en
Feedback
Jechoota Bashananaa Fi Bashannana

Jechoota Bashananaa Fi Bashannana

Open in Telegram

Jechoota Jaalala Fi Bashananaa 1:00 ●━━━━━━─────── 2:00 ⇆ㅤㅤ ㅤ ㅤ ◁ㅤㅤ❚❚ㅤㅤ▷ ㅤ☆ Contact @Abyssinia_Hacker_bot @Dhangaa_Jalalaa_bot

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
3 416
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '24
October '24
+3 653
in 0 channels
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '230
in 0 channels
Get PRO
December '22
+24
in 0 channels
Get PRO
November '22
+14
in 0 channels
Get PRO
October '22
+8
in 0 channels
Get PRO
September '22
+23
in 0 channels
Get PRO
August '22
+117
in 0 channels
Get PRO
July '220
in 0 channels
Get PRO
June '22
+32
in 0 channels
Get PRO
May '220
in 0 channels
Get PRO
April '22
+61
in 0 channels
Get PRO
March '22
+49
in 0 channels
Get PRO
February '22
+60
in 0 channels
Get PRO
January '22
+75
in 0 channels
Get PRO
December '21
+97
in 0 channels
Get PRO
November '21
+100
in 0 channels
Get PRO
October '21
+173
in 0 channels
Get PRO
September '21
+124
in 0 channels
Get PRO
August '21
+131
in 0 channels
Get PRO
July '21
+149
in 0 channels
Get PRO
June '21
+149
in 0 channels
Get PRO
May '21
+158
in 0 channels
Get PRO
April '21
+195
in 0 channels
Get PRO
March '21
+241
in 0 channels
Get PRO
February '21
+197
in 0 channels
Get PRO
January '21
+1 984
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
14 October+2
13 October+4
Channel Posts
Qormaata kutaa 12 hojjatama jira guyyaa borii irra eegale channali kana irratti deebii qormaata isiniif gadi dhiisan http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa

2
Kaan siif kufee cabuu Kumnii osoo jiruu Maaf ofiin taphaata Dhagaahi yaa tiruu Maliif of daraarta Nama hormaaf jette Matta ma gonbiista Kaayyoo kee dagaate Waa tokko siif dhamma Kodee koo yaa tiruu Garaa kanke malee Firrii biraan jiruu http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
3
Waraabeessa yuusu Ilkaan isaa qaratee Yeeyyii iyyee kolfu Foon nyaachu baratee ================= Jeedala dhokaatte Ilmaan hoolaa fixu Bulguu nama adamsee Holqa dhagaa lixu ============== Bofa of dhoksatee Sammuu uumamaa hidde Handaaqqoo nyaata malee Barrii iyyuu didde ============== Qara ilkaan alagaa Kan akka daayinoosarsii Sodaadheetuu hin beeku Anuu waan akkasii =============== Kan guyyaa natii kolfe Halkan na gurguru Kakuuf waadaa diigee Bu'aaf na jijjiiru ============== Arraba dammaatiin Hayyuu kaayyoo hamaa Anii kaniin sodaadhee Bulguu mittii nama http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
4
Mallattoo Jaalalaa fakkeenya onneef tiruu Jaalalaa kan beeku Harmee malee hin Jiru http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
5
Fageesse yoo xinxaalu Olee bulee yoo ilaaluu Siif haareen takkaadha Kabjnii sin maluu Akka okkoote marqaa Hunduu sitti ha marqaatu Gaafa laftii dhiitee Kan attii of bartuu Maqaa koo maaf kaftaa Gandaa keessa labdee Akka saaree kajjeella Eegee of jala qabde Fakkeessuu dandeeta Soban dhigaa bootee Nama garaa tokko Meqaa addaan footee Imaalii koo fagaate Dandeete nan qabdu Abjuu dhugoonfatus Tasa naan dhaqaabdu http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
6
Jecha tokkon jedha Jechakoo ishee dhumaa hawwiikoo sin dheebodha Ani yeroo hundumaa http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
7
Qalloo mudhii soonsaa Konkona akkakeetii Kan biraaf na diddee Lubbuun koo si feeti http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
8
Sanyii mootiin jaalle Caaltuu gibee gamaa Keessa koottin laale Yaaltuu dhibee namaa http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
9
Iji rafuu didee onnetu na sirbaa sammuunis yaada kee bu'a dachaaf tabbaa miillatu na laafee garaakoon dadhabaa afaan koo maqaa kee waamuudhaaf gaggabaa http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
10
Agadaa nyaadhetan Alantu isaa tufa Yaada ken qabame Karaa kamin rafaa http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
11
Tiruunis foon miti Dhigaatu itite Kee jaalala miti hiddatu na cite http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
12
Ati naf badhasa Abaabo jannataa Kanaaf onnen kiyya Ka'e sif dhabataa Gaafan si jaaladhe Hunda si caalchise Kanaaf jaallalli ke Onne na tarsaase Ifti ke Addessaa Mullanni ke Aduu Olmaan ke na kessaa Yomiyyu hin badu http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
13
Qofaa jiraachuun fedhaa Gaararraaf michoomurra Duudaa ta'uu naaf wayyaa Gurra sif ergisurra!!! Amallikee fokkisaa sagaltamaaf shubbiftaa An si qofaaf naan jechaa Sagal narraan dubbiftaa!!!! http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
14
SIN JIBBEE... DHUGAARRATTI KAN HUNDAA'EE! 👇👇👇👇👇👇👇 Kudhaama jaalalaakoo Onneerraa siif daraaree Fuutee kan ormaa gootee Gochaan kee na taraaree Utuun dhugaa siif yaaduu Gammachuu dhabee aadaa Atoo irbuu sakaaltee Gatii dhabsiiste waadaa... Hawwii kooti siin jedhee Osoon ka'ee siif ciisuu Fayidaaf tasgabbiikoo Osoon gatee siif dhiisuu Kudhaama koo gurgurtee Onneekoof laattee raqaa Dhugaa jaalalaa gantee Kichuu daraartuu haqaa.... Mee badiin kiyya maaliidhaa Kan qofaatti na dhiistuu Onnee kiyya rooraastee Kanati gantee ciistuu Hiyyeessa ta'uu kootii Sitti ta'ee keessummaa Duroo jaalalaan dhuftee Maaliif gante eenyummaaa... Qabeenyikoo kan keetii Golli onneekoo si faanaa Jettee osoo bubbultuu Maaliif nyaattee amaanaa Qubattan si godhadhaa Akka warqeef amartii Dhugaadhan si jaalladhaa Anaaf haa baru martii... Jettee osoo naaf himtuu OSOO fuutee na kuultuu Jaalala dhugaa gattee Maal kan natti duultuu Egaa maalan jedhaaree Ergati deemtee diddee Jaalala dhugaa tureef Ergati jibba fiddee An danda'ee sin ooduu Afaan koo sin arrabsuu Dhugaankoo haa dubbatuu Waaqni anaaf haa galchuu Jaalallikee utubaan Egaa hafe maqaattii Karaan dugda handaaqqoo Siif haa ta'u nagaattii... 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
15
✨✨ኢድ ሙባረክ✨✨ 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 Happy Eid Mubarek for you & your best😍 Smart 😘 Lovely ❤️ Happiness 🌸 family " friends to all. 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
16
https://telegram.me/maseroinsightbot?start=i5fef8d9f2c10c80adb8e3fc2
0
17
✍Seena dhifama hin qabne....kuta 2ffaa✍ Hiriyooni mucaa ishee harmeen ke fuuli gubataa ykn qunca'a jedhe akka isa hin qaanesinef of dhoksaa jiraachu eegalte.....kutaa 1 - 10,kudhani hanga Universitiitti bayye dhama'aa mana namaa irra deemun huccuu nama miica dhalli ishee akka dhala maatin isaa qabeenya qabuti barsiisa ofi ishif guyyaa tokko osoo hin yaadin fuula fi ifaata namaa danda'aa dhalasheef bakka guddaa hawwaa fi galmaan gessisfte Eeba isaaf waan qarshi of irra hin qabneef kan tiransporti ofif qophesifte turte san isaaf Ergun mana tesse naaf gammmadi gammachuun ke anaaf waan guddaadha jechaa ebbiftte.......innis akkuma University irra bahen yero muraasa booda qabxii gahaas wan qabuf Kaampani gudda kessa dorgommi fi eeba haadha isaatin 1ffa bahun hojja qacarame....yero san harmeen isaa bay'e itti gamaduun Uuma ishe galatefchuun..jedhi Egaa naaf jabaadhu anille umuriin koos waan dadhabeef akka duraa ko hojedheen siifis ta'e walin keenyaf gaha ta'u waan hin dandeenyef jechaa gorfatte inni hayye harmee ko haga har'attis nuuf dhamaateta keesuma anaf wan ati hin taane hin qabdu amma yeron kan kooti natu sii bonsa jechaa haadha isaa jajjabeessa jireenya isaani itti fufuu eegalani......hoji isaatti ciima manager waan ta'eef guyyaa tokko abban kampani inni keessa hojetu product isaani qualiti qabeesaan waan omishisee qarshii bareedadhan wan gurgursiisef program qopheessun hojetoota isaaf waamicha gochun Muchichaaf ammo badhaasa guddaa qophesun hunda isaani afferuun maati keessan ykn kan isinitti anu tokko waliin akka hirmaatan Eerun afferamtoota isaaf hime hundi isaanis gammachun Affera isaani simatan.....gaaf guyyaan affera gahus program san irrati hundi namaa argamun Prograamichis eegale garu hundi namaa yero mati isaani waliin argaman Mucichis harmee isaatti akka aferaan kun qopha'e hin himne ture sababiin isaas fuuli harmee isaa wan qunca'aa ta'ee fi isheti waan qaana'uf garu isaaf jette akka,akkas taate ykn gubate isaaf hin himne turte garu affera akka inni qabu nama kan biraa irra dursiite dhegessetti.....Programichis Eegale Akka inni haasa godhuf afferrin taasifamef yero sanitti harmeen isaas dhokate progaramicha dhaquun isaa ilaala oso jirtu Guard tokko ishii argaa asii mal hojetta akkamitis oso hin afferamin dhufte jechaa ishii dadarbachaa yero baasu.....ishinis ilma kootu as jira isaa bira dhufetan yero jetu Guardichis gara ilma ishe geesun isa yero gafatan lakki harme koo miti ''Hojeetu'' mana keenyaati jechaa nama fuldurati ishii salphisa ykn ishii qaanessa baasuf jennaan akkas jechuun isaaf deebifteef....... http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
18
✍Seena dhiifama hin qabne....kuta 1ffaa✍ Guyyaa tokko haadha abba manan irra boqate fi ilma ishe isa lubbu ishee ol jaalatu marartu haadha ture.....! Guyyaan sun haadhaaf qormaata salphaa kan fakkaatu garu kan ilaaluf waa salpha miti. Guyyittin sani Harmeen ganamaan kaate mana ishee qulquleeffate ilma ishe lubbu qadu ol jaalattuf waan isaaf kennu qabdu laatte oso qaamni ishee rifatu qoraan(hurraa) funaanuf xiqqo nano mana irra fagatte qorattin waraanama harkaanis qunca'aa waliti qabatte gara manatti deema jirtu naanno manatti yero dhihaatu aara gar- malee aaru fi ibidda boba'u mana ishee isaa citaa irra argite qoraan isa baattu lafati gate figichan yero mana geesu mani ishee gubachaa jiru argite ollaanis heduminaan itti naana'e ilaala mucaan ishees daa'iama sana raffifte inni jirus keessa gubachuuf jira namoonni ollaanis kessa gale daa'ima ishee baasus sodaate bishaan itti guura garu isheen luubu isheef qusachuf oso hin mamin dhala ishee basuuf ibidda sani keessa galte fuulan gubachaa uffani ishees ibiddan gubachaa dhala ishee osoo ibiddi hin gubin nagaan bafachuf garu bareeddun haati suun bareedina ishees kabaja ishees dhala isheef kennite daa'ima ishee lubbuuf qaama nagaan baafatte...........ollaanis ishee fuudhe gara mana yaala geessani lubbu ishee bararanif garu fuula ishe qunca'uf hin baraare yero sani boodas haati sun bayyee fuuli ishee waan qunca'eef ykn gubateef hiriyooni mucaa ishee hati ke fulli qunca'a jedhe akka isa hin qaanesinef of dhoksaa jiraachu eegalte..... 👇👇👇👇👇👇 #Share #Join Gochu hin dagattina http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
19
http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0
20
🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌸🌸🌸🌸🌸🌸 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 🌺🌺 Happy Eid adha for you & your best😍 Smart 😘 Lovely ❤️ Happiness 🌸 family " friends Happy happy happy eid adha🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 http://t.me/Jechoota_Jaalala_Fi_Bashananaa
0