!!!!
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
SIN JIBBEE...
DHUGAARRATTI KAN HUNDAA'EE!
👇👇👇👇👇👇👇
Kudhaama jaalalaakoo
Onneerraa siif daraaree
Fuutee kan ormaa gootee
Gochaan kee na taraaree
Utuun dhugaa siif yaaduu
Gammachuu dhabee aadaa
Atoo irbuu sakaaltee
Gatii dhabsiiste waadaa...
Hawwii kooti siin jedhee
Osoon ka'ee siif ciisuu
Fayidaaf tasgabbiikoo
Osoon gatee siif dhiisuu
Kudhaama koo gurgurtee
Onneekoof laattee raqaa
Dhugaa jaalalaa gantee
Kichuu daraartuu haqaa....
Mee badiin kiyya maaliidhaa
Kan qofaatti na dhiistuu
Onnee kiyya rooraastee
Kanati gantee ciistuu
Hiyyeessa ta'uu kootii
Sitti ta'ee keessummaa
Duroo jaalalaan dhuftee
Maaliif gante eenyummaaa...
Qabeenyikoo kan keetii
Golli onneekoo si faanaa
Jettee osoo bubbultuu
Maaliif nyaattee amaanaa
Qubattan si godhadhaa
Akka warqeef amartii
Dhugaadhan si jaalladhaa
Anaaf haa baru martii...
Jettee osoo naaf himtuu
OSOO fuutee na kuultuu
Jaalala dhugaa gattee
Maal kan natti duultuu
Egaa maalan jedhaaree
Ergati deemtee diddee
Jaalala dhugaa tureef
Ergati jibba fiddee
An danda'ee sin ooduu
Afaan koo sin arrabsuu
Dhugaankoo haa dubbatuu
Waaqni anaaf haa galchuu
Jaalallikee utubaan
Egaa hafe maqaattii
Karaan dugda handaaqqoo
Siif haa ta'u nagaattii...
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
✨✨ኢድ ሙባረክ✨✨
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺 🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌸
🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
Happy Eid Mubarek for you & your
best😍
Smart 😘
Lovely ❤️
Happiness 🌸 family " friends to all.
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
✍Seena dhifama hin qabne....kuta 2ffaa✍
Hiriyooni mucaa ishee harmeen ke fuuli gubataa ykn qunca'a jedhe akka isa hin qaanesinef of dhoksaa jiraachu eegalte.....kutaa 1 - 10,kudhani hanga Universitiitti bayye dhama'aa mana namaa irra deemun huccuu nama miica dhalli ishee akka dhala maatin isaa qabeenya qabuti barsiisa ofi ishif guyyaa tokko osoo hin yaadin fuula fi ifaata namaa danda'aa dhalasheef bakka guddaa hawwaa fi galmaan gessisfte Eeba isaaf waan qarshi of irra hin qabneef kan tiransporti ofif qophesifte turte san isaaf Ergun mana tesse naaf gammmadi gammachuun ke anaaf waan guddaadha jechaa ebbiftte.......innis akkuma University irra bahen yero muraasa booda qabxii gahaas wan qabuf Kaampani gudda kessa dorgommi fi eeba haadha isaatin 1ffa bahun hojja qacarame....yero san harmeen isaa bay'e itti gamaduun Uuma ishe galatefchuun..jedhi Egaa naaf jabaadhu anille umuriin koos waan dadhabeef akka duraa ko hojedheen siifis ta'e walin keenyaf gaha ta'u waan hin dandeenyef jechaa gorfatte inni hayye harmee ko haga har'attis nuuf dhamaateta keesuma anaf wan ati hin taane hin qabdu amma yeron kan kooti natu sii bonsa jechaa haadha isaa jajjabeessa jireenya isaani itti fufuu eegalani......hoji isaatti ciima manager waan ta'eef guyyaa tokko abban kampani inni keessa hojetu product isaani qualiti qabeesaan waan omishisee qarshii bareedadhan wan gurgursiisef program qopheessun hojetoota isaaf waamicha gochun Muchichaaf ammo badhaasa guddaa qophesun hunda isaani afferuun maati keessan ykn kan isinitti anu tokko waliin akka hirmaatan Eerun afferamtoota isaaf hime hundi isaanis gammachun Affera isaani simatan.....gaaf guyyaan affera gahus program san irrati hundi namaa argamun Prograamichis eegale garu hundi namaa yero mati isaani waliin argaman Mucichis harmee isaatti akka aferaan kun qopha'e hin himne ture sababiin isaas fuuli harmee isaa wan qunca'aa ta'ee fi isheti waan qaana'uf garu isaaf jette akka,akkas taate ykn gubate isaaf hin himne turte garu affera akka inni qabu nama kan biraa irra dursiite dhegessetti.....Programichis Eegale Akka inni haasa godhuf afferrin taasifamef yero sanitti harmeen isaas dhokate progaramicha dhaquun isaa ilaala oso jirtu Guard tokko ishii argaa asii mal hojetta akkamitis oso hin afferamin dhufte jechaa ishii dadarbachaa yero baasu.....ishinis ilma kootu as jira isaa bira dhufetan yero jetu Guardichis gara ilma ishe geesun isa yero gafatan lakki harme koo miti ''Hojeetu'' mana keenyaati jechaa nama fuldurati ishii salphisa ykn ishii qaanessa baasuf jennaan akkas jechuun isaaf deebifteef.......
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
✍Seena dhiifama hin qabne....kuta 1ffaa✍
Guyyaa tokko haadha abba manan irra boqate fi ilma ishe isa lubbu ishee ol jaalatu marartu haadha ture.....!
Guyyaan sun haadhaaf qormaata salphaa kan fakkaatu garu kan ilaaluf waa salpha miti. Guyyittin sani Harmeen ganamaan kaate mana ishee qulquleeffate ilma ishe lubbu qadu ol jaalattuf waan isaaf kennu qabdu laatte oso qaamni ishee rifatu qoraan(hurraa) funaanuf xiqqo nano mana irra fagatte qorattin waraanama harkaanis qunca'aa waliti qabatte gara manatti deema jirtu naanno manatti yero dhihaatu aara gar- malee aaru fi ibidda boba'u mana ishee isaa citaa irra argite qoraan isa baattu lafati gate figichan yero mana geesu mani ishee gubachaa jiru argite ollaanis heduminaan itti naana'e ilaala mucaan ishees daa'iama sana raffifte inni jirus keessa gubachuuf jira namoonni ollaanis kessa gale daa'ima ishee baasus sodaate bishaan itti guura garu isheen luubu isheef qusachuf oso hin mamin dhala ishee basuuf ibidda sani keessa galte fuulan gubachaa uffani ishees ibiddan gubachaa dhala ishee osoo ibiddi hin gubin nagaan bafachuf garu bareeddun haati suun bareedina ishees kabaja ishees dhala isheef kennite daa'ima ishee lubbuuf qaama nagaan baafatte...........ollaanis ishee fuudhe gara mana yaala geessani lubbu ishee bararanif garu fuula ishe qunca'uf hin baraare yero sani boodas haati sun bayyee fuuli ishee waan qunca'eef ykn gubateef hiriyooni mucaa ishee hati ke fulli qunca'a jedhe akka isa hin qaanesinef of dhoksaa jiraachu eegalte.....
👇👇👇👇👇👇
#Share #Join Gochu hin dagattina
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺 🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌸
🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌸🌸 🌸🌸
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
🌺🌺 🌺🌺
Happy Eid adha for you & your
best😍
Smart 😘
Lovely ❤️
Happiness 🌸 family " friends
Happy happy happy eid adha🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
