en
Feedback
💻 Barannoo Tech 💻

💻 Barannoo Tech 💻

Open in Telegram

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Show more
Finland1 476The category is not specified
5 965
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+330 days
Posts Archive
#Dv 2024 result. Bu'aa dv bara 2024 keessanii check godhachuu dandeessu warri guuttanii jirtan, carraa gaarii. Link ;https://
#Dv 2024 result. Bu'aa dv bara 2024 keessanii check godhachuu dandeessu warri guuttanii jirtan, carraa gaarii. Link ;https://dvprogram.state.gov/ESC/CheckStatus.aspx

https://result.neaea.gov.et/ 📢 Linki isa kana fayyadamaa fooyyee qaba.
https://result.neaea.gov.et/ 📢 Linki isa kana fayyadamaa fooyyee qaba.

#Firii qormaata ilaaluun jalqabameera. 📥 I'd number fi maqaa ergachuun haala mijataa keessa yoo hin jiraatin isinii ilaaluu
#Firii qormaata ilaaluun jalqabameera. 📥 I'd number fi maqaa ergachuun haala mijataa keessa yoo hin jiraatin isinii ilaaluu dandeenya.

#Odeeffannoo TikvahEthiopia irraa. #Barattoonni galgala har'aa irraa eegalee bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaaluu
#Odeeffannoo TikvahEthiopia irraa. #Barattoonni galgala har'aa irraa eegalee bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaaluu akka danda'an ibsame. #Qormtoonnii har’a galgala, sa’aatii 5:30 p.m irraa eeglee ilaallachuu danda'u. • Marsariitii fi toftaalee gadii kanniin fayyadamuudhaan. 1. eaes.edu.et irraa kan fudhatame 2. eaes.gov.et irratti kan argamu 3. eaes.et kan jedhu 4. bu’aa.neaa.gov.et 5. Telegiraamii 👉 @EAESbot 6. Ergaa gabaabaa 8046 #Nutis Barannoo Tech barattoota haala mijataa keessatti hin argamne, Id number isaani nuuf ergan hanga dandeenyeen ilaalufidhaaf qophiidha. 📥 @barannoobot

🈸 °SOUND° Beautifier - Equalizer by Swiss Selection ⏲Version: 1.1.81(81) 🕰Updated: Jun 26, 2021 💰Size: 43.30MB 📲Android version: 6.0

━━━━━━━━━━ ✳️ Apps Name: Bass Boosters and Equalizers #Bilbilli keessan sagaleen isaa laafaa akkasuma kan sagaleen gaarii hin
━━━━━━━━━━ ✳️ Apps Name: Bass Boosters and Equalizers #Bilbilli keessan sagaleen isaa laafaa akkasuma kan sagaleen gaarii hin qabne taanaan App kana fayyadamuun fooyyeessuu dandeessu. #Bass Booster sound effect sirna opereetiingii Andirooyidiif hunda caalaa gaarii dha. Isa waliin, gosa faayiloota music irratti bu'aa sagalee adda addaa hojiirra oolchuu dandeessu. #App Size: 6.2 MB Appichi ⤵️

💬 Channalota Telegram Beeksisa waliin hojjennudha, kan filattan join godhaa.#msg ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖ ➖➖➖➖➖

#Data storage, Yuunitiiwwani data fi hamma kuusaa. #Data storagiin; koodii dijitaalaa baayinariidhaan odeeffannoowaan kuusuuf
#Data storage, Yuunitiiwwani data fi hamma kuusaa. #Data storagiin; koodii dijitaalaa baayinariidhaan odeeffannoowaan kuusuuf ooluudha, Yuunitiiwwan kuusaa kunneenis deetaa bilbiloota, kompiitara deeskitooppii, laptopiin, taableetotaa fi kanneen biroof oola. Yuunitiin inni xiqqaan byte hoggaa tayu walitti dhufeenya dhangi bit saddeetiti, bit 1 ykn 0 bakka buuti, kilobyte tokkoo ammoo bits 1000 ykn 1024 of keessa qaba. #Kuusaa daataawwan kunniins xiqqarraa gara guddaatti. Maqaa daataa. Hamma unit 1. Bit. 1 or 0 2. Byte. 8 bits 3. Kilobyte. 1,024 bytes 4. Megabyte. 1,024 kilobytes 5. Gigabyte. 1,024 megabytes 6. Terabyte. 1,024 gigabytes 7. Petabyte. 1,024 terabytes 8. Exabyte. 1,024 petabytes 9. Zettabyte. 1,024 exabytes 10. Yottabyte. 1,024 zettabytes

#Daldal_Telegram_username. #Telegram adeemsa @username ykn maqaa fayyadama gabaabduu barbaadamoo tahan kanneen akkaawuntii dh
#Daldal_Telegram_username. #Telegram adeemsa @username ykn maqaa fayyadama gabaabduu  barbaadamoo tahan kanneen akkaawuntii dhuunfaa, garee ummataa fi chaanaaliif oolan, akkaataa bituu fi gurguruun danda'amu ifoomseera. Caalbaasii hordofuuf https://fragment.com Wallet dhuunfaa keessanii Uumuudhaan keessatti hirmaachuu dandeessu. Wallet keessan uumuuf appii Tonkeeper buufattu, Ergasii, Get Started > Create New Wallet kan jedhu tuquun qajeelfama iskiriinii irratti mul'atu hordoftu. San booda yeroo gabaabaatti tarree jechootaa lakkoofsa qaban kan jecha icciitii barreessuun ykn haala gaariin ol kaawwachuu qabdu. Kana gochuu dhabuun Wallet keessan akka gaariin akka hin hojjanne taasisa, dabalataaf https://fragment.com/about Fkn caalbaasiin ol aanaan sa'a amma [16, November 2022] kanatti jiru username @news 💎 700,000 ~ $1,169,000 parsant 5% dabaluun hirmaataan gatii caalbaasiicha dhuunfachuu ni danda’a yeroon kennamu guyyoota 7 hoggaa tayu Telegram transaction gudduu 5% buufata. 💻 Barannoo Tech 💻

💰Telegram Premium? #Telegram tajaajila kaffaltii qabu "Telegram Premium" jedhamu dhihessuun ni yaadatama, tajaajilli kunis t
💰Telegram Premium? #Telegram tajaajila kaffaltii qabu "Telegram Premium" jedhamu dhihessuun ni yaadatama, tajaajilli kunis tajaajila bilisaan kennu cinaatti tajaajila dabalataa fayyadamtoota dhiheessuun, kan dhaabbaticha galii argamsiiduudha, kaffaltiin ji'aas doolaara Ameerikaa 4.99 - 5.99 akka ta'ee dubbatama. "Telegram Premium" application dabalataa kan biraa osoo hin taane, application official update ta'erraa argachuun ni danda’ama. #Tajaajila "Telegram Premium" kennu keessaa muraasni: 🛒Faayilota hanga 4 GB ta'an erguu/save gochuu. 🛒Saffisaan download gochuuf. 🛒Garee fi chaanaalii public t.me hanga 20 create gochuu. 🛒Suuraa fi Viidiyoo Caption hanga 2048. 🛒Appilikeeshinii tokko keessatti hanga account 4 wal qunnamsiisuu dandeenya. 🛒Tajaajila jijjiirraa sagalee gara barreeffamaatti. 🛒Baajii Profaayilii (ID Fayyadamtoota Ol’aanaa) . #Tajaajila isaa yeroo yeroon haaromsaa kan jiru Telegiraamiin, fayyadamtoonni dhaabbii ji’aa miiliyoona 700 akka ga’an beeksiseera. Dabalataf: https://telegram.org

Baatii tokko keessatti tilmaamaan data hangam fayyadmtu? #hint 1 GB = 1024 MB
Anonymous voting

Tilmaamaan Baatii tokko keessatti data Internet bilbilaaf hangam baasii taasiftu?
Anonymous voting

Barannoo 51 ƑƑΑΑ. ━━━━━━━━━━ #Bot_for_react ━━━━━━━━━━ ➦Bots Name: React Bot Link : @ReactBot #Bot kanaan Haala salphaan chan
Barannoo 51 ƑƑΑΑ. ━━━━━━━━━━ #Bot_for_react ━━━━━━━━━━ ➦Bots Name: React Bot Link : @ReactBot #Bot kanaan Haala salphaan channel irratti automatically react gochuu dandeessu, jechuunis erga takka like ykn deslike akkasuma comment button irratti hiitanii post qofaatu isinirraa eeggammu botichi hojii isaa yeroo hundaa ni hojjeta. Akkaataa itti fayyadamaa ammoo erga takka boticha start gootanii commandota jiran sirreessuudha.

Yaadannoo comment irraan nu qaqqaban caalmaan isaa akka barannoon kuni hin barbaachifne akeeku, kanaaf isa irra darbuu wayyuu hin oolle?

Barannoo 51 ƑƑΑΑ. ━━━━━━━━━━ #Bot_for_react ━━━━━━━━━━ ➦Bots Name: React Bot Link : @ReactBot #Bot kanaan Haala salphaan chan
Barannoo 51 ƑƑΑΑ. ━━━━━━━━━━ #Bot_for_react ━━━━━━━━━━ ➦Bots Name: React Bot Link : @ReactBot #Bot kanaan Haala salphaan channel irratti automatically react gochuu dandeessu, jechuunis erga takka like ykn deslike akkasuma comment button irratti hiitanii post qofaatu isinirraa eeggammu botichi hojii isaa yeroo hundaa ni hojjeta. Akkaataa itti fayyadamaa ammoo erga takka boticha start gootanii commandota jiran sirreessuudha.

Rakkoo Bilbilonni smart phones Qaqqabsiisan Irraa Of Eeguuf Maal Gochuu Qabdu? #qabxiilee muraasa hanga 12 gahan kannee umrii
Rakkoo Bilbilonni smart phones Qaqqabsiisan Irraa Of Eeguuf Maal Gochuu Qabdu? #qabxiilee muraasa hanga 12 gahan kannee umrii bilbila keenya nuu tursiisuuf garagaraan waliin ilaallee turre, amma ammoo qabxiilee hanga wahii haala kamiin rakkoo bilbilli keenya nurraan gahu hanqisuu dandeenya kan jedhu ilaalla. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Caamsaa 31, 2011 bilbiloonni harkaa kaansarii fiduu akka danda'an akkasuma Qorannoon saayintistoota 31 biyyoota adda addaa 14 irraa dhufan of keessaa qabu, kaansarii sammuu tokko tokko (Glioma and acoustic neuroma), kaansarii guddachuuf yeroo fudhatu fiduu danda'a jechuun sodaa isaanii dubbatu, yeroo dheeraaf itti fayyadamuun ammoo rakina caalaafis nama saaxila jedhu. Sababni isaas bilbiloonni harkaa elektiromaagneetikii (EMF) ykn raadiyaashiniin elektiromaagneetikii kan seelii qaama keessa jiru miidhuu danda’u waan gadi lakkisaniifidha. #yeroo itti aanan keessatti of eeggannoowwan gochuu qabnu muraasa waliin ilaalalla yaadaa keessanis nuuf ergaa.

#EthioTelecom Ethio Telecom; Rakkoo sarara qunnamtii intarneetii galaana gadi fagoo idil-addunyaa baandii guddaa kan biyya (J
#EthioTelecom Ethio Telecom; Rakkoo sarara qunnamtii intarneetii galaana gadi fagoo idil-addunyaa baandii guddaa kan biyya (Jibuutii) keessa darbu mudateen tajaajilli intarneetii #sarara of eeggannoo qofa irratti hojjechaa akka jiru ibsuun, Sababa kanaan tajaajilli intarneetii addaan cituu ykn saffisi isaa hir’achuu mala jedhe, rakkoo mudatees sirreessuuf tattaafiin godhaamaas jira, maamiltoonni obsaan akka eegan gaafate.

🪧October 5 - Eegale November 8, 2022 xumuura argata. 🚈Namoonni guuttanii jirtan, Confirmation keessan qabachuun May 6, 2023
🪧October 5 - Eegale November 8, 2022 xumuura argata. 🚈Namoonni guuttanii jirtan, Confirmation keessan qabachuun May 6, 2023 irraa hanga September 30, 2024 gidduutti isin qaqqabuu isaa check godhattu. Sadarkaa barnoota 10+2 Ykn BLTO irraa leenjii qabdan kamuu carraa kana yaalaa. #Ammas taanaan namoonni fedhii qabdan guuttadha, haala mijataa keessa yoo hin jiraatin nu dubbisuu dandeettu, guyyaan muraasni hafeera onkoloolessa 29, bara 2015 irratti, xumuura argata. 📥@barannoobot

11] Smartphone Keessan Irra deddeebiin restart hin godhinaa. Akkuma sammuun namaa boqonnaan barbaadu, Meeshaaleen elektirooni
11] Smartphone Keessan Irra deddeebiin restart hin godhinaa. Akkuma sammuun namaa boqonnaan barbaadu, Meeshaaleen elektirooniksiis akkasuma, Haa ta'u malee, mobaayilli meeshaa gonkumaa hin rafneedha. Restart taasisanii jalqabuun daataa dhaabbate hunda balleessuun, processor haaromsee bilbilicha akka haaraatti jalqabsiisa, kun ammoo Smartphone keenya dabalataan akka shaagalamu taasisa. 12] Smartphone Bakka Ho'aa Kaa'uu. Iddoon irra deeddeebiin namoonni tokko tokko bilbila ismaartii isaanii kaa'an jiru garuu hoo'a iddoo isaan kaa'anii irraa kan ka'e bilbilcha irratti rakkoo uumu. Fakkeenyaaf: Minjaala ykn bakka ifa aduu kallattiin fuuldura jiru, Daashboordii konkolaataa kan kallattiin ifa aduu ho’aa jalatti dhaabatee turu, Gubbaa firijii ykn Televijiinii fi Laaptooppii. Bakkeewwan kun dhuguma bilbila ismaartii keessaniif fayya qabeessa miti. Ho'i diina bilbila keessanii ta'uu beektani akka irraa eegdna. #Xumuurree, waa 12 rakkoolee fayyadamtoonni Smartphone irra deddeebiin raawwatamn jennee turre.

9] Android, Jailbreaking iOS ykn Root gochuu. Rooting/Jailbreaking; adeemsa wabii oomishtoonni bilbilaa irra kaayan cabsaniid
9] Android, Jailbreaking iOS ykn Root gochuu. Rooting/Jailbreaking; adeemsa wabii oomishtoonni bilbilaa irra kaayan cabsaniidha, Hojimaata kana booda smartphone keetiin waanuma barbaadde hojjechuu dandeessa. Sababaa fi qorannoo akkasuma qajeelfama sirriitiin malee, akkas hin godhinaa, takkaa bilbilli root godhamnaan wabiin oomishtootaa fi bilbila keessan gidduu addaan cita bilbilicha rakkooleef saaxilamuu mala. 10] Appilee Maallaqni irraa argmu jedhaman fe'uu. Dhimma kana irratti dogongorri fi dogongorsittoonnis danuudha, keessumattuu dargaggo fi namoota  dhimma kanaaf haaraa tayan biratti. Namni hedduun maallaqa battalaa barbaada garuu namni sana kennu hin jiru. Appiilee kanneeniin namoota spam gochuu ykn qarshii akka invast goodhan gaafachuuf itti fayyadamu. Maallaqa isin garsiisee isin lakkofsisaa oola garuu kaffaltiin zeeroodha, hin xaarinaa, Kanarra yeroo qabduun ogummaa baradhuu maallaqa irraa argadhu. #Mata duree kanniin barruu bal'aan ni dhiheessina barbaachisaa taanaan.